amintahaofficial | Unsorted

Telegram-канал amintahaofficial - Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

508

Translator .entrepreneur .manager.teacher.sales man

Subscribe to a channel

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

"ውሀውን የሚጠጡ ሁሉ ምንጩን የቆፈሩትን ማስታወስ አለባቸው"

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

a group of three friends 🎬❤️

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

The Man Who Knew Infinity 2015 BluRay 480p Hindi Dub Dual Audio.mkv

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

https://vm.tiktok.com/ZM6TXUNJx/

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

"Yoo jiraattan haalaan an irra jiru irratti na waliin jiraattan, yoo deemuu feetan immoo ni deemtan, isin waliin hin uumamne isin na dhiistanii deemtaniifiis jiruu hin dhaabbattu, wal kadhachuufii wal sossobaa ooluun nuuf haa gahu. Jireenyaan ifiif (Ofiif) jiraachaa hin jirre isiniif hin mijjeessu

Jaiin (Jedhiin ) mee takka !

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

aminovicho3/video/7295870944663342342?_r=1&u_code=dll7c7hdjbi97l&preview_pb=0&sharer_language=en&_d=dh9ii6lalbfkd1&share_item_id=7295870944663342342&source=h5_m&timestamp=1706130690&user_id=7033001030682117126&sec_user_id=MS4wLjABAAAA_8s6MydZp7ZetxIqiio2N_IM6LOXmmyl9D2qot9Sse4AtzNNhWJj1XHgLi33DmCS&social_share_type=0&utm_source=telegram&utm_campaign=client_share&utm_medium=android&share_iid=7326206161799218949&share_link_id=cc500bfb-71b4-40ae-8c87-5820bbec71e7&share_app_id=1233&ugbiz_name=MAIN&ug_btm=b8727%2Cb2878&enable_checksum=1" rel="nofollow">https://www.tiktok.com/@aminovicho3/video/7295870944663342342?_r=1&u_code=dll7c7hdjbi97l&preview_pb=0&sharer_language=en&_d=dh9ii6lalbfkd1&share_item_id=7295870944663342342&source=h5_m&timestamp=1706130690&user_id=7033001030682117126&sec_user_id=MS4wLjABAAAA_8s6MydZp7ZetxIqiio2N_IM6LOXmmyl9D2qot9Sse4AtzNNhWJj1XHgLi33DmCS&social_share_type=0&utm_source=telegram&utm_campaign=client_share&utm_medium=android&share_iid=7326206161799218949&share_link_id=cc500bfb-71b4-40ae-8c87-5820bbec71e7&share_app_id=1233&ugbiz_name=MAIN&ug_btm=b8727%2Cb2878&enable_checksum=1

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

#Updates: Komii "dhaabbatni #Ethiotelecom Maamiltoota Afaan Oromoo dabalatee Afaanota biroo akka Tigrigna, Af-somali akka tajaajiloota 994, 127 fikkf akka hin arganne gochuun, akkasumas ijoollee tajaajila Afaanota kanaan kennaa turan dirqamaan Afaan Amaaraatiin hojjatan taasifamuun karoora icciitiin dhaabbatichi tajaajiloota afaanota biroo laaffisee afaan qeenxee(Afaan Amaaraa) jabeessuuf adeemaa jiruu fi hacuuccaa sanyummaa dhaabbaticha keessatti hidda godhate daraan kan cimsu tahuu bira darbee, balbala seensa dhaabbatichaa kan ture(994) duraan Afaanota garagaraatiin lammiileen biyyattii akka qacaraman godhaa ture amma afaan qeenxee(Afaan Amaaraa) qofatti deebisuudhaan namoota afaan hin beeknetti balbala cufuuf kan yaadame waan taheef #aggaammii kana balaaleffachuu qabna...." jechuudhaan torbaan darbe irraa keessaa fi alaa dhiyaachaa ture irratti #Hooggansa dhaabbatichaa dhimmichi kallattiin ilaallata jenne wajjiin marii taasifneerra. #Komii jirus ifaatti hubachiisuuf yaalleerra.

Bulchiinsi dhaabbatichaa komii kana bu'uura godhachuudhaan murtee kana keessa deebinee ilaalla jedheera. Murteen bulchiinsaa maal akka tahe hordofnee #tarkaanfiin itti-aanu maal akka tahu walumaan mari'annee murteessina.

Gabaabumatti, #SafaricomEthiopia ummanni keenya kan lagateef fayyadamummaa dhaabbaticharraa argachuu qabu waan eegamuu dhabeef, #Ethiotelecom illee kabaja ummata keenyatti bu'a taanaan hawaasni baldhaan mirgasaa ni kabachiifata. Ammatti faayidaa aaddaa gaafanne miti, Mirga Afaan keenyaan tajaajilamuudha kan gaafachaa jirru, yoo didan waan itti aanu walumaan mari'anna.

Namootni keessaafi alaa ragaalee qabatamaa qindeessaa jirtan jabaadhaa, wanti dubbachuu dhiiseef murtee isaan irra gahan hamma dhageenyuuf obsuu waan qabnuuf obsaa.

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

Jechoota HARARGEE keessatti dubbataman!
==================
◇ Xulluph ~~ utaaluu, tasa utaaluu
◇ Xuluq ~~ ~fixuu
◇ Manyaq ~~ jajallachuu
◇ Huxuph ~~ callisuu
◇ Qacam ~~~qabuu
◇ Haf ~butuu, tasa nama harkaa butuu
◇ kudhuph ~~utaaluu
◇ Kidhiph ~~~irraan utaaluu
◇ Xarraq ~~~~baqaqsuu
◇ Haffaq ~~~~fottoqsuu
◇ Kombol ~~~ jiguu
◇ Riq ~~itti bu'uu
◇ Mulluq/Murruq~~fixuu
◇ Diph ~~lafaan dha'uu, dha'uu
◇ Dhuffuq ~~~~humnaan diruu, (waraanuu), baayyisanii fudhachuu ykn kennuu
◇ Bashaq ~~~~ cabsuu
◇ Shishim ~~~~dhaamsuu
◇ Cunqur ~muguu
▪︎ Qurxum ~ ~~~~ muruu
▪︎ Fallaq ~~ banuu (dhoosuu)
▪︎ Fux ~~ muddamaan ba'uu, tasa argamuu
▪︎ Baxxaq ~~ kufanii lafa ga'uu (hudduun)
▪︎ Halaw ~~ tasa seenuu/ba'uu
▪︎ Billic ~~ Ibsanii dhaamsuu
▪︎ Liph ~~ tasa dhaamsuu (Ibsaa ykn Ifaaf)
▪︎ Qasham ~~ cabsuu (mukaaf)
▪︎ Hi'ii ~ ~ diduu
▪︎ Xaph ~~ fixuu (nyaata/hojii)
▪︎ Gardam ~~ jirtuu (dheedhii) nyaachuu
▪︎ Khalaw ~~ gaggabuu
▪︎ Bushuq ~~ boo'uu, imimmaan ija guutuu
▪︎ Bashaq ~~ caphuu
▪︎ Shaf ~~ Muruu
▪︎ Kishif (Shikif) ~~ boqochuu
▪︎ Xuph ~~ Guutuu (Afaan gubbatti guutuu)
▪︎ Bat ~~ Dha'icha xiqqoo (Rukuttaa xiqqoo)
▪︎ wax ~~ halangeen dha'uu
▪︎ Funnuq ~~ loluu (finciluu)
▪︎ Fash ~~ Facaasuu (Bishaan, Midhaan, biyyee)
▪︎ Qaxaph ~~ Yaadachuu
▪︎ Kataf ~~ tasa namatti (walitti) dhufuu
▪︎ Taraf ~~ hatattamaan lafaa ka'uu
▪︎ Baxalaq ~~ kuffisanii lafaan ga'uu
▪︎ Cabalaq ~~ Guutuu ykn guutamee argamuu ( Haroo ykn bishaan, Nama)
▪︎ Shalab ~~ Laaffisanii hidhuu
▪︎ Bukh ~~ Aara (dhukkee)
▪︎ Jambar ~~ Dabooluu, of gatuu
▪︎ Qarraf ~~ Hooquu
▪︎ Cillim ~~ Dukkanaa'uu
▪︎ Baccaq ~~ Laaqqachuu
▪︎ Laqac (Conqol) ~~ qaamni lallaaffachuu (hirribaan, dhukkubaan)
● Shifshif ~~ Titiifuu (roobaaf)
● Lakham ~~ Boonaa adeemuu ( Kooruu)
● Ququm ~~ akaawwii nyaachuu, nyaatanii fixuu
● Shir ~~ naanneessuu
● Wir ~~ Sochoosuu
👉 Qalawu ~~ rukutuu (meeshaadhaaf)
👉 Qax ~~ jiilchuu, tasa dhaabbachuu, dhaabuu
● Khar ~~ hirriiba keessa sagalee dhageessisuu
● Cir ~~ daa'imni haalaam boo'uu, dukkana hammaataa,

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

amintaha1197" rel="nofollow">https://www.youtube.com/@amintaha1197

Youtube kenyaa subscribe godhaa

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

Filmii kutaa tokkofa issaa laalati yaddaa irratti kena ittii fufna moo ??

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

፩ .

[ ከ Sufi ስንኞች የ ኹስሮን ( Amir khusrow AD 1253–1325 ) “I am a Believer of Love” ]

መቁጠሪያ ባልሻ
ባይሰምር ጸሎቴ ፤
ምቱ ይቆጠራል
መላ ውስጥ አንጀቴ ፤
ሌላ እምነት የለኝም
ፍቅር ነው እምነቴ ።

አንተ ማይም ሓኪም
ተወኝ ለእጣዬ !
ወፈፌ ስራህን ሌላ ቦታ እደል !
ያፍቃሪ ከኒናው የፍቅሩ ፊት አይደል ? !

ውሃ የሚያዘንበው
አይመስለኝ ደመና ፤
ደም ነው የማነባው
ዘንድሮም እንዳምና ።

ብታጪ ሽልማት ወደ ፊት ተዋህደሽ
ልቤ ደስ ይብልሽ !
ገደ ቢስ አትባይ - ውበት ከገደለሽ ።

እውነት ነው ይላሉ ..
ይሉኛል ኹስሮ* ይሰግዳል ለጣዖት
ፍጹም ግን አልሄድም ከመንጋ ጋር ብሞት ።
__

* Amir

🎨 Safia Latif - oil painting of this Qur’anic verse: “Hold fast all together to the rope of Allah…” (3:103)

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

የቻይና መስጊድ ኪነ -ጽሑፍ ( Calligraphy) ላይ የተነሳስቶቱን ስፍራ የሚይዙ ሦስት የሃሳብ መገለጫዎች አሉ ፤ li 禮, dao 道, and zhen 眞—propriety, way, and real ።

እነኚህ በቻይናዎቹ ሶፊዎች የተተረጎሙቱ በተቀረው ዓለም :- Shariah (sharīʻa), Tariqah (ṭarīqa), እና Haqiqah (ḥaqīqa) በማለት የምናውቃቸው ናቸው ፤ ማለት በቅደም ተከተል የተደነገገው ህግ ፣ ወደ ፈጣሪ የሚደረግ ጉዞ እና ሐቁን (ሐቂቃውን) አምላክ ለመግለጽ የቆሙ ናቸው ።
-
Sachiko Murata

[ 📸 Jarkent Mosque (Жаркент мешіті) ]

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

gulaaluu Ugur Gunes akka Selahaddin Eyyubi, Salah ad-Din Yusuf bin Ayyuub bin Shadi jedhamuunis kan beekamu, akka Muslima Kurd-Turkish kan sirna Ayubid hundeessee fi bulchaa jalqabaa Masrii fi Sooriyaa ta'ee TV series dhufu keessatti agarsiifama. Dilin Doger akka Süreyya Khatun, haadha warraa Selahaddin, lafa Muslimaa ittisuu fi sirna mootummaa Ayyubid hundeessuuf gahee olaanaa taphatti, TV series keessatti. [12] . Mehmet Ali Nuroglu akka Nur ad-Din Zengi, bulchaa fi ajajaa waraanaa Musliimaa beekamaa Turkii ta'ee, bara Crusader sirna Zengid akka hoogganu TV series keessatti ni agarsiifama. Inniifi Salaadiin walitti dhiyeenyaan kan wal hin qabanne ta'us, sirna mootummaa Zengid jalatti ajajaa ta'uun kan tajaajilan ta'ee kan mul'atu ta'a. Nuur ad-Din kutaalee Iraaq, Sooriyaa fi Masrii akka bulchaa jirutti kan agarsiifamu yoo ta’u, maqaa Amiira Aleppoo fi Damaasqoo qaba. Seda Yıldız akka Ayyub ibn Shadi, loltuu fi nama siyaasaa Kurd Dvin irraa dhufee fi abbaa Selahaddin Eyyubi. Tajaajila Imad al-Din Zengi keessa kan ture yoo ta'u, boodarra bulchiinsa ilma isaa Nur al-Din jalatti bulchaa Damaasqoo ta'ee hafe. Kabaja guddaa waan qabuuf qondaaltota Nur al-Din bakka inni jirutti taa'ee akka turu kan hayyamame isa qofa ture. TBA akka Ali bin Sufyan hiriyyaa Selahaddin fi hogganaa basaasaa isaa ture. Hiriyyoota Selahaddiin Eyyubiin amanamanii fi dhihoo ta’an keessaa tokko ture.

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

Yeroo dhihootti hikka Amarifatin oroflix movie gallery irraa 👉 torgami chakra
😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
በቅርብ ቀን በአማርኛ ትርጉም ከኦሮፍሊክስ ፊልም ጋለሪ...ተርጓሚ ቻክራ

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

/channel/oroflixmovies

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

Hindiin Addunyaa Ajab Jechisiifte🤭🥰💪💪
Dubbichi akkasi👇🏽
Dubartiin tokko ergan du'ee booda qaamakoo namoota barbaadaniif nan kenna jechuun waadaa seente, erga isheen duutee qaamoonni ishee garaa garaa tiruu fi kalee ishee dabalatee namoota qabni kun jalaa hubameef jijjiramanii jiru.
Kana gidduutti namichi aartiistii Fakkii kaasu tokko balaa baaburaan harka lameen dhaba.
Namni kun aartist fakkii waan taheef harki hangam barbaachisaa akka ta’e beektu, dooktooronni Hindii maaliif seenaa guddaa tokko hin hojjennu jechuun imala eegalan.

Doktooronni Hospitaala #Sir_Ganga_Ram jedhamu aartisti umurii 45 harki irraa cite waamuun yaalii baqaqsanii suphuu sa'aatii 12 ol fudhateen harka isaa jijjiiruun milkii dansaan bakka buusuu danda’aniiru🙌🏼.
jalqabaa raawwachuu danda'aniiru.
Biyya Hindii keessatti seenaa ajaa’ibaa, addunyaafis hojii dinqii tahuu isaatu gabaafame
Yaaliun baqaqsanii yaaluun kun baayyee rakkisaa akka ta'ee fi ujummoo dhiigaa, maashaa fi narvii hunda harka arjoomtootaa fi harka fudhataa gidduutti walitti hidhuu kan of keessaa qabu ta'uu ibsaniiru.
Namichi fayyaa guutuu argatee mana isaati galeera jedhan
Maddi #TimesNow .

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

#The man who knew infinity

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

የድሮ ምኞታችሁና የዛሬ ኑሯችሁ ሲለያዩ!

ያን ጊዜ፣ ድሮ፣ ስለወደፊቱ ስታስቡ እኖረዋለሁ ብላችሁ ታስቡት የነበረውን ኑሮ አሁን እየኖራችሁ ካልሆነ ይህንን ፈጽሞ እኖረዋለሁ ብላችሁ ያልጠበቃችሁትን የወቅቱን የኑሮ ሁኔታ ለመለወጥ ከመቻላችሁ በፊት በቅድሚያ መውሰድ ያለባችሁ እርማጃዎች አሉ፡፡

1.  ያላችሁበትን የኑሮ ሁኔታ ባትቀበሉም እውነታውን ግን በፍጹም ሳትክዱ መቀበል . . .

2.  ያን ጊዜ ያለማችሁትን ሕይወት አሁን ላለመኖራችሁ ዋነኛ ምክንያት ምን እንደሆነ ለይቶ ለማወቅ መሞከር . . .

3.  በአሁን ጊዜ ስላላችሁበት የኑሮ ሁኔታ ራስን ወይም ሰውን መውቀስ በማቆም ሃላፊነት መውሰድ . . .

4.  ትንሽ ብታቅዱና ብትሰሩ ልትለውጡት በምትችሉትና ምንም ብትታገሉ በማትችሉት ሁኔታ መካከል መለየት . . . 

5.  ምንም ብትታገሉ በፍጹም ልትለውጡት የማትችሉትን ነገር ለአንዴና ለመጨረሻ ጊዜ በመወሰን መቀበል . . .

6.  በሚገባ አስባችሁበትና አቅዳችሁ ብትሰሩ ልትለውጡ በምትችሉት ነገር ላይ ትእግስት የተሞላበት የለውጥ እርምጃ መጀመር፡፡

7. የሚስከፍላችሁን ዋጋ ከፍላችሁ ስልጠናን፣ ኮቺንግን፣ ሜንቶርሺፕና የመሳሰሉትን አገልግሎቶች መጠቀም፡፡

አሁን ያላችሁበት ሁኔታ ቀሪውን ዘመናችሁን የምታሳልፉበት የመጨረሻው ምእራፍ አይደለምና አይዟችሁ! ፈጣሪ ይረዳችኋል

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

እድሉን ማንም ስላልሰጠኝ አመሠግናለሁ!

እና ስለሐውልት ያለኝ ሐሳብ ምንድነው? ሁልጊዜ ሐውልት ያለፈ ታሪካችንን ብቻ መተረክ መዘከር  አለበት እንዴ? ለምን አልፎ አልፎ ከታሪካችን ጎን ለጎን የወደፊቱን የሚያሳይ ሐውልት አናቆምም?  ራዕይ ሐውልት አይሆንም ያለው ማነው? ለምሳሌ ለመጀመሪያ ጊዜ  ጨረቃ ላይ  ስለምታርፈው ኢትዮጵያዊት ሴት ጠፈርተኛ ሜክሲኮ ላይ ሀውልት ቢቆምላት? ለመጀመሪያ ጊዜ በምርጫ አሸንፎ ስልጣን ለሚይዘው የተቃዋሚ ፓርቲ መሪ ሐውልት ቢቆም? የአለም ዋንጫን ለሚያነሳው ብሔራዊ ቡድን ሐውልት ቢቆም... እ?

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

aminovicho3/video/7329971814422088966?_r=1&u_code=dll7c7hdjbi97l&preview_pb=0&sharer_language=en&_d=dh9ii6lalbfkd1&share_item_id=7329971814422088966&source=h5_m&timestamp=1706642091&user_id=7033001030682117126&sec_user_id=MS4wLjABAAAA_8s6MydZp7ZetxIqiio2N_IM6LOXmmyl9D2qot9Sse4AtzNNhWJj1XHgLi33DmCS&social_share_type=0&utm_source=telegram&utm_campaign=client_share&utm_medium=android&share_iid=7329930626739570437&share_link_id=d4ac9c87-5b3c-4dc7-82f2-a03101c839ad&share_app_id=1233&ugbiz_name=MAIN&ug_btm=b2863&enable_checksum=1" rel="nofollow">https://www.tiktok.com/@aminovicho3/video/7329971814422088966?_r=1&u_code=dll7c7hdjbi97l&preview_pb=0&sharer_language=en&_d=dh9ii6lalbfkd1&share_item_id=7329971814422088966&source=h5_m&timestamp=1706642091&user_id=7033001030682117126&sec_user_id=MS4wLjABAAAA_8s6MydZp7ZetxIqiio2N_IM6LOXmmyl9D2qot9Sse4AtzNNhWJj1XHgLi33DmCS&social_share_type=0&utm_source=telegram&utm_campaign=client_share&utm_medium=android&share_iid=7329930626739570437&share_link_id=d4ac9c87-5b3c-4dc7-82f2-a03101c839ad&share_app_id=1233&ugbiz_name=MAIN&ug_btm=b2863&enable_checksum=1

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

"Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti milkaa'ina gonfachuudhaaf haaldureen jalqabaa, humnaafi qalbii isaa sassaabbatee walitti fufinsaan dhimma ijoo harkaa qabu irratti xiyyeeffachuudha." Toomaas Edisan

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

To the actor who made every scene a carefully packed ‘lunchbox’ of emotions and perfection.❤️

🎬: The Lunchbox

#IrrfanKhan

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

Sijjin....bekksisa filmii kana buffadha laala irraa hasawu demna

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

የአንድ ተቋም ችግር ለምን እንደማይፈታ!

ለመሪዎች . . .


በቤተሰብ፣ በንግድ፣ በመንግስት መስሪያ ቤት፣ በሕዝብ አስተዳደርም ሆነ በማንኛውም ተቋም ባለ አመራር ውስጥ በሚገባ ከታሰበበት፣ አካላቱን ሁሉ ያሳተፈ ውይይት ከተደረገበትና ትክክለኛውን ስልት የተከተለ እርምጃ ከተወሰደበት የማይፈታ ችግር አይኖርም፡፡ ይህንን የመፍትሄ ሂደት ደግሞ ማስጀመር፣ ማራመድና ጥጉ ድረስ ተከታትሎ መውሰድ የሚገባው ብቸኛና ዋነኛው ሃላፊ መሪው ነው፡፡

ከላይ የተጠቀሰውን እውነታ ተግባራዊ ማድረግ የማይቻልበት ተቋም ካለ . . .

1.  ምናልባት ተቋሙ የቆመለት አላማ ተሳካም አልተሳካም ምንም ግድ የሚለውና የባለቤትነት ስሜት የሚሰማው አካል የለውም፣ 

2.  ምናልባት መሪው የአመራር ክህሎት ወይም ዲሲፕሊን ችግር ይኖርበታል፣

3.  ምናልባት መሪው በነጻነት እንዳይመራ በቁጥጥር ስር ያዋሉት ሰራተኞች ወይም የበላይ አካሎች አሉ፣

4.  ምናባት የተዛባው ሂደት ለመሪው የግል አጀንዳና ጥቅም ስለሚመቸው ባላየ እያለፈው ነው፡፡

መሪዎች!!! እባካችሁ ወይ በትክክል ምሩ ወይም አንደኛውን በትክክል ለሚመራው ሰው ልቀቁና ተመሩ!!!

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

ሀረር (ክፍል አንድ)
አፈንዲ ሙተቂ
-----
   ውቢቷ ከተማን በጨረፍታ ልናያት ነው፡፡ በሃሳባችን ወደ ምስራቅ እንጓዝ፡፡ .
*     *   *
   ይህች ውብ ከተማ “ጌይ”፣ “አደሪ”፣ “አደሬ” እና ሀረር የተሰኙ አራት ስሞች አሏት፡፡  እነዚህ ስሞች በሙሉ እስከ አሁን ድረስ ህያው ናቸው፡፡ በዚህ ረገድ ሀረርን የሚቀናቀናት ሌላ ከተማ በኢትዮጵያ ውስጥ ያለ አይመስለኝም፡፡
 
በሌላ በኩልም አራቱ ስሞች ከግለሰቦች ወይም ከገዢዎች የተገኙ አለመሆናቸውን ልብ በሉ፡፡ ሀረር ሁሉንም ስሞች ያገኘችው ከህዝብ ነው፡፡ ስሞቹ ለረጅም ዘመናት በአገልግሎት ላይ ያሉ መሆናቸው ደግሞ ሶስተኛው አብይ እውነታ ነው።  ከተማዋን በነዚህ ስሞች የሚጠሯት የተለያዩ ማህበረሰቦች መሆናቸውም በአራተኛነት የሚወሳ ሀቅ ነው፡፡ እንግዲህ ሁሉንም እንዳመጣጡ እናወጋለን።

===ከተማዋ- በአራቱ ማህበረሰቦች====

   ሀረር የታሪካዊቷ ከተማ ዋነኛ ስም ነው። የኦፊሴል መጠሪያዋም ሀረር ነው። የታሪክ ድርሳናትን ስታገላብጡ ግን  ስያሜው በአዋሽና በዜይላ መካከል ላለው ጂኦግራፊያዊ ክልል በሙሉ የወል መጠሪያ ሆኖ ያገለግል እንደነበር ትረዳላችሁ።  አሁንም ቢሆን ከአዋሽና ከዋቢ ሸበሌ ወንዞች በስተምስራቅ በኩል ያለው ክልል በጥቅሉ ሀረር እየተባለ ነው የሚጠራው፡፡
*     *   *
 
ከተማዋን “ጌይ” እያሉ የሚጠሯት ሀረሪዎች ናቸው። እናንተም የሀረሪ ቋንቋን መናገር ስትጀምሩ ከተማዋን “ጌይ” እያሉ መጥራቱንም እያደር ትለምዱታላችሁ። በጽሁፍ ጊዜ ግን ጥንቃቄ ማድረግ ይገባል (በእንግሊዝኛ ስትጽፉ ማለቴ ነው)፡፡ በዚህን ጊዜ በርካታ ምሁራን እንደሚጽፉት “Gey” ብላችሁ መፃፉን አትዘንጉት፡፡ 

  ሀረሪዎች ከተማዋን “ጌይ” ይሏታል -ከላይ እንደገለጽኩት፡፡ ከተማዋን በሙሉ ስሟ ለመጥራት ሲፈልጉ ደግሞ “ሀረር ጌይ” ይላሉ። ይህ ሁኔታ በንግግር ወቅት ብዙም አያጋጥምም። ሆኖም በሀረር ከተማ ማዘጋጃ ቤት የግቢ በር ቅስት ላይ ሀረር ጌይ በትልቁ ተጽፎ ይታያል። ለመሆኑ ከተማዋን “ጌይ” እያሉ መጥራቱ እንዴት ተጀመረ? ይህንን ቆየት ብዬ አወጋችኋለሁ፡፡ አሁን ሌሎቹን ስሞች በግርድፉ ላስተዋውቃችሁ፡፡
*     *   *

   “አደሪ” ሶማሊዎች ከተማዋን የሚጠሩበት ስም ነው።  በአሁኑ ዘመን ይህንን ስም የምትሰሙት ከአዛውንቶችና ከጎልማሶች አንደበት ነው፡፡ ወጣቱ የሶማሊ ተወላጅ ግን ሀረር ከሚለው ስም በስተቀር “አደሪ”ን የሚያውቀው አልመሰለኝም፡፡

    የሀረርጌ ኦሮሞ ደግሞ “አደሬ” በሚለው ስም ነው ከተማዋን የሚጠራት:: የሀረርጌ ኦሮሞ ከተማዋን በሙሉ ስሟ ሲጠራት ግን “አደሬ ቢዮ” ይላታል። የኦሮሞ ሽማግሌዎች ሁለቱ ቃላት (“አደሬ” እና “ቢዮ”) ኋላና ፊት ተደርገው ቦታ እንደተለዋወጡ ይናገራሉ።  ትክክለኛው አጠራርም “ቢዮ አደሬ” ሊሆን በተገባ ነበር  -እንደ ሽማግሌዎቹ እይታ።  ታዲያ በዚህ ዘመን “ቢዮ አደሬ”ም እጥር ብሎ “አደሬ” ብቻ ሆኗል። አብዛኛው ህዝብም ይህንን አጠራር ነው የሚያውቀው፡፡

====“ጌይ”  እና “ቢዮ”=====

   ለመሆኑ ከላይ የጠቀስኳቸው “ጌይ” እና “ቢዮ አደሬ” የተሰኙት ጥንታዊ ስሞች ከወዴት ተገኙ? በዚህ ዙሪያ ባደረግኩት ፍተሻ የደረስኩበት ውጤት የሚከተለውን ይመስላል፡፡

     በሀረሪ ቋንቋ “ጌይ” ሲባል “መንደር” ወይም “ከተማ” ለማለት ነው።  ስያሜው ለከተማዋ መጠሪያነት የዋለበትን ሂደት የሀረሪ ሽማግሌዎች ሲያብራሩ በትውፊት የሚነገረውን አንድ ኩነት ይጠቅሱልናል፡፡ በዚህ ታሪክ መሰረት በጥንቱ ዘመን የአሁኗ ሀረር ጌይ ባለችበት አካባቢ በርካታ ህዝብ የሚኖርባቸውና “ጌይ” እየተባሉ የሚጠሩ ሰባት መንደሮች ነበሩ፡፡ እነርሱም “ሐሰን ጌይ”፣ “ኢስኻንቲ ጌይ”፣ “ቲኹን ጌይ”፣ “ሳምቲ ጌይ”፣ “ሐረዌ ጌይ” ፣ “ሩሑቅ ጌይ” እና “ፈረቃ ጌይ” ናቸው።  እነዚህ መንደሮች ናቸው የአሁኗን ሀረር ጌይ የመሰረቱት፡፡ በሰባት መንደሮች ህብረት የተመሰረተችውን ሀረር ጌይ በአጭሩ “ጌይ” እያሉ መጥራቱ የተጀመረው ከረጅም ዘመናት በኋላ ነው። ሽማግሌዎቹ ይህንን ሲያስረዱ እንዲህ ይላሉ።
  
    “ሰባቱ ጌይ ለመኖሪያነት እኩል ተመራጭነት አልነበራቸውም። ስድስቱ መንደሮች የየራሳቸው ችግር ነበራቸው። አንዳንዱ “ጌይ” በንዳድ ይታመሳል። አንዳንዱ ደግሞ በውሃ እጥረት ይሰቃያል። አንዳንዱም ለምነቱ በተሟጠጠ አካባቢ ነበር የከተመው። “ቲኹን ጌይ” የተባለችው ከተማ ግን ለሰዎች ኑሮ የሚስማማ አየርና የዘሩትን የማይነፍግ አፈር ነበራት። ከተውሳክና ከንዳድም የነጻች ነበረች። እናም በሌሎቹ ከተሞች የሚኖረው ህዝብ ችግርና መከራ ቢጠናበት ቀስ በቀስ ከተሞቹን እየለቀቀ ወደዚህችኛዋ ከተማ ተሰባሰበ።

     በሂደት ደግሞ ከተማዋ “የሰባቱ ጌይ” የወል ስም በሆነው ሀረር ጌይ መጠራት ጀመረች። በአካባቢው ሌላ “ጌይ” የሚባል ከተማ አለመኖሩ ደግሞ ሀረር ጌይን ወደ “ጌይ” በማሳጠር ከተማዋን የሚጠሩበትን ልማድ አስከተለ።” ታዲያ ይህ ክስተት መቼ የተፈጠረ ይመስላችኋል? ለዚህ ጥያቄ ቁርጥ ያለ ምላሽ አላገኘሁም። ሆኖም “ጌይ” የሚለው አጠራር ሰር ሪቻርድ በርተን ወደ ሀረር በመጣበት ዘመንም የሚታወቅ በመሆኑ የቅርብ ጊዜ ክስተት ተደርጎ እንዳይታይ ያሻል፡፡
 
      እንግዲህ ሀረሪዎች በቋንቋቸው ሲነጋገሩ ከተማቸውን “ጌይ” በማለት እንደሚጠሯት በነገርኳችሁ መሰረት አንድ ሰው “ጌይ እሄዳለው” ቢል “ወደ ከተማ እሄዳለሁ” ማለቱ ሳይሆን “ወደ ሀረር እሄዳለሁ” እያለ እንደሆነ ልብ በሉ። “ጌይ ወልዲ ኢንታ?” ካለም “የሀረር ልጅ ነው?” ማለቱ ነው።
*     *   ***
   “ቢዮ አደሬ” የከተማዋ የአሮምኛ ስም ነው ብያለሁ አይደል? ይህኛውም አጠራር የመነጨበትን ሁኔታ ለማወቅ ሽማግሌዎችን አነጋግሬአለሁ፡፡ ከነርሱ ባገኘሁት መረጃ እንደተረዳሁት “አደሬ” ሰፋ ላለ ትንተና የሚጋብዝ በመሆኑ “እርሱን” ለሚቀጥለው ወግ አስተላልፈን “ቢዮ” በሚለው ቃል ብቻ ብናተኩር ይሻላል፡፡
  
    ሽማግሌዎች እንደሚናገሩት ከሆነ “ቢዮ” በጥንቱ ዘመን “ከተማ” ወይም “መንደር” ማለት ነው፡፡ በዚሁ መሰረት “ቢዮ አደሬ” ሲባል የ“አደሬ ከተማ” ለማለት ነው፡፡  እነዚህ ሽማግሌዎች ማስረጃቸውን ሲያስፋፉት ከሀረር ጋር በጥንታዊነታቸው የሚታወቁት ሌሎች ከተማ ቀመስ መንደሮችም “ቢዮ” ይባሉ እንደነበር ይናገራሉ፡፡ እንደምሳሌም ከጥንት እስከ አሁን ድረስ በትውፊት ስሞቻቸው የሚጠሩትን “ቢዮ ኸራባ”፣ “ቢዮ ሀረላ”፣ “ቢዮ አዋሌ” የመሳሰሉ ከተሞችንና መንደሮችን ይጠቅሳሉ፡፡
--------
የትረካ ምንጭ
አፈንዲ ሙተቂ: “ሀረር ጌይ- የአስገራሚዋ ከተማ የኢትኖግራፊ ወጎች”: 2004፡ ገጽ 23-49

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

ምናልባት ከአስር/አስራምስት ዓመት በፊት በየሰው ቤቱ ቴሌቭዥን ከተገኘ ያስኮራ ነበር😄፥ በዚህ ጊዜ ግን ቴሌቭዥን እንደሌለው ሰው እድለኛ፥ ቢኮራ የሚያምርበት ሰው የለም። 🤝

ምን ቀረበት - ሸቀጤ-ማህበረሰብ (Consumer Socitety) ለመስራት ተግተን እንሰራለን ከሚል ኹሉን አግበስባሽ ክራውድድ ሶሳይቲ ፈጣሪ ማስታወቂያ ውጪ ።

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

ፍርሃት የገዛው ትውልድ!

ይህ ትውልድ ፍርሃት የገዛው ትውልድ ነው፡፡ ፍርሃት የገዛው ትውልድ በሁሉም ሁኔታ ውስጥ ፍርሃት ያገኘዋል፡፡

ሰዎች አይወዱኝም ብሎ ይፈራል፤ የሚወደው ሰው ሲያገኝ ደግሞ የወደደው ሰው መልሶ እንዳይጠላው ይፈራል፡፡

ተቀባይነት አጣለሁ ብሎ ይፈራል፤ ተቀባይነት የሚሰጠው ሰው ሲያገኝ ደግሞ መልሶ እንዳይገፋው ይፈራል፡፡

ከሰው ጋር መሆን ይፈራል፤ ከሰው ሸሽቶ ብቻውንም ቢሆንም ይፈራል፡፡

የቀረበው ሰው እንዳይጎዳው ይፈራል፤ ሰውየው ከጎዳው ደግሞ እንደገና ላለመጎዳት ሲል ከዚያ ሰው መለየትን ሲያስብ ሰውየውን እጎዳዋለሁ ብሎ ደግሞ ይፈራል፡፡

ሳላገባ ብቻዬን ልቀር ነው ብሎ ይፈራል፤ ካገባሁ ግን እጎዳለሁ ብሎ ስለሚያስብ ማግባትን ይፈራል፡፡

ስለሚፈራ እንቅልፍ አይወስደውም፤ እንቅልፍ ስላልወሰደው ደግሞ ይፈራል፡፡

እንዳይነግድ ክስረትን ይፈራል፤ እንዲሁ ቁጭ እንዳይል ድህነትን ይፈራል፡፡

ደፍሮ ከወጣ አደጋን ይፈራል፤ ፈርቶ ከቀረ ደግሞ ሰዎች ፈሪ ነው ብለው ያስባሉ ብሎ ይፈራል፡፡

ከፍርሃት የተነሳ መሆንና ማድረግ ያለብህን ሳታደርግ አንድ መቶ አመት ከምትኖር ፍርሃትህን ተጋፍጠህና ቀና ብለህ አስር አመት በዓላማ ኖረህ ብታልፍ ይሻልሃል፡፡

ከፍርሃት ነጻ የሆነ ሕይወት ሊኖር ያለመቻሉን ያህል ፍርሃትን ተጋፍጦ ከመኖር ውጪ ስኬት

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

Fijaa baha barii ganamuu.
Yakkiniis qalamee hin dhumu.
Midhaan haddaaree boolla hin turu.
Mugoota seenee wareere namuu.
.........
Gaaddisa caayaa odaa wirtuu
Haara baafannoo imaltuu deemtuu.
Kaantu dhufa kaan kutuu.
Hiddi dhaalmayaa hin cituu.
One mannii tooftaan diigamee.
Hayyuu doofawee ijaanis jaamee.
Baaqaa fi callaan walitti laaqamee
Haqni goolabamee cubbuun daboolame.
.........
Miidhaan garii qorichaan hin dhiintu
Miidhaanis laalaan hin mul'attuu
Obsanii taa'uun laalaan hamtuu
Fayyaan jiraachuun waa hin goomtu
Gumaan dharaan ambaaf guurama.
Diinagdee dirqiin garayyuu saamamaa.
Bushoofte hadhooyte jiruun akkanaa
Obsanii taa'uun soda moo arjummaa?.
.........
Artisti keenya guddaa Dr. Alii Birraa yeroo mara si yaadanna. Rabbii jannataan si haa qananiisu.

Adeeroo

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

"Jaalala Dhugaa Beekuuf". Ija 👀 odoo hintaane , onnee ❤️tu barbaachisa!" Fiilmii (darr) irraa kan fudhatame

Читать полностью…

Amin taha አሚን ጣሃ { ተርጓሚ }

Abdiin walakkaa jireenyaa yoo ta'u abdii kutannaan walakkaa du'ati
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
ተስፋ ግማሽ ህይወት ነው ተስፋ መቁረጥ ደግሞ ግማሽ ሞት ነው።

Читать полностью…
Subscribe to a channel