This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Pireezidaantii duraanii Ameerikaa Baaraak Obaamaa hanga sirbitoota idileetti garee illuminaatii jedhamu keessa jiru jedhamuun hamatamu.Gareen icciitii illuminaatii jedhamu namoota jajjaboo fi aangoo qabeessa tahan of keessaa qaba jedhama.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hDVaPmO
Addunyaarratti namoonni miliyeenan lakkaa'aman dhibee Heppitaayitisii qabaachuusaanii waan hin beeknef qorannoo akka taasisan ogeeyyin fayyaafi dhaabbileen tola ooltotaa waamicha dhiyeessu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eMC2g3H
Gareen Olompikii dubartootaa Kanaadaa garee morkataa dirooniidhaan basaasuu hordofee adabbiiwwan jajjaboon irratti muraman.Adabbiiwwan kunneen qabxii hir'isuu, adabbii maallaqaa akkasumas leenjisaa hojiirraa dhorkuudha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/f1q3UYH
Tapha dorgommii duraa Loos Anjalasitti gaggeeffameen Arsenaal goolii 2 fi 1n morkataasaa Maanchester Yunaayitid mo'ateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mQcOetb
Rooba hamaa torban Dilbata darbe galgala godina Jimmatti roobee hordofee Aanaa Gommaa Ganda Oomaa Funxullee fi Ganda Qadaamayeetti sigiga lafaa mudateen miidhaan qabeenyarra gahuu fi jiraattoonni bakka jireenyaasaanii buqqa’uu aanga'aan naannichaa BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bnv9QVf
Miidiyaan mootummaa raashiyaa akka jedheetti, Kaartuuniiwwan (cartoons) farra- Zelenskiin akka waan inni, deeggarsi waraanaa Yukireeniif biyyoota Awurooppaatiin taasifamu caalaa isaan iyyoomsaa jiraachu agarsiisuu duuba harka Faransaayitu jira jedhan.Odeeffannoon BBC argate garuu kaartuunoti kunneen duuba harki Raashiyaa jiraachu akka hin oollee agarsiisuu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ff7VWHm
Dhiheenya kana yeroo namoonni hedduun xumuraa kubbaa miilaa Yuuroo ilaaluuf kaaffeewan fi manneen keessatti walitti qabamaniitti, jiraattonni Moqaadishoo dhibbaan lakkaa'aman dorgommii biraa: Miis Somaaliyaadhaaf Hoteela qarqara galaanaa Elite jedhamutti walitti qabamaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1ZRv5j9
Waraanni Sudaan keessatti gaggeeffamaa jiru suuta gara daangaa Itoophiyaatti dhiyaachaa akka jiru Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GP6rICX
Namooti dhuunfaa hidhattoota Hamaasi dha ofiin jedhan Olompiikii Paariis irratti haleellaa akka dhaadatan viidiyoon agarsiisu miidiyaa hawaasaarratti tamsa'eera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/u67NDdf
Naannoo Amaaraa Godina Goojjam Kaabaa, Aanaa Meeccaa Kibbaatti Wiixata Adooleessa 23, 2024 ‘mootummaa waliin walgahii taa’aniiru’ jechuun, hidhattoonni Faannoo namoota nagaa ajjeesuufi dararuu jiraattoonniifi aanga’oonni godinichaa himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/H7wZSGs
Ollaa xiqqoon magaalaa Kibba Hindiitti argamtu bulchiinsa Cheenaay irraa fageenya km 300 irratti argamtu Telaasendiidiiraapuuraamitti jiraattoonni ittaantu pirezidantii Ameerikaa Kamlaa Hariis kan keenya jechaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Sw4IhA3
Himannaa dharaa yeroo garagaraatti dhiyeessuun gocha mootummaan Somaaliyaa itti jiruufi meeshaaleen waraanaa to’annaa tokko malee karaa daangaa Somaaliyaatiin Gaanfa Afrikaa seenaa jiru akkaan ishee yaaddessuu Itoophiyaan beeksifte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FZwe6St
Balaa sigigoo lafaa tibban Naannoo Kibba Itoophiyaa Godina Kafaa keessa mudateen namoonni du’uun mirkannaa’e 257 caaluu aanga’oonni naanncihaa kan himan yoo ta’u, baayyinni namoota balaa kanaan lubbuu dhaban hanga 500 ta’u akka dhanda’u ammoo dhaabbanni UN beeksiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/h1r6NAu
Ertiraan dippiloomaatiin Sudaan sa'atii 72 keessatti bulchiinsa ishee keessaa akka bahan ajajuushee hordofee Kaartuum dhimmicharratti Asmaraa ibsa gaafateetti.Tajaajilli Oduu mootummaa wajjin hidhata qabu Sunnaan akka gabaasetti mootummaan Sudaan biyya ollaa Eritiraatti itti gaafatamaan hojii raawwachiisaa sababii itti arii'amaniif ''ibsa'' gaafatee eeggachaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XNgjmrD
Senaaterri Ameerikaa gameessi Boob Menendez malaammaltummaan himatamuun aangoo isaanii gadhiisuuf.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QEgVWSh
Magaalaa Naayijeeriyaa namoonni baay’inaan gaa'ilasaanii hiikan keessatti haadha warraa fi abbaa tokko garmalee galateeffamaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VYLRlp2
Gareen Olompikii dubartootaa Kanaadaa garee morkataa dirooniidhaan basaasuu hordofee adabbiiwwan jajjaboon irratti muraman.Adabbiiwwan kunneen qabxii hir'isuu, adabbii maallaqaa akkasumas leenjisaa hojiirraa dhorkuudha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/f1q3UYH
Tapha dorgommii duraa Loos Anjalasitti gaggeeffameen Arsenaal goolii 2 fi 1n morkataasaa Maanchester Yunaayitid mo'ateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mQcOetb
Paarlaamaan Tarkii humni galaanarraa biyyattii gara Somaaliyaa akka bobba'uuf yaada Pirezidantiin biyyattii Rasiip Xayyib Erdogaan dhiheessan raggaasiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1vkuTJ6
Dhiheenya kana yeroo namoonni hedduun xumuraa kubbaa miilaa Yuuroo ilaaluuf kaaffeewan fi manneen keessatti walitti qabamaniitti, jiraattonni Moqaadishoo dhibbaan lakkaa'aman dorgommii biraa: Miis Somaaliyaadhaaf Hoteela qarqara galaanaa Elite jedhamutti walitti qabamaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1ZRv5j9
Bara 1996tti ture. Ameerikaa bulchiinsa Atilaantaa Seentaniyaal isteediyeemii Olompiikii lammiin Filisxeem Maajid Abu Maaraaheel alaabaa Filisxeem ol kaasee qabatee mirmirsaa gale.Yeroo jalqabaaf alaabaan sun gaafa mirmirfamtu baayyeen namaa imimmaan buuse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3Mx2WuP

Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr Abiy Ahimed marii paartilee mormituu waliin taasisan irratti Addi Bilisa Baasaa Uummata Tigiraay [TPLF] kora gaggeessuu isaan dura ''karaa seera qabeessaan galmaa'uu qaba'' jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LVR6waA
Namooti dhuunfaa hidhattoota Hamaasi dha ofiin jedhan Olompiikii Paariis irratti haleellaa akka dhaadatan viidiyoon agarsiisu miidiyaa hawaasaarratti tamsa'eera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/u67NDdf
Har’a irraa kaasee Manni-maree Bakka-bu’oota Ummataa naannoo Kibba Itoophiyaa, godina Gofaa, aanaa Gezeetti balaa sigiga lafaa mudate hordofee lubbuu lammilee darbeef gaddaa biyyaalessaa guyyoota sadiif turu labseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/upcDRiv
Keemikaalli beellaa ijaa namtolcheen ittiin maxxanfamu formaldehyde jedhama.Kemikaalli kunis kanneen kaansaariidhaaf nama saaxilan keessaa tokkodha jedhame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FeBdh3X
Mootummaan Naannoo Amaaraa ajjeechaafi gocha sukanneesaa hidhattoonni ‘Faannoo’ tibba kana godina Goojjam Kaabaa aanaa Macca Kibbaatti abbootii amantaa, maanguddootaafi dubartoota dabalatee namoota nagaarratti raawwatan balaaleffachuun ibsa baaseen, “lammilee nagaa ajjeesuudhaan kaayyoo kamiyyu galmaan ga’uun hin danda’amu,” jedheera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/d6l78mc
Itoophiyaa bakka bu’uun gosa ispoortii buunyaan kan dorgomu Fiqramaariyaam Yaadasaa Lataa dorgommii keessaa baafamuu qindeessitoonni Olompikii Paaris beeksisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/swMzpBi
Suuraalee filatamoo torban kanaa guutuu Afriikaafi isaan alarraa kunooti:
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/30SeNfJ
Pireezidantiin ittaantuu Kamaalaa Hariis - filannoo Ameerikaa sadaasa dhuftuuf kaadhimamtuu pireezidantummaa kan taate marii ''ifaa fi kan ijaaru,'' jette Netaaniyaahuu waliin adeemsifteetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lk4ZRB8