This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Indiyaatti bu'aa qorumsa biyyaalessaarratti mormii guyyootaaf godhameen booda aanga'aan ejensii qorumsa biyyaalesasa aangoorraa kaafame
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JFsAjxU
Paakistaan keessatti turistiin kabaja Quraana Qulqulluu gadi buuseera jedhamuun buufata poolisiitii fudhatamee daboon haleelamuun ajjeefame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/phM8XEG
Manni Murtii Yakkaa Idiladdunyaa (ICC) qondaaltota olaanoo Raashiyaa akka hidhamaniif ajaja baase. Ministirri ittisaa duraanii Sergee Shoyiguu fi hoogganaan waliigalaa humna waraanaa Vaalerii Giraasmoov kanneen ajaji hidhaa irratti ba'e keessaati.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/29IEmsB
Vampaayeriin waan sururaa jaarraawwaniif himamaa as gahedha. Ofii jette jetteen isaan walqabatee odeeffaman eessaafi maalif jalqabame?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9IfJ0Hl
Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti bakka bu'aa Somaaliyaa kan ta'an Abukar Dahir Osman loltoonni Itoophiyaa ''kallattiiwwan hedduun'' daangaasaanii cabsanii seenuu Mana Maree Nageenyaa jaarmiyaa addunyaa kanatti himataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Gaip8Xt
Luukaa Moodrich rukuttaa adabbii gareensaa argate goolii geeddaruu baatus yeroo xiqqoo booda garuu taphaan goolii ajaayibaa galcheera. Garuu warri Xaaliyaan daqiiqaa 98ffaarratti goolii galchuun carraa Kirooshiyaa saammachuun 16 keessa galan
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dj53H4S
Akka qorannoo kanaatti namoonni 10,000 ol gaafatamanii hedduunsaanii amantii yeroo daa’imummaasaanii hordofan akka jijjiiran ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DGhdEnB
Kaansariin qaama saalaa dhiiraa yeroo baayyee kan mudatu miti, garuu lakkoofsi namoota addunyaarratti dhibee kanaan qabamanii dabalaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kwoANlD
Jiraattonni BBC’n dubbise kunneen haalli qaala’iinsa gatii kun yeroodhaa yerootti dabalaa waan deemef miidhaan isaa kana caalaa osoo hin hammaanne mootummaan tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu qaba jedhu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4b3z7gq
Gaazaa keessatti hanqinni maallaqa callaa, keessattuu erga Israa'el gibira Gaazaan Filisxeemoota irraa walitti qaban dhaabdee booda cimeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RjO2yJD
Loltoonni Itoophiyaa garee Al-Shabaab adamsaa hayyama mootummaa Somaaliyaa malee daangaa Somaaliyaa qaxxaamuranii seenanii akka turan himame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kbALKIa
Naannoo Beneshaangul Gumuz keessatti wagga sagal booda mootummaa haaraa hundeessuu kan dandeessisu har’a filannoon gaggeeffamaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/O2sDMLI
Namoonni shan dirree seenuun Amballii Poorchugaal kan ta’e Kiristaanoo Ronaaldoo waliin suura ka’uuf yaalanii ture, tapha Jarmanii Istaaniyeemii Doortimanditti taphatanii 3-0n Turk mo’atanirratti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mdGBEFj
Guyyaa poolisiin ishee qabe dubartiin kun Waldaa Kiristaanaa Metodist kan magaalaa Maanter jedhamtu Kansaas Lixaa keessatti argamtu keessa kutaa tokko keessa turte. Isaan booda dhimmishee bu'aa ba'ii hedduu keessa darbeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bJsqWNS
Abdulqaadir Muumin duree al-Shabaab ture, boodarra keessaa ba'uun hoogganaa IS-Somaaliyaa ta'e. Ameerikaan toora shororkeessitootaatti ramaddeetti, ammas ajjeesuuf barbaaddi.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JE8Alcz
Yaddoo al-Shabaab deebi’ee of gurmeessuu hordofee mootummaan Somaaliyaa yeroo humnoonni nagaa eegan biyyattii keessaa itti ba’an akka dheeratuuf gaafatte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6NPk5a9
Naannoo Tigraayiitti Pirezidantiin mana murtii waliigalaa Dr Tsagaay Birhaanaa fi itti aanaan isaanii Obbo Gabra’aamlaak Ya’iniyoo aangoosaanii gadhiisuudhaaf gaaffii dhiyeessuu ittaanaan pirezidantiifi dubbii himaan mana murtichaa BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HqIGnEL
Filannoon pirezidantummaa US Sadaasa dhufu gaafa bultii 05, 2024 gaggeeffama. Garuu carraan kaadhimamtoonni baayyina sagalee uummataa argataniin filannocha mo'achuu dhaban jiraachuu danda'a.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MO0F1W3
Qondaalli mootummaa duraanii Obbo Taayyee danda'aa har’a ALI Waxabajjii 18, 2016 dhaddacha oolerratti abukaatoowwan isaanii malee dhiyaatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mXEA63b
Seenaa Ameerikaa keessatti kadhimamtoota pireezidantii lamaan umriin guddaa akka Baayidaniifi Tiraamp hin mul'anne. Ammoo dhimma ijoo duula filannoo keessatti umriin ajandaa lamaanuu bira darbuu hin dandeenye ta'eera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ouPY8tT
Mana tokko deemees nyaata akka naaf laatan gaafadhe. Haata’u malee, dubartiin “hojjettee hinyaattuu” jettee bishaan namni harka irratti dhiqatee, lulluuqqatee irratti tufe fuutee narratti jigsite. Gaafa sana baay’ee natti dhagahame, baay’een boohes.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/icmAMPV
Erga bara 2016 dursaa garee biyyaalessaa kan ta’e taphataan kun, taphataa cimaa sadarkaa addunyaatti beekamu ta’uun biyyasaas hedduu beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/X0niCvr
Raashiyaatti haleellaa hidhattoonni eenyummaasaanii hin beekamne bananiin miseensoonni poolisii 15 oliifi namoonni nagaa hedduun ajjeeffamuun gabaafame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RbthJEo
Yeroo kamiittuu addunyaarratti yeroo rakkoon fayyaa mudatuutti biyyoonni, oggeessoonni fiyyaa fi namoonni kaan qajeelfamaa fi deeggarsa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) barbaadu.Ergamni dhaabbata kanaas haala fayyaa fooyya’aa dhiyeessuu fi ‘‘hundumaaf bakka jiraniiti jireenya haala wal qixa ta’en nageenyummaasaa eegamee fayyaan akka jiraatu’‘ eeguudha jedha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FlgZosH
Minseensoonni Waraana Israa’el lammii Filisxeem walitti dhukaasa keessa madaa’e konkolaataasaanii gara Fulduraa irratti hidhanii fudhachuun dheekkamsa kaase.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m1NbxFD
marsaa itti aanutti ce'an adda baasan ni gaggeefamu.Taphootni lamaan ramaddii tokkoo sa'aatii walfakkaatatti kan gaggeeffaman yeroo ta'u, guyyaa tokkotti ramaddii lama irraa taphoota afurtu gaggeeffama.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HaNXOzV
Indiyaatti bu'aa qorumsa biyyaalessaarratti mormii guyyootaaf godhameen booda aanga'aan ejensii qorumsa biyyaalesasa aangoorraa kaafame
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gy4aMer
Barnoota amantaa barachaa ture xumuruunis tibbana sirna cuuphaa akka raawwate dubbata Daagim.Ammaan booda umrii hafetti hojii hafuuraafi faarfannaawwan hojjechuurratti qofa akka fuulleffatus BBCtti himeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8vGF4sf
Yeroo ijoollummaa barsiisonni ykn maatin “gara fuulduraatti maal ta’uu barbaadda?” jedhanii yeroo gaafatan ‘hakima fayyaa ykn injinara ta’uun barbaada’ akka jedhaa ture yaadata.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cTe18NM
Hajjii baranaarratti namoonni dhibbaan lakkaa'aman kan du'an yoo ta'u, sababni ijoon balaa kanaas ho'i Sa'uudii Arabiyaa dabaluun hanga digirii Selshiyesii 51 ga'uusaati jedhama.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/50vekdw