Maanguddoon waggaa 90 kun Naayizigii Gabremedihin jedhamu. Naayiroobii, Keeniyaa jiraatu. Lammii Ertiraa ta'anis kan dhalatanii kan guddatan Finfinneettidha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XNm62KA
Dhaabbileen teeknooloojii gurguddoon gara Metaversetti ce'uurratti gama teeknooloojiirratti wal dorgomaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sJASR4h
Bunafi nyaata aadaa garagaraa dabalatee waan magaalaa Finfinnee keessatti hin argamne qopheessuun beekamti.Haati qabeenyaa kun Chaacchii Tafarraa jedhamti. Mana puulii keessa hojjechuurraa kaasee hojee baayyee yaalteetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8IjSbOT
Tajaajilli Elektirikii Itoophiyaa ALI Fulbaana 2017 eegalee hanga 2020’tti ji’a afur afuriin gatii taarifa elektirikiirratti daballii akka taasisu beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PJckE2Q
Kanaafis himatamaan kun mirga wabiitin yoo gadhiifame yeroo manni murtii barbaadutti dhihaachuu dhiisuu mala, akkasumas yakkichi adabbii gadi aanaa waggaa saddeetii waan ta’eef mirgi wabii eegamuu hin qabu jechuun murtii manni murtii olaanaa Federaalaa kenne cimse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xHCYhIM
Carraaqqii mootummoonni Itoophiyaa sadii akka biyyatti deebi’u taasisan boodarra ija godhatee erga biyyatti deebi’ee dhaabatee har’a waggaa 16 guute. Garuu qabsoo akkamii keessa darbe?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rQ5IONs
Waa’een qorichaan hadoochanii nama hatuu kana dura biyyoota adda addaa keessatti beekamu, amma magaalaa Finfinnee fi magaaloota gurguddoo Itoophiyaa keessattillee taatee guyyaa guyyaan dhagahamu ta’aa dhufeera.Namoonni garii hanna akkasii hojii falfalaati yoo jedhan, kaan isaanimmoo waanti akkasii jiraachuu isaayyuu hin amanan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lehoXzY
Atileetiin Ugaandaa beekamtuu Ribqaa Cheebteegii Keeniyaa keessatti jaalalleen ishee duraanii beenzila itti firfirsee gubuu hordofee hospitaala galte haala yaaddessaa keessa jirti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VcpL4hC
UK’n kana dura meeshaalee waraanaa Israaa’ellitti gurguraa kan turte yoo ta’u meeshaleen kunneen ‘balaa hamaa’ seera idil-addunyaa cabsu gessisuu waan danda’uuf, meeshalee waraanaa murtaa’an Israa'elitti gurguruu addaan kuttee jirti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mztQqv9
Yukireen jeettii waraanaa F-16 kan biyyoonni Lixaa kennaniif isa jalqabaa waraanaaf bobbaasaa turte.Kiiv dhuma bara 2025tti jeettiiwwan waraanaa 65 fi isaan ol akka argattu abdii qabdi. Garuu hanga ammaatti meeshaa waraanaa attamiifi meeqatu dhiyaateefii?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mibYvQI
Itoophiyaafi Masrii gidduu duruu sababa Hidha Haaromsaan muddamatu jira. Booda kanammoo Masriin ollaa Itoophiyaatti meeshaa waraanaa erguun dubbicha hammesseera. Gama waraanaan biyyoonni lamaan yeroo wal bira qabaman maal fakkaatu?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ry9THOI
Gareen Maanchistar Yunaayitid jalqabarrattis, boqonnaa boodas walumaagalatti guutummaa taphichaarratti raawwii gaarii osoo hin agarsiisin Liivarpuuliin injifatame. Kun kilabichaafis ta'e leenjisaa Erik Ten Hagiif guyyaa gaddaati.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PCusztU
Gareen Maanchistar Yunaayitid jalqabarrattis, boqonnaa boodas walumaagalatti guutummaa taphichaarratti raawwii gaarii osoo hin agarsiisin Liivarpuuliin injifatame. Kun kilabichaafis ta'e leenjisaa Erik Ten Hagiif guyyaa gaddaati.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PCusztU
Lammiilee Israa'el Hamaas butee fudhate keessaa reeffi namoota jahaa Gaazaa keessatti argamuu hordofee guutuu Israa'el keessatti dheekkamsa uumee jira. Mootummaan Beeniyaamin Netaaniyaahuu lammiileen butaman lubbuun akka deebbi'an gochuu hin dandeenye kan jedhu dheekkamsi duraan ture amma daran hammaarera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tZCOjl1
Akkuma lubbu qabeeyyii dachee jala jiraatanii kanneen Maarsii jala jiraatanis haala rakkisaa keessatti soorata malee jiraatu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xSiEmON
Qurxummiin kun handaara galaanaa Noorweyitti du'ee argame, warri mirga bineensotaaf falman rasaasaan rukutamee du'uu ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/s69T2cq
Fooramii Tumsa Chaayinaa fi Afrikaa waggaa sadiitti al tokko gaggeeffamu kan biyyoonni Afrikaa fi Chaayinaan irratti hirmaatan guyyota 3f Beejingitti gaggeeffama. Ministira Muummee Itoophiyaa Abiy himed dabalatee dureewwaan biyyoota Afrikaa heddunis Beejing galaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/27xNX5O
Miseensi Paarlaamaa fi ergamaan addaa pirezidantii Somaaliyaa, biyyattiin hariiroo waraanaa Masrii waliin uummachuu erga mormanii booda aangoorraa kaafaman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Bv9ujJ3
Kora Chaayinaa fi Afrikaa magaalaa Beejiing keessatti gaggeeffamuuf dureewwan biyyoota Afrikaa hedduun gara Chaayinaa imalaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zQsfPFY
Yunivarsiitiin Finfinnee adeemsa ofiin of bulchuu kana hojiitti hiikuudhaaf bara kana hojii garagaraa hojjechaa turuu kun dubbatan Pirezidaantiin Yunivarsiitichaa Dr. Saamu’eel Kifilee, dhaabbata ofiin of danda’u [giddu-seentummaa mootummaa malee] ta’ee akkamii ta’uu danda’a kan jedhu karoora tersiimawaa baafatee hojiirra oolmaa isaatiif ammoo seera, imaammataafi sanadoota biroo barbaachisaa ta’an wagga guutuu qopheessaa turuu kaasan Dr. Saamu’eel.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EzD6GHi
Waajjirri Qindeessaa Gargaarsa Namoomaa Dhaabbata Biyyoota Gamtomanii (OCHAn) gabaasa torban dura baaseen, Itoophiyaatti balaa umamaa Adoolessaafi Hagayya keessa mudateen lubbuun namoota 281 darbuu ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hzjI0Tu
Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii gara Ertiraatti taasisu adda kutuuf sababoota isa dirqe keessaa tokko maallaqa biyyattii keessaa qabu akka hin sochoosne dhorkamuu isaa akka ta’e ifa godhe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2d7wpce
Itoophiyaa keessatti bakka garagaraatti, keessumaa naannolee Oromiyaafi Amaaraa keessatti nama butanii maallaqa gaafachuu hammaachaa dhufe mootummaan akka dhaabsisuufi itti gaafatamummaa mirkaneessuu qabu Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa gaafate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ov5TRXH
Naannoo Amaaraa Magaala Gondariitti daa'imti waggaa lamaa erga butamtee fudhatamteen booda Wiixata kaleessa Fulbaana 2, 2024 ajjeeffamuun dallaa mana jireenyaa warrashee keessatti gatamte argamte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XalyBVS
Mormiin uummataa Israa'el keessatti kan hammaate erga Hamaas yoo dhukaasa dhaabuurratti walii hin galamu ta'e ''reeffi namoota ugguramanii uffata ittiin awwaalamaniin xaxamee Israa'eliif deebi'a,'' jedhee booda.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9u43yiE
Miseensi Paarlaamaa fi ergamaan addaa pirezidantii Somaaliyaa, biyyattiin hariiroo waraanaa Masrii waliin uummachuu erga mormanii booda aangoorraa kaafaman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QUXBTwq
Muddama Gaanfa Afrikaatti dhalate tasgabbeessuuf Jibuutiin buufata doonii qabdu keessaa Tajuuraatiin Itoophiyaan akka bulchitu akka filmaatatti dhiheessuu Ministirri Dhimma Alaa biyyattii BBC’tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Muvlm1L
Masriin sababii hidha guddicha Itoophiyaan Laga Abbayyaa irratti ijaaraa jirtuutiin nageenya bishaan ishee mirkanneessuudhaaf tarkaanfii barbaachisu fudhachuudhaaf mirgan qaba jette.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Mvx4ARX
Raashiyaan haleellaa qilleensaa magaalaa Karkiiv irratti raawwachuun yoo xiqqaate namoonni 41 ta'an miidhamuu qondaalonni himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xZNU0AP
Waa’een qorichaan hadoochanii nama hatuu kana dura biyyoota adda addaa keessatti beekamu, amma magaalaa Finfinnee fi magaaloota gurguddoo Itoophiyaa keessattillee taatee guyyaa guyyaan dhagahamu ta’aa dhufeera.Namoonni garii hanna akkasii hojii falfalaati yoo jedhan, kaan isaanimmoo waanti akkasii jiraachuu isaayyuu hin amanan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Cr8U9p5