Pireezidaantiin Yukireen Volodmiir Zelenskiin humnoonni Kooriyaa Kaabaa naannoo dhiha Raashiyaa Kursk keessatti gara adda waraanaatti deebi'aniiru jedhan. Kunis, erga ji'a darbe sababa miidhaan guddaan irra ga'eetiin waraanaa keessaa baasuunsaanii gabaafameen boodadha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/frAW47L
Tiraamp haleellaa qilleensaa Somaaliyaa keessatti raawwachuu isaatiin hojii aanga'oonni isa dura turan, Baraak Obaamaa fi Joo Baayidan, dadhaban akka milkeesse himachuun of saade.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yOwGvsU
Namoonni bineensota lafarra lo'an (reptile) qaban, biyya Awustiraaliyaatti bofa summii cimaa qaban 102 mooraa namaa keessatti argaman baasuun akka isaan ajaa'ibsiise dubbatu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ep2o87H
Pirezidantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Baha Jidduugalaa keessatti tasgabbiin akka dhibu godhan jedhe gulaalaa Idil-addunyaa BBC.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qx6amJy
Obbo Birhaanuu Addeeloo torban dura Komishinara Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa ta’un muudaman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yhelDcw
Doonaald Tiraamp dhimma Iraan irratti ajaja tarkaanfii cimaa of keessaa qabu mallatteesseera. Garuu, waliin dubbachuuf carraan akka jiru ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/AS8xPge
Maqaa ''Operation Odoa Jangili'' jedhuun Wiixata Guraandhala 03, 2025 kan eegale oppireeshiniin kun iddoo dahannoo WBO qulqulleessuuf akka ta'e poolisiin Keeniyaa ibseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Mfz4Owl
Arsenaal waliigalaan 4-0 mo'amee waancaa Karabayoof osoo hin darbiin hafe. Niwkaastil waggaa 56 booda waancaaf darbe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eAQUV9S
Lammiileen Itiyoophiyaa miliyoona 2 hanga 3 ta'an biyya isaaniitiin ala, biyyoota biroo keessa jiraachaa akka jiran ragaaleen ni agarsiisu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vqKbQsz
Oppireeshinii mootummaan Keeniyaa WBO irratti eegaluu ibseen miidhamaa kan jiran namoota nagaa ta'uu jiraattonni kutaalee Marsaabiit irraa BBCtti himaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xQM8Sb0
Ameerikaatti qaala'insa gatii killee mudateen wal qabatee killeen 100,000 suuqii tokko keessaa hatamuun ibsameera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JWUtk8g
Hakimiin maamiltoota bebbekamoo dabalatee, dubartoonni hedduun bira dhaqaniifi ofiisaatii 'gorsaa bareedinaa' jechuun waamu, maamiltoota isaatiif adeemsa miidhaginaa balaa geessisuu danda'u dhiyeessuu fi qoricha seeraan alaa kennaa jiraachu qorannoon BBC agarsiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/X4tsuad
Tiraamp Afrikaa Kibbaarra qoqqobbii akka kaa'u beeksisuu hordofee pirezidaantin Afrikaa Kibbaa Siiril Raamafoosan dureessa addunyaa kan ta'e Elon Maaskitti bilbiluun Tiraamp akka irraa tasgabbeessu gaafatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/oZD1LCc
Doonaald Tiraamp pirezidaantii US erga ta'anii ministiirri muummee Israa'el Beeniyaamin Netaaniyaahuu gaggeessaa jalqabaa Waayit Haawus daawwatu ta'a. Netaaniyaahun Kibxata, Guraandhala 4, Waashingtan yeroo gahu daawwannaa hojii taasisu ta'a.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5dS6xbk
Haleellaa diroonii mootummaan Jibuutii daangaa Itoophiyaarratti raawwateen lubbuun namoota saddeetii darbuu, kaan madaa'uu BBC'n jiraattotarraa odeeffate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QKGhOmp
Gandoota 12 keessatti jiraattoonni irra caalaan sababii hin beekamneen riifensa mataasaanii dhaban. Taateen kunis dhiiraafi dubartii akka kan baase miti. Maal akka mudate kunooti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2aNGioE
Neeyimaar addunyaarratti taphataa gatii guddaan itti bahee bitameedha. Lammiin BIraazil kun amma ganna 32 yoo ta'u, kilabasaa Biraazilitti argamuufi tapha itti eegale Saantoosif kontiraata ji'a jahaa mallatteessee jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6stpRuh
Pirezidant Tiraamp ajaja qoqqobbii kan mallatteessan wayita Ministirri Muummee Israa'el Beeniyaamin Netaaniyaahuu Washingitan daawwataa jiranitti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bB7To8H
Miseensi Mana Maree Naannoo Amaaraa kan Abbaan Alangaa shororkeessummaan himate, Obbo Yohaannis Buwaayaalew miidhaa uummata isaan bakka buufaterratti raawwatu balaaleffachuu isaaniif hidhamuu himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/G9FDzv2
Maatii horsiisee bulaa irraa kan dhalatan Aaddee Elemaan amma hojii daldalaa fi invastimantiin naannawa itti dhalatanii hanga sadarkaa naannootti beekkamtii argataniiru. Icciitii milkaa'insaanii BBCtti himaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JfNqAPk
Miseensi Mana Maree Naannoo Amaaraa kan Abbaan Alangaa shororkeessummaan himate, Obbo Yohaannis Buwaayaalew miidhaa uummata isaan bakka buufaterratti raawwatu balaaleffachuu isaaniif hidhamuu himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/G9FDzv2
Finciltoonni Koongoo Goomaa to’achuu erga jalqabanii booda hidhamtoonni dhibbaan lakkaa'aman Wixata darbe mana hidhaa Munzenzee cabsanii bahan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/U02cVRI
Karoorri dhaabbata gargaarsa Ameerikaa kana irra deebiin gurmeessuuf dhiyaate falmii siyaasaa kaasuun addunyaarratti ijoo dubbii ta'e.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YoBmqJ7
Pirezidantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp dhimma Filisxeemota Gaazaa irratti yaadni kennan ilaalchisee hoogganoonni addunyaa dubbachiisaa jira. Ofii maal jedhanii?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KJB49Ij
Niiwkaasiliifi Arsenaal dirree St Jeems Paarkitti waancaa Kaarbaawoof darbuuf tapha dhaqaa galaa isa lammataa har'a galgala taphatu. Arsenaal hiree qabxii jijjiiruu hangam qaba?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0uN7Fmi
Labsiin Tiraamp kun uummata Gaazaa irratti dhiibbaa guddaa uume, kana qofa osoo hin taane waliigaltee dhukaasa dhaabuu fi butamtoota gadhiisuu kan danquudha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HhzBw8P
Ejansiin dhaabbilee hawaasa siivilii Itoophiyaa keessatti argamanii fi kanneen deeggarsa maallaqa Dhaabbata Deeggarsa Misooma Ameerikaa (USAID)n argatan ''hayyama ifaa'' abbaa taayitichaa malee qabeenyaa amma hin gurgurree fi maallaqa akka hin dabarsineef akeekkachiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qb1ouQR
Namichi Siwiidiin Istookoolmi keessatti Qur'aana gubaa ture ajjeefamuu isaatti qaamoleen Jihaadistoota fi garee Islaamaa ofiin jedhan hedduun gammachuu ibsataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/F8yp6rx
Balaan kuni Wixata naannoo sa'aatii sagalii mudachuu kan himan namni ijaan argan kun, balaa kanaan namootni lubbuun isaanii darbe saddeettanuu dhiira ta'uu himu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/txfkqlg
Maqaa ''Operation Odoa Jangili'' jedhuun Wiixata Guraandhala 03, 2025 kan eegale oppireeshiniin kun iddoo dahannoo WBO qulqulleessuuf akka ta'e poolisiin Keeniyaa ibseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zp8FVwn