Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Ganna 20 Gadii Peeruu Liimaatti dorgomamaa jiruun Itoophiyaan warqii dabalataa lama argatte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/j2s1pl8
Maanguddoonni 40,000'tti siqan Jaappaan keessatti mana isaanitti qofaa du'anii argamuu gabaasni poolisii biyyattii ibse. Kun attamiin ta'e laata?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/X6uQxEC
Itoophiyaatti ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Masiingaa dhimmoota yeroo TPLF fi naannoo Tigiraayirratti aanga'oota naannichaa waliin mariyachaa jiraachuu waajjirri pirezidantii bulchiinsa yeroo naannichaa Obbo Getaachoo Raddaa beeksiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/AdeuZUB
Hamaasiifi Israa'el gidduutti waraanni erga eegalee ifatti Hamaasiin jajjabeessaa kan ture Hezbollaan, dachee Libaanos keessaa haleellaa darbee darbee gara Israa'elitti taasisu Dilbata kaleessaa sadarkaa biraatti guddiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9lenFOz
Masriin Somaaliyaa waliin waliigaltee waranaa erga mallatteessitee booda waggoota 40 booda yeroo duraaf meeshaa waraanaa Moqadiishoof erguun gabaafame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ho4cOPb
Angawoonni mootummaa Somaaliyaa tokko tokko garaagarummaa Itoophiyaafi Somaaliyaa gidduu jiru bal’isuu gochaa guyyuusaanii godhataniiru jechuun Itoophiyaan komatte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Rk5H2Fx
Itoophiyaan hariiroo Somaaliland waliin qabdu caala cimsachuuf qoontsilaa Hargeessaa sadarkaa ergamaa addaatiin ture ol guddisuun ambaasaaddara guutuu muudde.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UYj1ThP
Hoogganoota ABO keessaa tokko kan ture Nadhii Gammadaa erga qabamee waggaa kurna sadi ta'eera, garuu ammallee achi buuteensaa hin baramne.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lL8nQIa
Yaa'iin murtoo Boordii Filannoo cinatti dhiisuun adeemsifameefi ''seera qabeessummaa isaarratti gaaffiin ka'e kuni wal-dura dhaabbachuu olaanaa hordofsiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UYnNTOS
Pirezidantiin bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo Getaachoo Raddaa ramaddii namoota muudamanii dabalatee qaamoleen hojii bulchiinsa isaaniitti gufuu ta’an irratti “tarkaanfii seeraa” akka fudhatan akeekkachiisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9sjSdmR
Filannoo dura taa'ummaa Komishinii Gamtaa Afrikaaf ji'oota booda Finfinneetti gaggeeffamuuf hogganoonni biyyoota Baha Afrikaa mormituu Keeniyaa Raayilaa Odiingaa deeggaran.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fyDWC0l
Taphataan sarara fuulduraa Yuuveentus fi Xaaliyaan Federiikooo Kiyessaa Liiverpuulitti galuuf waliigalteen raawwateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bNW6L5e
Ministirri Muummee Abiy balbala bishaan ittisuu fi dhangalaasuu to'achuuf hojjetame (spillways) wayita hojii eegalsiisan bishaanni biyyoota yaa'a gadiirraa hir'atu akka hin jirre dubbatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Gxupmn8
Itoophiyaan humna nagaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaa jalatti Somaaliyaatti bobba’e humna biraan bakka buusuf taasifamu ‘’balaan kan guutamedha’’ jechuun ‘’yaadda’uu’’ ibsite.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DZR7Nq6
Yeroo ammaa maanguddoo umrii waggaa 84 kan ta’e Artist Adam Haaruun, dullumaa fi dhukkubaan walqabatee wallee dhaabuu himeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/V3t8M4K
Walta'iinsi waraanaa Somaaliyaa fi Masrii gidduu jiru Gaanfa Afrikaa dadhaboo ta'e keessatti baallee bal'fataa jirus, keessumaa Itoophiyaa mufachiisaa jira. Kufaatiin isaas waraana jechootaa caalaa ta'uu mala jedhame yaadamaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/q43Cwgi
Walta'iinsi waraanaa Somaaliyaa fi Masrii gidduu jiru Gaanfa Afrikaa dadhaboo ta'e keessatti baallee bal'fataa jirus, keessumaa Itoophiyaa mufachiisaa jira. Kufaatiin isaas waraana jechootaa caalaa ta'uu mala jedhame yaadamaa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/q43Cwgi
WBO waamicha nagaa uummata Shawaa Kaabaa ilalachise ibsa baaseen waamichi nagaa qaamolee mootummaan qindaa'ee jedhe. Manneen barnootaa gube jedhamuus olola jechuun fudhatama dhabsiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/p4Tz7Eg
Itoophiyaan humna nagaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaa jalatti Somaaliyaatti bobba’e humna biraan bakka buusuf taasifamu ‘’balaan kan guutamedha’’ jechuun ‘’yaadda’uu’’ ibsite.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kvwX0th
Taphataan sarara fuulduraa Juveentus fi Xaaliyaan Federikoo Kiyeezaan Liiverpuul seeneera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3OQjyxE
mataa isheerratti mul’ate yaalamuuf ture kan Hospitaala Ispeeshaalitii Alarti deemte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Fdoe35E
Dilbata dhufu manaajeroota garee kubbaa miilaa Ingiliziti Oold Tirafoorditti waliif ba’a. Leenjisaan haaraa Liiverpuul Arnee Siloot morkataa isaa Erik Teen Haag waliin maal gochuuf jiru laata?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gR3qy7o
Bulchiinsi Somaalilaand Itoophiyaa waliin waliigaltee ulaa galaanaa mallatteessite waraanni Masrii Somaaliyaa keessa bobbaafamu cimsitee mormite.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HoV6iE7
Badhaasa Miidiyaa isa jalqabaa ogeeyyii miidiyaa damee adda addaan badhaaserratti Gaazexessaa Cimaa Bara 2016 (ALI) kan jedhame Anuwaar Jamaal dhugaafin hojjedhaa jedhe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/o1tSFRu
Namni Ugaandaa buqqee mataa dhala namaa 24 waliin argame jedhame kun aarsaa namaaf itti fayyadamuu mala jechuun Poolisinn BBCtti himeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Xl1xMcu
Murteessaa Fayyisoo rakkoo cimaa keessa bahuun yeroo ammaa biyya Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessatti baqattootaaf fakkeenya ta'uutti jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/w5HNYDf
Erga waraanni Gaazaa eegalee West Bank keessatti qubsuma seeraan alaa babal'ifachuunis heddummaateera.Finxaaleyyiin mootummaa Israa'el keessa jiran akkas gochuu isaaniin carraan biyya ta'uu Filisxeem akka gubatetti fudhachuun ittiin dhaadataa turan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kbwHD1h
Namoonni jaha xiyyaara Itoophiyaa gara Maqalee imalu keessaa bu’uu diduun falmii kaasan yakka shororkeessummaan qoratamuu hin qaban jechuun abukaaton isaanii mana murtiitti falman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/E9li4sR
Masriin Somaaliyaa waliin waliigaltee waranaa erga mallatteessitee booda waggoota 40 booda yeroo duraaf meeshaa waraanaa Moqadiishoof erguun gabaafame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/K7UOeAP
Ilmaan namaa hubannoo nam tolchee ofiin hojjetaniin nyaatamanii qaroomni namaa gaaffii keessa galuu danda'aa?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8EzYqk1