Daandii Qilleensa Iskaandeeviyaa (SAS) xiyyaarri isaa tokko osoo balaliinsarra jiruu sababii hantuutaatiin buufata xiyyaaraa biyya biraa keessa hatattamaan qubachuuf dirqamuu beeksiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bFLZhBt
Arsenaal bara dorgommii kanatti taphattoota haaraas dabaluun bakka qaawwaa qabu cufatee waancaaf dorgomaa cimaa taha tilmaamni jedhu kennameeraaf. maan Siitii injifachuuf bor Arsenaal wan danda'u hundaa ni godha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/woVUYPH
Loltuun US daangaa Kooriyaa Kaabaa seene gantummaan himatameera. Tiraavis King bara darbe loltoota US Kooriyaa Kibbaa irraa jiran keessaa miliquun daangaa Kooriyaa Kaabaa seene.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dmSLYHb
Magaala Maqiitti dhalatee kan guddate Nagawoo Jimaa dheerina meetira lamaa fi seentimeetira 25 qabaachuun Itoophiyaa keessatti abbaa rikardii dheerinaati. Innis dheerinnisaa ammaan tana faayidaa isaaf argamsiisuu jalqabuu BBCtti hime.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ncYRIw0
Meeshaan waraanaa Itoophiyaarraa gara bulchiinsa Somaaliyaa kan taate Puuntlaanditti ergamaa jira jiru akka ishee yaaddesse Somaaliyaan beeksifte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6abSIC5
Baankiin giddu galeessaa Ameerikaa waggoota afur booda yeroo jalqabaaf tibba kana dhala liqaa hir’isera. Kunis jiraattota biyyattiif bu'aa qaba.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uWyC3Ho
Ateetee Ayyaana Hawwootaa mata duree jedhuun fiilmiin bifa dokumantariin hojjetame Roobii (Fulbaana 18, 2024) magaalaa Finfinnee Hoteela Sharaatan keessatti eebbifamee agarsiisaaf dhihaateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UXMZK5H
Arsenaal dorgommii Shaampiyoonsi Liigii bifa haaraan eegale Atalaantaa waliin taphatee qabxii qooddate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Skex83G
Dhimmi atileetiksii Itoophiyaa ijoo dubbii miidiyaafi dhimma biyyaalessaa ta’urra darbee yeroo duraaf fakkaatuun mana murtii gahe ilaalamuu itti fufeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dYGZprE
Dhimmi atileetiksii Itoophiyaa ijoo dubbii miidiyaafi dhimma biyyaalessaa ta’urra darbee yeroo duraaf fakkaatuun mana murtii gahe ilaalamuu itti fufeera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dYGZprE
Baha Itoophiyaatti kan argam Naannoo Somaalee, godina Doolloo magaala Waardeer keessatti haleellaa hidhattoonni masijiida keessatti raawwataniin namoonni jaha ajjeeffamusaanii jaarsooliifi jiraattoonni naannichaa BBC Somaaleetti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/N8bMcXa
Somaalilaand iddoo lammiileen Itoophiyaa hedduun itti baqatan yoo taatu, erga dhibdeen sababa waliigaltee Itoophiyaa fi Somaalilaand mudate hammaatee garuu haalli daran geeddaramuu jiraattonni BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LlXSHWp
Guutummaa Libaanos keessatti raadiyoon qunnamtii miseensonni Hezbollaa qabatan al tokkotti dhodhohuun namoota heddu yoo ajjeesu miseensonni Hezbollaa kumaan lakkaa'aman irra miidhan gaheera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4DcJOFT
Itoophiyaatti waggoota sadan darban keessa barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa qabxii seensa yuunvarsiitii kan argatan %5 gadi.Bara 2023 barattoota qoraman keessaa qabxii seensa yuunvarsiitii [% 50 ol] kan argatan %3.3 qofa ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZK9s4PN
Tokkummaa fi birmadummaa biyya Somaaliyaa akka kabajamu gochuun yoomiyyuu ejjennoo isaa ta'uu jaarmiyaan Tumsa Misoomaa Biyyoota Baha Afrikaa (IGAD) ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PYeuAQD
Turki waggoota kudhanii oliif nageenyi fi tasgabbiin Somaaliyaa akka mirkanaa'u akkasumas biyyi Gaanfa Afrikaa kun shororkeessummaa akka qolattuuf deeggaraa turteetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gJbHuE9
Israa'el haleellaa qilleensarraan Beerut keessatti qondaala waraanaa olaanaa Hezbollaa Ibiraahim Aqil ajjeesuu beeksifte.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HA1uEkp
Tarkaanfii ija jabinaa fudhatameen, raadiyoo fi meeshaaleen qunnamtii gara biraa miseensonni Hezbollaa itti fayyadaman gara meeshaalee harkaa dhoo’uutti jijjiiraman. Meeshaaleen kunneenis hordoffii sadarkaa olaanaa Israa'el jalaa miliquudhaaf akka mala nageenya qabuutti kan yaadaman yoo ta'u, garuu harka fayyadamtoota isaaniitti dhoosuun namoota hedduu ajjeesauun kanneen kuma hedduu ta'an madeessan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8xArdSl
Mucaan umuriinshe kan ganna afur Saandiyaa, gaafa Hagayya 17 galgala keessa kutaa biyya Hindii Uttaar Piraadesh keessatti, mana maatiisaanii dhoqqee irraa ijaarame ala rafaa osoo jirtuu akka tasaa ibsaa bade. Naannichis battalumatti dukkanaan golgalme.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MuNvIT6
Kilaboonni kunneen lamaan bara darbe keessa kokkee walqabaa turanii dhumarratti Maanchester Siitiin qabxii lama qofaan caalee shaampiyoonaa ta’uun isaa ni yaadatama. Akkas ta’ee garuu tapha si’a lama waliin taphataniin tokko wal qixa bahanii tokko ammoo Arsenaal mo’atee ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QZHPhST
Israa'elii fi Hezboollaan gara waraana hamaatti galuu malu sodaan jedhu dabalaa jira. Israa'el waraana kanaaf of qopheesiteetti jedhu xiinxaltoonni. Hezbollaan deebii akkamii kenna?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GnmKxdT
Arsenaal dorgommii Shaampiyoonsi Liigii bifa haaraan eegale Atalaantaa waliin taphatee qabxii qooddate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Skex83G
Waldhabdee Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti mudate mariidhaan furuuf jaarsummaadhaan gidduu seentee mariisisaa kan jirtu Turkiin kanaan dura yeroo lamaaf mariisisteetti.Amma ammoo biyyoota lameen addatti mariisisuun marii marsaa sadaffaa itti fufuuf jetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Zm5ka7A
“Yeroo ammaa tooftaan waraanaa saffisaan jijjiiramee jira. Yoo balaa dhufuuf ittan gaafatama jettee yaadde, 'batanii' tokko cuqaasudhaan yeroo gabaabaa keessatti biyyoonni akka jilbeenfatan gochuun ni danda'ama."
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lB0cQgn
Lamichi lammii Israa’el ta’e tokko shira Iraan Ministira Muummee Israa’el Benjaamiin Netaaniyaahuu fi aanga’oota olaanoo biroo ajjeesuudhaaf xaxaa turte keessatti hirmaate jedhame tokko to’annoo jala oolfamuu waajirri nageenyaa Israa’el beeksise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gyxQSsD
Siyaasa Itoophiyaa keessa waggoota hedduuf kan turan Piroofesar Bayyanaa Pheexiroos boqochuu jalqaba miidiyaa hawaasaa isaaniirratti kan ibsan Ministira Muummee Abiy Ahmad.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/a1koRmD
Addi Bilisa Baasaa Ogaadeen mootummaan Itoophiyaa waliigaltee nagaa bara 2018 mallatteessuun biyyatti akka deebinu tahe 'cabseera'' jechuun komate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/u5Sbv4y
Dhiyeenya kana dubbii aanga’oonni Somaaliyaafi Itoophiyaa walitti deebisan cimaa dhufeera. Kun ammoo walitti bu’iinsa kallattiin ykn karaa biraatiin gaggeeffamu kaasa soda jedhu uumeera. Akkas taanaan humnoota Masiriifi Itoophiyaa Somaaliyaa keessa buufatan gidduutti walitti bu’insi kallattiin akka jiraatu gochuu keessatti carraa olaanaa qabaata jedhamee sodaatama.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9JMl61D
Dhohinsi marsaa lammataa Libaanoon keessatti Roobii kaleessaa kan dhaga’ame wayita namoonni baay’een guutuu Libaanos keessatti sirna awwaalchaa namoota dhohinsa meeshaan qunnamtii (peejiroonni)n ajjeefaman gaggeessuuf walitti qabamaniitti ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wdLGFpT
Dhohiinsa meeshaalee quunnamtii battala tokkotti kutaalee Libaanus hunda keessatti mudateen yoo xiqqaate namoonni sagal yoo du'an, kanneen madaa'an 2,800 keessaa hedduun fayyaansaanii yaaddoo keessa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/c5RAyDO