Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin Moskoon misaa’ela warra Lixaa gara Raashiyaatti dhukaafamu akka hammeenya waraanaa hamaa ta’etti akka ilaaltu ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ql9tOpL
Koreen Giddugaleessa TPLF Dr Dabratsiyoon G/Mikaa'eelin durfamu, Pirezidaantii bulchiinsa yeroo Tigraay Obbo Geetachoo Raddaa dabalatee qondaalota olaanoo 16 hojii siyaasaa paartichaarraa dhorkuu beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/y6xSWRB
Siyaasa Itoophiyaa keessa waggoota hedduuf kan turan Piroofesar Bayyanaa Pheexiroos boqochuu jalqaba miidiyaa hawaasaa isaaniirratti kan ibsan Ministira Muummee Abiy Ahmad.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XLRBQno
Biliyeeenarri Adduunyaa Elon Maask tooraa miidiyaa hawaasaa isaa X ykn kan duraan Twitter jedhamu irratti “hanga yoonaa namni tokkollee Baayidanii fi Kaamalaa ajjeesuuf kan yaale hin jiru” jechuun maxxansee ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2s5uwW9
Dhalattoota Godina Shawaa Kibba Lixaa kanneen biyya keessaa fi biyyoota alaa jiraniin akka qophaa’e kan himame xalayaa banaan Ministira Muummee Dr. Abiy Ahimadiif ergame tibbana miidiyaalee hawaasummaa irratti qoodamaa ture. Ofii kaayyoo xalayichaafi deebiin irraa eegamu maali?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Vil5aPe
Baqattoonni Itoophiyaa Masrii jiraatan erga baatii muraasa dura eegalee hidhaan nutti hammaate jechuun BBC’tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/61Gorte
“Raayis hin jiru… Odegaard hin jiru,…..mo’achuun hin jiru jedhee ture xiinxalaan ispoortii BBC Kiriis Saatan.Haata’u malee, dubbiin galagaltoo ta’ee, ‘Raayis hin jiru… Odegaard hin jiru… rakkoon hin jiru‘ jedhameera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RazPiMU
Haala kanaan shaampiyoonaan Piriimiyerliigii Ingiliiz waggoota afur walitti aansuun waancaa injifate Maanchistar Siitiin gama biraan murtii Komishinii Naamusaa dura dhaabbachuuf dirqameera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/k5b2fwy
Ministirri Muummee Israa’el Beeniyaamin Netaaniyaahuu erga misaa’ela gareen hidhattoota Huutii Yaman keessaatiin dhukaafame giddugaleessa Israa’el keessa bu'een booda “gatii guddaa” baasuuf jirtu jechun dhaadatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/v0lY2pO
Somaaliyaan waliigaltee ulaa galaanaa Itoophiyaan bulchiinsa Somaalilaand waliin mallatteessite yoo ittifufte ‘hidhattoota Itoophiyaa keessa jiran nan deeggara' jechuun akeekkachiifte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZjWCse5
Ministirri Dhimma Alaafi Hogganaan Tajaajila Tikaa Masrii Asmaraatti ergaa Pirezidant Al-Siisii Pirezidantii Ertiraa Isaayyaas Afawarqiitti ergan kennuun mari’achuun isaanii gabaafame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/l35oCxm
Dhukkubni sochii (motion sickness) kunis kan uumamu yeroo sammuu namaa dhaamsa wal faallessu argatu jedhu qorattoonni.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7Co2Inb
Mootummaan Ameerikaa doolaara biliyoona 1.3 tahu humna waraanaa masirii jabeessuuf kennuuf waliigaluu ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1kON5vi
Itoophiyaatti daawwannaa hojii taasisaa kan turan Gaanfa Afrikaatti ergamaan addaa US Ambaasaaddar Maayik Hamar, waldhibdeen TPLF gidduutti dhalate karaa mariin akka furmaata argachuu qabu waamicha dhiheessan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DY2ctG6
Kiristaanoo Ronaaldoo akkaawuntiiwwan miidiyaa hawaasaa adda addaa isaa irratti hordoftoota waliigalaa biiliyoona tokko argachuunriikardii olaanaa qabate. Kanaanis nama jalqabaa hordoftoota lakkoofsa olaalaa argate isa taasiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TvyozPd
Duula Filannoo Pirezidaantummaa US Donaald Tiraamp fi Kaamlaa Haaris falmii jalqabaa Kibxata taasisan irratti 'ija wal keessaa fuudhuu malee hin hafne'.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kJ7mZ9e
Tokkummaa fi birmadummaa biyya Somaaliyaa akka kabajamu gochuun yoomiyyuu ejjennoo isaa ta'uu jaarmiyaan Tumsa Misoomaa Biyyoota Baha Afrikaa (IGAD) ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/O64F7jX
Poolisonni Iraan dambii dubartoonni hijaab uffachuu kabachiisan kana booda dubartoota hin rakkisan jedhan Pirezedantiin haaraa Masuud Pezeshkiyaan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SzCyhTb
Waggaan haaraan yeroo dhiyaatu, barattoonni mana barumsaatti deebi’uuf qophaa’u. Hiriyootasaanii gargar bahanii turaniin wal arguuf si’atu. Huccuu, barruulee, peennaa, boorsaa bitachuun yeroo itti hoo’udha. Garuu haalli kun naannoo Oromiyaa bakkeewwan tokko tokkootti maal fakkaata?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nSWVf4s
Hojjettoonni mootummaa caaseeffama gandaa dhiyeenya Mootummaan Naannoo Oromiyaa ifoomse hordofuun hojiif gara gandaatti imalaa turan tasa haleellaan irratti banamuu BBC’n odeeffateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YPA9gb4
Dubartiin tunis kan ilaalcha warra shira haarbeessitoota hard-right ( hard-right conspiracy theorist) jedhamaniiti. Maqaanshee Looraa Luumar kan jedhamu yoo ta'u, Doonaald Tiraamp biraa hin dhabamtu.Looraan ejjannoo farra islaamaa calaqisiiuun beekmti. Xinxalawwan shiraa ragaa malee ta'an babal'iifti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Imo9Brb
Ministirri Dhimma Alaafi Hogganaan Tajaajila Tikaa Masrii Asmaraatti ergaa Pirezidant Al-Siisii Pirezidantii Ertiraa Isaayyaas Afawarqiitti ergan kennuun mari’achuun isaanii gabaafame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bxfHl1A
Qaamni saalaa dubartootaa kutaa qaamaa waa’eensaa yeroo baayyee ifatti hin mari’atamne ture.Haata’u malee dhiheenya kana keessa dhimma fayyaa ykn kunuunsa qaama saala dubartootaan walqabatee suuraalee fi viidiyoowwan baayyeen miidiyaalee hawaasaa gubbaatti yoo qoodaman mul'atu. Miidiyaaleen hawaasaa kunneen balaa attam fayyaa dubartootaaf qabu laata?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YI8v4K0
Waggaan haaraan yeroo dhiyaatu, barattoonni mana barumsaatti deebi’uuf qophaa’u. Hiriyootasaanii gargar bahanii turaniin wal arguuf si’atu. Huccuu, barruulee, peennaa, boorsaa bitachuun yeroo itti hoo’udha. Garuu haalli kun naannoo Oromiyaa bakkeewwan tokko tokkootti maal fakkaata?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tRKFYOu
Siidaan sun kan ogeessa baqaqsanii wal’aanuu beekamaa fi hogganaa Tasmaniyaa ture kan Wiliyaam Kiraawutar jedhamuuti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/d8NcuQo
Hanga gaafa Waxabajji 27tti dorgommiin pirezidantummaa Ameerikaa kaadhimamtoota bara 2020 wal dorgoman – pirezidantii US yeroo ammaa Joo Baayidan fi pirezidantii duraanii US Donaald Tiraamp gidduutti jedhamee ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bhLxISG
Seera haaraa dubartoonni akka bakkeetti sagalee olkaasanii hin dubbanne dhorku kana kan labse hoogganaa olaanaa Taalibaan Hayibatullaa Akundzaadaadha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Vhoxw27
Somaaliilaandi Waliigalteen Wal Hubannoo Itoophiyaa waliin Amajji 1 bara 2024 mallatteesite hojiirra ooluu Hawwaasa dippilomaatii Hargeessaa jiruuf ibsite.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eJF70Pj
Lagi Naayil gaarreen Itoophiyaa fi Yugaandaa irraa ka'uun Sudaanitti erga walga'ee booda Nuubiyaa keessa darbee Masrii seenuun gama Aleksaandariyaan galaana Meediteraaniyaaniitti seena.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QrgpeWx
Doonaald Tiraamp baqattoota magaalaa xiqqoo Ohaayoo keessatti bineensota manaa kanneen akka saree fi adurree soorataa jiru jedheen jumlaan ari'uuf dhaadate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BOf84L6