bbc_afaan_oromoo | Unsorted

Telegram-канал bbc_afaan_oromoo - BBC Afaan Oromoo Official

129947

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

Subscribe to a channel

BBC Afaan Oromoo Official

Addi Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) seera qabeessummaasaa duraatti akka isa deebisan malee Boordii Filannootti irra deebiin galmaa’uu akka hin fudhanne beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Otyl2Jb

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

“Mucaan waggaa afurii ni bade kan jedhu maatiin eeruu kenne. Eeruu sanarratti hundaa’uudhaan qaamoleen nageenyaa hawaasa wajjin ta’ee dhimma kana hordofuu jalqabe” Obbo Abiyyuu Mihiratuu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JjAzMs6

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Waltajjiin Olompikiirratti mo’u qofa miti hirmaate jedhamuun isaatuu maqaa guddaa qaba. Atileet Sisaay Lammaa garuu akkamiin carraa kana Sisaay Lammaatti dabarsee kenne? Gabaasni kuni seenaa murtee kana duuba jiru hima.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qKtfaEs

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Qaamni seerummaa koo duraanii naaf haa deebi'u jedhee iyyanni TPLF Boordii Filannoo Itoophiyaf galche beekamtii koree giddu galeessaa dhaabichaan ala jedhan pirezidaantin bulchiinsa yeroo naannoo Tigraayifi dursaa ittaanaa TPLF kan ta'an Obbo Getaachoo Raddaa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xbYuSgI

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Taphattuun bunyaa Olompikii Paaris irratti gaaffii koorniyaa(saalaa) irratti ka'e Imaan Kehliif warqee injifatte.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/AL3JzWP

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Israa'el haleellaa Gazatti gaggeessiteen namoonni heddu du'uu ejansiin ittisa sivilii Gaazaa beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OY5x6kU

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Shaangaan viizaan gosa viizaa dhiheenya kana lammiilee Itoophiyaa irratti dhorkaan bahee yoo ta’u, tokkicha yoo argatame biyyoota Awurooppaa hunda ittiin seenamu danda’amudha.Haata’u malee, viizaa kana aragchuurratti rakkoon waan jiruuf gabaan gurraachi daran cimuutu himama.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0ULdKyW

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Addi Bilisa Baasaa Uummata Tigraay, TPLF, haala adda ta'een akka gAlmaahuu murtaahuu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YstPljm

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Itoophiyaan Olompikii Paaris adeemaa jiruurratti hanga ammaa warqii galmeessuu hin dandeenye. Dorgommii 10,000m dogongorri mul’ateerratti kan hirmaate Yoomif Qajeelchaa ‘’ajajatu nuuf kennametu qabxii nuduraa balleesse’’ jechuun BBC’tti hime.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wuV7KFQ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Lammiileen Itoophiyaa hedduun kan keessa jiraatan Libaanus/Beeruut keessaa lammiileensaanii akka ba'an US, UK, Awustiraaliyaa, Faransaay, Kanaadaa, Kooriyaa Kibbaa, Sa'uud Arabiyaa, Jappaan, Tarkii, Yordaanus fi biyyoonni kaan akeekkachiisaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4HOCR6s

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Sababa waraana Kaaba Itoophiyaatti waggaa lamaafa gaggeeffameen qaama seerummaasaa kan mulqame TPLF kora walii galaa 14ffaa gaggeessuuf qophiirra akka jiru beekisus miseensotuma isaarraa mormiin isa mudata jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0LRnyKT

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Libaanus bal'inni lafashee xiqqoo ta'us garuu Baha Giddugaleessaa keessatti dirree waraanaas turte. Siiriyaa fi Israa'el waliin wal daangessuun ishee waraanni akka irraa hin fagaanne taasiseera. Qubsuma Hezboollaa kan taane Libaanus ammas waraana biraa keessa galti jedhamee sodaatama.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vxwkRzV

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Ogeessi bineensotaa kan filmiiwwan BBC fi Nashinaal Ji'ograafii irratti hojjete Addaam Biritan bineensota irratti gocha gara jabummaa raawwachuun himannaa 56 irratti dhiyaate amanee fudhateera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sN2j50k

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Loltoonni Yukireen daangaa Raashiyaatti seenun haleellaa banuu hordofee Raashiyaan bulchiinsa Kusrk keessatti labsii yeroo mudaamaa labsite. Yukireen haleellaa kan bante jalqaba torbee kanaa yoo ta'u hanga guyyaa kaleessatti lolli cimaan daangaa Raashiyaa keessatti gaggeeffamaa jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9IYGsg0

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Hagayya 2, 1939 Albert Anistaayin xalayaa Pirezedantii Ameerikaa yeroo sanaa Firaankiliin D. Roosveltiif barreesse.Xalayichi kalaqa seenaa keessatti bakka guddaa qabu, pirojeektii Manhattan wajjin walqabata.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sI2q6K5

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Pirezedantiin Yukireen Volodimiir Zelenskiin waraanni isaanii naannoo lixa Raashiyaa Kursk keessatti haleelaa akka jiru yeroo jalqabaaf amanan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/31nClBh

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Sababii dhumaatii arraagessaatiin lammiileen Hindii walakkaa miiliyoonaa ta'an akka du'aniif sababa ta'eera jedhe odeessi gama biyya Hindiitii dhagahame kun. Attamiin yoo jettan kunoo bal'innisaa akkasiin qixaa'eera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/R25XJpv

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Taammiraat Tolaa waggoota 24 booda Olompikii irratti Itoophiyaaf warqee argamsiise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TuJNxIW

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Naannolee Itoophiyaa garaa garaa keessatti manneen barnootaa 5,500 ol tajaajila baruufi barsiisuu kennaa hin jiran jedhe Komishiniin Mirgooota Namoomaa Itoophiyaa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/q5QSatJ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Atileetiin Itoophiyaa Taammiraat Tolaa Fiigicha maaraatoonii Olompikii Paariis riikardii dorgommichaa cabsuun injifate.Taammiraat Tolaa dorgommii kana gara jalqabaa ka'ee dursuun hanga dhumaatti saffisa isaa eegee xumuruun riikardii cabseera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hmYACyL

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Sambata har'aa sa'aa 12 irraa eegalee injifataan Piriimiyeer Liigii bara darbe Maanchistar Siitiifi injifataan waancaa FA Maanichistar Yunaayitiid waancaa Kominitii Shiildiif morkatu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cJklIW7

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dubartiin ulfaa tokko dhugaatii burcuqqoo tokko torbaniitti yoo dhugde guddina sammuu, boca fuulaafi amala daa’ima garaa keessaarratti dhiibbaa akka qabu saayinsiin ni hima.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/56Vdpzl

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Tumsi dhaabbata Islaamaa (OIC) biyyoota 57 of jalatti hammate yaa’i atattamaa akka taa’u Iraan gaafachuu hordofee, Sa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaatti Roobii darbe yaa’ii taa’e.Iraanitti ajjeefamuu qondaala Hamaas Ismaa’el Haniyaa dabalatee dhiimmoonni biro ajandaa marii kanaa turan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dGqNBjK

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Yukireen daangaa Raashiyaa seentee haleellaa gaggeessuu hordofee guyyaa sadaffaatti ifatti dubbatte. Pirezidaantin Yukireen Volodmiir Zeleniskiin waanti daangaa Raashiyaa keessatti ta'aa jiru ka'uumsi "Mooskon nu weeraruusheeti" jedhan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aLo1Y9k

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Hokkara kakaasuufii farreen nageenyaa deeggaruun akkasumas labsii meeshaa waraanaa cabsuun kan himataman Deetaa Ministeera Nagaa kan turanfii miseensi Caffee Oromiyaa Obbo Taayyee Danda’aa, himatawwan irratti dhiyaatan sadi keessaa lamaan bilisa jedhaman.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0CW5kNw

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Itoophiyaan Olompikii Paaris adeemaa jiruurratti hanga ammaa warqii galmeessuu hin dandeenye. Dorgommii 10,000m dogongorri mul’ateerratti kan hirmaate Yoomif Qajeelchaa ‘’ajajatu nuuf kennametu qabxii nuduraa balleesse’’ jechuun BBC’tti hime.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wuV7KFQ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Wal waraansa waggoota lamaarraa bayyanataa kan jirtu Tigraay keessatti qocollaa fi ajjeechaan dubartoota gahaa jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cF8iSzj

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Ogeeyyiin hawaa Ameerikaa lama wayita Waxabajjii 5 gara hawaatti imala eegalan guyyaa saddeet keessatti deebi'uuf turan. Garuu haalonni akkaataa karoorsaniin deemuu hin dandeenye.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/v8CRS47

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dura taa’aan KFO piroofeser Mararaa Guddinaa tibbana hawwaasa Oromoo biyya ambaa jiraatan waliin dhimma siyaasa biyya keessaa irratti mari’achuuf Ameerikaa jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HnU9SD3

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dhaabbanni Israa'el keessatti mirga namaaf falmuun beekamu haalli itti lammiile Filisxeem manneen hidhaa Israa'el keessatti qabiinsi godhamuu sarbama mirga namaan kan guutame ta'uu ibse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SZnhAVP

Читать полностью…
Subscribe to a channel