This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Haakaroonni Kooriyaa Kaabaa dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa irraa icciitiiwwan niikulaaraafi waraanaa hatuudhaaf yaalaa jiruu jechuun Ameerikaa, Kooriyaan Kibbaa fi UKn akeekkachiisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UMlgxQc
Biyya dhiyeenyatti walabummaa ishee goonfatte ta'uuf waraanaa waliinii isa dheeraafi gaaga'aa keessa darbuusheetiin uummatni addunyaa ishee beeka. Biyyi ishee booda akka biyya walabaa haaraatti hundeeffamee beekamtii argate hin jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qrjxkVA

Balaa sigigoo lafaa tibban Naannoo Kibba Itoophiyaa Godina Kafaa keessa mudateen namoonni du’uun mirkannaa’e 257 caaluu aanga’oonni naanncihaa kan himan yoo ta’u, baayyinni namoota balaa kanaan lubbuu dhaban hanga 500 ta’u akka dhanda’u ammoo dhaabbanni UN beeksiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EHqNi0z
Morookoon Arjentiinaa mo'atte, galchiin Arjentiinaa sa'a lama booda haqame
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vM15WzU
Namichi yeroo sirna Appaartaayidii gurraachoota Afrikaa rasaasaan rukutee ajjeesaa ture poolisiin ajjeesi jedhee jajjabeessaa akka ture BBCtti hime.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nxSKYih
Kun barreeffama hidhata magaalaan Faransaay, Paaris dorgommii Olompikii waliin qabdu agarsiisuuf barreeffameedha. Barreeffamni kun qopheessummaan Olompikii bara faranjootaa 2012 magaalaa Landaniin osoo hin fudhatamiin dura kan maxxanfame ture. Seenaa olompiikiirratti kunoo kan qixeessine dubbidhaa.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/O4rBulb
Baqataan waggaa 19'f erga eeggateen booda UK keessatti hafuuf mirgi kennameef jecha gammadaa jiru tokko, amma ji'a dhufu keessa Paarisitti xombora Olompikii baachuuf abdataa jira. Seenaan jireenyaasaa kunoti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Dvydxte
Mootummaan Naannoo Amaaraa ajjeechaafi gocha sukanneesaa hidhattoonni ‘Faannoo’ tibba kana godina Goojjam Kaabaa aanaa Macca Kibbaatti abbootii amantaa, maanguddootaafi dubartoota dabalatee namoota nagaarratti raawwatan balaaleffachuun ibsa baaseen, “lammilee nagaa ajjeesuudhaan kaayyoo kamiyyu galmaan ga’uun hin danda’amu,” jedheera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/F8XBoJK
Medaaliyaa warqee irra caalaa enyutu injifata? Atileetonni biyyoota 200 ol irraa gosawwan ispoortii 32 irratti medaaliyaa 329'f Olompikii Paaris irratti dorgomu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kEtJ4HY
Waldaan Kubbaa Miilaa Awurooppaa dursaa taphattootaa Ispeen Alvaaroo Moraataafi taphataa Ispeen biroo Rodiriitii naamusa cabsuun himatee qorachuu eegale.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hn9qpsf

Waraanni Sudaan keessatti gaggeeffamaa jiru suuta gara daangaa Itoophiyaatti dhiyaachaa akka jiru Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ANSnfzU
Taphataa haaraan Maanchister Siitii taphataa kubba miilaa osoo hin taane qonnaan bulaa jabaa taha jedhamee eegamaa ture. Hireen isaa garuu kubba miilaa tahuu maatiin baruun akka jabaatu taasisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/x51Ccb3
Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) murtee siyaasaatiin seera-qabeessumaa duraan qabutti deebiyuu malee akka haaraatti galmaa’uu akka hin barbaadne dubbi-himaan paartichaa Obbo Amaanu’eel Asaffaa himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/crzK81t
Dhaabbileen gargaarsaa Kaaba Itoophiyaa naannoo Tigraay keessa hojjetan waraanni cimaan waggaa lamaa erga raawwatee boodas sababa hongee, hanqina omisha midhaaniifi ammallee tasgabbii dhabuu naannicha jiruun uummatni miiliyoona lama ta'u beelaaf saaxilameera jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/caBXxAg
Neetiworkiin hawaasummaa/hiriyyummaakee akkuma sochii qaamaa gootu fayyaakeerratti dhiibbaa uumuu dandaʼa. Barreessaan kitaaba haaraa waa’ee hariiroo keenyaa kan barreesse Deeviid Roobsan ragaafi sababoota walitti dhufeenya ajaa’ibaa kanaa qorateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/H3EyISv
Dhaabbanni Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) adeemsiifi kaayyoon kora 14ffaa gaggeessuuf karoorfate humna ol antummaa qabuun butamee gara waan hamaa ta’eetti deemaa jiraachuu dursaan komishinii to’annoo dhaabbichaa ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JlGozkp
Morookoon Arjentiinaa mo'atte, galchiin Arjentiinaa sa'a lama booda haqame
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vM15WzU
Ogeessonni akka jedhanitti sababa jijjiirama qilleensa addunyaatiin sigigni lafaa hammaataa jira. Sababoota, gosaafi wayita taateen akkasii mudatu maal gochuutu gorfama?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/IJajxk8
Baqataan waggaa 19'f erga eeggateen booda UK keessatti hafuuf mirgi kennameef jecha gammadaa jiru tokko, amma ji'a dhufu keessa Paarisitti xombora Olompikii baachuuf abdataa jira. Seenaan jireenyaasaa kunoti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Dvydxte
Balaan ALI Wiixata Adoolessa 15, 2016 dhaqqabeen dubartootaafi daa’imman dabalatee lubbuu dhabaniiru.Balaa ganda Kencho Shaachaa, Aanaa Gazee Gofaatti mudateen reeffi namoota 157 akka argame Qajeelchi Kominikeeshinii Godina Goofaa ibseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MxHmCtS
Kun barreeffama hidhata magaalaan Faransaay, Paaris dorgommii Olompikii waliin qabdu agarsiisuuf barreeffameedha. Barreeffamni kun qopheessummaan Olompikii bara faranjootaa 2012 magaalaa Landaniin osoo hin fudhatamiin dura kan maxxanfame ture. Seenaa olompiikiirratti kunoo kan qixeessine dubbidhaa.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/O4rBulb
Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr Abiy Ahimed marii paartilee mormituu waliin taasisan irratti Addi Bilisa Baasaa Uummata Tigiraay [TPLF] kora gaggeessuu isaan dura ''karaa seera qabeessaan galmaa'uu qaba'' jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HuhmocG
Mootummaan Ertiraa Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa gara magaalaa guddoo biyyattii Asmaraa akka hin balaliine dhorke. Dhorkaan kunis walakkeessa Fulbaana dhufturraa qabee hojiirra oola.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ui4K8cy
Murteen Baayidan Konvenshinii Biyyaalesaa Demokiraatikii ta’amuun dura paarticha qormaata haaraa keessa galcha. Gabaasi kuni wan mudatuuf deemu akeeka.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kI32dV8
Pirezedantii ittaanuun Ameerikaa Kamaalaa Haaris duula filannoo Pirezedantummaa isaanii jalqabaan Tiraamp cimsanii qeeqan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iOQA5od
Gareen eegumsa pirezedaantota Ameerikaa (Sekuritii Sarvis) ergamni isaa tokko. Kunis Pirezedaantotaa fi rasaasa isaanitti dhukaafamu gidduu utaalanii seenudha.Gareen eegdota Pirezedaantotaa kuni yeroo hedduu fuula guuranii suufii fi daawitii ijaa gurraacha kaa’atanii naannoo isaanii si’oominaan hordofu. Odeessa kana hanga dhumaatti yoo dubbiftan waa'ee garee kanaa haalaan hubattu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2eXaUfH
Taphataa haaraan Maanchister Siitii taphataa kubba miilaa osoo hin taane qonnaan bulaa jabaa taha jedhamee eegamaa ture. Hireen isaa garuu kubba miilaa tahuu maatiin baruun akka jabaatu taasisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/x51Ccb3
Dambalii mormii guutuu Keeniyaatti tibban gaggeefamaa jiruun wal qabatee, dhukaasa dargaggeessa ganna 30, Reeksi Maasaayi irratti banameen eegaleen, tarkaanfii poolisiin fudhateen lubbuu namoota kudhaniin olii galaafatame.Ajjeechaan kunis amantaa xiqqaa poolisii sirna eeguuf ummannii qabaachaa ture daran mancaase.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ox1nZRB