This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Ingilaandi erga 1966 as waancaa Adunyaas tahe Awurooppaa gama dhiirotaan injifattee hin beektu. Madaa ishee daran kan hammeessu ammoo rukuttaa peenaaliitiin taphoota hedduu mo'amuu isheeti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9FbeCNh
Bara 1952 yeroo Mootiin Faaruuk Masrii dursaa biyyaa jalqabaa aangoorraa kaafaman kaasee Itoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa gara 36 ta'an keessatti fonqolchi mootummaa milkaa'aan 130 raawwatamaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nivDqdR
Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa Itoophiyaa, kanaan dura tajaajilawwan akka paaspoortii, viizaa, heeyyama jireenyaa, ragaalee bu’uuraa lammiilee fi kaan maamiltootaaf kennuurratti komatamaa ture, bara dhufaatti tajaajila paaspoortii mana manatti kennuu akka eegalu beeksiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BflYqWn
Gareen Ingilaand tapha xumuraa Waancaa Awurooppaa bara 2024- Euro 2024 Dilbata dhufu taphatamurratti Ispeen mo'atee waancaa fudhachuuf ''waan hundaan guutuu ta'ee argamuu qaba,'' jedha leenjisaa Gaareez Saawuzgeet.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jJNIBD6
Loltoonni Somaaliilaand kumaatamaan lakkaa'aman leenjii argachuudhaan guyyaa Kibxata Adoolessa 9, 2024 Itoophiyaa seenuunsaanii ibsame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TPXMuEZ
Baankin Biyyaalesssaa Itoophiyaa imaammata maallaqaa haaraa ifa gochuu ibsa gaafa Kibaxataa, Adoolessa 2, 2016 ALItti baasen ifa godheera. Imaammata kana ogeeyyin diinagdeefi faayinaansii ija gaarin yoo ilaalan kanneen gaaffii irratti kaasanis jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0wGqPjU
Pirezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon mormii biyyattii keessatti mudate hordofee kaabinee isaanii hunda ari'an.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/srPoyN6
Galataa Waaqwayyaa tibbana Yuunvarsitii Haramaayaa muummee Sooftiweer Injiineringii irraa qabxii 4.0 fiduun medaaliyaa warqee fudhachuun eebbifame. Saayinsiin gammachuu naaf kenna jedha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0fH87Lx
Atileetiin Itoophiyaa Yoomiif Qajeelchaa sababa hin beekamneen Koree Olompikii Itoophiyaadhaan dorgommii Olompikii Paaris 2024 fageenya meetira 5,000 keessaa haqamuu BBCtti hime.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/osv7bId
Dubartiin kun paaspoortiin ishee jalaa balleeffamnaan alkoolii akka malee dhuguun dabalataan of ajjeesuuf yaaluu isheen yakkaan himatamte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UAyPdtj
Dorgommii Waancaa Awurooppaa 2024- Euro 2024 irratti tapha walakkaa xumuraa biyyisaa Ispeen Faransaay waliin taphatterratti gooliin taphataan umriin xiqqaa, Lamiin Yamaal, galche yoomuu kan dagatamu miti.Gooliiwwan bara baraan yaadataman keessatti dabalameera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ycUbBHI
Shamarree Gaaddisee Ittafaa Luboo kun barattoota Yunvarsiitiin Dambidoolloo tibbana eebbisiise keessaa tokkoffaa bahuun badhaasa waancaa erga injifatteen booda miidiyaa hawaasummaa irratti guddoo jajamaa turte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DzS5yPJ
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad guyyaa har’aa Sudaan keessatti karaatti nagaa buusuun danda’amurratti mari’achuuf Sudaan seenan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NXRxKhL
Ispeen kanaan dura waancaa Euro yeroo sadi kan argatte yoo ta'e, dhiheenya kan argatte bara 2012.Faransaay waggaa 24 dura bara 2000 waancaa kana mo'atte, Nezarlaandis ammoo kan bara 1988 mo'atte. Hanga ammaa waancaa kana dhiiraan mo'atanii kan hin beekne warri Ingilaand yeroo jalqabaaf mo'achuuf ijibbaata falmatu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vq3af7b
Lakkuuwwan lamaan, Keelloo Xurunaa fi Siddisee Xurunaa, Yunivarsiitii Amboo Kaampaasii Walisoorraa qabxii 3.99 fi 3.98 fiduun walduraa duubaan qabxii olaanaa galmeessisuun digirii jalqabaatiin eebbifamaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PIVTRNJ
Qomoos Taklawaldi Walda Tsaadiq abbaa amantaa yoo tahan, dhalatanii kan guddatan Godina Baalee aanaa Gololchaatti. Bara 1982 kutaa 8ffaatti darbuun barumsa dhaabanii ture bara 2009tti itti deebii'un bara kana qormaata kutaa 12 fudhatan. Seenaasaanii kunooti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5x8kPmT
Baqattoonniifi kooluugaltoonni Itoophiyaa keessatti argaman dameewwan hojii ‘‘lammiilee Itoophiyaatiin hin haguugamne’’ irratti qofarratti akka mindeeffamaniif wixineen qajeelfamaa qophaa’e.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7PSXBrs
Gareen Ingilaand tapha xumuraa Waancaa Awurooppaa bara 2024- Euro 2024 Dilbata dhufu taphatamurratti Ispeen mo'atee waancaa fudhachuuf ''waan hundaan guutuu ta'ee argamuu qaba,'' jedha leenjisaa Gaareez Saawuzgeet.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jJNIBD6
Pirezidantiin Ameerikaa Joo Baayiden kaleessa (Kamisa) galgala wayita gaazexeessitootaaf ibsa kennan, gita isaanii kan Yukireen Volodmiir Zeleniskiitiin ''Pirezidant Putiin'' jedhanii waamuunsaanii ijoo dubbii ta'eera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WiJud72
Namni siyaasaa Kooriyaa Kibbaa tokko of ajjeechaa dhiirotaa yeroodhaa gara yerootti dabalaa jiruuf gahee “ol’aantummaa” dubartoonni hawaasa keessatti qabaniidha jechuun himatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NJ5731V
Martinuu Toleeraa barataa qaxalee maatii qotee bulaa keessaa bahedha. Naannoo Oromiyaa Godina Lixa Shawaa Aanaa Baakkoo Tibbeetti dhalatee kan guddate Martinuun tibban yuunvarsiitii Amboo irraa gosa barnootaa hundaa A+ fiduun eebbifame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/F6x31XT
Namichi bofa 100 caalan surree/kofoo isaa keessa dhoksee gara giddugala Chaayinaa seenaa ture qabamuu qondaaltonni gumuruuka biyyattii ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tZlcDVQ
Atileetiin Itoophiyaa Yoomiif Qajeelchaa sababa hin beekamneen Koree Olompikii Itoophiyaadhaan dorgommii Olompikii Paaris 2024 fageenya meetira 5,000 keessaa haqamuu BBCtti hime.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/osv7bId
Jiraataa magaala Asoosaa kan ta'e shakkamaan Gabratinsaayi Taklaayi jedhamu hidhattoonni waan butan fakkeessun sobaan haadha warraasaarraa birrii 500,000 to'annaa jala oolee Waajjira Poolisii Magaala Naqamteetti kennamuu Raayyan Ittisaa Itoophiyaa fuula miidiyaa hawaasaa isaa irratti barreesse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lxwodtQ
Giddugaleessaan torban tokko keessatti maanguddoon tokko qarqara galaanaa Kiliifii, Keeniyaa keessa jirutti ajjeefamu.Namoota ‘falfaltuu’ jedhanii haala suukaneessaan ajjeesuun bakkeewwan Afrikaa garagaraafi kaanitti ni mudata.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1jK32oe
Dorgommii Waancaa Awurooppaa 2024- Euro 2024 irratti tapha walakkaa xumuraa biyyisaa Ispeen Faransaay waliin taphatterratti gooliin taphataan umriin xiqqaa, Lamiin Yamaal, galche yoomuu kan dagatamu miti.Gooliiwwan bara baraan yaadataman keessatti dabalameera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ycUbBHI
Hospitaalonni dhoksaa kun Filiippinsi keessatti yakkamtootafi kanneen yakkaan barbaadamaniif tajaajila waldhaansa baqaqsanii hodhuu pilaastikaa (plastuc surgery) taasisu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wACN5hJ
Ispeen kanaan dura waancaa Euro yeroo sadi kan argatte yoo ta'e, dhiheenya kan argatte bara 2012.Faransaay waggaa 24 dura bara 2000 waancaa kana mo'atte, Nezarlaandis ammoo kan bara 1988 mo'atte. Hanga ammaa waancaa kana dhiiraan mo'atanii kan hin beekne warri Ingilaand yeroo jalqabaaf mo'achuuf ijibbaata falmatu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vq3af7b
Naannoo Tigraayitti ajjeechaa, ukkaamsuufi miidhaan saala bu’urreeffate sadarkaa yaadeessaarra gahu maatiifi falmiitoonni mirgaa ibsaa jiru. Baatii 11 keessa qofa Maqaleetti dubartoonni 11 ajjeefamuu poolisiin ibseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/a0FpXm1
Magaalaa Asoosaa fi naannawasheetti ibsaan kan adda cite sababii miidhaan utubaa anniisaa ibsaa baatu irratti hanni Oromiyaa godina Wallaga Lixaatti ''hidhattootaan'' irra qaqqabeen booda ta’u godinni Asoosaa beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ldB3YMy