FILANNOO BOORDI ❌ HIDHANNOO FI BOMBITU ✔ bilisa nu baasa Yeroo toora irratti deebine isiniif baarressina yaada nuuf laachu dandeessu @yaadawbo_bot t.me/share/url?url=t.me/daandii_marroo
EID MUBARAK 💔💔💔💚💚💚💔💔💔
HORDOFTOOTA AMANTAA MUSLIMAA HUNDAAF
#Yakka_Sukkaneessaa
Magaalaa Danbi Doolloo keessatti waraanni pp barataa Amaanu'el Wandimmuu manaa baasuun Addababayii irratti rasaasaan ajjeesan
[SQ-caamsaa 11/2021]
Godina Qeellam Wallaggaa magaalaa Danbi Doolloo ganda 07 bakka Qilxuu Cabaa jedhamee beekamutti mana maatii isaa keessaa qabanii Addababayii magaalaa Danbi Doolloo geessuun harka isaa duubatti hidhanii booda ati Abbaa Toorbeetti jechuun barataa Amaanu'eel Wandimmuu Kabbadaa jedhamu rasaasa itti roobsuun ummata duratti yakka sukkaneessaan ajjeesanii gatan.
Ajjeechaa Barataa Amanu'eel Wandimmuu Kabbadaa komunikeeshiniin magaalaa Danbi Doolloo garee Abbaa Toorbee irratti tarkaanfiin fudhatameera jechuun nama mana jireenyaa maatii isaa keessaa qabanii ajjeesan akka gootummaatti fuul barruu isaanii irratti maxxansanii jiru.
Murni pp afaan qawween ummata nagaa ajjeesuu bare nama nagaa manaa qabee sababaa tokko malee shugguxii ykn pistol morma isaatti hidhanii ummata duratti ajjeesuun seeraanis seenaanis kan nama gaafachiisu tahuu dagatanii yakka sukkaneessaa akka kanaa ilma Oromoo ol adeema akana irratti raawwatanii jiru.
Oromoo taatee quuqama sabaa yoo qabaatte channela wbo kana hiriyyoota keetiif share godhi
WBO GARGAARUUN BILISUMMAA GOONFACHUUDHA 💔💔💚💚💔
Suuraa eebba WBO Zoonii Gidduu Galaa
።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።
Walumaa galatti handhuura Finfinnee jala jechuudha. Arganii bira darbuun cubbuudha jedheen isiniifis qoode
share gochuun diina oromiyaa diiguuf dhufe ha gubnuu
Waliif qoodaa
Maaloo share gochuun diina oromiyaa diiguuf dhufe ha gubnuu
Waliif qoodaa
Hin dhufin jennaan dhuftee
erga dhuftee ciisii urjii laakka'i ka!
@daandii_marroo
WBO KO gootaa sanyii leencaa
Lola guyyaa harraa
❤💚❤
"Gootaaf Boo'uun Ceera."
Jaala Bosonaa:
waan ulfaataa hedduu obseera hanga har'aa garuu hin dandeenye obsuu Jaal Daraaraa.
Yaaleera Jaalakoo Guubachaa obseera kumaatama ajjeesee Gumaakee Baaseera.
har'as gad hin ciisne kukuffisaan jira
garuu hin dandeenye si dhabee of biraa.
Jaal Daraaraa: Hin Boo'in Jaalakoo maalif anaaf Boossa?
Gootni Baraan jira Onnee Gootaa keessa.
Bigiltuu Gad dhaabe Kumni Biqileeraa
Anaaf Hin Boo'inaa Gootaaf Boo'uun Ceera.
isin anaaf Boonyaan humna ta'aam Ormaa Kaayyookoo Milkeessaa yoosuu natti goomaa.
Isan Irratti kufe qaqqabsiisaa Galma jaalakoo boossanii hin boonsinaa Orma.
Jaala Bosonaa: Hin Boonyu Jaalakoo Duuteetta siin jenne kaayyoo kee milkeessuuf kunoo Irbuu Seenne.
Maqaa keetiin lolla Faajjiikee qabannee Siidaa kee Onnee keenva
Gooti sabaat due yoomiyyuu ni jira Onnee Sabaa keessa Seenaatti Galmooftee tarree gootaa teessa.
Finfinnee Gubbaatti Siidaankee dhaabbata dhalootnis waa'eekee lallabee dubbata.
Jaal Daraaraa: hayyee egaa jaallankoo Warra Wajjin deemnee as geenye amna dheeraa Gumaa kiyya Baasaa an egaa deemeeraa.
Jaala Bosonaa: hin shakkin jaalakoo ni baha gumaankee dhiiga keetu biqilcha miciraa ilmaankee.
kudhaammanee lolla hin nyaannu galfata lubbuunkee ha seentu Jaalakoo Jannata.
Yaadannoon Walaloo kanaa Jaalakoo Jaal Daraaraadhaaf haa ta'u!
"Ati hi duuneem jaalo"
siif hin boo'u jaalakoo atuu hin boonye sodattee irbuukee tiksuun duute utuma irraa hin sharafin amaanaa sabaa fuute. Gootummaadhaan loltee saba keef of laatte yoom du'a sodaadhaaf eenyummaakee haalte. warra booji'amaa qawween galaafatu humna addaa Oromiyaaf ture silaa kan boolantu. ati hin duuneem jaalo jirta onneekoo keessa baraan tarree Gootaa keessa seentee teessa. jirta ati jaalakoo Gootni hin du'u yoomuu Gootni baraan jiraata hin dulu hin dulloomu. kaayon ati irratti kufte
kaayyoo ati irratti kufte hi hanqatu galma isaa ana isa lubbuun jirutu lolee gumaakee baasa. Gumbii seenaatu jiraam nu keessa isa ati ijaarte hin argatti gatiishee dhiyootti warri si nyaatte. dhiignikee sabaaf jige tasa hin badu lafatti galfatakee fudheera jaala kiyya nagaatti.
@daandii_marroo
💔💔💚💚💔💔
አጋልጥ!!!
የመጀመሪያው ፎቶ የሚያሳየው Zehabeaha የተባለው ሚዲያ እውነተኛውን ፎቶ በመቁረጥ ለራሱ አላማ እንዲመቸው አድርጎ ዜና የሰራበት ሲሆን 2ኛው ፎቶ ደግሞ ምንም ያልተቆረጠ እና እውነታውን የያዘ ነው። በ ኦርጂናሉ ፎቶ ላይ እንደምታዩት ቤቱን ያመሰቃቀለው አካል (መከላከያው) የትግራይን ህዝብ ለሻቢያ ማስረከቡን እና እንደ ጥብስ ሻቢያ ጠብሶ እንዲበላቸው ምኞቱን ግድግዳ ላይ ፅፎ ይታያል።
zhabesha የተሰኘው የነፍጠኛ ሚዲያ ግን ኦርጅናሉን ፎቶ ቆርጦ ከምርጥ የፈጠራ ታሪክ ጋር ፅፎ አቅርቧል።
Jaal Mo'ii fi Jaal Surraa Gindaaba Gurmuu Hawwisoo WBO zoonii Lixaa 🎶Galmaan Geenya🎶 2021 Videos
http://www.youtube.com/watch?v=3Qwh3_gljWo
Oolmaa WBO abdii saba oromoo
Hiriyyoota keessaniif share gochuun dirqama oromummaa keessan bahadhaa.
💔💔💚💚💔💔
WBO jabeessaa ABO tumsaa
@daandii_marroo
@daandii_marroo
HAWWISOO 💖💚WBO💚❤ NEW**SONG ***2018 JABADHU 💖WBO💚ABO💖
Читать полностью…Turtii yeroo muraasaa booda walitti deebinee jirraa
Читать полностью…Qurxummicha baduusa osoo eegdu; innimmoo wal-hormata isaa itti fufeera. Eebbifamtoota WBO zoonii giddu galeessa
Читать полностью…Jaal marroo
Diinni ajjeesne jedhee
Bakkee keessa mammaaka
Innii bosona keessaa
Lenca faana burraaqa
Gafarsaan waliin morkaa
Halkaniif guyyaa kaate
Gantuu hirriba dhoorka
© ✍desaleny husenin
Gootummaa WBO video kana yeroo ilaalte siif gala
Lola guyyaa harraa
WBO jabeessaa
Arguun Amanuu dha. Qacam gochuun itti fufa. Video kana namnii dawwate gootummaa WBO ni hubbata.
Читать полностью…waraana garboonfata xoophiyaa kan RIB jedhe of waamu sakkata WBOf bobba'ee keessa 21du'a 15 madoo...
Читать полностью…#Dhaamsa_WBO _Qalbeeffadhu. Na gargaaruu didduus Waa qabdu sassattee Diinumaaf nan laatin Shorarkeessadha jettee ================== Hamman si jaaladhu Lammii garraamessa Bonaaf ganna'n argu Aduufi duumessa ================ Ati hoo na beektaa An gudeeda kee ta'uu Otuu anaan boontee Homtuu sin danda'uu ================== Bu'aa keenya arguuf Akka fakkeenyaatti Sitti mullisuuf lammii WBO'n dhiyeenyatti ================= Dhaamsi keenya kunoo Badaas taatu mishaa
Читать полностью…OLA has released videos of their fighters taking over a military camp in East Guji, Goro Dola district after a 4 day battle with govt forces
Читать полностью…Hiriyyoota keessaniif share gochuun dirqama oromummaa keessan bahadhaa.
💔💔💚💚💔💔
WBO jabeessaa ABO tumsaa
@daandii_marroo
@daandii_marroo
HAWWISOO WBO 💖💚💖NEW**SONG **2018 ARAARSOO BOOLEE ABO'N LALISU
Читать полностью…Hawwisoo WBO Zoonii Kibbaa gerarsaa haalaa yaroo Irraatti Kara Jaal Summii Dinaatin dhiyaatedha.
Читать полностью…