Nato'n, dhaabbanni Waliigaltee biyyoota Awurooppaa keessaa fi Kaaba Ameerikaa, Kibxata dhufaa waggaa 75ffaa isaa magaalaa keessatti jalqaba hundeeffame, Waashingitan DCtti kabajachuufiidha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8X1AiV3
Balaa xiyaara Booying lama kan lubbuu namoota 346 galaafate hordofee waliigaltee xiyyaarotasaa 737 Max haaromsuuf yaadame cabsuun himannaa yakkaa irratti dhiyaate dhaabbatichi amanee fudhate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ETAjnI3
Taatoo fi riisilariin lammii Ameerikaa Joon Siinaan dorgommiiwwan tapha wal'aansoo falmu (World Wrestling Entertainment (WWE)) irratti dorgomuu irraa soorama ba'uusaa beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/30impUn
Magaalli gamoowwan samii xuqaniin guutamte Dubaayi guddinni saffisaan waggoota darban keessa agarsiifte, kan itti fufaa jirtu fakkaata. Ammalleen gamoowwan dhedheeroo ijaaraa jirti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1fVplYK
Pirezidantichi kan kana jedhan Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad torban kana ''mootummaan Somaaliyaa nutti dubbachuurra gandarra naanna’e nuun himachuu filateera,'' jechuun erga dubbatan boodadha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WyVaTfR
Dorgomaan bishkileetii Faransaay Juuliyaan Barnaard yaalii dorgommii Tuur Di Firaans irratti haadha warraa isaa dhungachuu isaatiin erga adabamee booda dhiifama gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OHhynXp
Israa'el Gaazaa keessatti dhukaasa dhaabuudhaaf haal-dureewwan Hamaas dhiyeesse ilaalaa jirti, garuu kun waraanicha hanga dhumaatti dhaabuu danda'aa laata?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WGeaFhE
Kaadhimamtoota pirezidaantummaa Iraanif dhiyaatan keessaa ilaalcha fooyy’aa qabu kan jedhaman Masuud Pezeshkiyaan pirezidaantii haaraa Iraan ta’uun filaman.Masuud morkataasaanii cimaafi ilaalcha harbeessuu qabaachuun beekamu sa’iid Jaliil mo’achuuni kan pirezidaantii ta’an.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4CHMlfN
Kiir Istaarmar Paartii Leebarii dursuudhaan filannoo tibbana gaggeeffameen injifachuun UKtti Ministira Mummee haaraa ta’un hojii eegalan. Ofii eenyuudhan isaani?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TCWZD2N
Ministirri Mummee Dr Abiy Ahimad Kamisa darbe Mana Maree Bakka bu’oota Ummataatti argamuudhaan gabaasa wagga motummaasaanii dhiyeessuun gaaffiilee miseensootarraa ka’aniif deebiifi ibsa kennanii ture.Wayita kanattis Ministirri Mummeen dhimmoota tokko taokko kaasuudhaanis ejjannoo motummaasaanii maal akka ta’e akeekkaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2TrXg1D
Aartistoonni Oromoo sirboota yeroo hojjetan Youtube irratti fe’uun dhageefataa biraan gahatu. Kun immoo sirboota sagaleedhaan qofa hojjetamanis bakka isaaniif hin malle kanatti akka gadhiifaman godha jedha ogeessi muuziqaa King Raagoo.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/opGJmwB
Sarbamni mirga namoomaa namoota nagaa irra gahu yaaddessaa tahuu himuun, ammas miidhaa walitti bu'iinsi hidhannoon gaggeeffamu biyyicha keessatti qabu guddaa tahuu ibseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Uoj0dRX
Filannoo waliigalaa UK gaggeesiteen paartiin 'Labour' waggoota 14 booda injifannoo guddaa argate. Riishii Suunaak aangoo dabarsuuf qophii tahuu himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BP8dKhv
Gareen hidhattootaa Leebaanos Hezboolaan ajjeechaa ajajaa olaanaa isaa tokkootiif deebii kennuuf jecha kaaba Israa'el irratti rookkettiiwwaniifi dironii 200 ol dhukaase.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zsfWSe4
Saara Saallessa Diidaa ilma horsiisee bulaa Godina Boorana Bahaa, aanaa Gumii Eldalloo bakka Bulbul jedhamtutti dhalatee Guddate. Qabxii waliigalaa 3.98 fiixuun yunivarsiticha irraa eebbiifame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vY90sDr
Itoophiyaa keessatti maallaqa argachuuf jecha namoota nagaa fi barattoota butuun akka dhaabatu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Hervin Maasingaa waamicha taasisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YIHuC1n
Haleellaa qilleensaa Israa'el mana barumsaa magaalaa Gaazaa keessatti argamu irratti raawwateen namoota afur ajjeefaman keessaa qondaalli olaanaa bulchiinsa Hamaas tokko ta’uu maddeen Filisxeem himan
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8yZget7
Taatoo fi riisilariin lammii Ameerikaa Joon Siinaan dorgommiiwwan tapha wal'aansoo falmu (World Wrestling Entertainment (WWE)) irratti dorgomuu irraa soorama ba'uusaa beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/30impUn
Keeniyaa qarqara galaanaatti haguuggii falfaltuu jedhuun maanguddoota ajjeessuun bal'inaan dhagahamaa jiru. Dhugaansaa garuu lafa saamuudhaafii akka ta'e BBCn qorannoon gaggeesseen bira gahe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ecL1WjJ
Dorgomaan bishkileetii Faransaay Juuliyaan Barnaard yaalii dorgommii Tuur Di Firaans irratti haadha warraa isaa dhungachuu isaatiin erga adabamee booda dhiifama gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OHhynXp
Sagantaa yeroo saglaffaaf adeemsifamaa jiruu fi guyyoota sadiif turu kanarratti namoonni kitaabilee gurguran, barreessitoonni, ogeeyyiin manneen kitaabaa, barattoonnii fi maatiinsaanii akkasumas kutaaleen hawaasaa biroo hirmaachaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LVyqshI
Gammachuun karaa dhungootiin argamu maal akka fakkaatu filmiiwwan jaalalaa garaa garaa irratti dowwattanii jirtu ta'a. Haata'u malee, dhuguma hidhiirra wal dhungachuun karaa jaalalli ittiin ibsamuudhaa?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Jt34PIx
Aartiistiin suuraa pirezidantii Taanzaaniyaa Saamiiyaa Suluuh Haasan gubeera jedhame hihdaan wagga lamaa fiaddabbiin dolaara kuma lamaa itti murtaa’e.Aartisitichi yakka saayibarii biyyattiin badiin waan irratti argameef adabbiin kun irratti murtaa’eera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JdfrUBM
Pirezidaantin US Joo Baayidan "Waaqayyo Guddaan" yoo na amansiise malee filannoo dorgomuu hin dhiisu jechuun dubbatan.Baayidan kana kan dubbatan turtii miidiyaa ABC News wajjin Jimaata, Adoolessa 5 taasisaniin yoo ta'u, deebi'anii filannoorratti dorgomuuf qorannoo dandeettii yaaduu taasisuun bu'aansaa uummataaf haa beekamu gaaffii jedhus kufaa godhaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xChXmqY
Biyya Indoneeshiyaa keessatti dubartiin umrii 36 Siriyaati jedhamtu mucaashee dhukkubsateef qoricha bituuf manaa baate garaacha jawwee keessa duutee argamte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kBdPxys
Bulchaan Godina Addaa Saba Oromoo Obbo Ahimad Ali Ibree guyyaa Jimaataa magaalaa Kamisee keessatti qaamoolee mootummaan ''finxaaleyyiin'' jedheen itti dhukaasame ajjeefamuu beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0fsAvkw
Baqqattooni Itoophiyaa Sudaan kaampii Tanaadibaafi Umraaqbaa keessa jiran sababa waraanni Sudaanitti gaggeeffamaa jiru gara iddoo qubsuma isaanitti dhiyaataa dhufeef yaaddoo qabaachuu deeggarsaaf iyyatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/seAlBpa
Eegdonni daandaa bishaanii Moritaaniyaa reeffa godaantota bidiruun ittiin dhidhimtee du'anii 89 arguu himan. Eegdonni Moritaaniyaa kun Garba Atilaankii keessaa gaafaa Wiixataa reeffa godaantotaa akka argan ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cqIiX8A
Ogummaan xiyyaara balaliisuu abjuu ijoollummaa, hawwii barattoota hedduu ta’us, kan itti milkaa’u garuu muraasadha.Isaan keessaayis, barataa duraanii Mana Barnoota Qophaa'ina Naqamtee, kan balaliiftoonni gara 15 irraa horatamee, keessaa tokko kan ta'e balaliisaa Amaanu'eel Tsahaayiifi hogganaa mana barnootichaa Darajjee Bantii dubbisuun akkasiin qopheessineera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KAO6pZR
Loltoonni Rippablika Dimookiraatawaa Kongoo digdamii shan lola hidhattoota M23 jedhaman waliin turerraa baqatan murteen du’aa itti murame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TZ9y8rF