Poostikaardiin karaa poostaa namaaf ergame tokko waggoota 121 booda bakka ergame sana dhaqabe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4WbxyKo
Hedduu keenyaaf waqtii roobaa fi qorraati, alatti qofa osoo hin taane mana keessattuu qorri nutti cima. Kanneen mana hin qabnee fi daandiirra bulaniif ammoo haalli kun daran cimaadha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MAZcfxv
Ministiirri Dhimma Alaa US Antoonii Biliinkan gara Baha Giddu Galeessaa erga imalanii booda Waraanni Gaazaa guyyoota gidduutti akka dhaabatu dubbatan.Biliinkan kana kan jedhan Israa'el karoora waraana dhaabuu US qopheessite fudhachuu erga beeksisanii boodadha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jaL98No
Pirezidantiin bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaa, caasaaleen mootummaa naannochaa beekamtii waajjira pirezidantiin ala walga'ii akka hin gaggeessine ajajan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/r48axZM
Artistii Oromoo umrii dargaggummaasaatti humnoota mootummaan ugguramee hanga yoonaa achi buuteensaa dhabame Jireenyaa Ayyaanaa walleewwan aadaa fi warraaqsaan beekama. Artistiin kun erga bara bulchiinsa TPLF dhabamee ammallee maatiin qara ilaalaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/X4UNl0x
Lammiileen Afrikaa, keessumaa dubartoonni, heddu Libaanositti hojii garaa garaa irratti bobba'anii jiraatu. Ewulita Jeeroop lammii Keeniyaa ji'oota 14 darbaniif magaala guddoo Libaanos kan taate Beerut keessa jiraataa turteedha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DwSktuO
Pirezidantiin Ameerikaa Joo Baayidan waltajjii Kora Biyyaalessaa Dimokiraatotaarratti ija imimmaan guuteen nagaa dhaammatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/imzshn7
Itoophiyaan gaaffii ulaa galaanaa argachuu erga kaastee as Gaamfa Afrikaatti muddamni dhalateera.Biyyi uummata miliyeena 120 ol qabdu buufata doonii Jibuutii qofarratti hundaa’un gahaa akka hin taanefi ulaa galaanaa argachuuf balbala heddu rukutaa jirti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5NxIsJh
Korri waliigalaa 14ffaa Adda Bilisa Baasaa Uummata Tigraay(TPLF) falmisiisaa ta'e har'a xumurame.Walgahiin torbee darbe eegalee gaggeeffamee ture Wiixata waaree booda wayita goolabamu miseensota koree giddu galeessaa ifatti filateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hWqvHKG
Pirezidantiin duraanii US Doonaald Tiraamp, kan amma pirezidantummaaf dorgomaa jiru, yoo filame baqattoota eeyyama jireenyaa seera qabeessa hin qabne hedduu hari'uun karoorasaa ijoo akka ta'e ibseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ShTqP86
Arsenaal, Maan Siitii, Maan Yuunaayitid fi Liiverpuul morkattoota isaanii mo'ataniiru. Haalaandi taphoota 100 irratti waliigalaan galchiiwwan 91 Maanchister Siitiif lakkoofsiseera
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BYSnzLZ
Sagantaa beekamtiifi badhaasa Garee Atileetiksii Itoophiyaa Olompikii Paarisirraa deebi’eef Masaraa Biyyaalessaatti qophaa’erratti leenjisaa Gammadoo Daddafoo badhaasa diduun ijoo dubbii ta’eera. Sababni leenjisaan kuni kana godhaniif maali?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/diTwy0R
Jiraataa magaala Finfinnee kan ta’e dhalataan Tigraay paaspoortii baafachuuf dhalataa Tigraay waan ta’e qofaaf rakkoon heddu akka isa mudate hima. Ragaa barbaachisu hunda qabatee waajjira immigireeshiniitti dhiyaatus kessummeeffamuu waan rakkateef bakka dhalootaa jijjiirufi sobuun dirqama itti ta’e.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BUqYFi7
Waggaa tokkoof homaa gochuu yoo dhiiste sitti tolaa? Hojii hojjechuu, guddina hojii barbaaduu ykn waan
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JWkNqam
Waraanni Hololaa (Cold War) erga xumuramee booda Jarman yeroo jalqabaaf yaaddoo keessa galtee jirti. Yaalii ajjeechaa, icciitiin bilbila butuufi gochaawwan nageenya biyyattii yaaddoo keessa galchan jedhaman dhagahamaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GTWOR86
Aanaan Darraa aanaalee Godinni shawaa kaabaa qabu keessaa bal’ina lafaatiin tarree duraarra kan jiru yoo ta’u, waggoota shanan darban kanatti dirree hidhattootni keessa socho’an keessaa tokko.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/I2qxvC1
Gaazatti ogeessa fayyaa kan ta'e Ashiraaf El Ataar haati warraasaafi ijoollensaa jaha walumaa galatti maatii tokko keessaa namni torba jalaa ajjeefamuu BBCtti hime. "Libsuu ijaa gidduutti maatin koo guutun dhuman," homtuu akka hin hafneef hime.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qYKQmUJ
Dura taa'aa TPLF fi Pirezidantii bulchiinsa yeroofii naannoo Tigraay kan ta'an Obbo Geetaachoo Raddaa, gareen hoogganaa paartichaan durfamu bulchiinsa yeroo harkaa aangoo butachuuf akka jiru ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4WDYElj
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee misooma koriidarii marsaa lammaffaa, iddoowwan seensa magaalattii ta'aniifi bu'uuraaleen misooma reefuu keessatti babal'ataa jiran kanneen akka Adda babayii Koyyee, Gooroo fi Samiit jedhamanitti hojjechuuf.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/O0uHjmE
Biyyasaa ammayyeessuuf kutatee kan ka'e Ilmi mootii Sawuudii Arabiyaa, MBS, dhiittaa mirga namoomaa hedduun himatama.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SojsXDC
Waggoota lama keessatti haadha warraasaa dabalatee dubartoota 42 ajjeesuu kan amane lammiin Keeniyaa mana hidhiaatii miliqe. Poolisiin barbacha eegale.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/T3Z7Nb9
Naannoo Amaaraa magaalaa Baahird Daaritti bara darbe yakkamaan Geetinnet Baayyee jedhamu daa'ima waggaa torbaa erga gudeedee hudhee ajjeesuun hidhaan waggaa 25 irratti darbeera. Uummanni biyyattii adabbiin kun gahaa miti jechuun tibbana miidiyaa hawwaasaa irratti duula bananiiru. Haati daa'ima ajjeefamtee Abeqellesh Adabaa BBCtti dubbatteetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yPNmvuU
Jiraattonni godina Shawaa Kaabaa gaga’ama lubbuu, mancaatii qabeenyaa fi buqqaatii sababa rakkoo nageenyaatiin godinichatti qaqqabaa jiru kuni dhuma dhabeera jechuun tibbana akka aadaatti meeshaa Ulfootiin bahanii araaraf waaqa yoo kadhatan mul’atan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2yAw1ZN
Dhuma torbee darbee jalqabee magaalota gurguddoo naannoo Amaaraa keessatti geejjiba dabalatee sochiin idilee danqamee akka ture jiraattonni BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qDj5U8N
Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad mariin Itoophiyaafi Somaaliyaan Ankaaraatti taasisan kan milkaa’u dhabe Itoophiyaan waan birmadummaa fi tokkummaa daangaa Somaaliyaa hin kabajneef jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tjV1FvW
Dhaabbati Fayyaa Addunyaa (WHO) dhibeen maaree jaldeessaa kutaalee Afrikaa hedduu keessa faca'e fayyaa addunyaaf yaaddoo ta'uu labse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EgscnMq
Dura taa'aan Adda Bilisaa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) Dabratsiyoon G/Mikaa'el "Yoo TPLF diigame waliigalteen Piriitooriyaas hin jiru" jedhan.Dr Dabratsiyoon haasaa baniinsa yaa’ii paartichaa 14ffaapaarticha keessatti qoqqoodinsa uumerratti kana dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9Zdnt1V
Gadameessi namtolchee lubbuu daa'imman yeroo malee dhalatanii baraaruu danda'a. Garuu qormaanni namaa osoo hin jalqabin dura yaadonni naamusaa ilaalamuu qaban jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/upXF3WN
Korri Dura Taa'aa Itti Aanaa TPLF fi Pirezidantii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan waamame fi ''TPLF baraaruuf'' jedhame magaalaa Maqaleetti jalqabameera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1pU68yb
Dura taa'aa TPLF fi Pirezidantii bulchiinsa yeroofii naannoo Tigraay kan ta'an Obbo Geetaachoo Raddaa, gareen hoogganaa paartichaan durfamu bulchiinsa yeroo harkaa aangoo butachuuf akka jiru ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uztf0rT