daandii_marroo | Unsorted

Telegram-канал daandii_marroo - Daandii j/marroo

4579

FILANNOO BOORDI ❌ HIDHANNOO FI BOMBITU ✔ bilisa nu baasa Yeroo toora irratti deebine isiniif baarressina yaada nuuf laachu dandeessu @yaadawbo_bot t.me/share/url?url=t.me/daandii_marroo

Subscribe to a channel

Daandii j/marroo

Gurmuu Hawwisoo WBO Zoonii Lixaa "Ifaa Raggaasaa" ⏮Jaallaankoo⏮ new oromo music 2021.

Читать полностью…

Daandii j/marroo

forwarded from jaal marroo dirribaa Milishaan Naf×anya WBO sakatta'uuf Har'a dachee Taadde Birruu dhufte waan WBO'n godhe dhageessanii?😂

Читать полностью…

Daandii j/marroo


Nuti juuntaa barbaachuuf dhufne!! hhhhh

Jaal marroo

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Milishaan Naf×anya WBO sakatta'uuf Har'a dachee Taadde Birruu dhufte waan WBO'n godhe dhageessanii?😂

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Namoonni yaada nuuf laataa jirtan galanni keessan bilisummaa yaa ta'u 💔💚💔 WBO jabeessaa

Читать полностью…

Daandii j/marroo

**"Nuti oromoof kan nu jaalatufiis ta'ee kan nu jibbuuf toluma duuna."

Jaal marroo dirribaa
**

Читать полностью…

Daandii j/marroo

256p, 0.4Mb
@daandii_marroo
💔💔💚💚💔💔

Читать полностью…

Daandii j/marroo

#Gammachuu
Gammachuu ni qabdaa?
Gaf biddena takkaaf
Oliif gadi kaatuu
Gaf Wobo adamsuu
Diina waliin kaatu
➸➸➸👊
Gammachuu ni qabdaa?
Mana diiga keetii
Ibida itti qabaa
Keessi kankee garuu
Gammachuu si qabaa
➸➸➸👊
Gammachuu ni qabdaa?
Mallayyoodhaf jechaa
Lammii kee ajjeesaa
Gammachuu ni qabdaa?
Keessoo kankee keessaa
➸➸➸👊
Rasaasa kankeetiin
Sabni kankee du'aa
Jiraachun keessanuu
Oromoof maal godha
➸➸➸👊
Gammachuu ni qabdaa?
Mallayyoodhaaf jettee
Lammii kee gidirsaa
Humna jechuun
Nama ni qaanessa
➸➸➸👊
Gammachuu ni qabdaa?
Garaa keetif jechaa
Sammuu kee gurguuraa
Miira namaa dhabdee
Saba kee unkuraa
➸➸➸👊
Sabbonummaa sabaa
Garaaf gurguratee
Diinaa Keenna waliin
Gaafa diina taatee
Onnee oromootii
Macalayxee baatee
➸➸➸👊
Gammachuu ni qabdaa?
Akka saree roobaa
Kabajaa kee mulqaa
Hadhaaf abbaa kankee
Ajjeesudhaaf dhaqaa
➸➸➸👊
Sababa kankeetiin
Lammiin dhiiga booyaa
Jiruu kessan irraa
Lubbuu baduu wayya
➸➸➸👊
Gammachuu yoo feete
Wobotti makadhuu
Ima sabaa waliin
Oromoof biyya kee
Diinarraa falmadhu

Читать полностью…

Daandii j/marroo

💔💚💔 256p, 4.7Mb
@daandii_marroo

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Jaal Gamtaa

🔗 Facebook Link
💔💔💚💚💔💔

@daandii_marroo

Читать полностью…

Daandii j/marroo

QILLEENSA BOSONAA
Tokkummaa
💔💔💚💚💔💔
Adara yaa sabakoo
Malomee tokko taana
Waliin wal nyachu dhisnee
Waliin wal fana kana
Sirna gabrumma kana
Waliin ofira kasna
Beekaf hayyoota kenyas
Hubbanne dhageeffana
Wbo lencaa bosona
Jaallan dhugaaf dhabbatan
Waan qabnunis deggarra
Hammiille jarraf taana

Jarrii sabaf dhabbattanii
Yoom raffanrree irribaa
Lencicha ilma saba
Akka marroo diribbaa
Kan dinaaf harka lanee
Akka jaal goliicha danyee
Gotaaf hayyota oromoo
Lamma magarsaf jawwee

Nutii sin fana jirraa
Sinis nu waliin jirtu
Isintu nuf qarroodha
Dandii nut agarsistu

Jennee waliin dhabbannee
Osoo akkasiin kane

Na amanii yaa lammii
Yeeguus dina ni mona
Dukkana gabrumma kana
Silattii jala bana

barressaan ✍✍desaleny husenin

Читать полностью…

Daandii j/marroo

FILANNOO BOORDI ❌
HIDHANNOO FI BOMBITU ✔
bilisa nu baasa

Yeroo toora irratti deebine isiniif baarressina yaada nuuf laachu dandeessu
@yaadawbo_bot

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Hiriyyoota keessaniif share gochuun dirqama oromummaa keessan bahadhaa.
💔💔💚💚💔💔
WBO jabeessaa ABO tumsaa
@daandii_marroo
@daandii_marroo

Читать полностью…

Daandii j/marroo

https://www.facebook.com/104554634883866/videos/478785253511638/?app=fbl

📥 daawwadhaa

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Dursa dhaggeffadhu 234p, 14.6Mb

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Hawwisoo WBO Zoonii Kibbaa Kan Amajjii--1--2021_Raasee_Raase_Raase_WBOn_Dina_Raasee 2021Year

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Jaal Marroo Dirribaa Lammeessaa Afaan Ingliiziin Fulbarruu(Faceebook) isaa irratti maal dhaame? Afaan Oromotti akka armaan gaditti dubbifama.
===================
FULLI KENYAHUU NI DUBBATA.
Har'a milli keenya hinhollatu, soodaan laphee kenya kessa hinjiru, lafti irra ijaajjinu isa socho'i miti; gubbaa hanga jalaatti lafee gotowwaniin waqaramee kattaa jabaa irra hidhannee sochoonu taheera.
Gowwoomsaan, waraansi, ganuumsii, yeroo belbeeltuu qabsoo keenyaa kanatti ummata Keenya mudate waan tokko yookan lama nubarsiisa; nuti
amma dhaloota hinbaqannee, harka hinlaannee fi hinshooshillee tahu. Irra deebiinee firaafis dinaafiis warra isa hindanda'amnee dandeenyuu tahu mirkanessinerra; nuhi warra tasa kakuu hincabsiinee warra
wareegama nugafatu kamuu baasu. Mirga Umamaa keenya gonkumaa Cunqursitoota hingaafannu. Haaqi tasuma balbala ummata cunqursitootaan bulanii tolaan hindhuftu, warraa falmataniif malee. Waraana Bilisummaa Oromootti makami, hidhadhu, mirgakeef falmadhu. Gaafa karri nagaa hundu cufaa
tahu gabronfataa hidhattee of irraa qolachun mirga umamaa namuu hinhaalle taati
!!
Dilbata dansaa qabaadhaa!

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Jaal Sabaalol WBO Oromiyaaf.

🔗 Facebook Link

Dhiichisa wbo

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Waan WBOn qabsaa'uuf sii galee?
Ammas warri sii hin galle hubadhu! Itoopiyaa waliin jiraachuun hin danda'amu. Dhiiga Oromoo nyaattee nu waliin hin jiraattu! Biyya walabaa akka Ameerikaa ijaarranna!

@daandii_marroo
oromiyaan ni walaboomti kan jettu share godhi
💔💚💔✊

Читать полностью…

Daandii j/marroo

FILANNOO BOORDI ❌
HIDHANNOO FI BOMBITU ✔
bilisa nu baasa

Yeroo toora irratti deebine isiniif baarressina yaada nuuf laachu dandeessu
@yaadawbo_bot

Читать полностью…

Daandii j/marroo

426p, 0.5Mb
@daandii_marroo
💔💔💚💚💔💔

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Basaastu pp qacam 256p, 2.7Mb
@daandii_marroo
💔💔💚💚💔💔

Читать полностью…

Daandii j/marroo

WBO Wabii Sabaa ❤💚❤

🔗 Facebook Link

@daandii_marroo

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Jaal Gamtaa

🔗 Facebook Link

@daandii_marroo
💔💔💚💚💔💔

Читать полностью…

Daandii j/marroo

FILANNOO BOORDI ❌
HIDHANNOO FI BOMBITU ✔
bilisa nu baasa

Yeroo toora irratti deebine isiniif baarressina yaada nuuf laachu dandeessu
@yaadawbo_bot

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Namoonni yaada nuuf laataa jirtan galanni keessan bilisummaa yaa ta'u 💔💚💔 WBO jabeessaa

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Http://t.me/daandii_marroo

Читать полностью…

Daandii j/marroo

WBO n haa lalisu 256p, 3.2Mb

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Deemnaan milkiin tolee
Rasaasni diina qolee
Jajjabeenis yoo hoffole
Akkasiin cabuun oole
Hamtuun sin argiin
Deemii diina hunkuri
Gufuunis si hin dhahiin
Qawween Saba Kee furi
Urjiiwwan Lola KEESSAA
Kan diinaaf ta'an balaa
Fuulli keessanis ifaa
Diinas hundeen dhaalaa
Jirtuu biyya ijaaraa
Jaallan loltuu bilisummaa
Karaa WBO fala waaraa
Arganna alanuma

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Waliif qoodaa @daandii_marroo

Читать полностью…
Subscribe to a channel