Waldorgommiin Qur'aanaa fi Azaanaa Marsaa 2ffaa Guyyaa hardhaa Masjiida Kadiijjaatti itti fufeera!
* 9/05/2016 *
የቁርአን እና የአዛን ዉድድር 2ኛ ዙር ዛሬ በ ከዲጃ መስጂድ እየተካሄደ ነው!!
****
@ACYM2015
ልዩ መረጃ • በቤተል መስጂድ ፊት ለፊት ካፊሮች መስቀል ሰቅለው ሙስሊሙን ረበሹ የቶክስ ድምፅ ይሰማም ነበር ሙስሊሙ ተጎድቷል https://youtu.be/l8fOftAmy2M
Читать полностью…የምድር ከዋክብት
ክፍል 5⃣
🔊 ተራኪ አቡ ሙስሊም
የ ቁርዓን ቃሪዕ ዑበይር ኢብን ከዐብ
🌺#𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🌺
👇================👇
:¨·.·¨: 🕋🕋🕋🕋🕋🕋
`·. 🌺 𝐉𝐨𝐢𝐧 || @Baytal_Hikma
Watch "أقوى ستة حصون تحميك من الشياطين وتمنع عنك الوساوس ( شيخ : سعد العتيق )" on YouTube
https://youtu.be/5cEB3LDQ7xM
As. Wr. Wb......
💫Qophii taphataa wal haa barsiisnu jedhuun mata-duree
waa'ee faaydaawwan socha'inna qaamaa.
✨Socha'inni qaamaa faaydaawwan baay'ee qaba Sanniin kessaa muraasni immoo:-
1️⃣Dandeetti waa yaadatuu🤔 dabala:
( akka qu’annaan baay’een agarsiisutti: kutaa sammu keenna ‘Hippocampus’ kan jedhamu yammu socho’inna qaama goonu saffisaan dagaaga.
Hippocampus:- jechuun immo kutaa sammuu dandeetti waan yaadatu keenna kan qabatuudha.
2️⃣ Dandeetti...waan tokko irrati akka xiyyeeffannu nu gargaara:
Fakkeenyaaf osomaa qu'ataa jirru yaadota biraa kessa seenuu fii waanta godhaa jirru xiyyeeffannaan itti yaaduu dhabuun😴🥱 akka hir’atuuf nu gargara
3️⃣Fayyaan sammuu keennaa akka dagaagu godha🧠:
Kunis ...... Cinqaa sammuu, dhiphatuu, sodaa fi kan Kana fakkaatan akka hir’atuuf nu gargaara)
4️⃣Dagaagina qaamaa / Mashaalee 💪🧗
5️⃣ Furdina barbaachisaaa hin taane (kan dhibeef nama saaxilu ) hir’isuufii boca gaarii qabsiisuuf. 💪🧗
6️⃣Dhukkuboota garagaraa nurraa ittisuuf nu gargaara💊💉:
qorannaan baay'een akka mul’isutti.... socha’iinsi qaamaa dhukkuboota akka sukkaaraa, Kaansarii, dhukkuba onnee fi kkana fakkaatan akka hir’atan ykn qaamni keenna akka isaan dandamatu nu gargaara.
7️⃣Fayyaa onnee fi somba keennaa dabala :
yommu qaamni keenna socha’u oxygen(Oksijiinii) baay’inaan barbaada. sirni hargansuu keennaa hamma qillensa/Oksijiinii baay’ee akka gara soomba keennatti fudhannu taasisa. Oksijiiniin gara keessatti fudhannu sun ammo sammuu keenna dabalatee qaamoota keenna garagaraatiif faayidaa guddaa kenna.
mu’minni Jajjabaan Rabbiin biratti , mu’mina Laafaa irra jaalatamaa fi irra caalaadha.
(المؤمن القوي خَيْرٌ وأحب إلى الله)
As. Wr. Wb......
እየተጫወትን እንማማር
የዛሬው ርዕስ "የ አካል እንቅስቃሴ ጥቅሞች" በሚል ርዕስ መጥቻለው::
የ አካል እንቅስቃሴ ብዙ ጥቅሞች ስኖሩት; ከነዛ ውስጥ በጥቂቱ.....
1️⃣የ ማስታወስ ችሎታችንን ይጨምራል:-ብዙ ጥናቶች አንደሚያሳዩት Hippocampus የሚባለው የ አእምሮአችን ክፍል እድገትን በፈጣኝ ሁኔታ የሚጨምረው: እንቅስቃሴ በምናደርግበት ግዜ ነው::
Hippocampus🧠 :- ማለት ከ አእምሮአችን አንዱ ክፍል ሆኖ: ነገሮችን እንድናስታውስ የሚረዳን የ አእምሮአችን ወሳኝ ክፍል ነው::
2️⃣ነገሮችን በትኩረት እንድንሰራ ያግዘናል:-
ለምሳሌ ስናጠና በተለያዩ ሀሳቦች እንጠመዳለን😴🥱: እናም በምንሳራቻው ነገሮች ላይ ትኩረት ማጣት አንዳንዴ ይከሰታል: የ ሰውነት እንቅሥቃሴ እነዚን ነገሮች አንድንቀንሥና ነገሮችን በቱክረት አንደንሰራ ያግዘናል::
3️⃣ለ አዓምሮዋችን አድገት:-
ይሄም የ ጭንቀት, የ ፈረሃት ስሜት, አናም የመሳሰሉት ነገሮች አንዲቀንሱ ይረዳናል::
4️⃣ለ ሰዉነት እድገትና ክብደት ለመቀነስ ይረዳናል::💪🏋️♂️
5️⃣ ከተለያዩ በሸታዎች ይከላከልልናል💊💉:-
ብዙ ጥናቶች አንደሚያሳያው የ ሰዉነት አንቅስቃሴ; ለ ሱካር ሕመም: ለ ልብ ሕመም: ካንሰር: እና ከመሳሳሉት በሸታዎች: የመከላከላችንንአቅም አንዲጨምር ይረዳናል::
6️⃣ለ ልብ እና ለ ሳንባ ጤና::
ሰዉነታችን ሲንቀሳቀስ: የ ሰዉነታችን አካላት ከዘውትር የበለጠ አየር (oxegyn) ይፈልጋሉ እናም የመተንፈሻ አካላት አየር ወደ ሰዉነታችን አንዲገባ በማድርግ አዓምሮንም ጨምሮ ሌሎች አካላት oxegyn እንዲያገኙ ይርዳናል ::
አላህ ዘንድ ጠንካራ ሙእሚን ከደካማ ሙእሚን በላጭና እጅግ ተወዳጅ ነው::
(المؤمن القوي خَيْرٌ وأحب إلى الله)
Follow us on Tg || @Baytal_Hikma
DARSII YAACHIFTUU
○○○○○○○○○○○
BARSIISAAFII BARATAA
■■■■■■■■■■■■
#BARATAA :Assalaamu aleykum warahmatullahi wabarakaatuhu Barsiisaa.
#BARSIISAA:Wa'aleykum assalaam warahmatullaahi wabarakaatuhu.
#BARATAA: Kutaa 1ffaa keessatti ulaagaalee "laa ilaaha illaa Allah "akka naa himtan waadaa naa galtanii ture.
#BARSIISAA: tole "laa ilaaha illaa Allah " ulaagaalee 7 qaba ,Barreefama asii gadii kana dubbisi.
◇ULAAGAALEE(SHURUUXA) LAA ILAAHA ILLA AllAAH TORBAN.
☘🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
1️⃣.#BEEKUMSA (Al Ilm): kana jechuun hiika <<laa ilaaha illallaahuu>>beekuufii waan jechi kun fudhatama dhoorgeefii waan inni raggaasise sirritti beekuudha.
Rabbiin S.W akkana jedhe
وَلَا يَمْلِكُ ٱلَّذِينَ يَدْعُونَ مِن دُونِهِ ٱلشَّفَٰعَةَ إِلَّا مَن شَهِدَ بِٱلْحَقِّ وَهُمْ يَعْلَمُونَ
الزحرف ٨٦
Warri Rabbii gaditti waammatan, namoota dhugaa beekanii ragaa bahaniif malee, manguddummaa seenuu hin danda’anu.
Az-Zukhruf 43:86
♡♡♡♡♡♡♡
Ammas Rabbiin akkana jedhe.
((Rabbi malee dhugaan gabbaramaan biraa akka hin jirre beeki))
Muhammad .19
☘☘☘☘☘☘☘☘
2⃣#GUUTUUN GUUTUTTI BEEKUUDHA(yaqiin):
dhugaan gabbaramaan rabbi malee jiraachuu dhabuu shakkii tokko malee beekuudha.
Rabbiin S.W akkana jedhe
إِنَّمَا ٱلْمُؤْمِنُونَ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ بِٱللَّهِ وَرَسُولِهِۦ ثُمَّ لَمْ يَرْتَابُوا۟ وَجَٰهَدُوا۟ بِأَمْوَٰلِهِمْ وَأَنفُسِهِمْ فِى سَبِيلِ ٱللَّهِۚ أُو۟لَٰٓئِكَ هُمُ ٱلصَّٰدِقُونَ
Mu’uminoonni isaan Rabbiifi ergamaa Isaatti amananii, ergasii shakkii hin qabaatini.
Al-Hujurat 49:15
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
3⃣ #QULQULLEESSUUDHA (Al Iklaas): Dalagaa dalagan hunda Shirkii,toltuu dalagan Nama dhageessifachuufii,
garsiifachuu irraa Qulqulleessuudha.
Akkasumas Jecha "Laa ilaaha illa Allaah" rabbiif qofa jechuudha.
وَمَآ أُمِرُوٓا۟ إِلَّا لِيَعْبُدُوا۟ ٱللَّهَ مُخْلِصِينَ لَهُ ٱلدِّينَ حُنَفَآءَ
Rabbiin qofa gabbaruu, qajeelanii amantii Isa qofaaf qulqulleessuu, salaata dhaabuufi zakaa kennuutti malee homaa hin ajajamne Kun immoo amantii qajeelaadha.
Al-Bayyinah 98:5
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
4⃣#JAALATUU(AL MAHABBAH):Jecha "Laa Ilaaha Illa Allaah" fii waan inni irratti qajeelchu jaalatuu,
akkasuma warra jecha kana hojirra oolchan/warra tawhiidaas jaalatuudha.
وَمِنَ ٱلنَّاسِ مَن يَتَّخِذُ مِن دُونِ ٱللَّهِ أَندَادًا يُحِبُّونَهُمْ كَحُبِّ ٱللَّهِۖ وَٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓا۟ أَشَدُّ حُبًّا لِّلَّهِۗ
Namoota irraas nama Rabbiin ala gabbaramoota (biraa) kan akka Rabbiin jaallatanutti isaan jaallatan godhatantu jiru Isaan amanan irra caalaa Rabbiin jaallatu.
Al-Baqarah 2:165
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
5⃣#DHUGOOMUU(Al SIDQ):
Namni Jecha "laa Ilaaha Illa Allaah" jedhu dhugumaan qalbii isaa irraa jechuudha akka munaafiqaa arraba qofaan osoo hin taane.
وَلَقَدْ فَتَنَّا ٱلَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْۖ فَلَيَعْلَمَنَّ ٱللَّهُ ٱلَّذِينَ صَدَقُوا۟ وَلَيَعْلَمَنَّ ٱلْكَٰذِبِينَ
Dhugumatti, Nuti warra isaaniin duraas mokkorree jirra Dhugumatti, Rabbiin isaan dhugaan [amanne] jedhan beekuuf jira, sobdootas beekuuf jira .
Al-'Ankabut 29:3
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
6⃣#AJAJAMUU/MASAKAMUU(AL INQIYAAD):Waan jechi "Laa Ilaaha Illa Allaah" itti ajajuufii irraa dhoorgu hundaa faallessuu dhabuun ajajamuudha.
Rabbiin S.W akkana jedhe
وَأَنِيبُوٓا۟ إِلَىٰ رَبِّكُمْ وَأَسْلِمُوا۟ لَهُۥ مِن قَبْلِ أَن يَأْتِيَكُمُ ٱلْعَذَابُ ثُمَّ لَا تُنصَرُونَ
Odoo adabbiin isinitti hin dhufin gara Rabbii keessanii deebi’aa, Isaafis ajajamaa Sana booda hin tumsamtanu.
Az-Zumar 39:54
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
7⃣#FUDHACHUU(AL QABUUL):Ergaa "Laa Ilaaha Illa Allaah "(haqaan gabbaramaan rabbi qofa tahuu) onnerraa fudhachuufii gabbartii rabbiin maleef godhamu dhiisuudha.
إِنَّهُمْ كَانُوٓا۟ إِذَا قِيلَ لَهُمْ لَآ إِلَٰهَ إِلَّا ٱللَّهُ يَسْتَكْبِرُونَ□
وَيَقُولُونَ أَئِنَّا لَتَارِكُوٓا۟ ءَالِهَتِنَا لِشَاعِرٍ مَّجْنُونٍۭ
Dhugumatti, isaan yeroo “Rabbiin malee gabbaramaan dhugaa hin jiru” isaanin jedhamu ni boonu.
“Sila nuti weellisaa maraataa (kanaaf) gabbaramtoota keenya dhiifnaa?” jedhu
As-Saffat 37:35_36
#BARATAA: Jazaakumullaahu keyran....
Inshallah☝️ kutaan 3ffaan itti fufa....
Nu Hordofuuf || @Baytal_Hikma
አሰላሙ አሌይኩም ውድ የተከበራችሁ የአዳማ እና አካበቢ ሙስሊሞች በሙሉ ቅደሜ በፀጥታ ሀይሎች የፈረሰውን መስጂድ ጋር ከጧቱ 1:00 ላይ እንገናኝ ቦታ ጋንደሃራ ጤና ጣቢያ ባጃጅ መጨረሻ
Читать полностью…SAHAABOTNI AKSUUMITTI AWWAALAMAN EENYU FAA?!
*Sahaabonni Hayyicha addunyaaf aakiraa NABI MUHAMMAD ﷺ yeroo lamaaf gara biyya tanaa dhufuu qalamni seenaa barreessee jira.
-Marsaa duraatiif: sahaabota 11 gara Itiyoophiyaa magaala Aksuum godaananiiru. keessaa afur dubartoota ture.
-Marsaa lammataatiif: Sahaabota 83 yoo tahu,keessaa dubartootni 19 jedhan!
-Isaan keessaa 15 Aksuumitti hafan. 10 dhiira,5 dubartii dha jedha taarikni islaamaa!
- Warrootni Aksuumitti hafan hundinuu achumatti gara aakiraa deeman.
-Isaan keessaa kan har'a qabriin isaanii masjida Malik-Najjaashii biratti argamtu garii maqaa qoradhee kan argadhe:
1/ Al-Muxxalib Bin Azhar
المطلب بن أزهر
2/Haaxib Bin Haaris
حاطب بن الحارث
3/Urwaa Bin Abdil-Uzzaa
عروة بن عبد العزى
4/Faaximaa Bint Safwaan
فاطمة بنت صفوان
5/Aa'ishaa Bint Khaalid
عائشة بنت خالد
6/Harmah Bint Abdil-Aswad
هزمة بنت الأسود
__
Maddi:
الطبقات الكبرى
أسد الغابة
الإستيعاب
الإصابة....
Barana eddoo seenaa kabajamaa kana qabutu xiqqeeffame...!
/channel/adamacentral1
🍁ወደ መልካም ነገር ያመላከተ ሰው፡ የሰራ ሰውን አጅር ያህል ያገኛል" (ﷺ)🍁
ረሱል " (ﷺ)🍁 ከኔ የሰማቹትን አንዲትም አንቀፅ ብትሆን አስተላልፍ ብለውናል፡፡
🌐Amma hoo akkami😏....... warroota muslima qeeqaniif "Isin kitaabilee durii hiikuu irra darbee wanti dalaydan hinjiru/ taariika addaa hin qabdan" jedhaniif deebii quubsaa argataa jirraa? Amma haga tokko ifa nuuf ta'aa jiraa mii !? Kutaalee itti aanan irratti Saayintistoota muslimaa kalaqqii isaanii waliin kan isiniif ibsu ta'a insha allah.
Erga saayintistoota muslimaa fi kalqqii isaanii ilaalle booda, akka Orintaalistoonni jedhan san
➡️muslimoonni farra saayinsii akka hin taane erga ibsinee booda, inumaahuu muslimoonni ilaalchi saayinsiidhaaf qaban akka gaarii ta'e erga mul'isnee erga amansiifnee booda, Yaada armaan gadii irratti kan xiyyeeffannu ta'a.
☑Maaf taarika warqee keenna kana doksuudhaaf barbaadan? Kan dhoksuu dadhaban maaf xureessuu fi bushaasheessuu barbaadan...?
✔Warri dhihaa kun maaf akka ummanni muslimaa saayinsii irraa fagaatu barbaadan/ fageessan.
✔Ummanni muslimaa ummata "iqraa/dubbisi" ta'uu waliin maaf aadaa dubbisuu hin qabaanne, maaf dubbisuu irratti dadhabaa ta'e? Ummanni muslmaa aadaa dubbisuu akka hin qabaanne Dabni godhamu jiraa laata? Maaf akkas gochuu barbaadan?
✔Eshi duraan qarokmina guddaa, Zamana Ajaa’ibaa keessa turre, amma garuu maal qaroomina uumuu dhiisaatii Ilaalchi barumsaa fi dalagaaf qabnu baay'ee gadi bu'aadha, kuni akkamitti mudachuu dandahe?
✔Garuu maaliif sila! yeroo hedduu m/b keessatti barattoonni muslimaa barataa sadarkaa qabatan hin taaneef?
Gaafilee jedhuuf , deebii walmadaalaa qabannee kan dhufnu taha...... waliin mari'anna, furmaatas qopheessina.
Insha allah!!
Follow Us On tg @Baytal_Hikma
#AlNejashiMosque
ከትላንት ምሽት ጀምሮ በማህበራዊ ሚዲያ ላይ በትግራይ ክልል ባለው ታሪካዊው የአል ነጃሺ መስጊድ ላይ የደረሰውን ጉዳት የሚያሳዩ ፎቶች እየተዘዋወሩ ይገኛሉ።
በመስጊዱ ላይ ጉዳት የደረሰው በትግራይ ክልል በነበረው ጦርነት ወቅት ጥቃት ተፈፅሞበት እንደሆነ የተለያዩ ወገኖች ይገልፃሉ።
ይህ ጉዳይ ከተነገረ ሰንበትበት ቢልም በትግራይ ክልል ባለው ሙሉ በሙሉ የግንኙነት መቋረጥ፣ የትራንስፖርት አለመኖር ምክንያት በክልሉ ያሉ መረጃዎችን ከገለልተኛ አካላት ማጣራት የሚችልበት ሁኔታ አልተፈጠረም።
አሁን ላይ የትራንስፖርት መጀመር በአንዳንድ ቦታዎች ላይም የስልክ ግንኙነት ዳግም መጀመር ከዚህ ቀደም በሚዲያ ይፋ ያልወጡ ጉዳዮች በፎቶ ማስረጃ እየወጡ ይገኛሉ፤ የአል ነጃሺ መስጊድ ጉዳይም አንዱ ነው።
በአል ነጃሺ መስጊድ ላይ የደረሰው ጉዳት በፎቶ ከተሰራጨ በኃላ በርካታ የእምነቱ ተከታዮች፣ መምህራን በማህበራዊ ሚዲያዎች ላይ ድርጊቱን እያወገዙት ይገኛሉ።
በየትኛውም የፖለቲካ ልዩነት እና ግጭት የእምነት ቦታዎችን ኢላማ ማድረግ በየትኛውም መስፈርት ወንጀል እና ፈፅሞ ተቀባይነት የሌለው ድርጊት መሆኑንም ገልፀዋል።
የሚመለከተው አካል በአል ነጃሺ መስጊድ እና በውስጥ ባሉት ቅርሶች ላይ ስለደረሰው ጉዳት ዝርዝርና ግልፅ መረጃ እንዲሰጥም እየወተወቱና እያሳሰቡ ይገኛሉ።
እስከዛሬ ድረስ የትኛውም የመንግስት አካል በጉዳዩ ላይ የሰጠው ማብራሪያ የሰጠ ዬለም
@yeneashera
#Finfinnee
#Masjida_Taqwaa_Beetel
Guyyaa har'aa nannoo sa'aa 12:00 irratti Dargaggoonni Mahbara Qudduusaan irraa ergama fudhatanii bahan Alaabaa lummuxii kan sirna gabroonfataa leellisu Dallaa masjiida Taqwaa beetal gubbaatti fannifannu male jedhanii hookkara kaasuudhaan walitti bu'iinsi argamee jira.
Polisiin magalaa gama garew tokko dhaabatuun Al loogummaa agarsiisuun dargaggoota islaama gocha kana morman irratti tarkaanfii humanaa fudhatee jira.
poolisiin kan ummata hundaa malee kan garee tokkoo qofaa miti taatee har'aa irratti kan ummataa ta'uu isaanii akka waan dagatanii fakkaatu.
#Odeeffannoo
@Fursaan_Media
/channel/adamacentral1
ኡስታዝ አቡሀይደር በቤተል መስጂድ በነበረው ረብሻ ያስተላለፈው ከባድ መልእክት |
ሼር ያድርጉት
https://youtu.be/YqHBKzgrCuE
URJIILEE DACHII.
KUTAA5⃣
DhIHEESSAAN. ABU MUSLIM .
SEENAA sahaabdicha Qaari'a qur'aanaa tahe
UBEYY IBNU KA'AB
Radiyallaahu Anhu.....
waliin haa caqasnu.
🌺#𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🌺
👇================👇
:¨·.·¨: 📿📿📿📿📿📿📿📿
`·. 🌺 𝐉𝐨𝐢𝐧 || @Baytal_Hikma
🌷From Azkars that will benefits you ❤
🌴--🌴--🌴--🌴--🌴--🌴--🌴--🌴--🌴
🤲Astagfirullah
👆La ilaha illa llah
🥀Alhamdulillah
🌙Allahu Akbar
☝️Subhanallah
👌La hawla wala quwata illa billah
🥀Subhannallah wabihamdihi
☘️Subhanallah wabihamdihi subhanallahil aziim
🌷la ilaha illallahu wahdahu la shariika lahu lahulmulku walahul hamdu wahuwa ala kull shey'in qadiir
🌴Suratul iklas 10x
🌿Salawat Alanabi
👌la ilaha illa anta Subhanak inni kuntu minazalimin
🌿Subhanallahi wabihamdihi adada qalqihi warida nafsihi wazinata arshihi wamidada kalimatihi
❤️Alhamdulillah hamdan kathiiran tayiban mubarakan fih mubarakan aleyh kama yuhibu rabuna wayardahu.
🌴Allahuma inaka afuwun karimun tuhibul afwa fa awfu annii
--🌿--🌿--🌿--🌿--🌿--🌿--🌿--🌿--🌿
@Abbasibrahim8
@Abbasibrahim8
Watch "اخطر قصة في العالم ستجعلك لن تترك الصلاة بعد اليوم للشيخ محمد الشهراني" on YouTube
https://youtu.be/A8NH0n3tG_4
አሳሳቢ ትምህርት
○○○○○○○○○○○
መምህር እና ተማሪ
■■■■■■■■
#ተማሪ: አሰላሙ አለይኩም ወራህመቱላሂ ወበረካቱ መምህር
#መምህር ፣ ወአለይኩም አሰላሙ አለይኩም ወራህመቱላሂ ወበረካቱ
#ተማሪ፣ መምህር የ1ኛው ክፍል ውስጥ የ ላኢላሀኢለላህ መስፈርቶች እንደምትነግሩኝ ቃል ገብተውልኝ ነበር።
#መምህር:ላኢላሀኢለላህ ሰባት መስፈርቶች አሏት ከዚህ በታች ያለውን ፅሁፍ አንብብ
ሰባቱ የ‹‹ላ ኢላሀ ኢለላህ›› መስፈርቶች (ሸርጦች)
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
1⃣ #ዕውቀት(አል ኢልም)፡- ይህም ማለት የዚህ ቃል መልዕክት እና ቃሉ ዉድቅ የሚያደርጋቸዉንና እና የሚያፀድቃቸውን ነገሮች ጠንቅቆ ማወቅ ማለት ነው፡፡ ለዚህም ማስረጃው ቀጣዩ የአላህ ቃል ነው፡፡
وَلَا يَمْلِكُ الَّذِينَ يَدْعُونَ مِنْ دُونِهِ الشَّفَاعَةَ إِلَّا مَنْ شَهِدَ بِالْحَقِّ وَهُمْ يَعْلَمُونَ
الزخرف: ٨٥
(እነዚያም ከአላህ ሌላ የሚያመልኳቸዉ እነሱ የሚያውቁ ሆነው በእውነት ከመሰከሩት በስተቀር ምልጃን አይችሉም) አል-ዙኸሩፍ 86
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
2⃣ #እርግጠኛነት(አል የቂን)፡- በአላህ ብቸኛ አምላክነት ላይ ሙሉ በሙሉ እርግጠኛ መሆን ነው፡፡አላህ (ሱ.ወ)እንዲህ ይላል፡-
إِنَّمَا الْمُؤْمِنُونَ الَّذِينَ آمَنُوا بِاللَّهِ وَرَسُولِهِ ثُمَّ لَمْ يَرْتَابُوا وَجَاهَدُوا بِأَمْوَالِهِمْ وَأَنْفُسِهِمْ فِي سَبِيلِ اللَّهِ أُولَئِكَ هُمُ الصَّادِقُونَ
الحجرات: ١٥
({እዉነተኞቹ} ምእመናን እነዚያ በአላህና በመልእክተኛዉ ያመኑት ከዚያም ያልተጠረጠሩት ናቸው)
አል-ሑጁራት 15
የአላህ መልእክተኛም (ሰ.ዐ.ወ) ለአቡ ሑረይራ (ረዲየ አላሁ አንሁ) እንዲህ ብለውታል፡- ‹‹ ከዚህ አጥር በስተጀርባ የአላህን ብቸኛ አምላክነት ከልቡ በእርግጠኝነት የሚመሰክር ሰው ብታገኝ በጀነት አበስረው፡፡›› ሙስሊም ዘግበዉታል
3⃣ #ማጥራት(አል ኢክላስ)፡- ይህም ማለት የላኢላሀ ኢለላህን የምስክርነት ቃል የሰጠ ሰው ስራውን ከሽርክ ማጥራት አለበት፡፡ እንዲሁም በዚህ የምስክርነት ቃል የዱንያ ጥቅማጥቅሞችን ከመከጀል፣ ከይዩልኝ እና ይስሙልኝ መጥራት አለበት፡፡
አላህ (ሱ.ወ) እንዲህ ይላል ፡-
أَلَا لِلَّهِ ٱلدِّينُ ٱلْخَالِصُۚ ،
الزمر ٣
ንቁ! ፍጹም ጥሩ የኾነው ሃይማኖት የአላህ ብቻ ነው፡፡
Az-Zumar 39:3
የአላህ መልዕክተኛ (ሰ.ዐ.ወ) እንዲህ ብለዋል ‹‹የቂያማ ዕለት የኔን ምልጃ በማግኘት ዕድለኛ የሚሆነው ላ ኢላሀ ኢለላህን ከልቡ ያለ ሰው ነው፡፡›› ቡኻሪ ዘግበዉታል፡፡
4⃣ #መውደድ(አል ማሃባ) ፡- ይህ ማለት ላኢላሀ ኢለላህ የሚለውን የምስክርነት ቃል ፣ አላህን እንዲሁም አላህን በብቸኝነት የሚያመልኩትን የተውሂድ ሰዎችን መውደድ ነው፡፡ አላህ (ሱ.ወ) እንዲህ ይላል ፡-
(وَمِنَ النَّاسِ مَنْ يَتَّخِذُ مِنْ دُونِ اللَّهِ أَنْدَادًا يُحِبُّونَهُمْ كَحُبِّ اللَّهِ وَالَّذِينَ آمَنُوا أَشَدُّ حُبًّا لِلَّهِ
البقرة: ١٦٥
(ከሰዎችም አላህን እንደሚወዱ የሚወዷቸው ኾነው ከአላህ ሌላ ባለንጣዎችን (ጣዖታትን) የሚይዙ አሉ፡፡ እነዚያ ያመኑትም አላህን በመውደድ (ከነርሱ) ይበልጥ የበረቱ ናቸው) አል በቀራህ 165
5⃣ #እውነተኝነት(አል ሲዲቅ)፡- የላኢላሀ ኢለላህን የምስክርነት ቃል በሚሰጥበት ጊዜ እውነተኛ መሆን ማለት ነው፡፡
Al-'Ankabut 29:3
وَلَقَدْ فَتَنَّا ٱلَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْۖ فَلَيَعْلَمَنَّ ٱللَّهُ ٱلَّذِينَ صَدَقُوا۟ وَلَيَعْلَمَنَّ ٱلْكَٰذِبِينَ
እነዚያንም ከእነሱ በፊት የነበሩትን በእርግጥ ፈትነናል፡፡ እነዚያንም እውነት የተናገሩትን አላህ በእርግጥ ያውቃል፡፡ ውሸታሞቹንም ያውቃል፡፡
Al-'Ankabut 29:3
የአላህ መልእክተኛ (ሰ.ዐ.ወ) እንዲህ ይላሉ ‹‹ማንኛውም ከልቡ በእውነተኛነት በአላህ ብቸኛ አምላክነትና በሙሐመድ (ሰ.ዐ.ወ) መልዕክተኝነት የሚመሰክር ሰው አላህ ከእሳት እርም ይለዋል ›› ቡኻሪ ዘግበዉታል
6⃣ #መታዘዝ(አል ኢንቂያድ)፡- ይህ ማለት ‹‹ላ ኢላሀ ኢለላህ›› የሚለው የምስክርነት ቃል ለሚያመላክታቸው ትዕዛዛትና ክልከላዎች ሙሉ ታዛዥ ተከታይና ተናናሽ መሆን ነው፡፡ አላህ (ሱ.ወ) እንዲህ ይላል፡-
وَمَنْ يُسْلِمْ وَجْهَهُ إِلَى اللَّهِ وَهُوَ مُحْسِنٌ فَقَدِ اسْتَمْسَكَ بِالْعُرْوَةِ الْوُثْقَى وَإِلَى اللَّهِ عَاقِبَةُ الْأُمُورِ
لقمان: ٢٢
(እርሱ መልካም ሰሪ ሆኖ ፊቱን (በመታዘዝና በመተናነስ) ወደ አላህ የሚሰጥ ሰው ጠንካራን ገመድ በእርግጥ ጨበጠ…)
ሉቅማን 22
7⃣ #መቀበል (አል ቀቡል)፡- የላኢላሀ ኢለላህን መልእክት (አላህን በብቸኝነት ማምለክን) ከልብ መቀበልና ለሌላ አካል የሚከናወኑ አምልኮቶችን መተው ነው፡፡ ይህንን ያልተቀበለ ግን አላህ ኩራተኛነታቸውን እና አለመቀበላቸው እንዲህ በማለት ከገለፃቸው ሙሽሪኮች መደዳ ይሰለፋል፡፡
إِنَّهُمْ كَانُوا إِذَا قِيلَ لَهُمْ لَا إِلَهَ إِلَّا اللَّهُ يَسْتَكْبِرُونَ
الصافات: ٣٥ – ٣٦
(እነርሱ፤ ‹ከአላህ ሌላ አምልኮት የሚገባው ሆኖ የሚመለክ አምላክ የለም› በተባሉ ጊዜ ይኮሩ ነበር፡፡ እኛ ለእብድ ባለቅኔ ብለን አማልክቶቻችንን የምንተው ነን ይሉም ነበር፡፡)
አልሷፋት 35-36
ተማሪ፣ ጀዛኩሙላሁከይረን
ኢንሻአላህ☝️ 3ኛ ክፍል ይቀጥላል ........
ለመከታተል || @Baytal_Hikma Join ያድርጉ
Watch "Dhaamsa Sheikh Amiin Ibroo Magaalaa Adaamaatti" on YouTube
https://youtu.be/8I3cOn3wsTg
Senaa Aja,iba
Intalaa takkatu kharaa namticha garii salihaa takka dhuftee ya gabrichaa rabbi Rabbin khe zalima mo Abba haqatii jatten namtichi salihni khuni rabbi rahmeta sif ha godhu rabbin kiyya abba haqatii ja,en garuu maltuu Akka akkana jattu si godhe ja,e gafateen
Isiinis ni jatten ani harmeladha jatten ilmaan sadii qabaa dhaala qaba jatten hoggan huccu carqii manaa kheysaa jirtuu takka walii qabee gurgure jollef wan nyataan bitufii demuu shanbiroo takka khararatii wanin demun tanaa na harkaa futee jatten amma wanin jolle tiyyaf geysuu qabu jatten osumaa isaan akkati hasawuu jiraani hulaan namtichaa salihaa khana dhadhahamte namni hulaa tanaraa jiruu tujjaraa naggadee nama kudhanii hundii isaani dinara 100 harkaa qabaan namticha saliha khanan akkana ja,anin hodhuti mallaqa khana nama haqaa godhatuuf khanni ja,anin
Ni ja.en namtichi salihni khun maltuu mallaqa khanaa akka khannatan isiin godhe ja,en akkana jechun debisanif nutii markebaa (donii ) gubba jiruu qillensii hamaan tokko nu dhufee donii tenyaa nu jalaa cabsee bishaan nu liqimsuu ka,e osumaa du,af jiruu jiddu jirru shinbiroon takka carqii takka fidde nu biraa darbitee baqqa cabxee sanis firra itti tolchinee akkasi nagayaan bane ja,ani himanif tanaf rabbif jecha qodhaa dinara 100 takka takka if qabne ja,anin namtichi salihni khunis gargale hadha ilmaan sadihi tanati Rabbi Barahaa fi baharaa kheysatile nama dagannen kana zalima gotaa ja,en san bodaa dinaraa 1000 isiif khanne ilmaan ketiif geysii ja,en
Rabbin hamtuudhan siin xuquu yoniif kheyrii sif qabatee maleee...
#Rabbi namatu cinqii itti jirtu irra si ha basuu me senaa tanaa obboleyan khetif #share godhi
Post kenya group addaa addara share godhun nu hordofaa
@Hamzanaik1
@Hamzanaik1
/channel/adamacentral1
አሰላሙአሌይኩም ወረህመቱላሂ ወበረካቱሁ
ሰላመቹነ አለህ ያብዛልን
✨ በ ነገ...መቼም አይደለም መቅረት ማርፈድ
የማይታሰብ በጉጉት ምንጣብቀው ፕሮግራም
እንሻአላህ 1 ቀን የማይሞላ ጊዜ የ ቀረው
ሲሆን በነገው እለት
🌹ጓደኛ ,ዘመድ,ግሮቤት ሆናችሁ በግዜ እንትገኙ በ አክብሮት እንጠየቃለን 💕💕
ከ teriqul janna jema
“ሙስሊም ሳይንቲስቶች እና አስተዋጽኦቸው”
🌟
“𝕄𝕦𝕤𝕝𝕚𝕞 𝕊𝕔𝕚𝕖𝕟𝕥𝕚𝕤𝕥𝕤 𝕒𝕟𝕕 𝕋𝕙𝕖𝕚𝕣 ℂ𝕠𝕟𝕥𝕣𝕚𝕓𝕦𝕥𝕚𝕠𝕟𝕤”
💫✨ክፍል5️⃣ መግቢያ 5💫✨
🏫#Baytal_Hikma "بيت الحكمة"
#The_House_of_wisdom
አሰላሙ አለይኩም ወረህመቱላሂ ወበረካቱህ.....
"በይተል ሒክማ ውስጥ ሲከናወኑ ከነበሩ" ከሚለው ርዕስ የቀጠለ....
2️⃣ሁለተኛው ነገር የቀደምት ስልጣኔ የሆኑትን መጽሐፍት ጠለቅ ያለ ጥናት በማረግ ስተቶችን ማስተካከያ ማሻሻያ ሲደረግ ነበር:: ከስልጣኔ በሐሪያት ውስጥ አንዱ; #ስልጣኔ_መሻሻሉ_ነው::
በቀደምት ስልጣኔዎች የተጻፉ መጽሐፍት በውስጣቸው የተለያየ ስህተት እንዳላቸው በጊዜው የነበሩ ሙስሊም ሳይንቲስቶች ተናግረዋል:: ከ እስልምና ስልጣኔ በፊት የ አልጀብራ ጥናት አልነበረም:: አልጀብራን ከ ቲሪግኖሜትሪ ጋረ በጥምረት ማጥናት ለ አስትሮኖሚም ሆነ ለሌላ ሳይንስ ውጤማ ጥናት ለማካሄድ ወሳኝ መሳሪያ ናቸው:: በጥንት ስልጣኔ ውስጥ አልጀብራ ያለመፈጠሩና የትሪግኖሜትሪ አንድ አንድ የ ሚጎድሉ ፎርሙላዎች በመኖራቸው የተለያየ ስተት በመጽሐፋቸው ውስጥ ተገኝቷል:: እንዛንም ስህተቶች በተለያዩ ግዜ በተለያዩ ቦታ(ቤይተል ሂክማም ሆነ ሌላ ቦታ)ላይ ሆኖ ሙስልም ሳይንቲስቶች እርምት አድርጏል::
ከነዛ ውስጥ በጥቂቱ.........
"#አሽ-ሹኩክ ዐላ ጃሊኒዮስ" የሚለው የ አልራዚ መጽሐፍ ይጠቀሳል::
"#ሹኩክ ዐላ ፔትሊይሞስ" የ ፔተሎሚ አጠራጣሪ ሀሳቦች" የሚለው ደሞ የ ኢብን አል-ሀይሰም ነው::
3️⃣የBaytal hikma ሌላኛው ስራ በይተል ሒክማ የ ሳይንቲስቶች መዳረሻ እንደመሆኑ ; እዛ ውስጥ የተለያዩ የ ውይይት መድረኮች ይዘጋጁ ነበር:: ክፍት ; ነፃ ; ሰው የፈለገውን ነገር እንደፈለገ ማውራት የሚችልበት; ሰውን በሀሳብ ማሸነፍ እንጅ በጉልበት ማንም ማያስገድድበት ሙሁራዊ መድረክም ይቀርብበት ነበር:: ሙሁራኑም በሚወያዩበት አጀንዳ ላይ ያላቸውን ሀሳብ ይሰጣሉ; ይወያያሉ ይከራከራሉ:: እንዲ አይነት ውይይቶች ላይ ኸሊፋው አል-መዕሙንም ይሳተፉበት ነበር::
4️⃣አዳዲስ ፈጠራ ሚፈጠርበት እና የሚከማችበት መዕከል::
@Baytal_hikma የሳይንስ ጥናትና ምርምር ተቋም ነበር:: ብዙ አዳዲስ ግኝቶች እዛ ውስጥ ተገኝቷል:: እዛ ውስጥ የሆነ ግኝት ሲገኝ ወይም ፎርሙላ ሲገኝ ወደ ውጪ ከመውጣቱ በፊት ኤክስፐሪመንታሊይ ይረጋገጥ ነበር:: ሁሉ ነገር በጥንቃቄ ነው ሚሰራው:: እዛ ውስጥ ከተገኙ ግኝቶች በጥቂቱ ..... የ አልጀብራ ፈጠራ አንዱ ነው:: አልጀብራን ለመጀመሪያ ግዜ ያጠናው ለ አለም ያበረከተው ሙስሊሙ ሳይንቲት አል-ኸዋሪዝሚ ነው:: አልኸዋሪዝሚ ለ አለም በተለያዩ የ ሳይንስ ዘርፍ ላይ ብዙ ነገር አበርክቷል:: አልኸዋሪዝሚ The father of algebra በመባልም ይታወቃል:: ይህ #እንቁ_ሳይንቲስትእና ሌሎች ሙስሊም ሳይንቲስቶች እምነታቸውን ለመረዳት እና ሌሎችንም ቀለል ባለ መልኩ ለማስረዳት በሚያረጉት ጥረት ውስጥ ነው እነኚህን አዳዲስ ግኝቶች ለ አለም ያበረከቱት:: ለምሳሌ አልከዋሪዝሚ "ኪታቡል ጀብሪ ወልሙቃበላ" በሚለው መጽሐፉ ውስጥ '#የ_እስልምና_ህግጋት_የሆነውን_የውርስ_ክፍፍል_ቀለል_ባለ_መልኩ_ለማስላት_እንዲቻል' ብሎ በማሰብ ነው የጻፈው:: ነገሪየው ከውርስ በላይ ሆኖ በመገኘት ጭራሽ ከ ሂሳብ ወሳኝ እና ትላልቅ ብራንች/ ቅርንጫፍ አንዱ ክፍል አልኸዋሪዝሚ የፈጠረው አልጀብራ ሆነ:: አልጀብራ የሚለውን ቃል እራሱ ከሱ መጽሐፍ ከ"#ኪታቡል_ጀብሪ_ወልሙቃበላ" ነው::
የሙሳ ልጆች(በኑ ሙሳ) ተብሎ ሚታወቁ 3 ሳይንቲስቶች still አሁን ድረስ እየተጠቀምንባቸው ያለ የ ተለያዩ ማሽኖችን መፍጠር የበቁት እዛው Baytal hikma ውስጥ ነው::
#አልኪንዲ የ አረቡ አለም የመጀመሪያው ሙስሊም ፈላስፋ ለመሆን የበቃው ከዛው ከ #baytal_hikma ነው:: አሁን አለም የምትጠቀምበትን ቁጥር ወይም (#ሂንዱ_አረቢክ 1,2,3... )ለ ምዕራባውያንም ለ አለምም የተሰራጨው ከዛው ከበይተል ሂክማ ነው::
ብቻ ምን ልበላቹ ሳይንቲስቶች ብዙ ፈጠራዎችን ግኝቶችን በይተልሂክማ ውስጥ ሆኖ ለአለም አበርክተዋል::
💫አሁንስ እንዴት ነው.....እስልምናን ለሚተቹ "እናንተ ም መጽሐፍን ከመተርጎም የዘለለ ሌላ ታሪክ የላቹም" ለሚሉን በቂ መልስ እያገኘንላቸው ነው? አሁን ትኒሺም ቢሆን እየተገለጠልን ነዋ?
በቀጣይ ክፍሎች ብዙ እጅግ ብዙ የሆኑ የሙስሊም ሳይንቲስቶችን እስከነ ፈጠራቸው አስተዋውቃቹዋለው ኢንሻ አላህ::
ለረዥም ትከታታይ ክፍሎች ስለሙስሊም ሳይንቲስቶች እና ፈጠራቸው ካወራን ቡሃላ ; ኦሪንታሊስቶች እንደሚቀጥፉት እኛ/ሙስሊሞች ፀረ-ሳይንስ እንዳል ሆንን ካሳየን ቡሃላ; እንደውም ሙስሊሞች ለሳይንስ ያላቸው አመለካከት ከፍተኛ እንደሆነ ካሳየን ካመንን ካሳመንን ቡሃላ; የሚከተሉት ነጥቦች ላይ እናቶክራለን
☑️ለምን ኢሄንን ወርቃማው ታሪካችንን ሊደብቁት ፈለጉ; አልደበቅ ያለውን ለምን ማጠልሸት ፈለጉ...?
✔️ምዕራባዊያን ለምን ሙስሊሙን መሐበረሰብ ከ ሳይንስ ማራቅ ፈለጉ
✔️ሙስሊሙ የ አንብብ ትውልድ ሆኖ ለምን ማበብ ላይ ደካማ ሆነ? ሙስሊሙ እንዳያነብ ሚሴሩ ሴራዎች አሉን? ለምንስ ተፈለገ?
✔️እሺ ድሮ ከፍተኛ ስልጣኔ ውስጥ ወርቃማው ጊዜ ውስጥ ነበርን; አሁን ላይ እንኳን ስልጣኔ መፍጠር ተውና ለትምህርትና ስራ ያለን አመለካከት በጣም የወረደ ነው ኢሄ ክፍተት እንዴት ሊፈጠር ቻለ?
✔️ግን ለምን ይሁን ት/ቤ ውስጥ የሙስሊም ተማሪ የደረጃ ተማሪ ሆኖ ማናገኘው?
ለሚሉት ጥያቄዎች ተመጣጣኝ መልስ እንሰጣለን.... አብረንም እንወያያለን; መፍትሄም እናበጃለን ኢንሻ አላህ::
❤️@Baytal_Hikma❤️ላይ ይከታተሉን::
“𝑺𝒂𝒂𝒚𝒊𝒏𝒕𝒊𝒔𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂 𝑴𝒖𝒔𝒍𝒊𝒎𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝑮𝒖𝒎𝒂𝒂𝒄𝒉𝒂 𝑰𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊” 🌟
“𝕄𝕦𝕤𝕝𝕚𝕞 𝕊𝕔𝕚𝕖𝕟𝕥𝕚𝕤𝕥𝕤 𝕒𝕟𝕕 𝕋𝕙𝕖𝕚𝕣 ℂ𝕠𝕟𝕥𝕣𝕚𝕓𝕦𝕥𝕚𝕠𝕟𝕤”
💫✨Kutaa 5️⃣⭐️Seensa 5⚡️💫
BH keessatti maaltu dalagamaa ture? Kan jedhu irraa kan fufe...
2️⃣ Wanti lammaffaan, Kitaabolee Qaroomina durii haala gadi fageenya qabuun qu'atuun Dogongoroota jiran Sirreessaa fi fooyyeessaa turan. Amala Qaroominaa keessaa tokko, qaroominni foyya'uu isaati. Saayintistoonni muslimaa zamaana san turan , kitaabolee qaroomina durii keessatti barreeffaman akkuma wantoota sirrii ta'e qaban wantoota dogongoraas akka hammatan ibsanii turan. Qaroomina islaamaa dura qu'annaan Aljeebraa hagas mara hinjiru ture. Aljeebraa, Tiriiginoomeetirii fi Ji’oogiraafii waliin qu'achuun Astiroonoomiifis ta'ee saayinsiiwwan biroo akka haala milkaa'ina qabeessaan qu'annuuf nugargaaru. Qaroomina durii keessa Sababa Aljeebraan uumamuu dhabuutii fi hanqina foormulaawwan Tiriiginoomeetiriis ta'ee saayinsii biroo keessatti argameen Dogongoroota uumaman nijiran ture. Dogongoroota sanniin yeroo/zamana garagaraa fi bakka garagaraatti( Baytal_Hikmaas ta'ee bakka biraa) ta'anii Saayintistoonni muslimaa sirreessaniiru.
Sanniin keessaa muraasa..... kitaaba Alraaziii kan "#Shakkii gaalanirratti" jedhu. Kitaaba Waa'ee fayyaa/Medicine waliin wal qabatu.
Kitaaba AlHaysam, Shakkii Almaajeestii/ peetoolomii irratti jedhu. Eeruun ni dandahama.
Zamana sanitti yeroo ummanni marti kitaaba qaroomina griikii fi biroo keessatti barreeffame akka "kitaaba qulqulluutti" laalamu, waan hinsirroofne itti fakkaatu sanitti Saayintistoonni muslimaa sirreessuudhaan Shakkii kitaaba kanarratti jiru jedhanii baasuun ulfaataa ture.
3️⃣wantootni biraa kan BH keessatti dalagamaa ture...... Baytal_Hikmaan bakka walgeettii Saayintistoota addunyaa ta'uu waliin, achi keessatti Sagantaan Marii Hayyootaa ni qophaa'a ture. Sagantaa marii hayyootaa yaada akka fedhanitti kaasuudhaan waan fedhanirratti mari'atu, walmormu, walbarsiisutu qophaa'a. Hayyoonnis Ajandaa dhihaaterratti yaada qaban ni laatan, nimari'atan, irratti walmorman. Sagantaa akkanaatirratti Khaliifaan abbaasiyyatis irratti hirmaata ture.
4️⃣Iddoo/dhaabbata kalaqqiin fi argannoon garagaraa itti kalaqamuufi itti kuusamu.
BH dhaabbata qu'annoo fi qorannoo saayinsiiti. Argannoon gargaraa achi keessatti argaman. Achi keessatti argannoon wahii yoo argamu ykn foormulaan wahii yoo argamu...gara alaa bahuun duratti eksparmantaalii waan san mirkaneessan ture.
Arganoowwan achi keessatti argaman keessaa muraasni..... Qalaqqiin Aljeebraa isa tokko. Aljeebraa yeroo jalqabaatiif akka damee Herreegaatitti kan qu'ate Fi addunyaaf kan ibse AlKhawaarizmii dha. Al-kawaariizmiin damee saayinsii gargaraa keessatti gumaacha gumaacheera. Alkawaariizmiin "The father of Algebra" jedhamuunis beekama. Hayyuun kun/hayyoonni muslimaa biroos Amantii isaanii sirritti hubachuufii Ummata muslimaatiif haala salphaan hubachiisuuf osoo yaalan kalaqqii akkanaa kalaqan. Fkn Alkawaarizmiin kitaaba isaa "kitaabul jabri walmuqaabala" keessatti sababni kitaaba isaa san barreesseef "Seera islaamaa kan ta'e, waa'ee dhaalmayaa haala salphaan hubachuun akka dandahamuuf" akka ta'e ibsee ture. Wantichi inumaayyuu waa'ee dhaalmayaatirra caalee argamuu isaatiin, damee herreegaa guddicha fi murteessaa ta'uun moggaasa Aljeebraa jedhu argachuu dandahee jira. Jechummaan aljeebraa jedhuuyyuu kitaaba isaa kan "kitaabul jabri walmuqaaabalaa" jedhurraa fudhatame.
Banuu muusaa (ijoollee muusaa sadan) Jedhamuudhaan kan beekaman fiizistoonni sadi, maashinoota garagaraa haga ammaas itti fayydamnu uumuu kan dandahan achumma baytal hikmaa keessa ture.
Alkindiin Faalsfaa jalqabaa ummata Arabaa fi muslimaa ta'uu kan dandahe achumma Baytal_Hikmaa keessatti ture.
Laakkoofsi amma addunyaan itti fayyadamaa jirtu ykn(hinduu arabik 1,2,3,....) warroota dhihaatiifis ta'ee addunyaa maraaf kan tamsa'e achummaa Baytal_Hikmaa keessaahi.
Saayintistoonni kalaqqii garagaraa Baytal_Hikmaa keessa taa'uu dhaan addunyaaf gumaachaniiru.
❤ @Baytal_Hikma ❤ irratti nu hordofaa