bbc_afaan_oromoo | Unsorted

Telegram-канал bbc_afaan_oromoo - BBC Afaan Oromoo Official

129947

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

Subscribe to a channel

BBC Afaan Oromoo Official

Pirezidantiin Masrii Abduul Fattaah Al-Siisiin waliigaltee Soomaliyaa fi Itoophiyaa jidduutti taasisamee ''itti dhiheenyaan hordofaa akka jiran'' dubbatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/AOavnKS

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Gareen saamtotaa (haakarootaa) tumsa mootummaa Chaayinaan socho'uun ergama raawwatan sirna Biiroo Maallaqaa US cabsanii seenuun, iddoowwan ragaan hojjettootaa taa'uu fi ragaawwan icciitii argachuu qondaalonni Ameerikaa himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5qhVBzn

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Aanga'oonni Kooriyaa Kibbaa balaa xiyyaaraa biyyattii Dilbata darbe mudateen lubbuun namoota 179 erga darbe booda, qorannoon nageenyaa hatattamaa gaggeessaa jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BuZPYGX

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dureewwan Afrikaa bara 2024 qabeenya guddaa horatan keessaa tokko Itoophiyaa keessatti invastimantiirratti bobba'aniiru

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QWUgD3q

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii, Ergama Ce'umsa Somaaliyaa Gamtaa Afrikaa (ATMIS)n bakka bu'urratti sagalee kannuuf walitti qabameera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/oVLCtOa

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Meeshaan waraanaa humnoota alaatiin Somaaliyaatti fe’amu rakkoo nageenyaa duraanuu gaarii hin turre daran hammeessuun meeshaaleen kunneen shororkeessitoota harka gala jechuun yaaddoo qaban ibsan ministirri dhimma alaa Itoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Asqesillaasee.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nF3Tox7

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Oduu deeggartoonni Maanchister Siitii hundi dhagahuu hin barbaanne tahus, Roodiriin miidhamaan yeroo dheeraaf dirree irraa fagaachuun isaa waan oolu miti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qJfCHti

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Uffanni Iyyesuus Kirsitoota erga fanniifamee du’een booda akka ittiin kafaname ta’eetti amanamu Xaaliyaan keessatti argama.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wFrxs5o

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Paakistaanitti haleellaan boombii konkolaataa jila dippilomaatotaa kan ambaasadarri Itoophiyaa keessa jiru irratti qiyyeefachuun raawwate lubbuu poolisii tokkoo galaafate.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KUmeL1a

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Taphni Maan Siitii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffame qixa 2-2 xumurame. Tiroosaad kaardii diimaan dirreetii bahe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TDPvzuC

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Filannoo pirezidantummaaf ji’oonni afur wayita hafutti pirezidaantii ittaantuu Ameerikaa kan ta'an Kaamlaa Haaris aangoo bakka rakkisaa ta'etti of argan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hj3xeHn

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Gootota qabsoo Oromoo bu’uressuutii hanga Jeneraal Taaddasaa Birruu waliin ajjeefamutti kanneen dhalootaaf aarsaa kanfalanii darban keessaa tokko Koloneel Hayiluu Raggasaa Hundeeti. Ofii attamiin yaadaamu?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8kyxSIC

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dhiyeenya kana dubbii aanga’oonni Somaaliyaafi Itoophiyaa walitti deebisan cimaa dhufeera. Kun ammoo walitti bu’iinsa kallattiin ykn karaa biraatiin gaggeeffamu kaasa soda jedhu uumeera. Akkas taanaan humnoota Masiriifi Itoophiyaa Somaaliyaa keessa buufatan gidduutti walitti bu’insi kallattiin akka jiraatu gochuu keessatti carraa olaanaa qabaata jedhamee sodaatama.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xSuCYI4

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa dhaabbata Ivantii fi Piromooshinii Hageree waliin agarsiisafii baazaarii guyyoota torbaaf turu qopheessuusaa beeksise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7vz56i4

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Caaseffama bulchiinsa haaraa mootummaan naannoo Oromiyaa Godinaalee irratti Gurraandhala ALI bara 2015 keessa taasiseen, Aanaan Gooroo Doolaa Godina akka haaraatti hundeeffame Boorana Bahaa jalatti akka bulu kan jedhu ture.Caaseffama bulchiinsa haaraa mootummaan naannoo Oromiyaa Godinaalee irratti Gurraandhala ALI bara 2015 keessa taasiseen, Aanaan Gooroo Doolaa Godina akka haaraatti hundeeffame Boorana Bahaa jalatti akka bulu kan jedhu ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2RrAkgq

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Kanaan dura yakka kanaaf saaxilamtoota kan turan gaheessoota ta'usaanii amma garuu ol adeemtota ta’u dubbatu ogeessi BBC’n dubbise.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Lbwpxoq

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Ji'a Fulbaanaa darbe irraa eegaluun kirkirri lafaa sadarkaa adda addaa qabu naannawa gaara Fantaallee fi Affaarittii mudachuun ta'ii irra deddeebiin gabaafamaa turedha. Kun hangam yaaddeessaa laata?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/oceZWRf

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Lamummaa biyyoota lamaa yeroo tokkotti (dual citizenship) qabaachuu dhimma ilaallaturratti biyyoonni seera addatti qabu.Biyyoonni Afrikaa lammummaa biyyoota lamaa yeroo tokkoti qabaachuu hin eeyyamne argaman gaditti tarreeffamaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ebxlDJI

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dr Kumalee Tolasaan yaala ijaatiin ogeetti maqaa gaarii horattedha. Yeroo ammaa Yunivarsiitii Jimmaatti sabispeeshaalistii yaala ijaa daa'immaniiti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/oIHi7FQ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Aangawoonni Itoophiyaafi kaan hedduun du'a lammiilee kanaan gadda isaanii ibsaa jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YP3J7SH

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Oduu deeggartoonni Maanchister Siitii hundi dhagahuu hin barbaanne tahus, Roodiriin miidhamaan yeroo dheeraaf dirree irraa fagaachuun isaa waan oolu miti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qJfCHti

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Yunaayitid Arab Emireetis (UAE)n waggoota kudhan darbe keessa fedhii dinagdeefi dhiibbaa qaxanaa san akeessatti qabdu jabeeffachuuf qabduun, Afrikaa keessatti biyya gahee guddaa taphattu taatee as bahaa jirti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DNLE4wf

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Somaaliyaan meeshaalee waraanaa gurguddoo garagaraa Masirii irraa akka argatteefi dabalataanis yeroo itti aanu eeggacha jiraachuu aanga’aan Somaaliyaa tokko mirkaneessan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PtxIkOb

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Taphni Maan Siitii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffame qixa 2-2 xumurame. Tiroosaad kaardii diimaan dirreetii bahe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TDPvzuC

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dhabbata basaasaa Ameerikaatti aanuun Addunyaa irraa sadarkaa 2ffaa irratti kan argamuu fi shiraa nama dhuunfaa irraa hanga biyyotatti kan duuba jiru Mossad

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SyBidru

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Addunyaan guddina teeknooloojiin fiixeerra ga'uun yeroo ammaa hooggansi nam-tolchee kan teeknooloojii hubannoo nam-tolchee (AI)n hojjetu eegalameera. Garuu bu'a qabeessummaan hooggansa AI ogeeyyii teeknooloojii gidduutti falmii kaaseera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PtsLreN

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Israa'el fi Hezboollaan Dilbata haleellaa daangaa ce'uun raawwatan akka cimsanii itti fufan yeroo dhaadachaa jiranitti addunyaan waraana guutuu ta'etti akka hin seenne gaafachaa jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/eRjN9SF

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dhiyeenya kana dubbii aanga’oonni Somaaliyaafi Itoophiyaa walitti deebisan cimaa dhufeera. Kun ammoo walitti bu’iinsa kallattiin ykn karaa biraatiin gaggeeffamu kaasa soda jedhu uumeera. Akkas taanaan humnoota Masiriifi Itoophiyaa Somaaliyaa keessa buufatan gidduutti walitti bu’insi kallattiin akka jiraatu gochuu keessatti carraa olaanaa qabaata jedhamee sodaatama.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xSuCYI4

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Humnoonni waraanaa Israa’el Waajjira Tamsaasa oduu Al Jazeera Raamallah, Weest Baank bakka humnaan qabatan keessa jiru weeraran. Humni Israa'el kun waajirri Al Jazeeraa kun yoo xiqqaate guyyoota 45f akka cufamu ajajeera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GCaMHIZ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Buna dhuguu yoo yaaddanna jalqaba dhandahama bunaa immoo urgaa wayita ijji bunaa akkaawwamutu fuldura keessan dhufa? Bunni ija bunaa malee qophaa'uun gabaarratti dhiyaachaa jiraachu beektuu? Kunoo dubbiifdhaa waan gabaastuun BBC dhandhamchuun gabaafte kana.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WVMauUk

Читать полностью…
Subscribe to a channel