Filannoo dura taa'ummaa Komishinii Gamtaa Afrikaaf ji'oota booda Finfinneetti gaggeeffamuuf hogganoonni biyyoota Baha Afrikaa mormituu Keeniyaa Raayilaa Odiingaa deeggaran.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fyDWC0l
Taphataan sarara fuulduraa Yuuveentus fi Xaaliyaan Federiikooo Kiyessaa Liiverpuulitti galuuf waliigalteen raawwateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bNW6L5e
Ministirri Muummee Abiy balbala bishaan ittisuu fi dhangalaasuu to'achuuf hojjetame (spillways) wayita hojii eegalsiisan bishaanni biyyoota yaa'a gadiirraa hir'atu akka hin jirre dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Gxupmn8
Itoophiyaan humna nagaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaa jalatti Somaaliyaatti bobba’e humna biraan bakka buusuf taasifamu ‘’balaan kan guutamedha’’ jechuun ‘’yaadda’uu’’ ibsite.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DZR7Nq6
Yeroo ammaa maanguddoo umrii waggaa 84 kan ta’e Artist Adam Haaruun, dullumaa fi dhukkubaan walqabatee wallee dhaabuu himeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/V3t8M4K
Kaakiyeeboon mala qusannaa Jaappaan jaarraa tokko lakkoofsiseefi maallaqa kee akka to'attu si dandeessisu dha. Baasii kee irratti murtoo of eegannoon guutame akka taasiftu akkasumas faayinaansii kee to'attu si gargaara.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7ytiURW
Xiyyaarri Daandii Qilleensaa Itoophiyaa Booying 737 Max 8 balaa mudateen dura rakkoo elektirikaa qabaachuu ragaan agarsiisu dhoksuu hoji-gaggeessaan duraanii Booying beeksisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DgCMmLx
Dhaabbileen tikaa fi odeeffannoo Itoophiyaafi Keeniyaa, hooggantootaa fi hidhattoota garee daangaa irratti akkasumas Keeniyaa keessatti hojii shororkeessummaa raawwatan qolachuurratti oppireeshinii gaggeessaa turan cimsanii itti fufuuf kallattii kaa'atan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ke7QXWk
Biiroon Fayyaa naannoo Somaalee nama Maaree Jaldeessaa (Mpox)iin qabamuu hin oolle jechuun shake adda baafamee akka turu gochuu beeksis.Mpox yaaddoo fayyaa hawaasaati jedhamuun Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO)n labsameera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GiJpWR4
WBO waamicha nagaa uummata Shawaa Kaabaa ilalachise ibsa baaseen waamichi nagaa qaamolee mootummaan qindaa'ee jedhe. Manneen barnootaa gube jedhamuus olola jechuun fudhatama dhabsiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m63f5Ul
Daandiin Qillensaa Itoophiyaa imala gara Hargeessaa godhu irratti ibsa maqaa fayyadamu akka sirreessu gaaffii mootummaan Somaaliyaa dhiyeesse simatee sirreefama godhe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jyKdJRv
Raashiyaan haleellaa walirraa hin cinne Yukireen irratti gaggeessaa jirtu guyyaa lamaaf itti fufteetti. Ganama kana akeekkachiifni qilleensaa haleellaan gaggeeffamaa kan dhaga’ame yoo ta’u, xiyyaarri Raashiyaa misaa’eloota hayipparsoonik dhukaasuu isaa hordoffii taasisaa jirtuun Yukireen hubatteetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HuBCaFX
Ministirri Muummee Abiy balbala bishaan ittisuu fi dhangalaasuu to'achuuf hojjetame (spillways) wayita hojii eegalsiisan bishaanni biyyoota yaa'a gadiirraa hir'atu akka hin jirre dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZoOdeLK
Tibba kana Itoophiyaatti imaltootni xiyyara keessatti jeequmsa uuman himatni yakkaa irratti gaggeeffamaa jira. Ofii wantootni buufata xiyyaaraa keessatti isin danquu danda'an maal fa'i?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/u34vrEi
Intarneetiin sababii mootummoota abbaa hirree ykn miidhaa shaarkiitiin akkasumas dogongora nama dhunfaa tokkootiin rakkoon mudachu danda’a.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0XYOSCR
Murteessaa Fayyisoo rakkoo cimaa keessa bahuun yeroo ammaa biyya Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessatti baqattootaaf fakkeenya ta'uutti jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/w5HNYDf
Erga waraanni Gaazaa eegalee West Bank keessatti qubsuma seeraan alaa babal'ifachuunis heddummaateera.Finxaaleyyiin mootummaa Israa'el keessa jiran akkas gochuu isaaniin carraan biyya ta'uu Filisxeem akka gubatetti fudhachuun ittiin dhaadataa turan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kbwHD1h
Namoonni jaha xiyyaara Itoophiyaa gara Maqalee imalu keessaa bu’uu diduun falmii kaasan yakka shororkeessummaan qoratamuu hin qaban jechuun abukaaton isaanii mana murtiitti falman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/E9li4sR
Masriin Somaaliyaa waliin waliigaltee waranaa erga mallatteessitee booda waggoota 40 booda yeroo duraaf meeshaa waraanaa Moqadiishoof erguun gabaafame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/K7UOeAP
Ilmaan namaa hubannoo nam tolchee ofiin hojjetaniin nyaatamanii qaroomni namaa gaaffii keessa galuu danda'aa?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8EzYqk1
Namoonni jaha xiyyaara Itoophiyaa gara Maqalee imalu keessaa bu’uu diduun falmii kaasan yakka shororkeessummaan qoratamuu hin qaban jechuun abukaatonni isaanii mana murtitti falman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9vncBDS
Haata’u malee, Itoophiyaatti miidhaan saalaa dubartootarratti raawwatamu bakka waraanniifi walitti bu’insi jiru keessatti qofa miti. Yeroo walitti bu’insi hin jirrettis Itoophiyaa keessatti irra deddeebiin miidhaan saalaa dubartootarratti raawwatamaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2mk8jTc
Itoophiyaatti ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Masiingaa dhimmoota yeroo TPLF fi naannoo Tigiraayirratti aanga'oota naannichaa waliin mariyachaa jiraachuu waajirri pirezidantii bulchiinsa yeroo naannichaa Obbo Getaachoo Raddaa beeksiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pO64x9X
Maatii Itoophiyaarraa kan dhalatan Ambaasaaddar Yohaannis Abrahaam ce'umsa pireezidantummaa kaadhimamtuu dhaaba Dimookraatotaa Kaamlaa Hariis akka hoogganan filataman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/08PLTAD
Hoteelli qarqara galaanaa odola Ayiil of Maan jedhamu keessatti argamu cancala yakkaa doolaara miiliyoonaan lakkaa'amu lammiilee Chaayinaarraa waliin dhahu qabaachuu qorannoon BBC gabaaseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jTP9RqF
Haata’u malee, Itoophiyaatti miidhaan saalaa dubartootarratti raawwatamu bakka waraanniifi walitti bu’insi jiru keessatti qofa miti. Yeroo walitti bu’insi hin jirrettis Itoophiyaa keessatti irra deddeebiin miidhaan saalaa dubartootarratti raawwatamaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2mk8jTc
Qondaaltonni akka jedhanitti ga'eessi umrii waggaa 39 kun kan to'atame ergaawwan karaa toora Telegram waliif ergamaniin walqabatee akkaataa qabiinsa iccitii dhuunfaarratti dabi raawwatameera kan jedhuun yoo ta'u, poolisiinis ajaja hidhaa irratti ba'e qabatee nama kana eeguun to'ate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Efa4I1H
Uummanni naannoo miidhaan itti qaqqabee waraabessa 14 kan ajjeesan yemmuu ta’u, har’as guyyaa lammaffaaf adamsaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vofAOiC
Hamaasiifi Israa'el gidduutti waraanni erga eegalee ifatti Hamaasiin jajjabeessaa kan ture Hezbollaan, dachee Libaanos keessaa haleellaa darbee darbee gara Israa'elitti taasisu Dilbata kaleessaa sadarkaa biraatti guddiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZXlO53v
Awustiraaliyaa keessatti kanaan booda yeroo hojiin alatti ergaa qaama isaan qacare irraa ergamuufitti dhiphachuun hafeera. Lammiileen biyyattii mirga akkanaa argataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fWwoxKr