A L I bara 2016 keessa Itoophiyaan Rifoormii Maakiroo Ikonoomii ilaachisuun jijjiirama guddaa taasifteetti. Sharafa alaa gabaa jirurratti akka hundaa'u gochuu, gabaa daldalata qinxaabootii hanga jimilaatti abbootii qabeenyaa biyya alaaf banaa gochuu kanneen jedhaman warra ijoodha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/j1IFNl6
Ajajaan waraana Itoophiyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa Mariin ‘durii qabee diina Itoophiyaati’’ jechuun waaman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0iyxNWm
Ministirrii Muummee Abiyi Ahimad Itoophiyaan birmadummaa ishee mariif hin dhiyeessitu jedhan. Dubbiin bulchaa Itoophiyaa kuni yerootti Gaanfa Afrikaatti muddamni hammaatee jirutti dhagahame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aRuIkvh
Pirezidantiin US Joo Baayidan waraana Kaaba Itoophiyaan walqabatee aangawoota qoqqobuuf Ajaja Pirezidantii baasan waggaa tokkoof akka dheeratu murteessan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/40o2EBA
Sittiinaa Abbaaduulaa artistii gameettii aadaa Oromoo Jimmaa weelluudhaan beeksistedha. Wellistuun kun waggoota dheeraaf dagatamtee turtus, Jimmi yeroo ka’u welluunshee biraa hafee hin beeku jedhama.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/s6huK9H
Itoophiyaan Paaraalmpikii Paaris irratti seenaa keessatti qabxii isa guddaa galmeessite. Haa ta'u malee, atileetonni dorgoman deeggarsa gahaa malee fiigaa akka jiran himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3LvbrmU
Itoophiyaan Paaraalmpikii Paaris irratti seenaa keessatti qabxii isa guddaa galmeessite. Haa ta'u malee, atileetonni dorgoman deeggarsa gahaa malee fiigaa akka jiran himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3LvbrmU
Yeroo muraasa booda hattuun biskileetii elektirikiirra ture bilbila harka Akaraa irra bute miliqa. Duubaa fiiguus qaqqabee bilbila isaa qabachuu hin dandeenye ture. Innis akkataa itti bilbila isaa hordofuun bilbilli Londanitti harkaa butame akkamitti akka Chaayinaa qaqqabe BBC'tti himeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/s3DTcEh
Fooliin afaanii badaan dhibee garaachaa fi sirna marsaa dhiigaa, akkasumas rakkoo saayinisii akeekuu danda’a.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mDtjEnu
Kora Chaayinaa fi Afrikaa magaalaa Beejiing keessatti gaggeeffamuuf dureewwan biyyoota Afrikaa hedduun gara Chaayinaa imalaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hEYK3HA
Festivaalli kuni sadarkaa Oromiyaatti Finfinneetti yoo kabajamu kan baranaa kuni marsaa 6ffadha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pQOPX46
Bulchiinsi magaalichaa bara kana keessa qofa yakkawwan nama butuu 60 ol raawwatamuu isaanii beeksiseera. Yakkawwan kunneen warra poolisiitti gabaafaman qofaa waan ta’eef lakkoofsi isaa kana caalaa akka danda’u tilmaamama.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5JoKRkV
Seenaa Uraaguwaay keessatti taphataa beekamaa kan ta'e Suwaareez, bara 2011 biyyisaa waancaa Koppaa Ameerikaa akka injifattu ga'ee olaanaa gumaache.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Kg41Ocs
Itoophiyaafi Masrii gidduu duruu sababa Hidha Haaromsaan muddamatu jira. Booda kanammoo Masriin ollaa Itoophiyaatti meeshaa waraanaa erguun dubbicha hammesseera. Gama waraanaan biyyoonni lamaan yeroo wal bira qabaman maal fakkaatu?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2gfWEeU
Naannoo Amaaraa Magaala Gondariitti daa'imti waggaa lamaa erga butamtee fudhatamteen booda Wiixata kaleessa Fulbaana 2, 2024 ajjeeffamuun dallaa mana jireenyaa warrashee keessatti gatamte argamte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HyxGKQz
Deeffuu fi dhuufuun qilleensa gara keessatti fudhannu, dhugaatii dhugnuu fi baakteeriyaa qaama sirna bullaa’insa soorataa keenya keessa jiranirraa maddu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9zlGnm6
Waligaltee waraanaa Masiriifi Somaaliyaan dhiyeenya taasisan hordofee xiyyaarri waraanaa Masirii lama qondaalota waraanaafi meeshaalee waraanaa qabatee magaalaa guddoo Somaaliyaa, Moqaadishoo qubachuun gabaafamaa ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uA9Nt5P
Pirofeesar Andiriyaas Isheetee siyaasa Itoophiyaa ammayyaafi hayyuulee biratti maqaa haalaan beekamudha. Garuu hayyuun kuni eenyudha?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fALQinW
Toorri Addunyaa Haaraan (New World Order) erga waraana ololaatiin asitti haala kanan dura argamee hin beekneen yaaddoo keessa jiraachuu hoggantoonni tajaajila tikaa UK fi Ameerikaa akeekkachiisan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/oyS8PwE
Dargaggeessa abdii kutannaa hamaa keessa turedha. Du’eera jedhamees mana yaalaatii awwaalchaaf baafamee ture. Har’a garuu kitaabota hedduu barreessuufi hiikuun dhaloota qaraa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wi9ZGzX
Qondaaltonni Adda Bilisummaa Oromoo torba ajaja mana murtii malee waggoota afran darban mana hidhaa turan wabiidhaan gadhiifaman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ldEPuKY
Dubartiin lammuumma Turkii fi Ameerikaa Jimaata darbe Westi Baankitti ajjeefamte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nAflbgx
Shinooyyeefi Goobeen ayyaana waggaa waggaan shamarraniifi dargaggoonni hawwiin eeggatanidha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LxAR8mc
Pirofeesar Andiriyaas Isheetee siyaasa Itoophiyaa ammayyaafi hayyuulee biratti maqaa haalaan beekamudha. Garuu hayyuun kuni eenyudha?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OqVvM3e
Qondaalonni ABO kunneen himata garaa garaa irratti dhiyaaterraa manni murtii bilisa godhus waggoota arfan darban murtii seeraa malee mana hidhaa turuusaanii abukaatotaafi dhaaba ABO dubbisuun BBCn gabaasaa ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FmhI2Po
Waligaltee waraanaa Masiriifi Somaaliyaan dhiyeenya taasisan hordofee xiyyaarri waraanaa Masirii lama qondaalota waraanaafi meeshaalee waraanaa qabatee magaalaa guddoo Somaaliyaa, Moqaadishoo qubachuun gabaafamaa ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dXhx7wV
Seenaa Uraaguwaay keessatti taphataa beekamaa kan ta'e Suwaareez, bara 2011 biyyisaa waancaa Koppaa Ameerikaa akka injifattu ga'ee olaanaa gumaache.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Kg41Ocs
Hoggantoota Adda Bilisummaa Oromoo waggootaaf mana hidhaa turan gadhiisuuf guyyaa har’aa adeemsi akka eegale BBC’n maddeen irraa odeeffate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eugVsZh
Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii gara Ertiraatti taasisu adda kutuuf sababoota isa dirqe keessaa tokko maallaqa biyyattii keessaa qabu akka hin sochoosne dhorkamuu isaa akka ta’e ifa godhe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iOp2YTl
Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Daarimuu Ganda Beenaa 3ffaa jedhamutti himatamaan Ahimad Usmaan jedhamu ajjeechaa gara jabinaa maatii isaarratti raawwateen hidhaan adabame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nPyU9MS