bbc_afaan_oromoo | Unsorted

Telegram-канал bbc_afaan_oromoo - BBC Afaan Oromoo Official

129947

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

Subscribe to a channel

BBC Afaan Oromoo Official

Ingooloo Kaanteen kileba xiqqaa irraa ka'uun sadarkaa adunyaatti taphattoota beekamn keessaa tokko taheera. Waancaa Awurooppaa irratis kanneen gahumsa guddaa agarsiisan keessaati.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UJ7MLl6

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Atileetiin miila qullaan Olompikiirratti fiigee injifate Abbabaa Biqilaan Afrikaaf seenaa, dhaloota duubaa dhufeef immoo fakkeenya ta'e.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xIVUAZM

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Haleellaa hidhattoonni Faannoo buufata poolisii Waldiyaarratti raawwataniin yoo xiqqaate humnooti nageenyaa lama yeroo ajjeefaman kaanimmoo madaa’uu jiraattonni sadiifi maddeen hospitaalaa BBC'tti himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jnMXgxZ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dureessi Afrikaa Alikoo Daangootee Naayijeeriyaan alatti mana akka hin qabne ibsuun lammiilee biyyattii raaje.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eONdJ8i

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Seenaa dhaabbilee barnoota olaanoo Itoophiyaa keessatti yeroo jalqabaatiif Yunivarsiitiin Jimmaa Akkaadamii Saayinsii Injinariingii Aviyeeshinii fi Eeroospeesii hundeessuuf qophii xumuruu BBC’tti hime.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kXOHgCJ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Namoonni karaa seeran alaa hambaalee durii awwaala durii keessaa barbaadan qaama namaa yoo arsaa gochuun bakka hambaalen durii itti argaman argachuuf akka waan nama gargaarutti amanu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6DLPWYJ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Pireezidantiin duraanii Ameerikaa Donaaldi Tiraamp duula na filadhaarra osoo jiranii yaaliin ajjeechaa irratti taasifame. Yeroo ammaa wal'aansa argachuun isaanii ibsameera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fnAV6hy

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Maqaan dargaggeessa Doonaald Tiraamp osoo duula nafiladhaarra jiranuu itti dhukaasuun madeessee Toomaas Maatiw Kiruuks akka ta’e Biiroon Qorannoo Federaalaa Ameerikaa (FBI) beeksiseera. Ofii waa'ee dargaggoo kanaa hanga ammaatti maal beeknaa?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NsySkGZ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Raayyaan Ittisaa Israa’el (IDF) ajajoota waraanaa olaanoo Hamaas keessaa tokko kan ta’e Raafaa Salaamaa haleellaa qilleensaa guyyaa Sanbata Duraa raawwateen ajjeesuu himeera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NoF85cJ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan sababa dullumaan filannoo birraa dhufu gaggeeffamurratti akka hin dhiyaanneef paartiisaanii keessaa dhiibban itti heddummataa jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HqPeySb

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Ispeen waancaa Awurooppaa Jarman qopheesite kana irratti tapha tokkoyyuu osoo hin mo'amuun har'as Ingilaandiin 2-1 mo'achuun shaampiyoonaa taate.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3O7Itqh

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Poolisiin Keeniyaa reeffa dubartootaa kukkutamee korojoo shaniin gatame lafa balfaa magaalaa guddoo biyyatti Naayiroobii keessa jiru keessatti Sanbata kaleessaa argachuu hime.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/C5YB69M

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Taphni Waancaa Awuroppaa guyyaa har'aa Ispeeniifi Ingilaand gidduutti adeemsifamu haalaan eegama.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZF7y0o5

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Waggoota dheeraaf erga kittaanaman booda dubartoonni miidhaa isaan qunname qolachuuf gara wal’aansa fayyaa adeemaa jiru. Garuu, hangam milkaa'a? Gatiinoo hin cimuu?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hu98BpG

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaanaatti yoo xiqqaate namoonni 15 dhibee busaan du'uu fi hedduun hospitaalatti yaalamaa jiraachuun Hogganaan Hospitaala Waliigalaa Giddaa Obbo Hirkoo Mitikkuu BBCtti himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5hTyXYC

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Yaaliin ajjeechaa Sambata darbe Doonaald Tiraamp irratti agaamamee tures taatee okkoora siyaasaa pirezidaantota Ameerikaa muatee kan jalqabaa miti. Kanaan duras baroota garaagaraatti ajjeechaan ykn yaaliin ajjeechaa pirezidaantota duraanii ykn pirezidantoota aangoorra turaniifi kaadhimamaa pirezidantii irratti raawwataman seenaa Ameerikaa keessa jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HC2u1TY

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Saamicha kana booda mootummaan Somaaliyaa ibsa har’a baasen meeshaa waraanaa Itoophiyaatii ‘dhoksaan seene’ humnoonni nageenyaa Somaaliyaa osoo geejibsiisaa jiranii milishootaan saamamuu beeksiseera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fMO3UFW

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Yaaliin ajjeechaa pirezidantii duraanii Ameerikaa Doonaald Tiraamp irratti osoo inni duula na filadhaa pirezidaantummaa yeroo lammataatiif gaggeessaa jiru irratti agaa’amamee, kan addunyaa mara naasisee ture. Garuu taateen kun Tiraampiif faayidaa hin eegamne qabatee dhufutu himame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lUGBrYX

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Doonald Tiraamp nama duraan akka malee isaan balaaleffatuufi senaatara Bulchiinsa Ohaahoo ture JD Vaans kaadhimamaa pirezidaantii itti aanaa gochuun filatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/y0U1fzK

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Argamni isaanii Itoophiyaa, Somaaliilaand fi biyyoota Baha Afrikaa biroo kan ta'an gosti qeerransaa kuni daggalaa ukkaamfamanii biyyoota Arabaatti akka gurguraman ragaaleen ni mul'isu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GBH5a6O

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dhaabni Kongireesii Federaalawaa Oromoo godinaalee Oromiyaa 22 keessatti lolli humnoota mootummaa fi hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti gaggeefamaa jira jedhe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6gxpClT

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Naayiroobii Keeniyaatti torban darbe keessaa bakka balfaan ittii gatamuuf dhiheenya buufata poolisiitti argamuutti qaamni dubartoota mumuramee qabduu keessatti gatamee erga argameen booda, dubartoonni gara biraa 40 ajjeesuu namni amane tokko to’annoo jala oolfamuu poolisiin beeksiise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qmXs84K

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Pirezidantiin Ruuwaandaa Pool Kaagaameen kan filannoo marsaa darbeetiin sagalee filattootaa parsantaa 99 argatee ture, filannoo Wiixata har’aa gaggeeffamunis jijjiramni jiraachu baayyee akka hin taane eegama.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/AGPKkiY

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Suuraaleen addaa Doonaald Tiraamp harka isaa qilleensa keessa ol kaasee, osoo dhiigni fuulasaa irra gadi yaa'uu, Tajaajila Iccitiitiin waltajjii irraa ariitiidhaan buufame kunis seenaa qofa miti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FT6sCEe

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Isin biratti cidni tokko baayyee baasiin itti baafame yoo jedhamu birriin meeqa yoo itti baheedha?Cidni ilma sooreessa biyya Hindii tibbana gaggeeffame garuu doolaara miiliyoonni 156 itti bahe tokkos cidha qaalii addunyaa ijoo dubbii ta’eera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bCYR0Ss

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Ispeen waancaa Awurooppaa Jarman qopheesite kana irratti tapha tokkoyyuu osoo hin mo'amuun har'as Ingilaandiin 2-1 mo'achuun shaampiyoonaa taate.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3O7Itqh

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Donaald Tiraamp guyyaa Sambataa osoo bulchiinsa Penisalveeniyaatti duula na filadhaa gaggeessanii dhukaasni itti baname.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OuvUsnX

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Qomoos Taklawaldi Walda Tsaadiq abbaa amantaa yoo tahan, dhalatanii kan guddatan Godina Baalee aanaa Gololchaatti. Bara 1982 kutaa 8ffaatti darbuun barumsa dhaabanii ture bara 2009tti itti deebii'un bara kana qormaata kutaa 12 fudhatan. Seenaasaanii kunooti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nlPv4HR

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Haleellaa Israa'el iddoo lammiileen Filisxeem itti baqatanii jiran irratti raawwatteen yoo xiqqaate namoonni 71 yoo du'an 289 kan caalan madaa'aniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hfHYBOL

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Yaalii ajjeechaa Raashiyaan hogganaa dhaabbata Jarman meeshaa waraanaa oomishu irratti taasifte jedhuun Jarman akka malee mufachuu himte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2G9qB6O

Читать полностью…
Subscribe to a channel