bbc_afaan_oromoo | Unsorted

Telegram-канал bbc_afaan_oromoo - BBC Afaan Oromoo Official

129947

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

Subscribe to a channel

BBC Afaan Oromoo Official

Mootummaan Itoophiyaa jaarraa walakkaa keessa yeroo jalqabaaf sharafa maallaqaa fedhii gabaarratti hundaa’e ifa godheera. Murteen kuni maal jechuudha? Murtee kanaan eenyutu buufata? Eenyutu hubama? Birriin kanaa gadi cabuu malaa?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ifrtFa5

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Godina Shawaa Kaabaatti kan argamtu Aanaan Darraa irraa barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf gara yuunvarsiitii Salaalee deeman 350 ol tahan gara maatiitti osoo hin deebi'iin jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kyU5OZg

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dubbi Himaa Humna Waraanaa Sudaan kan ta'an Nabiil Abdallaa BBCtti akka himanitti yaalii ajjeechaa ajajaa waraana biyyattiirratti kan gaggeesse Humna Addaa Sudaan (RSF)dha.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BWfAD1m

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Humni Waraanaa Sudaanifi Humni Addaa (RSF) lola itti jiran karaa nagaan waliin mariyatanii akka furaniif gaaffii kan dhiyeesse Ameerikaa yoo ta'u, mootummaan Sudaan ammoo haal-duree kaa'un mariyachuuf walii gale.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EfPMY28

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Waggoota hedduuf Daandii Qilleensa fi Ministeera Faayinaansii Ertiraa kan hoogganan Kibrom Dafilaa, murteen Abbaa Taayitaa Siviil Aviyeeshinii Ertiraa ''tajaajila laafaa'' kennu jechuun baase murtee siyaasaa ta'uu dubbata.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/V5gDwSY

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Murteen mootummaan Itoophiyaa sharafni maallaqa alaa fedhii gabaarratti akka hundaa'uuf murteesse jiraattotaaf yaaddoofii abdii uumera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jOLmWwo

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Doonaald Tiraamp yaalii ajjeechaa irratti gaggeeffame ilaalchisee FBI waliin gaaffiif deebii taasisuuf waliigalan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cteajT4

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Waraanni Sudaan keessatti gaggeeffamaa jiru suuta gara daangaa Itoophiyaatti dhiyaachaa akka jiru Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa ibse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1VWFsc8

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Garee loltoota Raashiyaa qacaramanii hojjetan kan ajaju Komaandar Sergee Shevchenkoo, Maalii keessatti dhukaasa finciltoonni tasa irratti bananiin ajjeefame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QD3sCta

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Mootummaan Itoophiyaa jaarraa walakkaa keessa yeroo jalqabaaf sharafa maallaqaa fedhii gabaarratti hundaa’e ifa godheera. Murteen kuni maal jechuudha? Murtee kanaan eenyutu buufata? Eenyutu hubama? Birriin kanaa gadi cabuu malaa?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JNWUALm

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Godina Shawaa Kaabaatti kan argamtu Aanaan Darraa irraa barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf gara yuunvarsiitii Salaalee deeman 350 ol tahan gara maatiitti osoo hin deebi'iin jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MoE1WA5

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Himannaa dharaa yeroo garagaraatti dhiyeessuun gocha mootummaan Somaaliyaa itti jiruufi meeshaaleen waraanaa to’annaa tokko malee karaa daangaa Somaaliyaatiin Gaanfa Afrikaa seenaa jiru akkaan ishee yaaddessuu Itoophiyaan beeksifte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Hjx2Xgd

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dhaabbanni Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) adeemsiifi kaayyoon kora 14ffaa gaggeessuuf karoorfate humna ol antummaa qabuun butamee gara waan hamaa ta’eetti deemaa jiraachuu dursaan komishinii to’annoo dhaabbichaa ibsan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/oYRXEH4

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Onkoloolessa darbe irraa jalqabuun milishoota Hezbollaa Iraaniin deeggaramanii fi Israa’el gidduu dhukaasni daangaa qaxxaamure gaggeeffamaa tureera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/C2XNsI8

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Mootummaan Itoophiyaa gatiin sharafa alaa akkaataa gabaa biyya keessa jiruun akka gaggeeffamu gochuuf akka ta’e Sagantaan imaammata Fooyya’iinsa Diinagdee waajjirri miniteera muummee baase ni agarsiisa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/h4ofxsy

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Mootummaan Itoophiyaa gatiin sharafa alaa akkaataa gabaa biyya keessa jiruun akka gaggeeffamu gochuuf akka ta’e Sagantaan imaammata Fooyya’iinsa Diinagdee waajjirri miniteera muummee baase ni agarsiisa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FatRwvJ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Mootummaan Itoophiyaa gatiin sharafa alaa haala gabaa irratti hundaa’uun akka murtaa’e erga labsee Baankiin Daldala Itoophiyaa guyyaa jalqabaan gatii bitta afi gurgurtaa Doolaaraa duraan ture irratti Birrii 17 dabale.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5jWCpiZ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Baankin Addunyaa rifoormii ykn foyya’iinsa gama dinagdee Itoophiyaa guddina hordoftu jajjabessuuf akka tumsu beeksise.Tumsi kun doolara Ameerikaa biliyoona tokko deeggarsaan (grant), Doolarrii miliyoona 500 ammoo liqaa dhaabbata International Development Association (IDA jedhamurra kennamu ta’uutu eerame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cfNZKVG

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Hezboollaan maaliif Gaarreen Goolaan irratti dhukaase? Tarii Israa'eliifi Hezboollaan gara wal waraana guutuutti seenuu maluu?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cmti0Sl

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Hogganaa olaanaan Hamaas Ismaa'il Haaniyee Iraan keessatti ajjeefamuu garichi hime.Ibsa Roobii ganama baheen Ismaa'il Haaniyee oppireeshinii Israa'el gaggeessiteen mana jireenyaa isaanii Iraan magaalaa Teeraan jiru keessaatti ajjeefaman.Akka gareen kun jedhutti Haaniyeen sirna kakuu galuu pirezidaantii haaraa Iraa

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8DjuiK0

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Waraana Kaaba Itoophiyaa xumura itti tolchuuf Tigraay bakka bu’anii sababa Waliigaltee Piritooriyaa mallatteessaniif ''waliigaltee mootummaa diigu mallatteessiteetta'' jechuun TPLF akka isaan qeeqe Obbo Getaachaw Raddaa dubbatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/r6kf8Ot

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Paarlaamaan Tarkii humni galaana biyyattii gara Somaaliyaa akka bobba'uuf yaada Pirezidantiin biyyattii Rasiip Xayyib Erdogaan dhiheessan raggaasiseera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SEt75Dm

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Arsenaal taphataa sarara ittisaa kan ta'ee Rikaardoo Kalaafiyoorii yuuroo mliyeena 42 baasun Boloonyaa irraa mallatteessise. Taphataan ganna 22 Kalaafiyoorin lammii Xaaliyaanii yoo ta'u, tapha Waancaa Awurooppaa bara kan gaggeeffamerratti biyyasaa bakka bu'uun hiriirera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/U2xR8Os

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Arsenaal taphataa sarara ittisaa kan ta'ee Rikaardoo Kalaafiyoorii yuuroo mliyeena 42 baasun Boloonyaa irraa mallatteessise. Taphataan ganna 22 Kalaafiyoorin lammii Xaaliyaanii yoo ta'u, tapha Waancaa Awurooppaa bara kan gaggeeffamerratti biyyasaa bakka bu'uun hiriirera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/U2xR8Os

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Akkaataa qajeelfama haaraa Baankin Biyyaalessaa baase kanan gatiin sharafa alaa akka kanaan dura mootummaan murteessu osoo hin taane sirna gabaa waliigaltee baankileefi maamiltoota gidduutti godhamuun ta'a.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/z6eZJwu

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Waraanni Sudaan keessatti gaggeeffamaa jiru suuta gara daangaa Itoophiyaatti dhiyaachaa akka jiru Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa ibse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1VWFsc8

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Naannoo Amaaraa Godina Goojjam Kaabaa, Aanaa Meeccaa Kibbaatti Wiixata Adooleessa 23, 2024 ‘mootummaa waliin walgahii taa’aniiru’ jechuun, hidhattoonni Faannoo namoota nagaa ajjeesuufi dararuu jiraattoonniifi aanga’oonni godinichaa himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6tsKG0Q

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Magaalaa guddoo naannoo Amaaraa Baahir Daar keessatti jiraattotaa fi konkolaattota irratti daangaan yeroo sochii fi dhorkaawwan biroon kaa’aman.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3ypHItK

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Mootummaan Itoophiyaa gatiin sharafa alaa haala gabaa irratti hundaa’uun akka murtaa’e erga labsee Baankiin Daldala Itoophiyaa guyyaa jalqabaan gatii bitta afi gurgurtaa Doolaaraa duraan ture irratti Birrii 17 dabale.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JRYZiou

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Naannoo Amaaraatti bidiruun dhidhimuun namootni 12 lubbuun darbuu gabaafame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DHFukVZ

Читать полностью…
Subscribe to a channel