Baankiin giddu galeessaa Ameerikaa waggoota afur booda yeroo jalqabaaf tibba kana dhala liqaa hir’isera. Kunis jiraattota biyyattiif bu'aa qaba.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uWyC3Ho
Ateetee Ayyaana Hawwootaa mata duree jedhuun fiilmiin bifa dokumantariin hojjetame Roobii (Fulbaana 18, 2024) magaalaa Finfinnee Hoteela Sharaatan keessatti eebbifamee agarsiisaaf dhihaateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UXMZK5H
Arsenaal dorgommii Shaampiyoonsi Liigii bifa haaraan eegale Atalaantaa waliin taphatee qabxii qooddate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Skex83G
Dhimmi atileetiksii Itoophiyaa ijoo dubbii miidiyaafi dhimma biyyaalessaa ta’urra darbee yeroo duraaf fakkaatuun mana murtii gahe ilaalamuu itti fufeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dYGZprE
Dhimmi atileetiksii Itoophiyaa ijoo dubbii miidiyaafi dhimma biyyaalessaa ta’urra darbee yeroo duraaf fakkaatuun mana murtii gahe ilaalamuu itti fufeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dYGZprE
Baha Itoophiyaatti kan argam Naannoo Somaalee, godina Doolloo magaala Waardeer keessatti haleellaa hidhattoonni masijiida keessatti raawwataniin namoonni jaha ajjeeffamusaanii jaarsooliifi jiraattoonni naannichaa BBC Somaaleetti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/N8bMcXa
Somaalilaand iddoo lammiileen Itoophiyaa hedduun itti baqatan yoo taatu, erga dhibdeen sababa waliigaltee Itoophiyaa fi Somaalilaand mudate hammaatee garuu haalli daran geeddaramuu jiraattonni BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LlXSHWp
Guutummaa Libaanos keessatti raadiyoon qunnamtii miseensonni Hezbollaa qabatan al tokkotti dhodhohuun namoota heddu yoo ajjeesu miseensonni Hezbollaa kumaan lakkaa'aman irra miidhan gaheera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4DcJOFT
Itoophiyaatti waggoota sadan darban keessa barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa qabxii seensa yuunvarsiitii kan argatan %5 gadi.Bara 2023 barattoota qoraman keessaa qabxii seensa yuunvarsiitii [% 50 ol] kan argatan %3.3 qofa ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZK9s4PN
Tokkummaa fi birmadummaa biyya Somaaliyaa akka kabajamu gochuun yoomiyyuu ejjennoo isaa ta'uu jaarmiyaan Tumsa Misoomaa Biyyoota Baha Afrikaa (IGAD) ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PYeuAQD
Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa dhaabbata Ivantii fi Piromooshinii Hageree waliin agarsiisafii baazaarii guyyoota torbaaf turu qopheessuusaa beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/V86zSlt
Dhalattoota Godina Shawaa Kibba Lixaa kanneen biyya keessaa fi biyyoota alaa jiraniin akka qophaa’e kan himame xalayaa banaan Ministira Muummee Dr. Abiy Ahimadiif ergame tibbana miidiyaalee hawaasummaa irratti qoodamaa ture. Ofii kaayyoo xalayichaafi deebiin irraa eegamu maali?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/esR2KYT
Riyaal Maadirid, Liiverpuulii fi Baayern Munik dorgommii Shaampiyoonsi Liigii bifa haaraan eegale injifannoon jalqaban.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FVyjCb2
Riyaal Maadirid, Liiverpuulii fi Baayern Munik dorgommii Shaampiyoonsi Liigii bifa haaraan eegale injifannoon jalqaban.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FVyjCb2
Yoo Turkiin dhuguma akka seentu affeerraan taasifameef jiraate biyya jalqabaa miseensa NATO garee miseensota biyyoota Lixaa hin taane seente taati.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/oWnFBhT
Israa'elii fi Hezboollaan gara waraana hamaatti galuu malu sodaan jedhu dabalaa jira. Israa'el waraana kanaaf of qopheesiteetti jedhu xiinxaltoonni. Hezbollaan deebii akkamii kenna?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GnmKxdT
Arsenaal dorgommii Shaampiyoonsi Liigii bifa haaraan eegale Atalaantaa waliin taphatee qabxii qooddate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Skex83G
Waldhabdee Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti mudate mariidhaan furuuf jaarsummaadhaan gidduu seentee mariisisaa kan jirtu Turkiin kanaan dura yeroo lamaaf mariisisteetti.Amma ammoo biyyoota lameen addatti mariisisuun marii marsaa sadaffaa itti fufuuf jetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Zm5ka7A
“Yeroo ammaa tooftaan waraanaa saffisaan jijjiiramee jira. Yoo balaa dhufuuf ittan gaafatama jettee yaadde, 'batanii' tokko cuqaasudhaan yeroo gabaabaa keessatti biyyoonni akka jilbeenfatan gochuun ni danda'ama."
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lB0cQgn
Lamichi lammii Israa’el ta’e tokko shira Iraan Ministira Muummee Israa’el Benjaamiin Netaaniyaahuu fi aanga’oota olaanoo biroo ajjeesuudhaaf xaxaa turte keessatti hirmaate jedhame tokko to’annoo jala oolfamuu waajirri nageenyaa Israa’el beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gyxQSsD
Siyaasa Itoophiyaa keessa waggoota hedduuf kan turan Piroofesar Bayyanaa Pheexiroos boqochuu jalqaba miidiyaa hawaasaa isaaniirratti kan ibsan Ministira Muummee Abiy Ahmad.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/a1koRmD
Addi Bilisa Baasaa Ogaadeen mootummaan Itoophiyaa waliigaltee nagaa bara 2018 mallatteessuun biyyatti akka deebinu tahe 'cabseera'' jechuun komate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/u5Sbv4y
Dhiyeenya kana dubbii aanga’oonni Somaaliyaafi Itoophiyaa walitti deebisan cimaa dhufeera. Kun ammoo walitti bu’iinsa kallattiin ykn karaa biraatiin gaggeeffamu kaasa soda jedhu uumeera. Akkas taanaan humnoota Masiriifi Itoophiyaa Somaaliyaa keessa buufatan gidduutti walitti bu’insi kallattiin akka jiraatu gochuu keessatti carraa olaanaa qabaata jedhamee sodaatama.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9JMl61D
Dhohinsi marsaa lammataa Libaanoon keessatti Roobii kaleessaa kan dhaga’ame wayita namoonni baay’een guutuu Libaanos keessatti sirna awwaalchaa namoota dhohinsa meeshaan qunnamtii (peejiroonni)n ajjeefaman gaggeessuuf walitti qabamaniitti ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wdLGFpT
Dhohiinsa meeshaalee quunnamtii battala tokkotti kutaalee Libaanus hunda keessatti mudateen yoo xiqqaate namoonni sagal yoo du'an, kanneen madaa'an 2,800 keessaa hedduun fayyaansaanii yaaddoo keessa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/c5RAyDO
Somaaliyaan waliigaltee ulaa galaanaa Itoophiyaan bulchiinsa Somaalilaand waliin mallatteessite yoo ittifufte 'hidhattoota Itoophiyaa keessa jiran nan deeggara' jechuun akeekkachiisun ishee gabaafame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/y1ImQpR
Dhohiinsa meeshaalee quunnamtii battala tokkotti kutaalee Libaanus hunda keessatti mudateen yoo xiqqaate namoonni sagal yoo du'an, kanneen madaa'an 2,800 keessaa hedduun fayyaansaanii yaaddoo keessa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/c5RAyDO
Hojjettoonni mootummaa caaseeffama gandaa dhiyeenya Mootummaan Naannoo Oromiyaa ifoomse hordofuun hojiif gara gandaatti imalaa turan tasa haleellaan irratti banamuu BBC’n odeeffateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ilnY6jq
Naannoolee garaagaraa Itoophiyaa kan akka Oromiyaa, Amaaraafi Tigraay keessatti walitti bu'insawwan turan irratti hidhattoota haleeluudhaaf dirooniin faayidaarra ooluun namoota nagaa dabalatee badiin hedduun qaqqabuu maddeen mirga namoomaaf falman kaasaa turan. Ofii Itoophiyaan walitti bu'iinsa keessootiif maaliif dirooniitti fayyadamu akka filmaataatti ilaaltii?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KArOhRG
Chaayinaan bara 1950 ykn waggaa 70 booda yeroo jalqabaatiif umurii sooramni itti bahamu suuta suutaan dabaluuf ta'u ibsite.Biyyattiin murte kanarra kan geesse, ummanni biyyattii umuriin jaaran baayyachuufi bajanni soramaa hir'ataa dhufuusaatti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Z1FMh7U