bbc_afaan_oromoo | Unsorted

Telegram-канал bbc_afaan_oromoo - BBC Afaan Oromoo Official

129947

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

Subscribe to a channel

BBC Afaan Oromoo Official

Dorgommii kanarratti atileetiin Itoophiyaa fageenyichaan abbaa riikardii addunyaa ta’e, Lammeechaa Girmaa, dorgommicha hin xumuriin hafeera. Maaltu qunname?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dbe8cWK

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Israa'eliifi Hezboollaan erga yeroo dheeraaf wal gaareffachaa turanii kaleessa akka haaraatti walitti dhukaasuu jalqabaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/u4zEaQV

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Namni Paakistaan Iraan waliin hidhata qaba jedhamu namoota siyaasaa fi aanga'oota mootummaa US ajjeesuuf socho'aa ture jedhamuun himatame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pTk3efl

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Keeniyaan biyyoota ollaa Itoophiyaa seenaa sirna domakrasii gaarii jedhamu qabdudha. Miidiyaa biyyattii ammoo walabummaa qabuufi sadarkaa hojiisaatiin warra ollaaf fakkeenya ta'uu danda'a. Walabummaan pireesii biyyattii eessaa ka'ee as gahe?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XPxU9cY

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Hokkara kakaasuufii farreen nageenyaa deeggaruun akkasumas labsii meeshaa waraanaa cabsuun kan himataman Deetaa Ministeera Nagaa kan turanfii miseensi Caffee Oromiyaa Obbo Taayyee Danda’aa, himatawwan irratti dhiyaatan sadi keessaa lamaan bilisa jedhaman.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/K5XnCzr

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Wellisaa Kadir Ahmad dhibee isa mudateen erga yaalamaa turee booda Wixata (Hagayya 5, 2024) galgala lubbuunsaa darbe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/B5REVkn

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Mootummaan Itoophiyaa fooyya'insa sirna Maakroo Ikoonomiirratti taasisuu booda shaqaxoota bu'uuraarraa kaasee hanga galteewwan ijaarsaatti daballii gatii guddaan mul'achuu jiraattootni dubbatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GrqyIM3

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad hidhattoota naannoo Oromiyaa fi naannoo Amaaraa keessa socho'an waliin nagaa buusuuf dubbataa jiraachuu himanis, qaamni hidhatee Oromiyaa keessa socho'u, WBOn, mootummaa waliin dubbataa akka hin jirre ibse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jGWSALb

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Lammiileen Itoophiyaa hedduun kan keessa jiraatan Libaanus/Beeruut keessaa lammiileensaanii akka ba'an US, UK, Awustiraaliyaa, Faransaay, Kanaadaa, Kooriyaa Kibbaa, Sa'uud Arabiyaa, Jappaan, Tarkii, Yordaanus fi biyyoonni kaan akeekkachiisaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8Wv0TrC

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Pirezidantiin US Joo Baayidan aanga'oota buleeyyii nageenya biyyaalessaa waliin mari'atan. Kunis erga Iraan haleellaa Israa'el irratti raawwachuun haaloo ba'uuf dhaadatteeti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/74xU92F

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Mormiin ji’a tokko darbe akka dubartiin kun aangoo gadhiistu gaafachuun eegalame kun kanarra gaha jedhamee hin yaadamne.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9XxNMoT

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Atileet Tsiggee Dhugumaan Olompikii Paarisitti dorgomamaa jiruun fageenya 800m'n Itoophiyaaf meetii argamsiiste.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PlMCdGT

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Olompikii Paaris itti fufeen galgala har’aa fiigichi 5000m fi 800m dubartootaa Itoophiyaan medaaliyaa itti eegdu ni eegamu. Atileetota Itoophiyaa eenyu morkachuu danda'a?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tlaO2SQ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Gatii birriin sharafa maallaqa alaa waliin qabu gabaarratti akka hundaa’u erga murteeffamee asitti gatii birriin doolara Ameerikaa wajjin wayita wal bira madaalamu % 58’n gadi bu'e.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jfMJidt

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Ministirri Muummee Bangilaadash Sheek Hasiinaa hiriirtonni masaraa mootummaa weerarraan aangoo gadhiisanii biyyaa baqatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4CQsUlf

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Atileet Lammeechaa Girmaa galgala har’aa Olompikii Paarisitti fiigicha gufachiisaa 3000m fiiguun biyyaaf medaaliyaatu eegama. Warqii haa fiduuf maal gochuu qaba?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/d54VFo3

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Sababa waraana Kaaba Itoophiyaatti waggaa lamaafa gaggeeffameen qaama seerummaasaa kan mulqame TPLF kora walii galaa 14ffaa gaggeessuuf qophiirra akka jiru beekisus miseensotuma isaarraa mormiin isa mudata jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/934qdWP

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Magaalonni tibbana gatiin meeshaalee dabalee itti mul’ate Shaggar, Adaamaa, Bishooftuu, Shaashamannee, Jimma, Naqamtee, Gimbii, Najjoofaa akka ta’an Biiroon Daldalaa Oromiyaa beeksiseera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lyI9Ljn

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Bara dorgommii darbe sadarkaa saddeettaffaan kan xumure Maanchister Yuunaayitid bara dorgommii haaraa dhufu kanatti maal fooyyessa?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TtJlfo1

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Humnoonni nageenyaa mootummaa Itoophiyaa obboleessa Battee Urgeessaa fi namoota 11 hidhanii jiran akka gadhiisan dhaabbati mirga dhala namaaf falmu Human Rights Watch gaafate.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GU60fzA

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Waldoonni Kiristaanaa ji’a darbe cufaman kunneen meeshaalee sagaleen akka nama hin jeeqne ittisan tolfachuu diduu dabalatee danbiiwwan kaa’aman cabsanii argaman jetteetti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vF0sOPl

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Humnoonni nageenyaa mootummaa fi hidhattoonni Faannoo naannoo Amaaraa keessatti erga wal dhabdee keessa galanii waggaa tokko darbeera. Gareen Faannoo hoggansa adda addaa kan qabu yoo tahu caasaa fi hoggansa tokko jalatti kan walitti qabame miti. Garuu hoggansa irra kan jiran eenyufaati?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/glTCjWr

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Naannoo Kibba Itoophiyaa Godiina Walaayittaa Aanaa Kaawwoo Kaayishaa keessatti balaa sigiga lafaa mudateen namoonni 11 du'uu bulchiinsi aanichaa beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rMk38HL

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Medaaliyaan atileetii keeniyaa Feeyiz Kipyeegoon irraa mulqamee ture ol iyyataan booda deebi'eef. Gudaaf Tsgaay waliin sarara irratti wal dhiibuun erga lammaffaan xumurtee booda medaaliyaan ishee mulqamuu ibsamee ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PQ4H2uc

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Waaqoo Guutuu Baaleetti fincila eegalee booda gara Somaaliyaa imaluun mootii Itoophiyaa- Haayilesillaasee lolaa ture. Kutannoo fincila Baalee keessatti agarsiiseenis uummataraa jenaraalummaa argate.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bAaTyRF

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Atileetiin Keeniyaa Feeyiz Kipyeegon fiigicha 5000m irratti atileetii Itoophiyaa Gudaaf Tsaggaay irratti balleessaa raawwachuun himatamtee medaaliyaa mulqamte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iRaF1AV

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Olompikii Paaris itti fufeen galgala har’aa fiigichi 5000m fi 800m dubartootaa Itoophiyaan medaaliyaa itti eegdu ni eegamu. Atileetota Itoophiyaa eenyu morkachuu danda'a?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tlaO2SQ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Olompikii Paaris itti fufeen galgala har’aa fiigichi 5000m fi 800m dubartootaa Itoophiyaan medaaliyaa itti eegdu ni eegamu. Atileetota Itoophiyaa eenyu morkachuu danda'a?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tlaO2SQ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Nama ani obboleessa quxisuu Kantiibaa Magaalaa Finfinneefi abbaa seeraa mana murtii olaanaati jechuun namootarraa birrii 900,000 ol waliin dhahuun shakkame to’atee qorataa akka jiru poolisiin beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WfDyvCX

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Tsiggee Dhugumaa dhalattee kan guddatte Naannoo Beenishaangul Gumuz Godana Kamashii aanaa Dambee keessatti. Tibbana fiigicha meetira 800 Itoophiyaan ittiin hin beekamneen medaaliyaa warqee argamsiifte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RbzJQwN

Читать полностью…
Subscribe to a channel