/channel/Binance_Moonbix_bot/start?startapp=ref_476533690&startApp=ref_476533690
Join the Moonbix Journey! Get 1000 Coins as a new player and stay tuned for exciting airdrops and special rewards from Binance!
I am inviting you to download telebirr SuperApp, register and make a transaction to get reward. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0902.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1636545295560576&inviterId=1042617265075207&language=en&campaignType=collectPetal&time=Sept-04-2024-Sept-12-2024
Читать полностью…🌴Mukni ''Tree of 40 fruit" jedhamu fuduraa gosa 40 buusutti jira🍎🍏🍊🍋🙊
🙏<join>🙏
📩<comment>📩
🎁<share>🎁
🌆🌆Maqaan guutuun magaalaa biyya kaalifooriniyaa(Los Angeles) ''el Pueblo de Nuestra Senora la Reina de Los Angeles de Porciuncula>akka jedhamtu beektuu?
🙏<join>🙏
📩<comments>📩
🎁<share>🎁
😂😂Kim jong-un( bulchaan kooriyaa kaabaa) mana fincaanii xiqqaa fakkirratti argitan kana bakka deemu hundumatti qabatee deema.
😱Sababnis yeroo mana fincaanii hawaasaa fayyadamu harka diinaatti akka hin kufneef!!
🖐<join>🖐
📩<comments>📩
🎁<share>🎁
😘Maqaan isaa Roberto Esquavela jedhama. qaama saalaa dheeraa qabaachuun,Guinness world record book irratti galmaa'eera.
Waan nama ajaa'ibu keessaan immoo namtichi kun yeroo baayyee yeroo gara hojiitti deemu polisiin meeshaa dhoksitterta jedhee daandii gubbarratti qabaa rakkisa.
join @A1_ajaaiba
yaadaaf @Eebbabot
🐜Mixiin garaa lama akka qabu beektuu?
Garaan inni tokko nyaata ofii kan itti kuufatu yoo ta'u inni lammataa immoo nyaata hiriyaa wajjiin qoqqoodaman kan ittiin kuufatuudha!
Join. @A1_ajaaiba
yaadaafi gaaffii @Eebbabot
🇮🇳🎓 Yuuniveersiitii madras jedhamu (biyya hindii kessatti argamu)barataan halkaniin yoo dubbisu akka isa hin qabanneef rifeensa mataa isaa misimaara manatti dhahuun itti hidhatu!
join @A1_ajaaiba
Yaadaafi gaaffii @Eebbabot
🔫Ajjeessaa tokko osoo ati ajjeessitee, laakkofsi ajjeessaa addunyaarratti hin hir'atu. Sababnis atis ajjeessaa taata waan ta'eef!
❤️<join>❤️
📩<comment >📩
🙏<share>🙏
📌maqaan saayinsaawaa goorillaa...
🦍gorilla gorilla gorilla akka ta'e beektuu?
❤️<join>❤️
📩<comment>📩
🙏<share>🙏
💋 biyya kaalifoorniyaa Riverside ,yoo wal dhungachuu(kissing) barbaadan hidhii isaanii dhiqachuu qabu.😅😅
❤️<Join>❤️
📩<comment>📩
🙏<share>🙏
🇦🇷Bara 2001 A.L.A biyya Arjeentiinaa(Argentina) presidentiin 5 guyyaa 10 keessatti bulchanii turan.
❤️<join>❤️
📩<comment>📩
🙏<share>🙏
👉Maqaan isaa francesco lentini jedhama.
😌Miila 3, qaama dhiiraa 2 fi quba miilaa 16 qaba ture!!
❤️<join>❤️
📩<comment>📩
🙏<share>🙏
🙊 umrii keeti 7n baayyisi, deebii argatte 1443n baayyisi.
Deebii argatte @Eebbabot irratti naaf barreessi. Umriin keeti meeqa akka ta'e siif hima.!
❤️<join>❤️
📩<comment>📩
🙏<share>🙏
/channel/hamster_kombat_bOt/start?startapp=kentId476533690
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
💸 2k Coins as a first-time gift
🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
🇩🇰Biyya deenimaarkii keessatti namni umrii 25tti hin heerumne ykn hin fuune guyyaa dhaloota (birthday)issatti qarafaattu itti darbatama!!
🙏<join>🙏
📩<comment>📩
🎁<share>🎁
🇰🇵🇰🇵Kooriyaa kaabaa keessatti ''kooriyaa kaabaa''jedhanii waamuun yakka akka ta'e beektuu?
Yoo du'uu hin barbaadne kooriyaa jedhii waami!
🙏<join>🙏
📩<comment>📩
🎁<share>🎁
🎧Muziqaa ''Earphone'' fayyadamuun sa'aatii tokkoof dhageeffachuun baakteeriyaan gurra keenya keessa jiru si'a 700 akka dabalu taasisa!!
🙏<join>🙏
📩<comments >📩
🎁<share>🎁
Toora inteneetii irratti google gravity jedhii barreessi sana booda fuula jalqabaarra jecha google gravity -mr.doob jedhu tuqi sana booda filannoo I'm feeling lucky jedhu tuqi
Dhumarratti wanta argite yaada nuuf barreessi
Yeroo gaarii!!
join @A1_ajaaiba
yaadaaf @Eebbabot
haati ulfa qabdu yoo miidhamte, daa'imni gadaameessa ishee keessa jiru seelii ofii haadhaaf erguudhaan iddoo isheen miidhamte sana supha!
Join @A1_ajaaiba
Comment @Eebbabot
⏰''Yeroo darbe'' (past)
muuxannoo sirraan argadheef galatoomi.
Waliigalteen waliin qabnu dhumateera waan ta'eef
Jireenya kiyya keessaan bahi.
Join @A1_ajaaiba
Yaadaafi gaaffii @Eebbabot
⛈⛈Bara 2001 A.L.A biyya hindii naannoo keerella jedhamutti bokkaan dhiiga roobee turee!
Garuu sababni maal akka ta'e hanga ammaatti hin beekkamne
Join @A1_ajaaiba
Yaadaafi gaaffii @Eebbabot
<Reposted>
🤭toora inteerineetii www.remove.bg fayyadamuun background fakkii sirreeffachuu ni dandeenya.
❤️<join>❤️
📩 <comments>📩
🧬<share>🧬
🐘🐘bara 1916 A.L.A arbi tokko yakka ajjeechaatiin shakkamee adabbiin du'aa itti murtaa'ee ture.
❤️<join>❤️
📩<comment>📩
🙏<share>🙏
🇵🇹biyya Portugal keessatti halluu diimaan barreessuun dhoorkaadha(akka tuffitti laakkaa'ama waan ta'eef).
❤️<join>❤️
📩<comment>📩
🙏<share>🙏
🇩🇪Biyya jaarmaanii keessatti hidhaamaan tokko yoo miliquuf yaale seeraan hin adabamu. Sabababnis, bilisa bahuun mirga uumamaan dhala namaatiif keenname waan ta'eef.
❤️<join>❤️
📩<comment>📩
🙏<share>🙏
🇬🇷biyya girikii magaalaa ateensi keessatti konkolaachisaan tokko woyaa(huccuu) qulquluu uffachuu yoo dhabe ykn qaama isaa dhiqachuu yoo dhabe, seeraan heeyyamni konkolaachistummaa irraa fudhatama.
❤️<join>❤️
📩<comment>📩
🙏<share>🙏
#psychological #facts
🙊 abjuun dubbisuu fi barreessuu akka hin dandeenye beektuu?
❤️<join>❤️
📩<comment>📩
🙏<share>🙏