Mootummaan Itoophiyaa ogeeyyii adda addaa iddoowwan balaan kirkira lafaa itti dhagahamee fi saaxilamoo ta'anitti bobbaasuu ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/AynISTt
Maanchester Yunaayitid Dilbata galgala gare dirree Liiverpuul Anfiild deemee 2 fi 2n walqixa bahuun garuu wanti hin eegamiin ta'eera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1iyU6JW
Godina shawaa kaabaa aanaa Yaayyaa Gullalleetti haleellaa hidhattoonni guyyaa Jimaata darbe raawwatan jedhameen hoggantoonni Godinaa sadii fi namoonni biroo waliin turan lama ajjeefaman.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Dp2vLc5
Lammiileen Chaayinaa sadi Baha Rippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo keessatti amoolee warqee 12 fi callaa doolaara kuma 800 (£650,000) waliin to'annoo jala ooluu qondaaltonni himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/j9EVIgk
Ministiirri Ittisaa Itoophiaa Ayishaa Mohaammad Kamisa har'aa Somaaliyaa galuu Rooyitars gabaase.Ministira deetaa hajaa alaa Somaaliyaa, Alii Omaar eeruun Rooyitars akka gabaasetti Ministiirri Ittisaa Itoophiyaa Moqaadishoo galaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DP4kRG0
Manni Maree Waliigalaa dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa xalayaa mata duree ''dhiittaa mirgaa sababa amantiin hawaasa muslimaarra ga'aa jiru'' jedhuun barreessee Feesbuukii isaarratti maxxanse keessatti cunqursaa barattoota Tigraay kana balaaleffateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ArKx2Bl
Hamaas viidiyoo shamarree Israa'el umurii wagga 19 bara darbe butee fudhate baasee maxxanse. Gareen kun kana kan godhe wayita mariin dhukaasa dhaabuufi namoonni butamanii fudhataman haala ittiin gadhiifamanirratti Qaataar keessatti taasifamuutti jiruttidha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cPskGRi
Miseensi mana-maree magaalaa Biraaziil al lammata filamuu dhabde meeshaalee taa'umsa mana fincaaniifi gabatee sibilaa harka irratti dhiqatan fudhattee turte deebisteetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/6bIY8Pj
Leenjisaan Maanchester Yunaayitid Ruuban Amorim taphatgtoonni garee kanaa "muddamaafi soda hamaa keessa jiru" jedhe. Dhugaadha, garee kun gahumsa yeroo kamiyyu gadi bu'aa ta'e keessatti waan argamuuf leenjisaa kanaafis yaaddoo guddaadha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/IRYm15D
Namtichi hospitaala Yunivarsiitii Jimmaa keessatti uffata hakiimaa uffachuudhaan fuullisaa akka hin baramneef maaskii kaawwatee namoota firoota dhukkubsachiisan jalaa qabeenyaa hate hidhaan adabamu poolisiin beeksiise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jehm8L6
🔱 Today’s sponsor - Habesha currency
If you’re looking to invest in cryptocurrencies, here are the best channels to guide you on which coins could make you rich.
Mohaammad Saalaa kontiraata Liivarpuul waliin qabu dheeressuu ilaalchisee jijjiiramni homaatuu akka hin jirre hime. Yeroo dhiiyoottis waanti haaran akka hin jiraanne dubbate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xZVgofK
Chaayinaan biyya barattoonni yuunivarsiitiwwan bebbeekamoo irraa PhD fi digrii lammaffaan eebbifamanii hojiiwwan akka mana qulleessuu, konkolaataa dhiquu kaan fa'aatti bobba'uuf dirqaman taatetti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hcdML1s
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti maatiin ijoolleensaanii bosona jiran hidhaa fi dararaa adda addaaf saaxilamaa jiraachuu firoonni maatii hidhamanii BBC'tti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jaRAcL3
Waggoota 60 booda, addunyaa amma namni tokko giddu galeessaan waggaa 73 ol jiraata, UN akka jedhutti bara 2050tti waggaa 77tti ol guddata.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UMJn7FO
Ministirri Dhimma Alaa Somaaliilaand, Obbo Abdiiraahimaan Daahiin Adan, beekkamtii argachuuf waan dandeenyu hunda ni raawwanna ''garuu ammoo beekkamtii argachuuf jecha gara si'olitti hin imallu. Ummata keenyas hin miinu'' jedhan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XGHWJKC
Yeroo bulchiinsa Hayilasillaasee Itti aanaa ministeera Maallaqaa kan turanii fi bara Obbo Mallas ammoo paarlaamaa keessatti Afaan Oromootiin dubbachuun kan beekaman Obbo Bulchaa Dammaksaa dubaa'an boqatan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vO4hmtD
Kifluu Caalaa jedhama. Godina Wallagga Lixaa Aanaa Laaloo Assabiitti dhalatee guddate. Maatiisaaf ilma hangafa yoo ta'u, obboleeyyan jaha of duubaa qaba.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lH4W5p2
Diraamaan sagalee taatoowwan Hooliiwuud hirmaachisee fi The Abyssinians (Warra Abiisiiniyotaa) jedhu dowwattootaaf dhiyaachu eegale. Diraamichi qaroomina Aksuum durii keessaa isa tokko irratti kan xiyyeeffatudha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/MjSXoyB
Haa ta'u malee, Itoophiyaan waraana hangamii akka hirmaachistus ta'e dhimmoota dabalataarratti wanti ifatti dubbatame hin jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CQILGwZ
Yunaayitid Isteet keessatti waqtii gannaa kanatti cabbiin baayyee hamaa ta’e bu’ee, haalli qilleensaa wagga kudhan keessatti baayyee qorraa ta’e lammilee Ameerikaa qoraa jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/8XWHAMa
Bara Gadaa isaa fuxachaa kan jiru pirezidantiin Ameerikaa Joo Baayiden taphataa kubbaa miilaa Arjentiinaa Liyooneel Mesii fi Hilaarii Kilintaniif badhaasa Medaaliyaa Kabajaa Bilisummaa kennan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TcF7J0E
Ministeerri Hajaa Alaa Ameerikaa biyyattiin karoora meeshaa waraanaa biiliyoona saddeetii Israa'elitti gurguruu akka qabduu Kongireesiitti beeksisuu qondaalli Ameerikaa tokko BBCtti himan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TV7kWSu
Leenjisaan Arsenaal Mikeel Arteettaan tapha Snbata galgala Biraayiten waliin taphaterratti bu'aa argateeen gammadaa hin fakkaatu. Haalli ture " kan bitaa namatti galudha" jedhe Arteettaan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4pJR6sr
Biyyoota seera jaallattoota saala walfakkaataa adabsiisu qaban 64 keessaa walakkaan Afrikaa keessatti argamu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tsIF8fS
Mootummaan Itoophiyaa ogeeyyii adda addaa iddoowwan balaan kirkira lafaa itti dhagahamee fi saaxilamoo ta'anitti bobbaasuu ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/y6WzDsu
Lammiileen biyyoota Afrikaa hundi viizaa malee Gaanaa daawwachuu akka danda'an pirezidantiin biyyattii yeroon aangoosaanii xumuramaa jiru Nana Akufo-Addo ibsan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1ZeHJw7
Doonaald Tiraamp maallaqa kaffalee yakka hojjete ukkaamsuu irratti himanni irratti dhihaate osoo bara haaraa kanatti kakuu seenee hojii pirezidantummaasaa hin eegalin dura akka murtee argatu abbaan seeraa tokko dubbate.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Tcu3gKl
Itoophiyaa keessattu magaalota Oromiyaa tokko tokko keessatti tibba kana sababa hanqina boba'aatiin konkolattoonni hedduun hiriira qabatanii mul'atu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CYLU5cW
Torbee 20ffaan dorgommii Piriimer Liigii Ingilaand kan bara dorgommii kanaa (2024-25) dhufeera. Taphi Liivarpuul fi Maanchistar Yunaayitid kanneen eegaman keessaati.Tapha duraarratti goolii malee walgadhiisan. Sun Yunaayitidiif carraa guddaa ture.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TGEBja6