a1_ajaaiba | Unsorted

Telegram-канал a1_ajaaiba - 🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

1124

Baga nagaan dhuftan 📚Seenaa bara dhibbaa baruuf bara dhibba jiraachuun dirqamaa miti!!! ☑️Wantoota dinqisiisoo addunyaa garaagaraa beekuuf➡ @A1_ajaaiba join godhaa miseensa keenya ta'a Yaadaafi gaaffii keessaniif karaa @kankoo1_bot kanaan nu qunnamaa

Subscribe to a channel

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

✍ amantus amanuu baattus jechi afaan ingiliffaa <set> jedhu hiika 430 akka qabu beektuu?

❤️<join>❤️
📩<comment>📩
🙏<share>🙏

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

Namni yeroo dheeraaf osoo siif hin bilbilin ture yoo siif bilbile ykn ergaa gabaabaa yoo siif barreesse waan woyii sirraa barbaadeera jechuudha!

❤️<join>❤️

🖊<comment>🖊

🙏<share>🙏

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

Man'ee(mandhee) sinbirree nam-tolchee biyya paakistaanii keessatti argamu

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🇰🇵🇰🇵Kooriyaa kaabaa keessatti namni tokko macaafa qulqulluu ykn quraana yeroo dubbisu
akkasumas pornoogiraafii yommuu ilaalu yoo qabame adabbii du’aatiin adabama!
Akkasumas biyya masgiida ykn waldaa hin qabne d

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🥪🥙Nyaata gaazexaan marame kamiiyuu hin nyaatinaa. Sababnis halluun gaazexaan itti barreeffamu dhiibee kaansariitiif nama saaxiluu dandaa'a.
❤️join❤️
📩 comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🔢Icciitii laakkoofsotaa kana beektuu?
❤️join❤️
📩 comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🍎🍏Sanyiin appilii keemikaala cyanide jedhamu ofi keessaa qaba. Sanyii appilii kana hamma 20 nyaachuun nama ajjeessuu dandaa'a.
❤️join❤️
📩 comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

Bishaan qulqulluu irratti jabalaan waan bololi'aa jiru fakkaata
❤️join❤️
📩Comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

➡️ Imagine yeroo gara Mana keetii dhuftu osoo manni keeti diigamee argitee maaltu sitti dhagahama!?

❤️join❤️
📩 comments📩
🎄share🎄

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

Kana beektuu?
👉Hundeessaan dhaabbata ferrari maqaan isaa Enzo ferrari bara 1988 du'e. Taphataan kubbaa miilaa lammii biyya jaarimaanii mesut ozil immoo bara Enzo ferrari du'e (1988)tti dhalate🤭🤭
❤️join❤️
📩 comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🎂🤩Guyyaan dhalootaa dheeraan lakkuu lama gidduu jiru guyyaa 87 !
❤️ join❤️
📩 comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

👉Toorri interneetii patientslikeme.com jedhamu namoota dhibee ykn haala ati keessa jirtuun walfakkatu wajjiin walbaruuf gargaarutti jira.
❤️join❤️
📩 comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

📚Kitaaba wantoota waa'ee dubartii dhiirti beektu hunda jedhutti jira.Kan ajaa'ibu immoo fuula duwwaa ykn homtuu irratti hin barreeffamne 120 qaba.
❤️join❤️
📩 comment📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

📚biyya Biraazil (Brazil) keessatti hidhamaan tokko kitaaba tokko dubbisee yoo fixe waggaa itti murteeffame irraa guyyaa 4 hir'ifama. Kana jechuun kitaaba 91 namni dubbisee fixe waggaa itti murteeffame irraa waggaan tokko hir'ifamaaf jedhuudha.


❤️join❤️
📩 comments📩
🎉share🎉

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

📣📣Namni chaanaalii fi group keessan beeksifachuu barbaadanu
Inbox me @Eebbabot

@chanpro
#galatoomaa

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🙊moonaa liizaan nyaara akka hin qabne beektuu?
😳Jaalala ishiitiin qabamee namni du'e akka jiru hoo beektuu?
🖍nama waa'ee moonaa liizaa hin beekneef moonaa liizaa jechuun fakkii namtichi Leonardo da Vinci jedhamu kaaseedha.

❤️<join>❤️
<comment>
🙏<share>🙏

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

📱bilbila keeti irratti*#07# barreessi. Sadarkaan radiyeeshiinii bilbila keetii 1.6 watt/kg gadi yoo ta'e bilbilli keeti normaliidha. Ta'uu baannan garuu foorjiidii waan ta'eef immediately bilbila keeti jijjiiri

✍yaadaaf @Eebbabot
❤️join @A1_ajaaiba

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

Biyya chaayinaa keessatti barsiisaan barattoota (daa'imman) daqiiqaa 20 akka rafani ykn ciisan heeyyamuu dandaa'a . Sababnis daa' imman barumsa akka gaariitti akka barataniif!

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🇸🇬Singapore keessatti maashiniin kookaa- koollaa hug me jedhamu nama isa hammateef kookaa- xaasaa tokko tolaan keenna🥤
❤️join❤️
📩 comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

Tibba takka obboleeyyaan lamaan fakkii gooyaa sobaa doolaara miliyoona 1.5 tti gurguran,garuu boodarra qarshiin isaan itti gurguranis qarshii sobaa(fake money? ta'ee argame 🤑🤑
❤️join❤️
📩 comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

Jaarmaan keessatti Dildila(riqicha) seexanaa kan jedhamee bakkamuufi balaqqeettii isaa🙊
❤️Join❤️
📩 Comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🍀Kan fakkiirratti argitan kun sinbirroo osoo hin ta'in abaaboo yulan magnolia jedhamuudha.
❤️join❤️
📩 comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🐒Jaappaan keessatti manni nyaataa(restaurants) tokko tokkoo Qalamee akka keessummeessisaatti fayyadamu. Mindaan inni argatus muuziidha.
❤️join❤️
📩 comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🐤Sinbirroon (Egyptian plover bird) qarqara bishaaniitti jiraattu nyaata ilkaan naachaa gidduutti stuck ta'e nyaachuun ilkaan naachaa qulqulleessiti. Naachis ishee hin nyaatu.
❤️join❤️
📩 comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🇳🇱Biyyi Niizerlaandii(netherlands) biyya nagaa jedhamuun beekkamti. Namni yakka hojjetu waan hin jirreef yakkamtoota biyya alaatiin galchiti(import) gooti. Mana hidhaa baayyees cuftee jirti.
❤️join❤️
📩 comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

⛴⛴Imalaan lammii biyya jaappaanii liqiinfamuu Titanic irraa lubbuun hafe hojii isaa dhabee ture. Sababnis imaltoota biroo wajjiin waan du'uu dhabe qofaaf jaappaanota biratti akka sodaataatti laakka'ama waan ta'eef.
❤️join❤️
📩 comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🚖Ooftuun konkolaataa kanaa fakkii kanaaf poolisiin si'a 5 qabameera🤭🤭🤭

❤️join❤️
📩 comments📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🚰🚰Bishaan qorraa ykn diilallaa'aa dhuguun ulfaatinna hir'suuf gargaaraa akkasumas sirna bulla'iinsa nyaataas ariifachiisa.

❤️join❤️
📩comments📩
🎁share🎁

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🚬🚬Sababa Marijuanaa namni du'e hin jiru garuu isa daldaluus ta'ee fayyadamuun seeraan ala. sababa sijaaraa namootni miliyoona hedduun laakkaa'aman du'aniiru garuu seera qabeessummaan bakka barbaadametti gurgurama.🤔🤔
❤️join❤️
📩 contact me📩
🧬share🧬

Читать полностью…

🤔🤔ORO_DINQISIISOO🤭🤭

🤔🤔Amantus amanuu baattuus bara 1925 A.L.A namootni lamaan maqaan isaanii Gladys Roys fi Luan Unger jedhaman Teennisii xiyyaara balali'aa jiru irratti taphachuun addunyaa ajaa'ibsiisaniiru.

❤️join❤️
📩 contact me📩
🧬share🧬

Читать полностью…
Subscribe to a channel