This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Wellisaa Kadir Ahmad dhibee isa mudateen erga yaalamaa turee booda Wixata (Hagayya 5, 2024) galgala lubbuunsaa darbe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/B5REVkn
Mootummaan Itoophiyaa fooyya'insa sirna Maakroo Ikoonomiirratti taasisuu booda shaqaxoota bu'uuraarraa kaasee hanga galteewwan ijaarsaatti daballii gatii guddaan mul'achuu jiraattootni dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GrqyIM3
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad hidhattoota naannoo Oromiyaa fi naannoo Amaaraa keessa socho'an waliin nagaa buusuuf dubbataa jiraachuu himanis, qaamni hidhatee Oromiyaa keessa socho'u, WBOn, mootummaa waliin dubbataa akka hin jirre ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jGWSALb
Lammiileen Itoophiyaa hedduun kan keessa jiraatan Libaanus/Beeruut keessaa lammiileensaanii akka ba'an US, UK, Awustiraaliyaa, Faransaay, Kanaadaa, Kooriyaa Kibbaa, Sa'uud Arabiyaa, Jappaan, Tarkii, Yordaanus fi biyyoonni kaan akeekkachiisaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8Wv0TrC
Pirezidantiin US Joo Baayidan aanga'oota buleeyyii nageenya biyyaalessaa waliin mari'atan. Kunis erga Iraan haleellaa Israa'el irratti raawwachuun haaloo ba'uuf dhaadatteeti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/74xU92F
Mormiin ji’a tokko darbe akka dubartiin kun aangoo gadhiistu gaafachuun eegalame kun kanarra gaha jedhamee hin yaadamne.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9XxNMoT
Atileet Tsiggee Dhugumaan Olompikii Paarisitti dorgomamaa jiruun fageenya 800m'n Itoophiyaaf meetii argamsiiste.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PlMCdGT
Olompikii Paaris itti fufeen galgala har’aa fiigichi 5000m fi 800m dubartootaa Itoophiyaan medaaliyaa itti eegdu ni eegamu. Atileetota Itoophiyaa eenyu morkachuu danda'a?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tlaO2SQ
Gatii birriin sharafa maallaqa alaa waliin qabu gabaarratti akka hundaa’u erga murteeffamee asitti gatii birriin doolara Ameerikaa wajjin wayita wal bira madaalamu % 58’n gadi bu'e.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jfMJidt
Ministirri Muummee Bangilaadash Sheek Hasiinaa hiriirtonni masaraa mootummaa weerarraan aangoo gadhiisanii biyyaa baqatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4CQsUlf
Libaanus fi Israa'el gidduutti waraanni guutummaatti ni ka'a sodaan jedhu hammaateera. Sodaa kanarraa kan ka'e Ameerikaa fi UK dabalatee biyyoonni addunyaa hedduun lammiileensaanii carraa jiru fayyadamuun hatattamaan akka ba'an ajajaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/e7qK3FL
Humnoonni nageenyaa mootummaa fi hidhattoonni Faannoo naannoo Amaaraa keessatti erga wal dhabdee keessa galanii waggaa tokko darbeera. Gareen Faannoo hoggansa adda addaa kan qabu yoo tahu caasaa fi hoggansa tokko jalatti kan walitti qabame miti. Garuu hoggansa irra kan jiran eenyufaati?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/X5aUTBw
Murteen mootummaan Itoophiyaa sharafni maallaqa alaa fedhii gabaarratti akka hundaa'uuf murteesse jiraattotaaf yaaddoofii abdii uumera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CSMJH6A
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad hidhattoota naannoo Oromiyaa fi naannoo Amaaraa keessa socho'an waliin nagaa buusuuf dubbataa jiraachuu himanis, qaamni hidhatee Oromiyaa keessa socho'u, WBOn, mootummaa waliin dubbataa akka hin jirre ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/s7kHaqN
Ajajaa Humna Waraana Sudaan kan ta'an Jeneraal Abdulfattaa al-Burhaan irratti yaaliin ajjeechaa yeroo raawwatamu viidiyoo agarsiisu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/criFxjX
Waldoonni Kiristaanaa ji’a darbe cufaman kunneen meeshaalee sagaleen akka nama hin jeeqne ittisan tolfachuu diduu dabalatee danbiiwwan kaa’aman cabsanii argaman jetteetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vF0sOPl
Humnoonni nageenyaa mootummaa fi hidhattoonni Faannoo naannoo Amaaraa keessatti erga wal dhabdee keessa galanii waggaa tokko darbeera. Gareen Faannoo hoggansa adda addaa kan qabu yoo tahu caasaa fi hoggansa tokko jalatti kan walitti qabame miti. Garuu hoggansa irra kan jiran eenyufaati?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/glTCjWr
Naannoo Kibba Itoophiyaa Godiina Walaayittaa Aanaa Kaawwoo Kaayishaa keessatti balaa sigiga lafaa mudateen namoonni 11 du'uu bulchiinsi aanichaa beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rMk38HL
Medaaliyaan atileetii keeniyaa Feeyiz Kipyeegoon irraa mulqamee ture ol iyyataan booda deebi'eef. Gudaaf Tsgaay waliin sarara irratti wal dhiibuun erga lammaffaan xumurtee booda medaaliyaan ishee mulqamuu ibsamee ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PQ4H2uc
Waaqoo Guutuu Baaleetti fincila eegalee booda gara Somaaliyaa imaluun mootii Itoophiyaa- Haayilesillaasee lolaa ture. Kutannoo fincila Baalee keessatti agarsiiseenis uummataraa jenaraalummaa argate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bAaTyRF
Atileetiin Keeniyaa Feeyiz Kipyeegon fiigicha 5000m irratti atileetii Itoophiyaa Gudaaf Tsaggaay irratti balleessaa raawwachuun himatamtee medaaliyaa mulqamte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iRaF1AV
Olompikii Paaris itti fufeen galgala har’aa fiigichi 5000m fi 800m dubartootaa Itoophiyaan medaaliyaa itti eegdu ni eegamu. Atileetota Itoophiyaa eenyu morkachuu danda'a?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tlaO2SQ
Olompikii Paaris itti fufeen galgala har’aa fiigichi 5000m fi 800m dubartootaa Itoophiyaan medaaliyaa itti eegdu ni eegamu. Atileetota Itoophiyaa eenyu morkachuu danda'a?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tlaO2SQ
Nama ani obboleessa quxisuu Kantiibaa Magaalaa Finfinneefi abbaa seeraa mana murtii olaanaati jechuun namootarraa birrii 900,000 ol waliin dhahuun shakkame to’atee qorataa akka jiru poolisiin beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WfDyvCX
Tsiggee Dhugumaa dhalattee kan guddatte Naannoo Beenishaangul Gumuz Godana Kamashii aanaa Dambee keessatti. Tibbana fiigicha meetira 800 Itoophiyaan ittiin hin beekamneen medaaliyaa warqee argamsiifte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RbzJQwN
Dr Diimaa Noggoo nama siyaasaa buleessadha. Waggoota shantamaa oliif nama siyaasa Itoophiyaa itti dhiheenyan hordofanidha. Ammammoo paarlaamaa keessa itti-gaafatama qabu. Dhimmoota adda addaarratti BBC waliin turtii taasisaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nEJoyfb
Dubartii Ameerikaa bosona dhiha Indiyaa bulchiinsa Mahaaraashitraa jedhamutti mukatti cancalaan hidhamtee "otoo watwaattuu" argamte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sdrxwcl
Magaalaa guddoo Keeniyaa Naayiroobitti namoonni adurree guddisan dhimma ‘gibira adurree’walqabatuuf yaadda’an.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LUt4Quc
Namoota haleellaa Fulbaana 1, 2001 Niwu Yoorkitti gaggeeffame qindeessaniiru jedhamanii himataman keessaa sadi gochaa kana amanuun murteen du'aa akka itti hin muramne mootummaa wajjin walii galuu Biiron Ittisaa US beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m25ZLA9
Doonaald Tiraamp waltajjii gaazexeessitoonni guraachonni irratti walga'an irratti wayita haasaa taasisu sanyummaa Kamaalaa Hariis irratti gaaffii kaase.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/y1gvnV4