bbc_afaan_oromoo | Unsorted

Telegram-канал bbc_afaan_oromoo - BBC Afaan Oromoo Official

129947

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

Subscribe to a channel

BBC Afaan Oromoo Official

Itoophiyaatti daballiin gatii boba'aarratti taasifame galii lammiilen dhuunfan argatan wajjin yoo madaalamu baay'ee qaalii akka ta'e himu ogeessi diingadee.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jI4pC2H

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Torbanoota muraasa darban keessaa Chaayinaatti suuraan namoonni hedduun maaskii kaawwatan miidiyaa hawaasaa irratti hospitaaloota keessatti mul'achuunsaanii weerara gara biraatuu ka'ee laata yaaddoo jedhu uumeera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wDs9YoU

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Jarmaniifi Faransaayi kanneen dubbiin Tiraamp kun isaan mufachiise keessayi. Chaansilariin Jarman OIaaf Shooz "sirni walabummaa daangaa biyya kamirrattuu kan hojiirra ooludha...baay'ee xiqqoo ykn baay'ee kan humna qabdu yoo taates" jedhan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XzAtkyC

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Namoonni baayyee waa'ee waa raaguu yoo dhagahan gaaffii gaafatameef deebii sirrii ykn 'sana, kana' kennuu wajjin wal-qabsiisu. Haalli kunis yerootti falfala wajjin wal-qabatutu jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qBLRnEP

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Kifluu Caalaa jedhama. Godina Wallagga Lixaa Aanaa Laaloo Assabiitti dhalatee guddate. Maatiisaaf ilma hangafa yoo ta'u, obboleeyyan jaha of duubaa qaba.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DkZ5Rqp

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Biyyoota seera jaallattoota saala walfakkaataa adabsiisu qaban 64 keessaa walakkaan Afrikaa keessatti argamu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XoJCkny

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Qoqqobbiin US kaa'uu beeksifte gaggeessaa garichaa kan ta'e Jeneraal Hamdaan Dagaaloo irratti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/K7FBAwG

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Pirezidaantii US ta'uun kan filame Donaald Tiraamp Giriinlaandifi bo'oon Panaamaa kan US ta'uu qabu jechuun akeekkachiisan. Tiraamp nageenya Ameerikaaf jecha qaamoleen kun lamaan harka US jala galuu qabu jedhee ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/R2JkeWm

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Leenjisaan Arsenaal Mikeel Arteettaa gareen isaa Kibxata galgala Niwukasiliin Emiretisirratti simatee mo'amus xumura waancaa Karabaa'oo ni qaqqaba jedhe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LQtN7di

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Meta'n qaamolee walabaa qabiyyee Facebook fi Instagram hordofaafii turan ofirraa dhiisuun bakkasaanii akka X kan mataasaa ''community notes'' jechuun bakka buufate.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OJ3LS49

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Baayer Muunik ammoo jifataa Maanchistar Yunaayitid mallatteessifachuuf barbaadu Viktar Yuukeeres saamee harkaa fudhachuuf qophaa'eera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Mskg7UR

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Yeroo bulchiinsa Hayilasillaasee Itti aanaa ministeera Maallaqaa kan turanii fi bara Obbo Mallas ammoo paarlaamaa keessatti Afaan Oromootiin dubbachuun kan beekaman Obbo Bulchaa Dammaksaa dubaa'an boqatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/L0NMCwc

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Chaayinaa naannoo gaarri heddummaatu Tibet keessatti kirkira lafaa Kibxata mudateen yoo xiqqate namoonni 95 du'anii 130 ammoo madaa'uu miidiyaan mootummaa Chaayinaa himeera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Qijedk4

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Kooriyaan Kaabaa misaa'ela haaraa saffisa guddaan imalu dhukaasuu beeksifte. Misaa'elli kun kan fageenya giddu galeessaa yoo ta'u, hayipparsoonikii ykn saffisa sagalee dachaa hedduun kan caaludha.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8JyQxRe

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Seera baastonni US kora Kongiresii guddicha irratti walga'uun filannoo alanaarratti injifannoo Doonaald Tiraamp mirkaneessu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QMCqLWa

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Namoonni ganamaan buna dhugan carraa isaan dhibee onneetiin du'an gadi aanaa ta'uu qorannoon tokko mul'ise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qjczeMF

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Torban keessa saa'aatii hedduutu jiru, garuu saa'aatiin lama jireenya namaa jijjiiruu keessatti shoora guddaa qabaa jedhu qorattootni. Namoonni hedduun torbanitti sochii qaamaa hamma gorfamu raawwachuuf rakkatu. Garuu sochiin qaamaa hammi xiqqaanillee fayyaa namaaf bu'aa cimaa qaba.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dpFzEgy

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Kirkira lafaa Itoophiyaa naannoo Affaariifi Fantaaleetti mudate hordofuun bishaan danfaan lafa keessaa burqus yeroodhaa gara yerootti dabalaa waan deemeef lammiilee kumaatamaan lakkaa'aman qe'ee irraa akka buqqa'aniif sababa ta'eera. Ofii maaliirratti argamu?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/27cpusP

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Tibbana Itoophiyaa dabalatee biyyoota addunyaa kaan keessattis kirkirri lafaa mudachuun dhagahameera. Mee dhimmoonni kirkirri lafaa balaa du'a namootaa fi badii qabeenyaarra qaqabsiisuu danda'u murteessan jioo torba mee waliin haa ilaallu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/spdiU84

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti maatiin ijoolleensaanii bosona jiran hidhaa fi dararaa adda addaaf saaxilamaa jiraachuu firoonni maatii hidhamanii BBC'tti himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8mxIWbO

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Ministerri Daldalaafi Hariiroo Qaxanaa ibsa Kibxata Amajji 07, 2025 galgala baaseen, gatii [chirichaaroo] omishaalee zayita boba'aarratti fooyya'insa taasisuu beeksiseera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fqVkj9H

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Waa bitachuu barbaannaan humni maallaqaa isa daangessu hin jiru. Adduunyaa irraa namni qabeenyaan isaan qixxaatu hin jiru dureessa addunyaa Elon Maask.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9slbuwF

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

MM Kanaadaa Jastiin Tiruudoo aangoo gadhiisuu isaanii hordofee eenyutu bakka isaanii bu'uu danda'a kan jedhu eegamaa jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GcDQEBH

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Waggaa jaha dura kan du'e Daadhii Galaan sirboota 40 qopheessee akka qabuufi kitaaba afur ammoo barreessee gabaarra oolchuu maatin himu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gXqWKRG

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Magaalaan Xaaliyaan tokko jiraattoon ishee dhibee cimaa akka hin dhukkubsanne akeekkachiifte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2Zp5lNw

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Shaashamanneerraa barnoota kutaa 11tti addaan kuttee Liibiyaatti kan godaante Nahiimaa Jamaal, wanbadootaan butamtee maallaqni itti gaafatamaa jira. Suuraafi viidiyoon Nahiimaa Jamaal yeroo dararamtu kan mul'isan yoo ta'u, maatiin ishee maallaqa gaafataman akka erganiif itti ergamaa turuu maatiin BBCtti himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ByEGNkK

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Godina shawaa kaabaa aanaa Yaayyaa Gullalleetti haleellaa hidhattoonni guyyaa Jimaata darbe raawwatan jedhameen hoggantoonni Godinaa sadii fi namoonni biroo waliin turan lama ajjeefaman.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fOYhB4J

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Kiristaanonni addunyaarra jiran Ayyaana Dhalachuu Yesuus ykn Gannaa tajaajilawwan waldaa hirmaachuun kabajaa jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/of9EFqD

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Obbo Bulchaan yeroosaanii gara boodaa kana qabsoo Oromoo cimsuurratti fuulleffachuu kan himan Pirofeesar Mararaan, tokkummaa Oromoof baayyee gumaache jedhan Pirofeesar Mararaa Guddinaa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kWNg56h

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Maayils Laaflin lammii Ingiliz yoo ta'u, viidiyoo hojii isaa toora interneetii TikTok irratti qooduu hin jalqabin waggoota 10'f bakka daakaa bishaanii ykn poolii qulqulleessaa ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XTWvC9w

Читать полностью…
Subscribe to a channel