bbc_afaan_oromoo | Unsorted

Telegram-канал bbc_afaan_oromoo - BBC Afaan Oromoo Official

129947

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

Subscribe to a channel

BBC Afaan Oromoo Official

Waggaa dheeraa booda Tiyaatirri Walaabuu jedhamu dhiyeenya kana galma tiyaatira biyyaalessaatti agarsiifameera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0xvbmBK

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Bara 2000 irraa eegalee qorattoonni hawaa buufata hawaa keessaa dhabamanii hin beekan. Kana jechuun sana duras namoonni buufata hawaa keessa jiraachaa, keessaa hojjechaa hin turre jechuu miti. Wayita hawaa keessatti ugguraman maaltu ta'a?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XCkIn6P

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Pireezidantiin Ameerikaa Joo Baayidan kanneen marii Gaazaatti hirmaatan yaalii dhukaasa dhaabuuf taasifamaa jiru akka hin tuffanne akeekkachiisan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vVNxsao

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Netaaniyaahun umurii dargaggummaatti mi’aa aangoo dhandhamuu kan eegale. Gaggeessaa Israa'el duraanii Yisaaq Raabin ajjeefamuu hordofee Shimoon Pereez wajjin filannoof dorgomuun ministiira muummee dargaggeessa jedhamuun bara 1996 aangoo qabate.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lz3NsuX

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dura taa'aan Adda Bilisaa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) Dabratsiyoon G/Mikaa'el "Yoo TPLF diigame waliigalteen Piriitooriyaas hin jiru" jedhan.Dr Dabratsiyoon haasaa baniinsa yaa’ii paartichaa 14ffaapaarticha keessatti qoqqoodinsa uumerratti kana dubbatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YvJ2jW4

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Omishaalee qonnaa Itoophiyaan gara biyyoota alaatti ergituufi sharafa alaa Olaanaa irraa argattu keessaa bunni isa ijoodha. Abbaan Taayitaa Bunaa fi shaayii Itoophiyaa akka jedhutti ammoo, Itoophiyaan bara bajataa 2016 kanatti gali olaanaa seenaa keessatti argattee hin beekne alergii bunaa irraa argatte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tjaDfIx

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dorgommiin Piriimer Liigii Ingilizii bara 2023-24 haalaan eegamaa ture har'a Maanchister Yuunaayitidii fi Fulhaam gidduutti jalqaba.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/epFP6AN

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Rakkoon Dawoo Arba Baabbilee mudate lubbuu namoota 16 fi arba torbaa galaafachuu Dawoon Arba Baabbilee beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PebLlKV

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dooniin waraanaa galaana jalaa teeknooloojii jaarraa 20ffaa keessa addunyaatti babal'ateedha. Dooniin kun bal'inaan faayidaarra kan oole Waraana Addunyaa Tokkoffaa fi lammaffaarratti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PwMrAE7

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dura taa’aan paartichaa Dr Dabratsiyoon Gabramikaa’el yaa’icharratti haasaa baniinsaa wayita dhiyeessan TPLF waliigaltee Piritooriyaa mallatteesse, ‘’seera qabeessummaa paartichaa haaluun waliigalticha cabsuudha. Kun Ummata Tigraayis akka diinatti akka kennuutti ilaalama" jedhanii turan

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xP91MwX

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Badhaasa BBC Kumla Dumor kan bara 2024 kan injifatte Ruqiyaa Bulee Keeniyaatti gaazexeessituu dhiibbaa uumaa turtedha.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/13AFImg

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dhaabbati Fayyaa Addunyaa (WHO) dhibeen maaree jaldeessaa kutaalee Afrikaa hedduu keessa faca'e fayyaa addunyaaf yaaddoo ta'uu labse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZnGzkqV

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Haleellaan tasaa Yukireen gaafa Hagayya 6 Raashiyaa irratti raawwatte Mooskootti qofa osoo hin taane namoota Yukireen keessa jiraataniifi alaa warra taajjabaniifis waan hin eegamne ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/t2ifFOs

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dura taa'aan Adda Bilisaa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) Dabratsiyoon G/Mikaa'el "Yoo TPLF diigame waliigalteen Piriitooriyaas hin jiru" jedhan.Dr Dabratsiyoon haasaa baniinsa yaa’ii paartichaa 14ffaapaarticha keessatti qoqqoodinsa uumerratti kana dubbatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nPiukcq

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Haleellaa hidhattoonni Faannoo Jimaata ALI Hagayya 3, 2016 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Abee Dongoroo keessatti raawwataniin lubbuun jiraattotaafii qaamolee nageenyaa yemmuu darbu, maatiin heddu buqqa’an.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/a1Nn4mk

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Paakistaan keessatti pirojektiin guddaan baankii aannan harmaa jalqabuuf hojjetame mormii dursitoota amantaa Islaamaa Karaachiitti argamaniin irraa gaheen kufe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ai5EIMS

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa jireenyaafi oogummaa barsiisaa jabeessuuf baankii barsiisotaa hundeessuuf karoorri akka jiru beeksisan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HTc6DSU

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Olompikii Paaris irratti qabxii seenaa keessaatti sadarkaa sadaffaa qabatu kan galmeessite Keeniyaan Itoophiyaaf gorsa dhaamte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rVtzaIT

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Koreen Oloompikii Itoophiyaa Olompikii Paaris booda ibsa har'a miidiyaalef kenneen duulli gaggeessitoota korichaarratti taasifamu sirrii miti jedhe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lrAtYzB

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Mana barumsaatti, bakka bashannanaatti ykn bakka hojiittis ta’u dargaggoonni yeroo wal gahan dhimmi isaan caalaa kaasaniifi irratti odeessan waa’ee kilaboota Piriimer Liigii Ingilizidha.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zlmx692

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Yukireen bulchiinsa Raashiyaa Kuurisk lafa haleellaa tasaa bantetti waajira waraanaa banuu komaandarri olaanaa biyyatti himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wSUIGzV

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

TPLF erga hundeeffamee waggoota 50 keessatti raafama siyaasaa gurguddaa keessa darbeera. Har'as muddamaa fi wal qoodinsa jabaa keessa tahuun kora gaggeessaa jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/C7G05Da

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Leenjisaan dhiibamaa jira, gatii dadhabbii isaa argataa hin jiru jechuun hanga pirezidantii Itoophiyaa harkaa badhaasa diduutti kan gahan leenjisaa Gammadoo Daddafo eenyu?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uqUaXiK

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Leenjisaa maaraatoonii torban kana badhaasa fudhachuu diduun ijoo dubbii kan turan, Gammadoo Daddafoo, guyyaa har’aa erga to’annoo jala oolan booda galgala keessa gadhiifamaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KusV5Zo

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Abbaan taphataa Baarseloonaa ganna 17 tahee Lamiin Yamaal irra dedeebiin waraanamuun yaalaaf hospitaal galfamuu gabaafame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mvJNza4

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Naannoo Amaaraa Godiina Wallo Kaabaa Anaa Daawunt keessatti hojjataan dhaabbata tola ooltummaa tokko hidhattootan erga butamee booda ajjeefamuu Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/p2TElNj

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Keeniyaa bulchiinsa Marsabeet naannoo Moyaaleetti hidhattoonnii Itoophiyaarraa daangaa ce’an jedhaman namoota konkolaataan imalaa saddeet ajjeesan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4D9g1hZ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

CV erguun yeroo dheeraaf iyyannoo hojii keessatti dhagaa bu’uuraa ture. Garuu akkuma gabaan hojii guddachaa dhufeen ammallee kaadhimamtoota namoota hedduu keessaa adda bahuu barbaadaniif filannoo hundarra murteessaadhaa?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JjKuGQP

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Sagantaa beekamtiifi badhaasa Garee Atileetiksii Itoophiyaa Olompikii Paarisirraa deebi’eef Masaraa Biyyaalessaatti qophaa’erratti leenjisaa Gammadoo Daddafoo badhaasa diduun ijoo dubbii ta’eera. Sababni leenjisaan kuni kana godhaniif maali?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3me18Yv

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Naannoo Amaaraatti walitti bu'iinsa hidhattoota Faannoofi mootummaa gidduutti erga eegalee waggaa caale karaa nagaan furuuf haala aanjessaa kan ture Kaawunsiliin Nageenyaa, gufuu hedduun isa mudachuu ibse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0ej1U6z

Читать полностью…
Subscribe to a channel