This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Waldaan Kubbaa Miilaa Awurooppaa dursaa taphattootaa Ispeen Alvaaroo Moraataafi taphataa Ispeen biroo Rodiriitii naamusa cabsuun himatee qorachuu eegale.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hn9qpsf

Waraanni Sudaan keessatti gaggeeffamaa jiru suuta gara daangaa Itoophiyaatti dhiyaachaa akka jiru Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ANSnfzU
Taphataa haaraan Maanchister Siitii taphataa kubba miilaa osoo hin taane qonnaan bulaa jabaa taha jedhamee eegamaa ture. Hireen isaa garuu kubba miilaa tahuu maatiin baruun akka jabaatu taasisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/x51Ccb3
Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) murtee siyaasaatiin seera-qabeessumaa duraan qabutti deebiyuu malee akka haaraatti galmaa’uu akka hin barbaadne dubbi-himaan paartichaa Obbo Amaanu’eel Asaffaa himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/crzK81t
🌟 Unlock Your Financial Future with Our Free Forex Class! 🌟
Are you ready to take control of your financial destiny? Join our exclusive community of 1,000 aspiring Forex traders and learn the secrets of the Forex market—for free! 🚀
📈 Why Join?
• Expert Guidance: Learn from seasoned Forex traders with years of experience.
• Comprehensive Curriculum: From basics to advanced strategies, we’ve got you covered.
• Interactive Sessions: Engage in live Q&A and hands-on practice.
• Exclusive Community: Network with like-minded individuals and grow together.
• No Cost: 100% free—no hidden fees, no strings attached!
🔑 What You’ll Gain:
• Master Forex trading principles
• Develop effective trading strategies
• Understand market trends and indicators
• Gain confidence to trade independently
🌐 Don’t Miss Out!
Seats are limited to the first 1,000 participants. Secure your spot now and start your journey to financial freedom!
📅 Join Us Today:
👉 /channel/qeberofx
Maanchister Siitiin Paalaas irraa Eezzee mallatteesisuu barbaada. PSG'n taphattoota Maanchister lamaan gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2Tr1tzq
Maanchister Siitiin Paalaas irraa Eezzee mallatteesisuu barbaada. PSG'n taphattoota Maanchister lamaan gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2Tr1tzq
Hedduun keenya akkaataa ilkaan itti rigannu irratti dogoggora uumna. Dogoggorraan ammoo fayyummaa ilkaaniifi irga keenyaa eeguun hafee rakkoo fayyaaf of saaxilla.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5n8e1AN
Kaabineen mootummaa Somaaliyaa baatii Amajjii keessa waliigaltee waraanaa Masrii waliin wal ta’an jedhame akka hojiirra oolu raggaasise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ACoKIgn
Murteen Baayidan Konvenshinii Biyyaalesaa Demokiraatikii ta’amuun dura paarticha qormaata haaraa keessa galcha. Gabaasi kuni wan mudatuuf deemu akeeka.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ifknWbU
Vaaleriyoon waa’ee Abbabaa yoo dubbatan miira keessa seenu. Umrii malee lubbuun isaa darbu yeroo yaadatan imimmaan isaan qaba. Injifannoo isaa yoo yaadatanimmoo jagnummaatu itti dhagahama.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hiHJseZ
Filannoo pirezidantummaaf ji’oonni afur wayita hafutti pirezidaantii ittaantuu Ameerikaa kan ta'an Kamaalaa Haaris aangoo bakka rakkisaa ta'etti of argan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lUDJg9f
Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan sababa dullumaan filannoo birraa dhufu gaggeeffamurratti akka hin dhiyaanneef paartiisaanii keessaa dhiibban itti heddummataa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NJfY5tx
Kaabineen mootummaan Somaaliyaa baatii Amajjii keessa waliigaltee waraanaa Masrii waliin wal ta’an jedhame akka hojiirra oolu raggaasise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TZbOP8o
Murteen Baayidan Konvenshinii Biyyaalesaa Demokiraatikii ta’amuun dura paarticha qormaata haaraa keessa galcha. Gabaasi kuni wan mudatuuf deemu akeeka.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kI32dV8
Pirezedantii ittaanuun Ameerikaa Kamaalaa Haaris duula filannoo Pirezedantummaa isaanii jalqabaan Tiraamp cimsanii qeeqan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iOQA5od
Gareen eegumsa pirezedaantota Ameerikaa (Sekuritii Sarvis) ergamni isaa tokko. Kunis Pirezedaantotaa fi rasaasa isaanitti dhukaafamu gidduu utaalanii seenudha.Gareen eegdota Pirezedaantotaa kuni yeroo hedduu fuula guuranii suufii fi daawitii ijaa gurraacha kaa’atanii naannoo isaanii si’oominaan hordofu. Odeessa kana hanga dhumaatti yoo dubbiftan waa'ee garee kanaa haalaan hubattu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2eXaUfH
Taphataa haaraan Maanchister Siitii taphataa kubba miilaa osoo hin taane qonnaan bulaa jabaa taha jedhamee eegamaa ture. Hireen isaa garuu kubba miilaa tahuu maatiin baruun akka jabaatu taasisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/x51Ccb3
Dambalii mormii guutuu Keeniyaatti tibban gaggeefamaa jiruun wal qabatee, dhukaasa dargaggeessa ganna 30, Reeksi Maasaayi irratti banameen eegaleen, tarkaanfii poolisiin fudhateen lubbuu namoota kudhaniin olii galaafatame.Ajjeechaan kunis amantaa xiqqaa poolisii sirna eeguuf ummannii qabaachaa ture daran mancaase.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ox1nZRB
Keesumaa sigiga lafaa Dilbata mari mudate hordofee osoo namoonni birmatanii jiranii si’a lammataaf lafni sigigaate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UcPIlVS
Pireezidantiin ittaantuu Ameerikaa Kamaalaa Hariis bakka buutota warra Demookiraatii irraa deeggarsa gahaa argachuun kaadhimamtuu pireezidantii paartichaa tahuu miidiyaan BBC waliin hidhata qabu CBS gabaaseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dUsYtfH
Bara Afaan Oromoon barreessun haa hafuutii “Afaan Oromoo reediyoo cabsa” jedhamutti gaazexaan Bariisaa Afaan Oromoon [Saabadhaan] maxxanfamee hawaasa Oromoo heddu dammaqsaa akka ture himu warri gaazicha hundeessaaniifi hojjattoota jalqabaa ta’anii hojjataa turan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YwuN0EJ
Olompikiin Paaris Adoolessa 26 hanga Hagayya bultii 11 dorgomama. Dorgommiiwwan kanneen ilaalchisee maal beeku barbaaddu? Hunda asii argattu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/IcMYgVv
Olompikiin Paaris Adoolessa 26 hanga Hagayya bultii 11 dorgomama. Dorgommiiwwan kanneen ilaalchisee maal beeku barbaaddu? Hunda asii argattu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/IcMYgVv
Humni hidhate kuni Oromoon bu’aa qabsoo isaa akka hin dhandhamne qe’ee Oromiyaa jeequun Ummata keenyatti madaa mogolee ta’eeras jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3815OaP
Vaaleriyoon waa’ee Abbabaa yoo dubbatan miira keessa seenu. Umrii malee lubbuun isaa darbu yeroo yaadatan imimmaan isaan qaba. Injifannoo isaa yoo yaadatanimmoo jagnummaatu itti dhagahama.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hiHJseZ
Wanti ijoo gaaffii kaasu tokko hawaasa Itoophiyaa keessaa 90% kan ta’u ‘ummata amantii cimsee hordofu’ jedhamu keessatti waan akkanaa mudatuu isaati. Hayyonni attamiin ilaalu?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5eTVzla
Pirezidantiin Ameerikaa Joo Baayiden irra deebiin filatamuuf kaadhimamaa pirezidantii Ameerikaa ta'anii akka hin dhiyaanne beeksisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ox16sRD
Hiriira magaalaa Giraand Raappidsitti bahame kanarratti warri Dimokiraatotaa ''Tiraamp yaaddoo dimokiraasiirratti uume'' jedhanii akka himatan dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2U6J4FY