bbc_afaan_oromoo | Unsorted

Telegram-канал bbc_afaan_oromoo - BBC News Afaan Oromoo

-

Subscribe to a channel

BBC News Afaan Oromoo

Lammaa Magarsaa 'ummanni gooftaa' akka ta'e, Oromoon dinagdeedhaan moggeeffamaa bahe jabaachuu akka qabu, saamichi lafaa fi albuudaa akka dhaabbatu, gaaffiin uummanni gaafatu tartiibaan deebii akka argatuuf ifaajaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/INpJQ8s

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Biyyotni biroon akka US nama dacheesaanii keessatti dhalate kamiifuu lammummaa kennan eenyu fa'i?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vGr2JTA

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Dhuma torban darbee kana Itoophiyaa kan daawwatan Daarektarri Dhaabbata Maallaqaa Idiladdunyaa (IMF) Kiristaaliinaa Joorjiyeevaa Ministira Muummee Abiy Ahmad dabalatee qondaalota mootummaa olaanoo biyyattii waliin mari'ataniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5ji4uVU

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Balaa konkolaataa har'a Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Guddayyaa Biilaatti mudateen namoonni yoo xiqqaate 28 ta'an lubbuunsaanii darbuu poolisiin beeksiise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/90NaOew

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu marii yeroo dheeraa fi xiyyeeffannaan gaggeeffame booda irra ga'ame kun gufateera yookiin adda citeera jechuun ammatti rakkisaadha, garuu gamaa gamanaa walhimannaan hammaataa jiru kun waliigaltecha qormaata keessa galcheera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JqG8sZj

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Yeroo ammaa Ameerikaa kan jiru namni siyaasaa Lidetuu Ayyaalew "gara biyyaatti akkan hin deebine dhorkameera" jechuun Itoophiyaatti imaluu akka hin dandeenye BBCtti hime.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OmgsZl9

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Bakka albuuda seeraan alaa Amaazoon keessatti jireenyi dubartootaaf baayyee ulfaataa, jeequmsaan kan guutamee fi lubbuu hanga dhabuu kan gahuudha.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EuWn7X1

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

BBC World Service sagantaa barnootaa badhaasa injifate, Dars jedhamu Afaan Arabaatiin eegale. Sagantaan kun daa'imman zoonii waraanaa keessatti argamaniifi barnoota idileesaanii hordofuu hin dandeenyyee gargaaruurratti kan xiyyeeffateedha.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ptF7z4Y

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Waraanni daldalaa dinagdee addunyaa gurguddoo lamaan gidduutti taasifamaa jiru hammaataa dhufeetti, Chaayinaan gibirri galtee ykn meeshaalee Ameerikaa irra gara biyyashee galan tokko tokko irratti keesse Wiixata kaleessaa irraa eegaluun hojiirra ooleera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iwOUsVq

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Kalaqtoonni hundi carraa toleeyyii miti.Gariin isaanii kalaqa isaaniitiin kan beekaman yoo ta'u, maqaa namni hundi oomisha isaa waliin walqabsiisun seenaa keessatti yaadataman ni jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ObawUmZ

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Itoophiyaatti argama bunaa ilaalchisee yaadota gara garaatu jira. Kaan Jimmatti argame yoo jedhan kaan biraa ammoo Kibba Lixa Itoophiyaatti jedhu. Haata'u malee qorattoonni seenaa dhimma kanarratti waan himan qabu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BEWavQR

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Sanyiin simbirrootaa gariin aannisa qusachuuf jecha walitti dhiyaatanii balali'u. Xiyyaarrotis mala kana fayyadamuun boba'aa qusachuu danda'u.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iCgRMFb

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Ameerikaa bulchiinsa Alaaskaatti xiyyaarri lafatti kufee caccabuun balaliisaa dabalatee namoonni 10 du'uu aanga'oonni ibsan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/geRLC1w

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Martin Luutar Kiing seena siyaasaa US keessatti nama mallattoo falmaa mirga dhala namaa ta'edha, garuu seenaansaa qixa sirrii ta'een hin hubatamne.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eQ5alih

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Pirezidaantin US Doonald Tiraamp deeggarsi maallaqaa Afrikaa Kibbaaf kennamaa ture akka adda citu ajaja pirezidaantummaa mallatteesse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Q2WeXux

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Malaammaltummaa tajaajilawwan ummataa keessatti addunyaarratti mul'atan waggaa waggaan hordofee kan baasu dhaabbanni Tiraanispaarensii Internaashinaal jedhamu sadarkaa malaammaltummaa biyyootaa kan bara 2024 ifa godheera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/K0TfPjU

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Addeessi guutuun guutummaa addunyaarratti aadaafi barmaatilee toora qabsiisuu keessatti gahee guddaa taphateera.Sheekkoo, mudannoofi hiika taatee samiirratti mul’atu kanaan walqabsiisee jiru hanga tokko mee haa ilaallu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HFOtsGi

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Obbo Birhaanuu Addeeloo torban dura Komishinara Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiyaa ta’un muudaman.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jQZvxG1

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Riyaal Maadriid dorgommii Chaampiyoonsi Liigii bara kanaan sadarkaa 1-8 keessa seenuu hanqatee tapha kuffisanii darbuuf saaxilameera. Kana keessatti akka Siitii ta'uu baatus rakkoon dabarse salphaa miti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GCsN5RK

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Jiraattoonni Somaaliyaa bara hidhattoonni hilikopitara Ameerikaa kuffiisaniitti kan yaadatan akka waan har'a ta'eetti himu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XwObi9V

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Obbolaa lamaan dallaalaan Xaaliyaanii isin geessina jedhee mana baase xumurrisanii Xaaliyaanii otoo hin taane Liibiyaatti gurguramuu, hanga dhiigni irraa cophutti dhaanamuu fi asiidiin itti naqamuutti gahe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Uz2crC8

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Dhuma torban darbee kana Itoophiyaa kan daawwatan Daarektarri Dhaabbata Maallaqaa Idiladdunyaa (IMF) Kiristaaliinaa Joorjiyeevaa Ministira Muummee Abiy Ahmad dabalatee qondaalota mootummaa olaanoo biyyattii waliin mari'ataniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/F7xWa8O

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Kilaba xiqqoo kilaboota shaampiyoonshiippii Ingiliiz sadarkaa gadii jiran keessaayyu dhumarra jirti. Piliimaawoz jedhamti. 'Kan tuffatan tuffeedha' jedhama mitiiree.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EVL03xJ

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Gammoojjii kibba-baha Liibiyaa keessatti reenfi godaantotaa yoo xiqqaate 28 ta'u iddoo tokkotti awwaalamee argamuu abbaan alangaa biyyattii ibse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/guOpdaU

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Loltoonni Israa’el koriidarii Netzaarim jedhamu- zoonii waraanaa kan kaaba Gaazaa Istriip fi kibba lamatti hiru keessaa bahan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cAfwIKS

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Pireezidantiin jalqabaa Naamibiyaa bilisoomtee, Saam Nujoomaa waggaa 95tti magaalaa guddoo biyyattii Wiindihookitti du'aan boqochuu hogganaan biyyattii ammaa beeksisaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2qQgUdM

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Abbaan seeraa Mana Murtii Federaalaa Ameerikaa, waajjirri Ilon Maask odeeffannoo lammiilee Ameerikaa miiliyoonaan lakkaa'amanii kan waajjira maallaqaa biyyattii keessa jiru sakatta'uurraa dhorkan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4bHUuhs

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Pirezidaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp erga yeroo lammaataatiif gara aangootti deebii'ee torban sadaffaa kan ta'ee fi garee isaanii tarkaanfii hedduu fudhatan. Isaanis kanneen ittaananiidha dhiyaadhaa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/psUt8va

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Tiraamp godaantota seeraan alaa adda baasuu fi biyyaa ari’uuf sakatta’iinsa yeroo itti fufan kanatti, hawaasni Afrikaa US keessa jiru, akka irratti hin xiyyeeffatamne sodaa keessa jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YMXpuRw

Читать полностью…

BBC News Afaan Oromoo

Prezidaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp, Joo Baayidan odeeffannoo icciitii biyyaatti ta'aniif ibsa basaasaa guyyuu akka hin arganne haquu ibse.Waggaa afur dura Joo Baayidan akkanuma isa godhe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JUFo6WS

Читать полностью…
Subscribe to a channel