bbc_afaan_oromoo | Unsorted

Telegram-канал bbc_afaan_oromoo - BBC Afaan Oromoo Official

129947

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

Subscribe to a channel

BBC Afaan Oromoo Official

Torbee 20ffaan dorgommii Piriimer Liigii Ingilaand kan bara dorgommii kanaa (2024-25) dhufeera. Taphi Liivarpuul fi Maanchistar Yunaayitid kanneen eegaman keessaati.Tapha duraarratti goolii malee walgadhiisan. Sun Yunaayitidiif carraa guddaa ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TGEBja6

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Haa ta'u malee, Itoophiyaan waraana hangamii akka hirmaachistus ta'e dhimmoota dabalataarratti wanti ifatti dubbatame hin jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZYmdKHh

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Gareen saamtotaa (haakarootaa) tumsa mootummaa Chaayinaan socho'uun ergama raawwatan sirna Biiroo Maallaqaa US cabsanii seenuun, iddoowwan ragaan hojjettootaa taa'uu fi ragaawwan icciitii argachuu qondaalonni Ameerikaa himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3oxuYz8

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Kitaabni aadaa Ulmaa jedhamuufi Saamraawit Girmaa barreessite kuni Sambata darbe magaalaa Finfinnee, Giddugala Aadaa Oromootti eebbifameera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lFXizHf

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Ministiirri Ittisaa Itoophiaa Ayishaa Mohaammad Kamisa har'aa Somaaliyaa galuu Rooyitars gabaase.Ministira deetaa hajaa alaa Somaaliyaa, Alii Omaar eeruun Rooyitars akka gabaasetti Ministiirri Ittisaa Itoophiyaa Moqaadishoo galaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XNpsrM3

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Guyyaa ayyaana bara haaraa ganama Ameerikaa magaalaa kibba biyyatti Orliyaansitti namichi bakka namoonni heddu walitti qabamanitti konkolaataa irra baasuun namoonni 15 ajjeeffamanii yoo xiqqaate 35 kan ta'an madaa'uu qondaaltonni himaniiru. Ofii eenyuudha inni?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gZs5oct

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Dhaabbilee magaalaa Finfinneetti argaman 20,000 keessaa ulaagaa balaa dandamachuu kan danda'an 42 qofaa akka ta'an Komishiniin Hoggansa Hojii Balaa fi Sodaa Ibiddaa Finfinnee ibse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tC81row

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Waldaan Misooma Oromiyaa (WMO) kan ALI bara 1985 kufaatii sirna Dargii booda hundeeffame, amma maal irratti argama?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aIWZpk6

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Ji'a Fulbaanaa darbe irraa eegaluun kirkirri lafaa sadarkaa adda addaa qabu naannawa gaara Fantaallee fi Affaarittii mudachuun ta'ii irra deddeebiin gabaafamaa turedha. Kun hangam yaaddeessaa laata?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/l8oLrdN

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Akka maatiifi abbaan alangaa BBCtti himanitti, namni kuni erga ajjeechaa raawwatan booda boolla qootanii awwaaluun dhoksaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4BxgfEd

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Kilaboota Ingilaandiif gabaan jijjiirraa taphattootaa Roobii, Amajjii 1 eegaleera. Kan xumuramu Guraandhala 3, guyyaa Wiixataati.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/z7ngKNm

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Aangawoonni Itoophiyaafi kaan hedduun du'a lammiilee kanaan gadda isaanii ibsaa jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/19Z4MTY

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Biyyoonni Addunyaa dhufaatii Bara Haaraa 2025 dhukaasaa fi agarsiisa richiitiin dabaaluun haala adda addaatiin simatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mMHIcqx

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Namoonni bara 1995 waa'ee bara 2025 waan raagan keessaa hangamtu dhugoome?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9AjJCcg

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Manchestar Yunaayitid Pirimerliigii keessaa kan gadi bu'ee beeku waggaa 50 dura ture. Bara 1973/74 ture dorgommii Pirimerliigii keessaa gara Shaampiyoon Shiippiitti kan gadi bu'e ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zNKH02W

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Taateen amma mudate kuni abiddi lafa keessaa bahaa waan jiruuf jiraattota naannichaa irratti yaaddoo fi rifaatuu guddaa akka uume jiraataan BBC'n dubbise himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9TivWAs

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Zaambiyaatti poolisiin dhugee machaa'uun shakkamtoota 13 mana hidhaatii gadhiise hidhame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NZURFvi

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Rakkoo amma atileetiksii keessa jiru nama hubatudha. Innuu yeroo dubbatu ''waa baay'ee keessasaa nan beeka'' jechuun dubbata.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xlthj5k

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

"Haalli jiru saffisaan jijjiiramaa jira. Guyyaa guyyaan adda waraanaa hundumaatti sochiin jira," jedhan Pirezidantiin Raashiyaa waa’ee waraana Yukireen yoo dubbatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/368gIKv

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Manni Maree Waliigalaa dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa xalayaa mata duree ''dhiittaa mirgaa sababa amantiin hawaasa muslimaarra ga'aa jiru'' jedhuun barreessee Feesbuukii isaarratti maxxanse keessatti cunqursaa barattoota Tigraay kana balaaleffateera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/S39DBPQ

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Etaan Waneerii jalqabarraa kaasee wayita Bireentiford falmatu kun taphasaa sadaffaadha, kan duraa lameen dorgommii waancaa liigii Awurooppaarratti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/pkx1qls

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Yeroo tokko madda qaroominaa kan turte Sooriyaan yeroo ammaa fakkeenya waraana waliinii ta'uun addunyaarratti maqaanshee ka'a. Eessaa kaatee har'a geesse?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZC9mgpn

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Walitti bu'insi bara 2024 keessa turan waa'ee bara 2025'f maal akeeku laata?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ak2Z1a8

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Biyyi lixa Afrikaa Ayivorii Koost loltoonni Faransaay akka biyyattii gadhiisanii ba'an murteessuu ibsite.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9FkDotj

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Kilaboota Ingilaandiif gabaan jijjiirraa taphattootaa Roobii, Amajjii 1 eegaleera. Kan xumuramu Guraandhala 3, guyyaa Wiixataati.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/z7ngKNm

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Xalayaan kuni waggoota 46 dura yeroo hariiroon Itoophiyaafi Ameerikaa dhibdee godhateetti barraa'e.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/B5EQlSq

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Mubaarak Jamaal, 26, barumsa baratuus qormaata waan hin dabarreef of guddisuuf osoo yaaduu 'beeksiifni hojii doolaaraan kanfaltii argamsiisuu' karaa nama beekuun isa bira gahe.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/04hRXwx

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Boca siinii bunaatiin ijaarsi guddaan erga Magaalaa Jimmaatti hojjetamee booda waan hunda caala ija namaa kan qabatu ta'eera. Namoonnis miidiyaalee hawaasaa irrattis qoodaa turaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/IG6YVJc

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Boordichi xalayaa Dhaabbata Bilisummaa Uummata Tigraayiif (TPLF) erguu fuula miidiyaa hawaasaa isaa gubbatti har'a kan beeksise yoo ta'u, TPLF erga ji'ootan dura bifa addaan galmaa'ee as kora waliigalaa gaggeessuf sochii homaatuu taasisaa akka hin jirre ibse.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zwLKAHq

Читать полностью…

BBC Afaan Oromoo Official

Manchestar Yunaayitid Pirimerliigii keessaa kan gadi bu'ee beeku waggaa 50 dura ture. Bara 1973/74 ture dorgommii Pirimerliigii keessaa gara Shaampiyoon Shiippiitti kan gadi bu'e ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zNKH02W

Читать полностью…
Subscribe to a channel