Ministirri Dhimma Alaafi Hogganaan Tajaajila Tikaa Masrii Asmaraatti ergaa Pirezidant Al-Siisii Pirezidantii Ertiraa Isaayyaas Afawarqiitti ergan kennuun mari’achuun isaanii gabaafame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/l35oCxm
Dhukkubni sochii (motion sickness) kunis kan uumamu yeroo sammuu namaa dhaamsa wal faallessu argatu jedhu qorattoonni.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7Co2Inb
Mootummaan Ameerikaa doolaara biliyoona 1.3 tahu humna waraanaa masirii jabeessuuf kennuuf waliigaluu ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1kON5vi
Itoophiyaatti daawwannaa hojii taasisaa kan turan Gaanfa Afrikaatti ergamaan addaa US Ambaasaaddar Maayik Hamar, waldhibdeen TPLF gidduutti dhalate karaa mariin akka furmaata argachuu qabu waamicha dhiheessan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DY2ctG6
Kiristaanoo Ronaaldoo akkaawuntiiwwan miidiyaa hawaasaa adda addaa isaa irratti hordoftoota waliigalaa biiliyoona tokko argachuunriikardii olaanaa qabate. Kanaanis nama jalqabaa hordoftoota lakkoofsa olaalaa argate isa taasiseera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TvyozPd
Ministirri Mummee Itoophiyaa Abiy Ahimad ergaa ALI jalqaba bara 2016tti dabarsaniin, ''Bara dhufaatti qormaatoonni keenya hir'atanii, tokkummaan sabdaneessuummaa biyyaaleessaa keenya almaazii caalaa cimee, nageenyaafi tasgabbii Itoophiyaa bu'uura cimaa irratti cimsina'' kan jedhu ture. Taateewwan siyaasaa ijoo akkasiin qixeessineerra.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/StlTLUI
Shamarreen qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qabxii olaanaa galmeessite doktara ta'ee dhibee yaalurra, saayinsii nyaataa qorattee dhibee ittisuu akka feetu himte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zQGoU8L
Chaayinaan bara 1950 ykn waggaa 70 booda yeroo jalqabaatiif umurii sooramni itti bahamu suuta suutaan dabaluuf ta'u ibsite.Biyyattiin murte kanarra kan geesse, ummanni biyyattii umuriin jaaran baayyachuufi bajanni soramaa hir'ataa dhufuusaatti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gJXOIE6
Mootummaan Ameerikaa doolaara biliyoona 1.3 tahu humna waraanaa masirii jabeessuuf kennuuf waliigaluu ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/L24BoMm
Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin Moskoon misaa’ela warra Lixaa gara Raashiyaatti dhukaafamu akka hammeenya waraanaa hamaa ta’etti akka ilaaltu ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MldxV3L
US fi UKn misaa’ela fageenya dheeraa Yukireen akka Raashiyaa keessatti bakka irratti xiyyyeeffatterratti akka hin fayyadamneef dhorkanii ture guyyoota muraasa keessatti kaasuuf akka qophaa’an agarsiiftuun ciccimoon mul’itaa jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/D82BqZP
Kiristaanoo Roonaaldoo leenjisaa kileba isaa duraanii Maanchister Yuunaayitid Erik Ten Haag qeequun kilebichi bifa haaraan irra deebiin ijaaramuu qaba jedhe.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/o5GIRTk
Itoophiyaan hanga yoonaa ifatti affeerraa Jibuutiin buufatawwan doonii qabdu keessaa Taajuraa akka bulchitu dhiheessiteerratti ifatti homaa hin dubbanne.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pGEPnrh
Ameerikaanonni Sadaasa keessa pirezidantii US itti aanu filachuuf sagalee kennu. Filannoon Ameerikaa dhimma lammileen Ameerikaa qofa miti, addunyaanillee itti dhiyeenyaan kan hordoftudha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kaft1Tc
Hanga gaafa Waxabajji 27tti dorgommiin pirezidantummaa Ameerikaa kaadhimamtoota bara 2020 wal dorgoman – pirezidantii US yeroo ammaa Joo Baayidan fi pirezidantii duraanii US Donaald Tiraamp gidduutti jedhamee ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bhLxISG
Seera haaraa dubartoonni akka bakkeetti sagalee olkaasanii hin dubbanne dhorku kana kan labse hoogganaa olaanaa Taalibaan Hayibatullaa Akundzaadaadha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Vhoxw27
Somaaliilaandi Waliigalteen Wal Hubannoo Itoophiyaa waliin Amajji 1 bara 2024 mallatteesite hojiirra ooluu Hawwaasa dippilomaatii Hargeessaa jiruuf ibsite.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eJF70Pj
Lagi Naayil gaarreen Itoophiyaa fi Yugaandaa irraa ka'uun Sudaanitti erga walga'ee booda Nuubiyaa keessa darbee Masrii seenuun gama Aleksaandariyaan galaana Meediteraaniyaaniitti seena.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QrgpeWx
Doonaald Tiraamp baqattoota magaalaa xiqqoo Ohaayoo keessatti bineensota manaa kanneen akka saree fi adurree soorataa jiru jedheen jumlaan ari'uuf dhaadate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BOf84L6
Itoophiyaan hanga yoonaa ifatti affeerraa Jibuutiin buufatawwan doonii qabdu keessaa Taajuraa akka bulchitu dhiheessiteerratti homaa hin dubbanne. Jibuutiin amma maaliif dubbatte? Itoophiyaanoo maal callifte?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/enEz0Ct
Weellisaa warri Afaan Oromoo hin beeknellee dhaggeeffachuu jaallatanidha. Sagaleen isaas irraa kan hin dabarreefi yeroo hunda kan gurratti toludha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UI5fFMr
Arsenaal Dekilaan Raayis fi Maartiin Odegaard malee gara Tootenhaam deemuun morkata. Haata’u malee, taphattoonni lamaan dhibuun Darbii Landon kaabaarrratti dhiibbaa inni qabaatu maal ta’a laata?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kH6NRga
Kongireessiin Ameerikaa filannoo pirezidaantii baatii Guraandhalaa dhufaa keessa gaggeeffamu irratti, nama injifate yeroo mirkaneessu tikka nageenya kanaan dura hin baramneefi kan sadarkaa tapha Olompikii fi walga’ii hoggantoota addunyaa akka wyaa'ii Naatoo fakkaatu qabaacchu danda'a jedhame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m7UORi5
Lagi Naayil gaarreen Itoophiyaa fi Yugaandaa irraa ka'uun Sudaanitti erga walga'ee booda Nuubiyaa keessa darbee Masrii seenuun gama Aleksaandariyaan galaana Meediteraaniyaaniitti seena.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eFwimcn
Biyyoota baay’ee keessatti dubartoonniifi shamarran adda durummaan bishaan waraabuuf itti gaafatamummaa qabu. Kanneen bishaan barbaacha daandii dheeraa imalanis qodaan bishaan itti baatan, jarikaannii ykn ubboon sa'aatiiwwaniif dugdarra tura.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jEOI5gi
Mootiin erga humnoota nageenyaa Dargiin aangoorraa fonqolchamee waggoota 50 ta’eera.ALI Fulbaana 2 bara 1967 miseensonni loltoota Dargii mootii Itoophiyaa waggoota 44’f bulchan aangoorraa buusuu ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zAL2HxT
Pirezidantii Koree Olompikii Itoophiyaa Dr Ashabbir W/Giyoorgis dabalatee hoggantoonni Koree Olompikii Itoophiyaa daddabrsa seeraan alaafi kaanin himanni irratti baname.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yB7DzfC
Ameerikaanonni Sadaasa keessa pirezidantii US itti aanu filachuuf sagalee kennu. Filannoon Ameerikaa dhimma lammileen Ameerikaa qofa miti, addunyaanillee itti dhiyeenyaan kan hordoftudha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kaft1Tc
Somaaliilaandi Waliigalteen Wal Hubannoo Itoophiyaa waliin Amajji 1 bara 2024 mallatteesite hojiirra ooluu Hawwaasa dippilomaatii Hargeessaa jiruuf ibsite.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DzQMVcn