This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Manni Murtii Olaanaa US himannaa yakkaa piresidaantii duraanii Donaald Tiraamp irratti dhiyaatee ture irratti murtii kenne. Murtii kanaanis mirga himatamuu dhabuu pirezidaantii duraanii akka kabajamu taasiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LDYaRBy
Waraannifi humni nageenya Israa’el akkasuams gareen hidhattoota Hamaafi Palistiiniyaan Islaamik Jihaad “tarree galmee qaanii'' UNtti akka makaman godhaman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/c48DQPl
Waraana Yukireenitti gaggeeffamuun Raahsiyaan dahannoo Yukireen cabsuuf tooftaa waraanaa loltoota hoomadhaan adda waraanatti bobbaasuu fayyadamti. Dahannoo tokko cabsanii bakka xiqqoo ykn magaala xiqqoo qabachuuf loltoota heddu itti gabbarti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6lVGuJc
Dhungoon suuraa Birendaa irraa mul'atu miira saal-quunnamtii kan of keessa qabu yoo ta'u, amalli isheen agarsiiste kun biyya seera hariiroo jaalalaa saala walfakkaataa dhorku qabdu keessatti miira walmakaa uumeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/L0XgGcd
Gamtaan Afrikaa (AU) fi Ameerikaan tokkummaa Somaaliyaa deeggaruun, qaamotni waldhabbii kana keessatti qooda qaban hundi waldhabdee kana akka qabbaneessan dhaaman.Tarkiin ammoo tibbana waldhabbichi karaa dippilomaasii akka furamu gidduu seente.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bSoc2xn
Awustiraaliyaa bulchiinsa Queensland keessatti ispermiin baankiitti kuufame erga walmakee booda akka dhangalaafamu murtaa'e.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yRzak38
Dhiyeenya kana qondaalonni mootummaa naannoo fi federaalaa Itoophiyaa irra dedeebiin gara godinaalee Wallaggaatti imaluun hawwaasa waliin marii gaggeessaa turan. Nageneyi godinaalee kanneen keessaa hammam fooyya'e?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KCsyDeB
Naajaal Faaraaj waggoottan sodomman darbaniif UK keessatti kan beekaman Gamtaa Awurooppaa fi Walta’insa qeequudhaan.Tibba dursaa Paartii Bilisummaa UK turaniitti UK Gamtaa Awurooppaa keessaa akka baatuuf duula gaggeessanii ture. Isaan booda dursaa Paartii Brexit kan turan yoo ta’u, amma ammo dursaa Paartii Riiform UK’ti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tBe4fuA
Gaayiton Makeenzii jedhama. Afrikaa Kibbaa keessatti waanbadeefi saamtuu beekamaa ture. Keessumaa baankii saamudhaan beekama ture. Mana sirbaa halkaniis qaba ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/otZg2zB
Ameerikaan waggoota kudhan ta'aniif Baha jidduugalaa keessatti si'omtuudha. Fakkeenyaaf, Iraaq irratti weerara raawwachuun, garee Bulchiinsa Islaamaatiin loluudhaan, Israa'eliifi Saawudi Arabiyaaf meeshaa waraanaa erguudhaan naannicha keessatti haala adda addaatiin hirmaataa turte.Ofii dhimmoon Ameerikaan akka dhimma biyyoota Baha Jidduugalaa keessatti si'ominaan hirmaattu taasisan ijoon maali fa'i laata?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8vxfio3
Itoophiyaafi Somaaliyaan Turkiitti wal-gahanii erga mariyatanii booda muddama gidduusaanii jiru karaa nagaan akka furan ibsan. Biyoonni lamaan jaarsummaa Turkiitin magaala Ankaaratti gaafa Waxabajji 24 bara 2016 ALItti walgahanii mariyachuuni waliigaltee kanarra gahuu kan beeksisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pqN0sPw
Ministirri Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaa taphattoonni buleeyyiin Afrikaa kunneen erga Itoophiyaa seenanii sirnoota garaagaraa akka raawwatan himuun, biyyattiin gama kanaan dippiloomaasii ispoortii haaraa uummatteetti jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OUrFVG4
Hordoftoonni Amantii Waaqeffannaa Magaalaa Baabbileetti hidhamanii turan harki caalmaan hiikamanis galmarraa ittifamuu himatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/l4deGsJ
Kiristiyaanoo Ronaaldoon garee kubbaa miilaa Poorchugaal keessa jiraachuun isaa hokkora uumu fi hamii haasa’amu yeroon dhaga’u yeroo hunda nan kolfa jedha BBC Ispoortiif kan barreessu Joosi Foonti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PjVtwU3
Yeroo addunyaan gara Addeessaatti arreedaa jirtu keessaa jirra, dorgomtoonni heddummaataniiru. Ofii waan addeessarra jiru abuuruuf eenyutu qophiidha? Hundi keenya qaama hawaa nutti dhiyaattee jirtu kana qooddachuuf qophiidhaa?Moo Addeessi kan nama, kubbaaniyyaa yookiin biyya muraasaa ta’uuf deemti?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/B3EbX46
Haleellaan misaa’elaa Raashiyaa daa’imman lama dabalatee waliigalatti lubbuu namoota torba dabarse hordofee Pirezedantiin Yukireen Volodmiir Zelenskiinmeeshaa waraanaa fageenya dheeraa qabaniif fi ittisa haleellaa qilleensaa dabalataa irra deebiin gaafatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XdKL5T8
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad miseensota Mana maree bakka bu'oota uummataaf wayita ibsa kennan diinagdeen biyyattii dhibbeentaa 7.9 akka guddatu ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YzeWPIc
Keeniyaatti mormii ummataa lubbuu namoota hedduu galaafate hordofee daballi mindaa miseensoota paarlaamaa biyyattiif taasifamuuf ture akka dhaabbatu taasifame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cNHZGAw
Hezboollaan haleellaa qilleensarraa Israa'el gaggeesiteen hogganaan isaa tokko Kibba Libaanusitti ajjeefamuu hime.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/upockdQ
Waggoota dheeraaf badii raawwachuun kan himataman namoonni hidhatan kunneen akkamiin waggaa hammanaa to'annoo seeraa jala ooluu dhaban ifa miti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/AJQ4NWw
Humnootiin mootummaa Itoophiyaa naannoo Amaaraatti haleellaa cimaa yakka waraanaatiin wal gitu oggeessootaa, dhukkubsattootaafi dhaabbiilee fayyaa irratti raawwataniiru jechuun himate Dhaabbanni mirga namoomaaf falmu Humaan Raayitis Woochi.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xNKjh8o
Artist Yooseef Gammachuu Handaara Magaalaa Finfinnee Aanaa Sabbataa Hawaasatti dhalatee Finfinneetti guddate. Dhimma Oromoof walleen osoo qabsaa'uu dararaa isarratti raawwatameen ALI bara 1995 addunyaa kanarraa boqote.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ny0JhnC
Gaayiton Makeenzii jedhama. Afrikaa Kibbaa keessatti waanbadeefi saamtuu beekamaa ture. Keessumaa baankii saamudhaan beekama ture. Mana sirbaa halkaniis qaba ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/otZg2zB
Dhaabbanni omisha warqee MIDROC faalama qilleensa naannoo fi miidhaa jiraattotarraan gahuun walqabatee waggoota dheeraaf himannaawwan irratti dhihaataa turaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/okHNcMi
Intalli Aadde Liyooraa Argamaanii, Nowaan, ji'oota saddeetiif harka Hamaas Gaazaa keessa erga turte booda torban sadii dura gadhiifamte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Y417U96
Manni Murtii Olaanaa US himannaa yakkaa piresidaantii duraanii Donaald Tiraamp irratti dhiyaatee ture irratti murtii kenne. Murtii kanaanis mirga himatamuu dhabuu pirezidaantii duraanii akka kabajamu taasiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Qsc7J9H
Ministirri Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaa taphattoonni buleeyyiin Afrikaa kunneen erga Itoophiyaa seenanii sirnoota garaagaraa akka raawwatan himuun, biyyattiin gama kanaan dippiloomaasii ispoortii haaraa uummatteetti jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OUrFVG4
Kiristiyaanoo Ronaaldoon garee kubbaa miilaa Poorchugaal keessa jiraachuun isaa hokkora uumu fi hamii haasa’amu yeroon dhaga’u yeroo hunda nan kolfa jedha BBC Ispoortiif kan barreessu Joosi Foonti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PjVtwU3
Hordoftoonni Amantii Waaqeffannaa 79 Jimaata darbe ALI Waxabajjii 14, 2016 Magaalaa Baabbilee keessatti hidhamuu Dhaabbanni Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa komate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/oUaMAD3
Muddama Itoophiyaa fi Somalaiyaa gidduutti mudate mariin tasgabbeessuuf ministirootni dhimma alaa biyyoota lameenii Tarkii galan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/AhwpOkd