bbc_afaan_oromoo | Unsorted

Telegram-канал bbc_afaan_oromoo - BBC Afaan Oromoo Official

129947

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

Subscribe to a channel

BBC Afaan Oromoo Official

Filannoon yaada uummataa CBS News/YouGov gaggeesse akka mul'isutti namoota yaada kennan keessaa dhibbeentaa 72 kan ta'an Baayiden rakkoo fayyaa sammuu fi rakkoo sirriitti yaaduu waan qabuuf kana booda akka pirezidantiitti tajaajiluuf ga'umsa hin qabu jedhan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4FafniG

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Kufaatii mootummaa Dargiif wantoota sababa ta’an keessaa tokko Dargiin keessoosaa qulqulleessuu dadhabuu akka ta’etu himama. Dargiin bara biyya bulche harka guddeessa waraanarratti kan dabarse ta’uunsaa yeroo argatee keessoosaa sirreessuu hin dandeenyes ni jedhama.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aJSw4xp

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dorgommii waancaa Awurooppaa 17ffaa Euro 2024 qopheessituun sagantichaa Jarmaniin akkasumas Siwiizarlaand nuusa xumuraaf yoo darban Xaaliyaanii fi Deenmaark gaggeeffamaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GtR5Wl3

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Haleellaan misaa’elaa Raashiyaa daa’imman lama dabalatee waliigalatti lubbuu namoota torba dabarse hordofee Pirezedantiin Yukireen Volodmiir Zelenskiinmeeshaa waraanaa fageenya dheeraa qabaniif fi ittisa haleellaa qilleensaa dabalataa irra deebiin gaafatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KB0hx23

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Neezarlaandis keessatti bara 2023 qofaatti namoonni 9,068 "euthanasia" ykn deeggarsa ogeessa fayyaan du'aniiru. Du'a biyyattii keessatti mudate keessaa 5% jechuudha. Kanneen fedhiidhan ogeessa fayyaan du'an keessaa "duo-euthanasia" ykn abbaan warraafi haati warraa kan wal-faana du'an 33 galmaa'era.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aqKDuEH

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Pirezidaantin US Joo Baayidan 'dullumarraa kan ka'e Tiraam waliin falmuu hin dandeenye' komiin jedhu irratti ka'eef deebii kennaniin filannoo Sadaasa dhufu gaggeeffamu inuman mo'adha jedhan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PlVBG4X

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Saatalaayitiin Raashiyaa hawaa keessatti bakka 100 olitti gargar caccabuun qorattoonni hawaa Wiirtuu Qorannoo Hawaa Idil-addunyaarra hojjatan sa'aatii tokko kan ta'uuf dahachuu ejansiin hawaa US beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OCUsb3h

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Shittaayeen qonnaarratti barachuufi qorachuun biyyarra dabartee ardii waliin geesseetti; ittis milkoofteetti. Qorannoo qonnaa hirmaannaan dubartootaa keessatti haphatan keessatti hanga sadarkaa digirii sadaffaa (PHD)tti baratteetti, ittiin hojjechaa jirti, badhaasaafi beekamtii idil-addunyaas argatteetti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tMX1zrQ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Gareewwan waancaa Awurooppaa 2024 irratti hirmaatan 24 keessaa kanneen hafan 16 Sambata borii irraa eegaluun tapha kuffisanii darbuu ni taphatu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XLYcn7x

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Indiyaa keessatti dhaabbanni bilbila appilii dhiyeessu Foxconn dubartoota heerumaniif hojii kennuu didee jechuun himatame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Dk14rbZ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Moggaasni isaa lammummaa ogeessota hojii ijaarsa riqicha kana hojjetaniin akka mogga’e kan himamuuf Riqichi Poorchugaal, Godina Shawaa kaabaa aanaa Giraar Jaarsoo Ganda Warxuu jedhamu keessatti argama.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ja8Zuh0

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Hordoftoonni Amantii Waaqeffannaa 79 Jimaata darbe ALI Waxabajjii 14, 2016 Magaalaa Baabbilee keessatti hidhamuu Dhaabbanni Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa komate.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZcCrDNT

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Taateen Wiiliyaam Ruutoo wixinee baajataa mootummaan isaanii qopheesse akka dhiisan dirqisiise ardii dargaggootaan guutamte Afrikaa keessatti humni qeerroo hammam jabaa akka tahe agarsisa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SamFM5G

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Biyyoota Awurooppaa keessaa Xaaliyaanin bakka barattoonni Afrikaa carraa barnootaa argatanii itti baratan keessaa ishee ijoodha.Akka ragaan Dhaabbata Walta’iinsa Diinagdeefi Misoomaa agarsiisutti, bara 2021tti barattoonni Afrikaa 72,000 ol ta’an Xaaliyaanitti barnootarra turan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Hgjrzn6

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa Itoophiyaa yaa'ii idilee 34ffaa irratti akkaataa qabiyyee lafaa gadhiisisuu, kaffaltii beenyaa fi kanneen kaafaman qubachiisuu irratti wixinee labsii dhihaate raggaasiseera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HeWADrP

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Ingilaandi Isloovaakiyaa sa'a dabalataatti mo'achuun nuusa xumuraaf darbite. Ispeen tapha hanga ammaatti taasifte %100 mo'atte. Joorjiyaa 4-1 mo'achuun nuusa xumuraaf geesse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/g1JkPwd

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Faddaaltonni karaa Sudaan gara Liibiyaatti isin dabarsina jechuun baqattoota of harka galfatu. Duuba maallaqa gaafatu, erga maallaqa argatanii ammoo karaatti gatu. Baqattoonni rakkoo akkanaa seenan hedduun loltootaan qabamu. Luwaam Gabruu rakkoo akkanaaf saaxilamte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VIdwCtF

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Pirezidantiin US Joo Baayiden falmii jalqabaa irratti hanqina mudate fooyyessuun morkataasaa Doonaald Tiraampirratti olaantummaa argatee, filannochas akka mo'atu kanneen maallaqaan isa deeggaraniif mirkaneesse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZnDU915

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Waraannifi humni nageenya Israa’el akkasuams gareen hidhattoota Hamaafi Palistiiniyaan Islaamik Jihaad “tarree galmee qaanii'' UNtti akka makaman godhaman.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TgRLbZo

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Qormaanni yuunivarsiitii barattoonni sobaa artifishaal intelligensii fayyadamuun fudhatan kan barattoota dhugaatiin fudhataman moo’uu fi tasuma osoo namoota qormaata soroorsaniin hin baramin darbuu qorannoon argisiise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cpboFTz

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Taphataan duraanii Maanchister Yuunaayitid Luwis Naanii gara Itoophiyaa deemuuf akka jedhu dhagahame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/W1X7Ixe

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Kaadhimamaan paartii warra amantaa leellisuu Sa'iid Jaliilii filannoo pirezidaantummaa Iraan sagalee xiqqaan dursaa akka jiru mootummaan biyyattii ibse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tZVjWGn

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Naaroobikaa Baayisaa Shamarree Oromoo biyya UK Magaala London keessa jiraattu. A.L.A Wabajjii 29 bara 2020 wixata galgala gaafa Wellisaa Haacaaluu Hundeessaa ajjeefame haala itti dhageessee fi miira isheetti uume akkas jechuun dubbatti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/l5LM3om

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Falmii pirezidaantummaa Ameerikaa jalqabaa bara kanaan Joo Baayiden dubbii Tiraampi ofirraa qolachuu irratti laafan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7Cwk1jP

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Yeroo addunyaan gara Addeessaatti arreedaa jirtu keessaa jirra, dorgomtoonni heddummaataniiru. Ofii waan addeessarra jiru abuuruuf eenyutu qophiidha? Hundi keenya qaama hawaa nutti dhiyaattee jirtu kana qooddachuuf qophiidhaa?Moo Addeessi kan nama, kubbaaniyyaa yookiin biyya muraasaa ta’uuf deemti?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/H05Cqzg

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Roonaaldoon gosa bofaa akkaan guddaa fi cimaadha. Umriinsaa amma waggaa 13 guuteera. Reppitaayiloota shifii ta'an kan uummate kolleejjii magaalaa Portsmouth keessatti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rNCvQbt

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Addunyaarratti maallaqoota 180 ittiin daldalamu keessaa humna bituufi gurguuruun kan doolaara caalan jiru. Isaan keessaa Dinaarri Kuweet isa tokko.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jiSacy9

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Himata Somaaliyaan loltootni Itoophiyaa eeyyamakoo malee daangaakoo seenan jechuun Mana Maree Nageenyaa UN irratti Itoophiyaa himachuun ishee himata ''bu'uura hin qabnedha'' jedhan Dubbii himaan Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TJzH5YU

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Bara 2014 barattootni yuunvarsiitii Kooriyaa Kaabaa hundi akka Kiim Jon Unitti rifeensa akka sirreeffatan ajajni darbe. Kun ammoo muddama uumee ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Q06WKjS

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Pireezidant Wiiliyaam Ruutoo mormii diddaa labsii Gibiraa guutuu biyyattii raase booda labsicha haquu caala mormiin kun ''gareen yakkaan butameera'' jedhe. Labsii kana dhiisuuf maaliif itti cime?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VCKtG1v

Читать полностью…
Subscribe to a channel