Carraaqqii mootummoonni Itoophiyaa sadii akka biyyatti deebi’u taasisan boodarra ija godhatee erga biyyatti deebi’ee dhaabatee har’a waggaa 16 guute. Garuu qabsoo akkamii keessa darbe?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rQ5IONs
Waa’een qorichaan hadoochanii nama hatuu kana dura biyyoota adda addaa keessatti beekamu, amma magaalaa Finfinnee fi magaaloota gurguddoo Itoophiyaa keessattillee taatee guyyaa guyyaan dhagahamu ta’aa dhufeera.Namoonni garii hanna akkasii hojii falfalaati yoo jedhan, kaan isaanimmoo waanti akkasii jiraachuu isaayyuu hin amanan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lehoXzY
Atileetiin Ugaandaa beekamtuu Ribqaa Cheebteegii Keeniyaa keessatti jaalalleen ishee duraanii beenzila itti firfirsee gubuu hordofee hospitaala galte haala yaaddessaa keessa jirti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VcpL4hC
UK’n kana dura meeshaalee waraanaa Israaa’ellitti gurguraa kan turte yoo ta’u meeshaleen kunneen ‘balaa hamaa’ seera idil-addunyaa cabsu gessisuu waan danda’uuf, meeshalee waraanaa murtaa’an Israa'elitti gurguruu addaan kuttee jirti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mztQqv9
Yukireen jeettii waraanaa F-16 kan biyyoonni Lixaa kennaniif isa jalqabaa waraanaaf bobbaasaa turte.Kiiv dhuma bara 2025tti jeettiiwwan waraanaa 65 fi isaan ol akka argattu abdii qabdi. Garuu hanga ammaatti meeshaa waraanaa attamiifi meeqatu dhiyaateefii?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mibYvQI
Itoophiyaafi Masrii gidduu duruu sababa Hidha Haaromsaan muddamatu jira. Booda kanammoo Masriin ollaa Itoophiyaatti meeshaa waraanaa erguun dubbicha hammesseera. Gama waraanaan biyyoonni lamaan yeroo wal bira qabaman maal fakkaatu?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ry9THOI
Gareen Maanchistar Yunaayitid jalqabarrattis, boqonnaa boodas walumaagalatti guutummaa taphichaarratti raawwii gaarii osoo hin agarsiisin Liivarpuuliin injifatame. Kun kilabichaafis ta'e leenjisaa Erik Ten Hagiif guyyaa gaddaati.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PCusztU
Gareen Maanchistar Yunaayitid jalqabarrattis, boqonnaa boodas walumaagalatti guutummaa taphichaarratti raawwii gaarii osoo hin agarsiisin Liivarpuuliin injifatame. Kun kilabichaafis ta'e leenjisaa Erik Ten Hagiif guyyaa gaddaati.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PCusztU
Lammiilee Israa'el Hamaas butee fudhate keessaa reeffi namoota jahaa Gaazaa keessatti argamuu hordofee guutuu Israa'el keessatti dheekkamsa uumee jira. Mootummaan Beeniyaamin Netaaniyaahuu lammiileen butaman lubbuun akka deebbi'an gochuu hin dandeenye kan jedhu dheekkamsi duraan ture amma daran hammaarera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tZCOjl1
Akkuma lubbu qabeeyyii dachee jala jiraatanii kanneen Maarsii jala jiraatanis haala rakkisaa keessatti soorata malee jiraatu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xSiEmON
Gosti dhibichaa saffisaan kan babal’atu yoo ta’u, namoota 87,000 ol qabuun, namoonni 140 du’uu yeroo weerarri dhibichaa mudate gabaaafameera, akka ragaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO)mul‘isutti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lfEuPF6
Halaand taphoota Piriimer Liigii bara kanaa hanga ammaatiin gooliiwwan torba lakkoofsiseera, lama hatirikiidha.Kanaanis kophaasaa gooliidhaan taphattoota kaan qofa osoo hin taane kilaboota hedduu ni caala.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bo7kSX9
Weest Baankii humnaan keessa qubatameetti, Yihudoonni gara walakkaa miliyoonaa ta’an qubsuma 130 ol keessa jiraatu. Kunis kan Baha Yerusaalem osoo hin dabalatin. Ofii Israa'elii maaliif Weest Baank keessatti qubsama babal'si itti fuftee?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZsUq8pl
Bulchiinsi Somaalilaand Itoophiyaa waliin waliigaltee ulaa galaanaa mallatteessite waraanni Masrii Somaaliyaa keessa bobbaafamu cimsitee mormite.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DJ57jHU
Gabaan jijjiirraa taphattoota kilaboota Piriimer Liigii Ingilaand kan ganna kanaa cufameera. Kilaboonni Piriimer Liigii walumaagalatti gabaa miilanaa kanaan Paawondii Biliyoona 1.96 baasaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/voTLjzi
Waajjirri Qindeessaa Gargaarsa Namoomaa Dhaabbata Biyyoota Gamtomanii (OCHAn) gabaasa torban dura baaseen, Itoophiyaatti balaa umamaa Adoolessaafi Hagayya keessa mudateen lubbuun namoota 281 darbuu ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hzjI0Tu
Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii gara Ertiraatti taasisu adda kutuuf sababoota isa dirqe keessaa tokko maallaqa biyyattii keessaa qabu akka hin sochoosne dhorkamuu isaa akka ta’e ifa godhe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2d7wpce
Itoophiyaa keessatti bakka garagaraatti, keessumaa naannolee Oromiyaafi Amaaraa keessatti nama butanii maallaqa gaafachuu hammaachaa dhufe mootummaan akka dhaabsisuufi itti gaafatamummaa mirkaneessuu qabu Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ov5TRXH
Naannoo Amaaraa Magaala Gondariitti daa'imti waggaa lamaa erga butamtee fudhatamteen booda Wiixata kaleessa Fulbaana 2, 2024 ajjeeffamuun dallaa mana jireenyaa warrashee keessatti gatamte argamte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XalyBVS
Mormiin uummataa Israa'el keessatti kan hammaate erga Hamaas yoo dhukaasa dhaabuurratti walii hin galamu ta'e ''reeffi namoota ugguramanii uffata ittiin awwaalamaniin xaxamee Israa'eliif deebi'a,'' jedhee booda.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9u43yiE
Miseensi Paarlaamaa fi ergamaan addaa pirezidantii Somaaliyaa, biyyattiin hariiroo waraanaa Masrii waliin uummachuu erga mormanii booda aangoorraa kaafaman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QUXBTwq
Muddama Gaanfa Afrikaatti dhalate tasgabbeessuuf Jibuutiin buufata doonii qabdu keessaa Tajuuraatiin Itoophiyaan akka bulchitu akka filmaatatti dhiheessuu Ministirri Dhimma Alaa biyyattii BBC’tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Muvlm1L
Masriin sababii hidha guddicha Itoophiyaan Laga Abbayyaa irratti ijaaraa jirtuutiin nageenya bishaan ishee mirkanneessuudhaaf tarkaanfii barbaachisu fudhachuudhaaf mirgan qaba jette.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Mvx4ARX
Raashiyaan haleellaa qilleensaa magaalaa Karkiiv irratti raawwachuun yoo xiqqaate namoonni 41 ta'an miidhamuu qondaalonni himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xZNU0AP
Waa’een qorichaan hadoochanii nama hatuu kana dura biyyoota adda addaa keessatti beekamu, amma magaalaa Finfinnee fi magaaloota gurguddoo Itoophiyaa keessattillee taatee guyyaa guyyaan dhagahamu ta’aa dhufeera.Namoonni garii hanna akkasii hojii falfalaati yoo jedhan, kaan isaanimmoo waanti akkasii jiraachuu isaayyuu hin amanan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Cr8U9p5
Halaand taphoota Piriimer Liigii bara kanaa hanga ammaatiin gooliiwwan torba lakkoofsiseera, lama hatirikiidha.Kanaanis kophaasaa gooliidhaan taphattoota kaan qofa osoo hin taane kilaboota hedduu ni caala.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bo7kSX9
Raashiyaan humnoota Yukireen daangaasheetti ce'uun naannawa Kursk qabatanii achirraa haleellaa irratti banaa turan irraa aanuun amma deebitee magaalota Yukireen qabachuu eegalte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1xFIOYT
Dhiibbaa cimaa sanymmaa fayyaa namootaarratti qabaatu ilaalichisee qorattuun wallaansa fayyaafi gaazexessituun saayinsii muddannoo mataashee irraa ka'uun dhimma kanarratti kitaaba barreessite.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6VqJOIH
Pirezidantiin bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo Getaachoo Raddaa ramaddii namoota muudamanii dabalatee qaamoleen hojii bulchiinsa isaaniitti gufuu ta’an irratti “tarkaanfii seeraa” akka fudhatan akeekkachiisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TLqNa1d
Muddama Gaanfa Afrikaatti dhalate tasgabbeessuuf Jibuutiin buufata doonii qabdu keessaa Tajuuraatiin Itoophiyaan akka bulchitu akka filmaatatti dhiheessuu Ministirri Dhimma Alaa biyyattii BBC’tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rRYz3hv