bbc_afaan_oromoo | Unsorted

Telegram-канал bbc_afaan_oromoo - BBC Afaan Oromoo Official

129947

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

Subscribe to a channel

BBC Afaan Oromoo Official

Paakistaan keessatti turistiin kabaja Quraana Qulqulluu gadi buuseera jedhamuun buufata poolisiitii fudhatamee daboon haleelamuun ajjeefame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cjXqUso

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Qorannoowwan garaa garaa akka agarsiisanitti, namoota gaheessa ta’an kudhan keessaa yoo xiqqaate namni tokko hirriba dhabuun ni rakkata.Yeroo heddu halkan hirriba keessaa kaatu yoo ta’e ykn erga kaatanii booda miirri dadhabbii isinitti dhagaham taanan, tarii rakkoo hirriba dhabuu (Isomiiniyaa)dhaan qabamtaniirtu ta’a.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/md7CkLR

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Imala amantaatiif gara Sa’ud arabiyaa kan deeman lammileen Itoophiyaa shan dhukkubaafi balaa konkolaataatiin lubbuu dhabuu Manni-maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamaa Itoophiyaa ibse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qU54fg8

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Yaddoo al-Shabaab deebi’ee of gurmeessuu hordofee mootummaan Somaaliyaa yeroo humnoonni nagaa eegan biyyattii keessaa itti ba’an akka dheeratuuf gaafatte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xMKN48y

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Hojjettoonni Xiyyaaraa Ameerikaa komiin foolii qaamaa erga dhihaate booda imaltoota gurraacha ta’an kanneen xiyyaararraa buusan akka hojiirraa boqotan taasifame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tWuPkrp

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Shaampiyoonaan bunyaa Itoophiyaaf warqee fidde Saajinii I/Aantuu Beteliheem Gazzaahany rakkoon fayyaa ishee mudateen gargaarsa gaafachuuf dirqamte.Shamarreen ganna 24 kun ji’oota muraasa dura ispoortii bunyaan Itoophiyaa bakka bu’uun dorgomtee biyyasheef meedaaliyaa warqee fiddeerti.Amma maal irratti argamtii? Kunooti dhiyaadhaa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3kzcYaW

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Itoophiyaa keessatti godaansi seeraan alaa gama dallaalota raawwatamu lammiilee heddu sarbama mirga namoomaafi dararamaaf, akkasumas du’aaf saaxilaa tureera, ammas saaxilaa jira.Godinni Harargee Bahaammoo lammiilee karaa seeraan alaatiin gara biyyoota baha giddugaleessaatti daddabarsuuf bal’inaan faayidaarra oola.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/htgZC5W

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Kanaadaan Humna Eegdotaa Warraaqsa Islaamaa Iraan tarree shororkeessitootaa keessatti galmeessuu ibsite.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/f9ZImYd

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Ji'a sagal itti dadhabdee garaatti baattee, miixattee deessus akka haadholii kaanee carroomtee mucaashee dhalate ilaaltee isa ciniinsifataa turte itti hin daganne.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/muBkN8V

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Labsii gibiraa mootummaan Keeniyaa zayita nyaataafi daabboo dabalate omishaalee adda addaarratti qopheesse mormii guddaan isa mudachuu booda Paarlaamaan biyyattii kufaa godhe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Qe7BnY4

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

''Mesii warra Tukii'' jedhuun. Umriinsaa reefu 19. Kibxata galgala tapha waancaa Awurooppaa Turki Joorjiyaa morkattee 3-1 injifatte irratti goolii galchuun ola adeemaa ganna 20 gadii goolii galche ta'eera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/etUzbxu

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Lamaanuu ijoollee Lixa Oromiyaa, Wallaggatti dhalatanii guddatan. Gara bitaan Kaappiteen Sanyii Taliilaa, gama mirgaan ammoo gargaaraa balaliisaa Abdii Mikaa’el kutaa gara fuulduraa kan balaliisaa fi gargaaraan balaliisaa qofti seenan (controlling room) keessa waliin taa’aniiru. Miira ture akkasiin BBC'f qoodan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/80gYfsD

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Pirezidaantin Raashiyaa Vilaadmiir Puutin daawwannaa hojiif Kooriyaa Kaabaa imaluuf jedhu. Puutin waggoota 24 booda gara Piyoong Yaang imalu. Dureen Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun bara darbe Raashiyaa yeroo daawwatan, Puutinis Piyoong Yaang akka daawwataniif affeerraa godhaniifii ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hsNIeTU

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Mohaammad Kamaal Ismaa'el ogeessa ijaarsa gamoo (architecture) hojii haaroomsa masjiidoota lama Sawudi Arabiyaa duuba jirudha.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/P01cSI4

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Itoophiyaatti bara 2023 keessa sarbamni mirgoota namoomaa galmaahe kan bara isa dura turerraa caalmaa dhibbeentaa 60 qaba jedhe Dhaabbatni Biyyoota Gamtoomanii.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sWgIryV

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Komeediyaanin ganna 55 Maayikil booda keessa gara siyaasatti makamee kan ture yoo ta’u, amma immoo bakka ittaanaa pirezidaantii balaa xayyaaran du’anii Saawuloos Chiliimaa bu’uun waadaa seenee jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XaqUjo1

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Wixineen labsii mootummaan qopheesse kun mootummaan galii biyya keessaa irraa dhibbeentaa 15 ol liqeeffachuu akka hin dandeenye kan daangessu yoo ta’u, wixinichi Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti ergamee jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/IVJgzDA

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Naannoo Amaaraa Godiina Gojjam Bahaafi Gojjam Lixaatti garaa garummaa guyyoota muraasaa gidduutti namoonni 20 ol haleellaa humnoota mootummaan du'uu jiraattonniifi namooni ijaan argan BCCtti himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wXzYmJO

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Sirba qeenxee ‘Ammamee’ jedhu keessatti, “Hibboon si gaafadha gaaffii, Amma naa deebisii dafii” jedhee gaaffii kan gaafate Guutuun, ammammoo albamasaa jalqabaa qabatee dhufaa jiru ‘Gaaffiikoo’ jechuun moggaaseera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zjRwiIt

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Hojjettoonni Xiyyaaraa Ameerikaa komiin foolii qaamaa erga dhihaate booda imaltoota gurraacha ta’an kanneen xiyyaararraa buusan akka hojiirraa boqotan taasifame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tWuPkrp

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Wanti icciitiin isaa hin beekamne kun hanga ammaatti kutaalee addunyaa kam keessatti mul’ate? Eessaa akka dhufan ilaalchisee maaltu jedhame? Kan jedhu akka itti aanutti qopheessineerra.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/D1f2Gid

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Keeniyaatti mormiin gibira haaraa mootummaan dhiyeesse miidiyaa hawaasaarratti jalqabe daandii magaalaa biyyattiitti dargaggoota baase.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tK2nqBS

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Puutin Kooriyaa Kaabaa erga daawwatanii booda Veetininaam daawwachuuf magaala Hanooyi gahan. Dawwaannaan Veetinaamitti taasisan kun erga Kooriyaatti simannaan baay'ee hoo'aa ta'e taasifamee boodadha.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nKVfWSP

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Sababii ho’a cimaa Jibuutiitti mudateetiin torbanoota darban lama keessatti lammiileen Itoophiyaa konkolaataa fe’umsaa konkolaachisan sadii fi oggeessii suphaa konkoolataa tokkoo du’usaanii waldaan konkolaachiftoota konkoolaattoota gurguddoo Itoophiyaa beeksiise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mPpEeFI

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Amma dura biyyoota adda addaa keessatti mula'tee icciitiinsaa kan wallaalame utubaan guddaan, US gammojjii Nevaadaa keessatti mul'ate. Wanti kun maala akka ta'ee fi eenyu wanta kana duuba akka jiru irra deebiin gaaffii kaaseera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2hmq5zg

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

''Mesii warra Tukii'' jedhuun. Umriinsaa reefu 19. Kibxata galgala tapha waancaa Awurooppaa Turki Joorjiyaa morkattee 3-1 injifatte irratti goolii galchuun ola adeemaa ganna 20 gadii goolii galche ta'eera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/etUzbxu

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Mootummaan Itoophiyaa gartuulee mirga namoomaa biyya keessa jiran irratti haacuuccaa raawwata jira jechuun atattamaan akka dhaabu jaarmiyaaleen mirga namoomaa idil-addunyaa gaafatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dBR98Mr

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Naannoo Amaaraa Godiina Gojjam Bahaafi Gojjam Lixaatti garaa garummaa guyyoota muraasaa gidduutti namoonni 20 ol haleellaa humnoota mootummaan du'uu jiraattonniifi namooni ijaan argan BCCtti himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fBD4twI

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

'Golden Visan' kan lammiilee Awurooppaarraa hin taane, garuu maallaqa guddaa qabatanii dhufanii maallaqa isaanii biyyattiitti akka hojiirra oolchaniif kan kennamudha.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SHWgCJZ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Leenjisaan Faransaay Didiyeer Deeshaampis dursaan taphattootaa Kiiliyaan Imbaappee miidhama ''funyaansaa cabsuu danda'u'' booda ''fayyaa hin qabu'' jedhan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RGjvdNt

Читать полностью…
Subscribe to a channel