Gumaacha Jama'aawwan Magaalaa Adaamaa Faawundeeshiinii Rufeeydaatiif gumaachan!!
_
የአዳማ ከተማ ጀመአዎች ለሩፌይዳ ፋዉንዴሽን የበረከቱት ስጦታ!!
_
@ACYM2015
24/06/2016
Jama'aawwan
1. ACYM
2. ARAHIMUN
3. HAWAS
4. GORO
5. NIYA
6. FAJRUL ISLAM
7. ALRISALA
8. HARAMBE
9. RIFTY
10. TORBAN
11. AISHA
12. RUFYDA
13. AS-HABUL YAMIN
14. TARIKUL JANNAH
15. KULAFA
16. EYAM
17. ALHIKMA
18. ZAD
19. DARUL HADIS
20. NASR
21. ZINURAYN
22. Baraka
23. Najashi
24. AYIMA
25. Ibn Taymiya
.......
#Baabu_Rayyaan_3
#ባቡ_የያን3
#calaqqe_rahmata.
#የራህመት_ነፀብራቅ
Sanbata Xiqqaa gurandhala 30/2016
ቅዳሜ የከትቲ 30/2016
Ganama Sa’aa 2:00 irraa eegalee
ማለዳ 2:00 ሰዓት ጀምሮ
#Sensa_bilisaan_መግቢያ_ነፃ
➜ Sagantaa ziyaaraa guyyaa hardhaa!
የዛሬ ዚያራ
Today's visit!!
#Rufaida_Women's_Foundation
#Urgent! #Share #ሼር
السلام عليكم ورحمت الله وبركاته
#Nural_Islam_Award_3
🏆
Guyyaan saganticha itti eegallu gara Ramadaana boodaatti jijjiiramuu isaa kabajaan isin beeksifna!!
***
Hirmaannaa nu wajjiin taasisaa turtaniif hundi keessanuu galatoomaa!!
***
🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆
#ኑረል_ኢስላም_አዋርድ_3
***
ፕሮግራሙ ወደ ረመዳን ወር በኋላ መራዘሙን በአክብሮት እናሳውቃለን
***
➜ ካኛ ጋር ስታደርጉ ለነበረው ተሳትፎ ሁሉ እናመሰግናለን
***
🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆
More info 👇👇👇
➜ /channel/Niyajamea
➜ 0978047188 - 0925994775 - 0910745723
የጅማ አባጅፋር የሰላምና የምስጋና ኮንፍረንስ ለመሳተፍ ከ200 በላይ እንግዶች ጅማ ገብተዋል::
🍃🍃🍃🍃🍃🍃
የካቲት 2/2016
ረጀብ 29/1445
በጅማ ከተማና በጅማ ዞን እስልምና ጉዳዮች ም/ቤት አዘጋጅነት "የተከፈለው መስዋዕትነት ለተቋማዊ ለውጥ" በሚል መሪ ቃል የተዘጋጀው "የጅማ አባጅፋር የሰላምና የምስጋና ኮንፍረንስን ለመሳተፍ ከ200 በላይ እንግዶች ዛሬ ቅዳሜ የካቲት 2/2016 ጅማ ገብተዋል።
ከመላው ኢትዮጵያ የተሰባሰቡ መሻኢኾች፣ ዱዓቶች፣ አሊሞች፣ ምሑራን ፣ የመንግሥት ተወካዮች፣ በኢትዮጵያ እስልምና አሻራቸውን ያሳረፉ በእንግድነት የተጋበዙበት ይህ ኮንፍረንስ እሁድ የካቲት 3/2016 በጅማ ዩኒቨርስቲ ስታዲየም 30 ሺ ሰዎች በሚገኙበት የሚከናወን ይሆናል።
#Sagantaa_Waldorgoommii_Nuural_Islaam_Award_Marsaa_3ffaa
Gosoota Waldorgommii
1➜ Qur'aanaan
2➜ Azaanaan
3➜ Khuxbaan
✍️Galmee Eegalee jira!!
Guyyaa itti xumuramu
02/06/2016
Qaamaan Masjiida Imaamu Ahmad dhufuun galmaayaa ykn Online dhaan galmaahuu ni dandeessu!!
👇👇
0978047188
0925994775
0910745723
#NURAL_ISLAM_YOUTH_ASSOCIATION ( NIYA)
👇👇👇
/channel/Niyajamea
Sagantaa Marii guyyaa boruu!!
**
Waamamtoonni ergaan isin gahe ammas irra deebine isin yaadachiifna!
**
➜ Sa'aatii 8:00 - 11:00
➜ACYM
**
Don't create difficulty for others | #islamic #status #faith #sabr #muft...
https://youtube.com/shorts/QOYfpHmpMbc?si=ZF0bapUKr0V6u7rd
#Sagantaa_Galataa_fi_Waraqa_Ragaa 💥
➜Jama'aawwan Dargaggootaa Magaalaa Adaamaa adda addaa wajjiin.
**
➜ 18/05/2016
➜Masjiida Umaritti
➜ Sa'aa 2:30 irraa
➜➜➜➜➜➜➜➜➜
#የምስጋናና_የምስክር_ወረቀት_ፕሮገራም
💥
➜ከአዳማ ወጣቶች ጀመአዎች ጋር
****
➜18/05/2016
➜በኡመር መስጂድ
➜ከ2:30
t.me/ACYM2015
💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫⭐️💫
➜ #Guyyaa_boruu_kidmaa haala adda ta'een isin keessummeessuuf Jama'aawwan Dargaggootaa Magaalaa Adaamaa qophii addaa irra jiru!
***
➜ #Wal_argaan_galma_abbaa_gadaa_haa_taatu_boru!
12/05/2016
****
➜#ነገ_ኪድማ _ላይ_በልዩ ሁኔታ እናንተን ለማስተናገድ የአዳማ ከተማ ወጣቶች ጀመአዎች አስደናቂ ዝግጅት ላይ ናቸው!!
**
12/05/2016 #በአባ_ገዳ_አዳራሽ_እንገናኝ
➜➜➜➜➜➜➜➜➜➜
t.me/ACYM2015
Waamicha Koonfaransii Nagayaa Magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaa gaafa 12/05/2016 '' Qur'aanni Nagayaaf'' Mata duree jedhuun*
የሰላም ኮንፈረንስ ጥሪ! በአዳማ አባ ገዳ አዳራሽ በ12/05/2016!!
***
Jama'aawwan Kidmaa Dilbata dhufuuf qophii addaa taasisaa jiru!!
❗️❕❗️❕❗️
ጀመአዎች ለእሁድ ፕሮግራም ልዩ ዝግጅት እያረጉ ነው
❕❗️❕❗️❕
@ACYM2015
በዘይድ እብን ሳቢትና በአዳማ እስልምና ጉዳዮች በትብብር የተዘጋጀ ታላቅ የቁርአንና አዛን 16 ከተማ የማጣሪያ ውድድርና የቁርአን ለሰላም ኮንፈረንስ የፊታችን እሁድ ጥር 12/05/2016 በአዳማ ገልመ አባገዳ ከጠዋቱ 2:00 ጀምሮ ይካሄዳል፡፡በዕለቱም ዲፕሎማቶች፣አምባሳደሮች፣የመጅሊስ ከፍተኛ አመራሮች፣ኡለማኦች፣የመንግሥት ከፍተኛ አመራሮች፣ዱአቶች፣በሺዎች የሚቆጠር የአዳማና አከባቢዋ ማህበረሰብ ይገኝበታል፡፡
Читать полностью…Sagantaa Leenjii Hooggansa M/M/Dh/I/Magaalaa Adaamaa Sadarkaa adda addaa irratti argamaniif Dhimma misoomaa fi diinagdee jedhu irratti kenname.
በአዳማ ከተማ እስልምና ጉዳዮች ምክር ቤት በተለያዩ ደረጃ ለይ ለሚገኙ አመራሮች በልማትና ኢኮኖሚ ጉዳዮች ለይ የተሰጠ የስልጠና ፕሮግራም
___
t.me/ACYM2015
➜Leenjii guyyaa boruu dargaggoota 100f Kan Majlisa Adaamaatiin qophaahe!
___
➜ለ100 ወጣቶች ስልጠና ፕሮግራም በአዳማ መጅሊስ አዘጋጅነት
___
*Guyyaa Kamisaa - Ganama Sa'aa 2:30 - sa'aa boodaa
* Iddoo - Galma Jeneraalaa
-----------
* ቀን - ሀሙስ-ጠዋት 2:30 - ከሰአት
* ቦታ - ጄኔራል አዳራሽ
_20/06/2016
Waamicha deeggarsaa!
"Namni suuraa irratti argitan kun Sheekh Ahmad Umar Suleymaan jedhamu. Dhalataa Godinaa Jimmaa, Magaalaaa Aggaaroo yoo ta'an, umrii isaanii guutuu nama Dinal Islaam barataa fi barsiisaa turaniidha. Haala barnoota isaanii gabaabinaan yoo ilaallu: Barnoota Qur'aaana, Tajwiida, Fiqhi fi Nahwi Magaalaa Jimmaatti barataa muftii Muhammad Yahyaa Al Azhaariyyi Al Harariyyi tahan Sheek Ahmad Abbaa Waajamma irratti barataniiru. Achiin gara Godina Arsii Lixaa deemuun Sheek Hasan Gammadaa biratti barnoota Ahkama Hadiisa (Bulugul Maaram, Umdatul Ahkam,..), Usalal Hadiisii fi Usulul Fiqhii, Tafsiira, Faraa'idaa fi kitaaboota aqiidaa hedduu barataniiru. Achiin booda gara dachee kabajamtuu Haramaa deemun achittis Aalimoota garagaraa irraa fkn Dr Suleeyman Ibnu Waa'il Attuwayijiriiyyi irratti Fiqhii Al Hambaliyyi fi Towhida, Sheek Yahyaa Ibnu Usmaan Al Mudarris irratti Tafsiira, Hadiisaa, Musxalal Hadiis, Fiqhii fi barnoota garagaraa, Aalima guddaa Sheek Abdulaziiz Ibnu Baaz (rahimahulla) Kitaaboota erga barataniin booda gara biyya keenyaatti deebi'anii Daw'aa fi Qiraatii irratti akka bobba'aniif ergamanii galuun Magaalaa Adaamaa kutaa Magaalaa Danbalaatti Imaama tahuun tajaajilaa jiru.
Waggatoaa 30 olitiif dhukkuba Asmitiin dhukkubsachaa kan jiran ta’uus Yeroo dhihoo as dhukkuba Onnee dhukkubsachuun Hospitaala Adaamaatti kan yaalamaa turan yoo yeroo ammaatti immoo Hospialichi dhibeen isaanii humna kootii oli waan ta'eef gara "Lancet Behrawi Hospital" deemanii akka yaalamaniif rifarii kan barreessef yoo ta'u, baasiin yaalichaaf barbaachisu immoo yoo xiqqatee hanga qarshii 300,000 (kuma dhibba Sadii) ol gaafata. Sheekni kun immoo miindaas ta’ee galii biraa tokkoolee kan hin qabne waan ta'eef humna itti baasii kana kaffalanii yaalaman hin qaban. Kanaaf namoonni Rabbiin isiniif laaffise Sheeka kana bira dhaabbatanii yaala akka argataniif waan dandeessaniin akka gargaartan isin gaafanna. Namoonni gargaaruu feetan akkawuntii sadiin galii isaanii sassaabuuf baname (Kedir Sultan and Mustefa Kasim and Mubarek Hajo) irratti waan dandeessan ergun bira dhaabbachuu dandeessu.
Maqaa lakkoofsi herreega baankii ittiin baname:- Kedir Sultan & Mustefa Kasim & Mubarek Hajo
Baankii daldala Itoophiyaa :- 1000605096763
Baankii Awaash :- 014251288630602
Baankii hojii Gamtaa Oromiyaa :- 1026700195964"
Erga Kana Waliif Dabarsaa!!!
Galmeen Hajjii Kan itti Xumuramuu
27/06/2016 A.L.I
25/08/1445 A.L.Hijraattii
06/03/2024 G.C
Kanaafuu guyyoota hafan keessatti Koottaa Galmaaha.
M/M/Dh/Is/M/Adaamaa
#Babu_Al_Rayyan. 3
#Oduu_gammachisa_hawaasa magaala_adaama_hundaaf qophessumma_jemaa_baratta muslima_university_harambee qopheefamu_sagantaan_simmanna Ramadan mata duree Babu_al_rayyan jedhuuni yeroo saddafafin qophaaye jiraa.
#Ustaazota_gurgurido wajjin.🌟🌟
#New_neeshida🌟🌟🌟🌟
#Yeroo_dhihootti 🌟🌟🌟🌟🌟
#Babu_Al_rayyan_3
Guyyaa hardhaa Galmee Hujjaajota Bara 1445ffaa Magaalaa Adaamaa fi naannawaa isii ilaalchisee Majlisni Magaalaa Adaamaa Ibsa baldhaa kennaniiru!!
****
የ1445ኛዉ የሀጅ ጉዞ( ምዝገባ በአዳማና አካባቢዋ) አስመልክቶ የአዳማ መጅሊስ ሰፊ መግለጫ ሰቷል
****
@ACYM2015
Misku Rayyaan #3
* 🌙🌙
#Sagantaa_addaa 17/06/2016
#Galma Sinimaa Mormoritti
#Xariiqul_Jannaah
➜➜➜➜
ሚስኩ ረያን #3
*🌙🌙
#ልዩ_ዝግጅት በ17/06/2016
#በሞርሞር ሲኒማ አዳራሽ
#ጠሪቁል_ጀናህ
"والذاكرين الله كثيرًا والذاكرات أعد الله لهم مغفرة وأجرًا عظيمًا".
أذكَار الصَباح ❤️🌻
أعُوذ باللَّه من الشَيطان الرَجيم
.. بِسم اللَّه الرَحمن الرَحيم ..
{اللّهُ لاَ إِلَـهَ إِلاَّ هُوَ الْحَيُّ الْقَيُّومُ لاَ تَأْخُذُهُ سِنَةٌ وَلاَ نَوْمٌ لَّهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الأَرْضِ مَن ذَا الَّذِي يَشْفَعُ عِنْدَهُ إِلاَّ بِإِذْنِهِ يَعْلَمُ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْ وَلاَ يُحِيطُونَ بِشَيْءٍ مِّنْ عِلْمِهِ إِلاَّ بِمَا شَاء وَسِعَ كُرْسِيُّهُ السَّمَاوَاتِ وَالأَرْضَ وَلاَ يَؤُودُهُ حِفْظُهُمَا وَهُوَ الْعَلِيُّ الْعَظِيم} 🌱
{قُلْ هُوَ اللَّهُ أَحَدٌ *الله الصمد * لم يلد ولم يولد * ولم يكن له كفوا أحد } *3 مرات* 🌿
{قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ الْفَلَقِ * من شر ما خلق * ومن شر غاسق اذا وقب * ومن شر النفاثات في العقد * ومن شر حاسد اذا حسد } *3 مرات* 🌿
{قُلْ أَعُوذُ بِرَبِّ النَاس * ملك الناس * اله الناس * من شر الوسواس الخناس * الذي يوسوس في صدور الناس * من الجنة والناس } *3 مرات* 🌿
"اللهُم إني أسألك عِلماً نافعاً، ورزقاً طيباً، وعملاً متقبلاً" (بَعد صَلاه الفَجر) 🌸
"أصبَحنا وأصبَح المُلك للَّه، والحَمد للَّه، لا إله إلا اللَّه وحده لا شَريك له، له المُلك وله الحَمد وهو علَى كُل شيء قَدير، ربِّ أسألك خَير ما في هَذا اليَوم وخَير ما بَعده وأعُوذ بِك من شر ما في هَذا اليوم وشر ما بَعده ربِّ أعُوذ بِك من الكَسل وسوء الكبر، ربَّ أعوذ بك من عذابٍ في النَار وعذاب في القَبر" 🌸
"اللهم بِك أصبَحنا وبِك أمسَينا وبِك نَحيا وبِك نَموت وإليك النُشور" 🌸
"اللهُم أنت ربي لا إله إلا أنت خَلَقتني وأنا عَبْدُك وأنا على عَهدك ووَعدك ما استَطعت وأعُوذ بك من شر ما صَنعت أبوء - أعتَرِف - لكَ بِنعمتك علىّ وأبوء بِذنبي فاغفر لِي فإنه لا يغفر الذُنوب إلا أنت" 🌸
اللهُم إني أصبَحت أشهَدك وأشهَد حَملة عَرشك، ومَلائكتك وجميع خَلقك، أنك أنت اللَّه لا إله إلا أنت وَحدك لا شريك لَك ، وأن مُحمداً عبَدك ورَسولك" *4 مرات* 🌸
اللهُم مَا أصبح بي مِن نعمة أو بأحد مِن خَلقك فمِنك وَحدك لا شَريك لك، فَلك الحَمد ولك الشُكر" 🌸
"اللهُم عَافني في بَدَني، اللهُم عَافني في سَمعي، اللهُم عَافني في بَصري، لا إله إلا أنت. اللهُم إني أعوذ بك من الكُفر، والفَقر، و أعوذ بِك من عَذاب القبر لا إله إلا أنت" *3 مرات* 🌸
"حَسبي اللَّه لا إله إلا هو عَليه تَوكلت وهو رب العرش العَظيم" *7 مرات* 🌸
"اللهُم إني أسألك العَفو و العَافية في الدُنيا والآخرة، اللهُم إني أسألك العَفو والعَافية في دِيني ودُنياي وأهلي ومَالي، اللهُم استُر عَوراتي وآمن رَوعاتي، اللهُم احفَظني مِن بَين يديَّ ومِن خَلفي وعَن يَميني وعَن شِمالي ومِن فَوقي وأعُوذ بِعظمتك أن أغتَال مِن تَحتي" 🌸
"اللهُم عَالِمَ الغيب والشَّهادة، فَاطر السَموات والأرض، رَب كُل شيء ومَليكه، أشهدُ أن لا إله إلا أنت أعُوذ بِك من شَر نَفسي ومِن شَر الشَيطان وشِركه وأن اقتَرف علَي نَفسي سوءًا أو أجُره إلى مُسلم" 🌸
"بِسم اللَّه الذي لا يضرُّ مَع اسمه شَيء في الأرض ولا في السَماء وهو السَميع العليم" *3 مرات* 🌸
"رَضيت باللَّه رباً، وبالإسلام ديناً وبمُحمد -ﷺ - نَبياً ورَسولاً " *3 مرات* 🌸
"يا حَي يا قَيوم بِرحمتك أستَغيث أصلِح لي شَأني كُله ولا تَكِلْني إلى نفسي طَرفة عين" 🌸
أصبَحنا وأصبَح المُلك للَّه رَب العَالمين، اللهُم إني أسألك خَير هذا اليوم .. فَتحه، ونَصره، ونُوره، وبَركته، وهُداه، وأعُوذ بِك مِن شَر ما فِيه وشَر ما بَعده" 🌸
"أصبَحنا على فطرة الإسلام وعلي كَلمة الإخلاص، وعلي دين نبيَّنا مُحمد - ﷺ - وعلي ملَّة أبينا إبراهيم حنيفاً مسلماً وما كان من المشركين" 🌸
"سُبحان اللَّه وبِحمده عَدد خلقهِ ورِضَا نفسِهِ وزِنُة عَرشِهِ ومِداد كلماته" *3 مرات* 🌸
"لا إله إلا اللَّه وحده لا شَريك له ،له المُلك وله الحَمد وهو على كُل شيء قَدير" *100 مره* 🌸
"سُبحان اللَّه وبِحمده" *100 مرة* 🌸
"اللهُم صلَّ وسَلم وبَارِك على نَبينا مُحمد" *10 مرات* 🌸
السلام عليكم ورحمت الله وبركاته
Kabajamtoota Jama'aawwan Sagantaa Kidmaa gaafa guyyaa 12/05/2016 tti hirmaattan hundi keessanuu
Guyyaa sanbata xiqqaa ganama sagantaa '' Thank you & Certificate '' waan qabnuuf hundi keessanuu akka hirmaattan affeeramtaniirtu!!
Iddoo ➜ Masjiida Umaritti
Sa'aatii ➜ 2:30 irraa
❗️❕❗️❕❗️❕❗️❕❗️❕
@ACYM2015
***#Urgent
As wr wb Guyyaa boruu sa'aa 2tti Kaadimonni Jama'aa dhiiraa fi shamaraa orientation waan jiruuf Akka argamtan.
Masjiida Umar!
**
ነገ ሁሉ ካዲሞች orientation ስላለ በ2:00 ሰአት በኡመር መስጂድ እንገናኝ
**
@ACYM2015
#Waamicha_Shuuraa_Amiirotaaf!!
****
Qophii galma abbaa gadaa irratti dhihaatu sababeeffachuun amiironni jama'aa marii barbaachisaa waan qabnuuf guyyaa #Jimaataa 10/05/2016 #sa'aa 8:30tti #Masjiida_Umaritti akka nuuf argamtan kabajaan waamamtaniirtu!
***
#የሹራ _ጥሪ_ለአሚሮች!!
በአባ ገዳ አዳራሽ የሚዘጋጀውን ፕሮግራም አስመልክቶ ሹራ ስላለን የጀማኦች አሚሮች #በ10/05/2016 አርብ ቀን #ሰኣት 8:30 #በኡመር_መስጂድ እንድትገኙልን በአክብሮት ተጠርተዋል!!
*****
➜ ACYM - T.me/ACYN2015
*****
Waldorgommii Qur'aanaa fi Azaanaa!!
❗️❕❗️❕❗️❕❗️
Najmuddiin jedhama(An Ibn baaz jedhee waamaani) carraa ijaan arguu Rabbiin hin kennineefi garuu carraa qur'aana warra ijaan argan caalaa qomatti qabachuu haala addaatiin kenneefii jira. Mashallah!
❗️❕❗️❕❗️❕❗️❕❗️❗️
ነጅሙዲን ይባላል (እኔ እብን ባዝ ብዬ ነው ምጠራዉ) አላህ በአይን የማየት እድል አልሰጠዉም ግን በአይን ከሚያዩት በላይ ቁርኣንን በቃል የመቅራት እድልን ሰቶታል!!
ማሻአላህ!!
❗️❕❗️❕❗️❕❗️❕❗️❕
Abbas Ibrahim(Abufarhatan)