Aswrwb ashama harkka fuune 🤝jaalloowwan khiyya #you tube mataa khiyya haaraya waaniin banadheef seenaatii subscribe godhuun nu hordofa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.youtube.com/@Abseemd
🌙ይቅርታ🌙
JOIN👇👌
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
#SEENAA_QAARUUN.....
🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊
#KUTAA 3FFAA..
🧨🌹🧨🌹🌹🧨🌹🧨
Hayyama rabbiitiin kutaa 3ffaa qabadhee dhihaadheera
̅̅ب̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅س̅̅ـ̅̅ـ̅̅م ا̅̅ل̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅ل̅̅ـ̅̅ـ̅̅ه ا̅̅ل̅̅ـ̅̅ـ̅̅ر̅̅ح̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅م̅̅ـ̅̅ـ̅̅ن ا̅̅ل̅̅ـ̅̅ـ̅̅ر̅̅ح̅̅ـ̅̅ـ̅̅يم
ا̅̅ل̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅س̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅ل̅̅ـ̅̅ـ̅̅ام ̅̅ع̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅ل̅̅ـ̅̅ـ̅̅يكم ور̅̅ح̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅م̅̅ـ̅̅ـ̅̅ة ا̅̅ل̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅ل̅̅ـ̅̅ـ̅̅ه ̅̅ت̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅ع̅̅ـ̅̅ـ̅̅ا̅̅ل̅̅ـ̅̅ـ̅̅ى و̅̅ب̅̅ـ̅̅ـ̅̅ركا̅̅ت̅̅ـ̅̅ـ̅̅ه
Bakka qaraa itti dhaabnne irraa eegalla...
🧨🕊🧨🕊🧨🕊🧨🕊🧨
🌹 eega qaaruun mucatti sanaaf warqii xaasaa tokko ergeefi booda inttalli sun ragaa sobaa ykn akka nabi Muussaa maqaa xureessituuf qopheeffamttee boodaa...Akkas jedhaniin....
🌹 guyyaa akkasii dhufttee ragaa sobaa kana nuuf baata eega jedhaniin booda qaaruun kun dallanssuun Rabbii guddaa isarra haa jiraatuu gara nabi Muusaatti dhufee.... guyyaan baallama isaanii sun dhihaateen boodaa.
🕊gubbaan nama nabi Muussaa jaalaatuu fakkaatee jaalala nabi Muusaa afaaniin mullifateenabi Muusaatti dhufee akkas jedheen...
🧨yaa Muusaa bar uummanni kee akka ati da'awaa itti gootee gaariitti isaan ajejjuuf walitti qabamanii si eegaa jiranii kottu gara isaanii deemnaa jedheen qaaruuniin kun.....
🌹nabi muusaan nageenyi rabbii isaan irra haa jiraatu gara uummataatti gad bahanii akkas jedhan...
🧨dhagahaa yaa ilmaan namaadhaa...hattuu irraa harka murra. amantaan keenya shiftaa waa namaa saamu harka isaa irraa muruutti nu ajejaa.
🕊 ammoo nama zinaa godhu yoo shabaaba nama fuudhee hin jirre tahe ni tumamaa akkasitti hukmmii rabbiitiin haddii irra dhaabna
🌹yoo nama fuudhee tahee zinaa godhu argine haga inni du'utti dhakaadhaan cafaqnaa jedhanii da'awaa isaanii eegalan...
🧨Qaaruuniin Abaaramaan kun taa'ee dhaggeeffataa jira .
🕊qaaruun....
Akkas jedheen ..yaa Muusaa yoo ati zinaa goote hoo akkam si goona? Jedheen
💡💡💡💡💡💡💡💡
😭nabi muusaan rifatanii aboo Sherrii ati natti yaadde kana irraa rabbiitti sirraa maganffadhaa an salphina akkasii dalaguu dhiisiitii ittiyyuu hin dhihaadhu jedhaniin nabii muussaan..
🌹Boodaa qaaruunin jallaan kun akkas jedhe... yaa Muusaa ilmaan israa'il akkas siin jedhaa jiru ati inttaloo sarbataa jedhamttutti zinaa gootee jirta kunoo mucayyoonis ragaa sirratti bahuuf as jirttii akkamitti an zinaa hin godhu jetta jedheen... qaaruun jallaan kun...
🧨Ergasii nabi muusaan Intala Sana naaf waamaa jedhaniin
🕊 Ergasii Intala Sana fidanii dhufan..... nabi muusaan inttaloo sanaan akkas jedhan
🌹Yaa mucayyoo rabbii bahara dachii keessaa dhoosee baaseen.. ammas kitaaba tawuraat buuseen kakadhu dhugaa dubbadhu an dhuguman
akka qaaruun jedhu kana zinaa sitti godhee jedheen??...،
🌹Ergasii Rabbiin soba nabi muusaa irra kaa'amaa jiru kana dirreetti baasuuf jecha inttaloon sun toowbattee lakkii nabi muusaan zinaa natti hin goonee sobanii akks jedhi naan jedhanii jettee ragaa baate.
🧨yaa nabi Muusaa bar qaaruuntu gubboo naaf kennee akka Ani gubboo sanaan ragaa sobaa sirratti bahuuf as na fidee akka ati zinaa natti goote jedhee cubbuu sirra kaa'uuf na fidanii jetteen...kan kana hundda dalage qaaruuni jetteen...
🌹Ajab dubbiin rabbii nama ajaaiba ragaa Muusaa irratti bahuu dhayxee jaruma irratti Ragaa baate
، ̅̅ف̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅س̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅ج̅̅ـ̅̅ـ̅̅د ̅̅م̅̅ـ̅̅ـ̅̅و̅̅س̅̅ـ̅̅ـ̅̅ى ̅̅ع̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅ل̅̅ـ̅̅ـ̅̅يه ا̅̅ل̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅س̅̅ـ̅̅ـ̅̅̅̅ل̅̅ـ̅̅ـ̅̅ام
🧨Ergasii nabi muussaan gammachuudhaan rabbiif sujuudan eega sujuudanii ka'aniin booda.....
🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹
Kutaa 4ffaan itti fufa inshaa Allaah obssaan na eeggadhaa
🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊🕊
MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
/channel/Maherzain123
Salaanni munaafiqoota irratti Ulfaatu salaata Kami ?
👍Ishaa'ii
👇Zuhurii
👎Asrii
👌Subhii
☝️Maghriib
Gaafii tana irratti hirmaadha jzk🌴
Suuraa Qur'aanaa keessa yoo isii qara'an (#jallataa "Al-masiih Al-dajjaal") irraa nama tiksitu suuraa kami ?
❤️Mariyam
🖤Al-hajj
💚Al-kahfi
💜Al-fathi
#SEENAA_QAARUUN...
🕊🕊🕊🕊🕊🕊
#kutaa_2ffaa...
🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨
fedha rabbiitiin bakka kaleessa itti dhaabe irraa itti fufuuf barreessuu eegale inshaa allaah isinillee dubbisttanii waa irraa akka hubattan abdiin qaba
🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨
Eega warreen sheekotaa isatti da'awaa godhaniin booda jarris akka qaaruun gorsa isaanii hin fudhanne irraa hubatan
🧨qaaruun yeroo jarri lakkii yaa qaaruun qabeenya keetiin hin boonin jedhanii isaa gorsan inni gorsa isaanii gurrattuu qicatuu hin feene .
🧨qaarun itti fakkaatee qabeenya kana beekumssa isaatiin Waan arggate ykn fedhuma isaatiin waan qabeenyi kun itti jigde fa'aa seha.
inumaayyu qaruun akka yaada isaatti rabbiin waan na jaallatuuf qabeenya lakkoofssa hin qabne kana naaf kenne seha. warreen kaan ammoo hin jaallatu kanaaf itti dhiphise seha
🧨akkas jechuunis ni dubbatama gaafa nabi Muusaa irratti waajibummaan zakaa buufamttu zakaa jechuun qulqqulina qabeenya keetii jechuudha. qabeenyi kee yoo waajiba zakaa gahe haqa rabbii keessaa baasttee qabeenya kee xahaarratta ykn halaal godhatta jechuudha. gaafa kitaaba nabi Muusaa keessatti dirqama godhamu warreen nabiyyummaa muusaatti amanan akkasuma rabbiin tokkichoomsan
🧨 waan nabi muusaan kitaaba San keessatti dirqama isaanirratti godhame eega isaanitti himeen booda sheekkotiin sunis waan baratan San qaaruunitti himuuf dhaqaniitu yaa qaaruun haalli akkasii kun gaarii mitii hin booniniitii qabeenya rabbiin siif kenne kanarraas kennadhu jedhaniin
🧨 ammas nabi muusaan qaaruuniin akkas jedheen aayata rabbiitiin isa gorsaa rabbiin sodaadhu jedhaniin haqa Rabbiin isa irraa qabus itti himuun haqni rabbiin sirraa qabu sun
🧨diinaara kuma tokko irraa diinaara tokko zakaaf kennadhu
jedhaniin....
🌹qaaruun waan inni yaade laalaa.... waan nabi muusaan tarttiibaan itti himu kana zakaa irraa haalaan jabeessee...
🧨Isa lubbuun isaa kun baddee waan hamtuu yaadee. muusaan qabeenya koo narraa qooddachuu heda jedhee..itti fakkaate... nabi muusaattis kafaree waan nabi muusaan ittiin ergame hunddattuu kafare muusaan ofiif walitti qabatuuf deema jedhee....
🌹qaaruun taa'ee mala baasuu eegale
🕊Amma mala ajaaibaa qopheefatee akka isaatti..
🕊Namoota isatti siqan ykn boodii gaardi isaa hunda waamee. akkasuma namoota isa jala deeman hunda yaamee
🧨wal-ga'ii keessaa ol-ka'ee qaaruun akkas jechuun dubbachuu eegale muusaan waa hedduutti isin ajejaa jira qabeenya keessan keessaa zakaa baasaa akkasuma rabbiin qofa gabbaraa mukaaf citaa takkallee hin waammatinaa jechuun qabeenya keessan walitti qabachuuf deemaa akkamitti ajeja isaa fudhattan ? isaanin jedhee.
🕊inni sobee amma qabeenya keessan isinirraa fudhachuuf deema jechuun. deddeebisee haasawuu eegale.Eegasii jechi qaaruun kun uummata Sana dhugaa itti fakkaatee ee qaaruun dhugaa keetii
🧨waan feetetti nu ajejuu danddeessa si jela deemnaa jedhaniin qaaruunin
🧨wanni ani itti isin ajejuu barbaadu..intalaa takkattu tan haalaan bareeddutu jirtti dhaqaa isii naa fidaa jedheen.
🧨isheedhaaf maallaqa hedduu kennaafii akkas jedhaanii muusaan zinaa natti godhuu fedhaa jira jettee haa dubbattuu jedhaanii jedheen ...
🧨hamttuu isaan nabi muusaatti yaadan irraa Rabbiin tikfamnna.boodaa ergamtoonni qaaruun gara mucayyoo San deemanii warqii xaasaa tokko guutanii kan kuta kutaa warqee xaasaa ykn qalasa tokko guutanii geessaniif .Ergasii mucayyoodhaan akkas jedhaniin qaaruun akka atti ragaa sobaa baatuuf qabeenya guddaa kana siif kenne.Akka atii dhaqxee muusaan zinaa natti godhe jettee. uummata dura dhaabattee ragaa baata qabeenyi amms siif dabalama jedhaniin......
Kutaa 3ffaan itti fufa inshaa allaah hayyama rabbiitiin
🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨🌹🧨
MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
/channel/Maherzain123
GAAFFII TANA IRRATTII HIRMADHA JZK🌴
RABBIIN EeSSA JIRA ?
👍Bakka hunda
👌Arshiirra
☝️Hin beekkamu
👎Deebii hin qabu
Galatoomi Obboleessaa kheenya Dirqama sirra jiruu baate sagaale nuf taate
جزاك الله عنا جيرا🙏
Yaa Rabbii Obbolleyyaan kheenya kan wallootif birmadhu😢😢😢
JOIN👇👌
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Yaa Raabii..Haajaa teennaa cufaa siin gayannee atiii nuuf awwadhumee..Harkaa keennaa kan maasetan bade kana nun laalini YAA RABBII YAA ALLAAH
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
JOIN👇👌
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Nashiida Aruuza Haaraya #Mahir_fi_Abdusalam saahiba isaani Aruusticha #Fahmiif Baasan sa'a muraasa booda #Fenan_Tube irratti nu eegadha isinin janna. #Share #Like godhun nu cinaa kach ja'a
Читать полностью…(اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ، وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كَمَا صَلَّيتَ عَلَى إِبْرَاهِيمَ، وَعَلَى آلِ إِبْرَاهِيمَ، إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ، اللَّهُمَّ بَارِكْ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كَمَا بَارَكْتَ عَلَى إِبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إِبْرَاهِيمَ، إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ)
Join 👇👇
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
😔😔 ይቅርታ😔😔
እኔ ረመዳን ከመድረሱ በፊት ይቅርታ ለመጠየቅ 1ኛ መሆን እፈልጋለሁ
፡
፡
ይቅርታ በማወቅም ሆነ ባለማወቅ ያስቀየምኩአችሁ
ይቅርታ በማወቅም ሆነ ባለማወቅ ያማሁአችሁ
ይቅርታ በኔ ምክንያት ትንሽም ብቶን ያናደድኩአቹ
የምታቁኝንም የማታቁኝንም ሁላችሁንም ይሄን ፅሁፋ ያነበባችሁ በሙሉ ከዚ በፊት ያረኩትን ደግሜ ላላደርገዉ ከልቤ ይቅር Awfu እንድትሉኝ እጠይቃችሁአለሁ ሁላችሁን በልባቹ ይቅር ሳትሉ እንዳታልፉ
Imimmaan😭nama miidhamee, bishaan🌊sitti hin fakkaatin. Gaafa tokko (Beenzila) tahee ibidda🔥sitti qabsiisuuf taa'a!
Duniyatti qalbii tee tasgabbii dhoorga, Aakiratti qabrii tee Jahannamii🔥fi gaabbiin guutuuf taa'a!
-Lafa hin baddu Wallaahi!😭
JOIN👇👌
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Watch "Aruuza munshid Fahmii Nashiidaa Ajaa'iba Habiibti isaatif Baase 😍" on YouTube
https://youtu.be/MHpcOwDn8mk
As wr wb jaallowwaan khiya channel you tube #eid_abduselam jala senatti na dorgomsisa #MAHER AHMED jechun sagale naf taha jzkeyran🌴😍😍
Читать полностью…Namni Salaamtaa Guutuu Namaan Je.e Sawaaba Meeqa Qaba ?
🌴Kudhan (1O)
🌷Digdama (2O)
💐Afurtama (4O)
🥀Soddoma (3O)
HIJAABNII miidhagina faaya dubarttii islaamaati
JOIN👇👌
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Walgahii gumii dhimma islaamaa Akkuma dhorkametti jira.
Warra hayyoota keenya. Ulamoota Biyyattiin qabdu xiqqeessu Rabbiin firouna xiqqeesse Jara ha xiqqeessu.
MAHER ZAIN ☞ Official
JOIN👇👌
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
Gaafii tana irrattii hirmadha jzkeyran🌴
Baatii Ramadaanaa Keessa...?
🍎Hulaan jannataa ni banamti
🍏Hulaan azaabaa ni cufamti
👹Sheeyxaanni ni hidhama
🍇Hunduu deebiidha
ረሱል《ሰዐወ》ከሚስቶቻቸው ውስጥ ሁሜይራ ብለው የሚጠሩት ማንን ነበር ?
🖤ሰውዳእ
💙ከድጃ
❤️ኣኢሻ
💚ዘይነብ
Gaafii tana irrattii hirmaadha jzkeyran🌴
Haati manaa Ergamaa Rabbii (saw) Tan Erga Ishiin duutellee Ergamaan Rabbii Ishii Yaadatee dhaadu Tami ?
🥎Khadiijaa
⚽️Aa'ishaa
🎱zeynabaa
🏀Deebiin hin jiru
Gaaffii taana irratti hirmadhaa jzk🌴
Jiini keessa jiru kun jia. Maali ?
🍎Sha3abaan
🍇Ramadaana
🥭rajaba
🍆shawwaal
Muka waanni boochisu😭mukuma qotto🪓jiru kana
Oromoo waanni boochisu...............? Isinummaan itti guuta😢
Watch "#New_Weeding_Nashiida_2021 #By_Maher_&_Abdusalaam Nashiida Aruuza Haarawa 2013😍" on YouTube
https://youtu.be/2Yog4p26LB8
ረመዷን ፆሙ ኢፍጣሩ ተራዊው ተህጁዱ ዒዱ የናፈቀው ማነው❓
ናፍቆኛል 😍 አልናፈቀኝም😔
Reeffa obboloota Keenyaa Ilaalaa Kunoo bifa kanaan bakkatti Rashanaman.
Yaman sana'aa!
Uffee
Nama gaddisiisa!
Rabbiin rahmata isaanif ha godhu.
Ummata Oromoo hundaaf rabbiin Jajjabina haa kennuuf jenna
🥺🥺🥺😐🥺🥺🥺🥺🥺
JOIN👇👌
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
(اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ، وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كَمَا صَلَّيتَ عَلَى إِبْرَاهِيمَ، وَعَلَى آلِ إِبْرَاهِيمَ، إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ، اللَّهُمَّ بَارِكْ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كَمَا بَارَكْتَ عَلَى إِبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إِبْرَاهِيمَ، إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ) Muhammdul Amin❤
❤ Yaa Jaalalee khiyaa ❤
Dhalootaan quxxusuu hangaffaa Anbiyyaa ❤❤
❤❤Allahuma sali alaa Muhammad ❤❤
Wa alaa ali Muhammad ❤ kamaa saleeyta alaa ibraahim ❤ wa alaa ali ibraahim ❤
❤ inka hamidun majid ❤
❤❤ wa baarik alaa Muhammad ❤ wa alaa ali Muhammad ❤ kamaa baarakta alaa ibraahim ❤, wa alaa ali ibraahim ❤ inaka hamidun majid ❤❤❤
@Hanuudi_Mohamed
😂Feta😁belubat😄wedoche😍
Sew nesh wey gerami yeslk prank 😂😂🤣🤣🤣🤣🤣 twedutalachihu 😍😍
JOIN👇👌
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼
🎼 @Maherzain123 🎼