daandii_marroo | Unsorted

Telegram-канал daandii_marroo - Daandii j/marroo

4579

FILANNOO BOORDI ❌ HIDHANNOO FI BOMBITU ✔ bilisa nu baasa Yeroo toora irratti deebine isiniif baarressina yaada nuuf laachu dandeessu @yaadawbo_bot t.me/share/url?url=t.me/daandii_marroo

Subscribe to a channel

Daandii j/marroo

Injifannoodhaan guyyaa har’a mooraa qabsoo bilisummaa Oromootiif galii taheera!💪

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Oromoo falmadhuu Morma kee oolfadhu!

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Ammas guyyaa 3 ni iyyina,guyyaa 3'f ni daganna,san booda ammas video biraa agarra..

@daandii_marroo

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Hadhoofnaan...

Hadhooftuu ta'uu dha!😳🥺
@daandii_marroo

Читать полностью…

Daandii j/marroo

😭😭oromoo oromoo 😭😭
ka'i ka'iiii ka'iiiiiiiiiiiiiii

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Lammiileen Oromoo biyya Amerikaa jiraatan hiriira balaaleffannaa Abiyyi irratti gaggeessan sagalee isaanii Addunyaa dhageesisachuun waloon akka qabsoo Ummataa Oromiyaa keessatti Oromoo baraaruuf godhamu akka tumsanis Irbuu seenan

Читать полностью…

Daandii j/marroo

WBO fi Ummata jaalala waliif qaban waraabbiin kun ni argisiisa

Читать полностью…

Daandii j/marroo

https://www.facebook.com/profile.php?id=100061687892025
□◆□◆□◆□◆□◆□◆□◆□◆□◆□◆□◆□◆                      □                                      □
□        📼 ⓅⓁⒶⓎ ►            □
□                                      □
□◆□◆□◆□◆□◆□◆
◆□◆□◆□◆□◆□◆□

Video sukanneessa ummata oromoo irratti dalagamee 😭😭

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Polisii HAO WBOtti harka kennate maal jedha! Guutuusaa link kanaan caqasaa! https://youtu.be/kygMgX_U4Uo

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Uummanni Oromoo waan qawwee qabnuuf osoo hin taane, kaayyoo keenyatti waan amaneef nujaallata!

Читать полностью…

Daandii j/marroo

ummatni Horroo Guduruu Wallaggaa diina qe'ee isaatti isa weeraree qe'ee fi qabeenya isaa barbaadesseef tokkummaan ka'ee falmachuuf waamicha waliif dabarseen diinota isaa bahee faccisaa jira.

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Jirtuu jaallan wabii

Читать полностью…

Daandii j/marroo

#Odeessa!

Galgala warri Fannoo Amaaraa jedhamtu gandootarra deemtee warra hidhannoo qabuufi fedhii qabuun Amuruu deemnee lammii keenya baraarra jettee wal gurmeessitee deemaa jirti. Gandoota akka madaalloo, M10, abbaa muusaa, guuttin, tulluu gaana, andoodee.... keessa wal sassaabanii amma makiina siinoo 2n guuttin keessa darbaniiru
Andoodetti wal sassaaaba jiru."

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Lola WBO fi Waraana PPii Vidiyoon daawadhaa

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Injifannoon Gooticha waraana bilisummaa oromoo WBO

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Hogganoonni Adda Bilisummaa Oromoo bakka jirtanitti baga Amajji 1/2023

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Oromiyaa haa baraarru!

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Oromoon akka horitti gorra'ame sanu ablee dooman itti rigani dinnan ableen dhahan😭

Читать полностью…

Daandii j/marroo

"asii si waliin shubbisu
obboleewwan kee dhiiga boochisu"😥💔

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Humni waraanaa pp yeroo morma ilma Oromoo kutu waraabbii argisiisu


https://www.facebook.com/profile.php?id=100061687892025
□◆□◆□◆□◆□◆□◆□◆□◆□◆□◆□◆□◆                      □                                      □
□        📼 ⓅⓁⒶⓎ ►            □
□                                      □
□◆□◆□◆□◆□◆□◆
◆□◆□◆□◆□◆□◆□

Video sukanneessa ummata oromoo irratti dalagamee 😭😭

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Falmachuutu Qe'ee oromoo kabachiisa.
Oromoo baraaruuf falli of harkaa qabnu wal taanee waloon diina nu balleessuuf hojjetu of irraa qolannee birmadummaa biyya keenyaa tiksachuu qofaan.
Oromoo qe'ee isaa irratti kan beelaye beela baasu kan dheebote dheebuu baasutu har'a kunoo qubattootaa fi dallaalota biyya gurguraniin hawwanii fi daa'imman haala sukkaneessaan buqqa'anii daandiitti bahuun gargaarsa lammiilee barbaadaa jiru.

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Breaking | abbiy wanti addaa mudateen

who is this

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Diinni Oromoo ajj**see, Qe'ee fi Qabeenya isaa wajjin lammii kee gubee hamma inni suuraa irratti ka'u teessee ilaaluu akkamitti dandeesse?

Hidhachuu fi loluu qofatu si kabachiisa✊

Читать полностью…

Daandii j/marroo

#Oduu_Injifan*noo W*B*O ZOONII KIBBAA BAHAA #Baalee
Guyyaa 29/11/2022
W*BOn Zoonii Kibba baha oromiyaa cibraan maddaa Walaabuu BUTTAAN J/WAAQOO GUUTUU Godina balee Ona Gobba gandaa shedaam iddoo addaa hanbaallaa jedhamuttii lukkeellee diinaa maqaa sakattaa W*B*On bobbaate irraatti tarka*anfii haxxeen fudhateen 6 ajee*ssee 8 mad*oo tasiisuun gargar facasee jiraa IUOf ‼️

Читать полностью…

Daandii j/marroo

#Kuyyuun barii barraaqan itti shiideera leenconni 💪🥰
Oromiyaan Biyya
‼️IUOf ‼️

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Kiya Segni : Ajjeechaa Oromia keessatti deemaa jirurratti | Kello clips |

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Ati loltuu haqaa taanaan meesha maleeyyiin akka nama yandoo roobaa baqatuutti sitti baqachuuti qabu malee tasumaa sirraa baqachuuti hin qaban!

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Gurmuu Hawwisoo WBO Zoonii Lixaa Ifaa Raggaasa Jaallaankoo new oromo music

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Jaal Mo'ii fi Jaal Surraa Gindaaba Gurmuu Hawwisoo WBO zoonii Lixaa 🎶Galmaan Geenya🎶 2021 Videos

Читать полностью…

Daandii j/marroo

Jl Mo'ii fi Jl Surraa Gindaaba Gurmuu Hawwisoo WBO zoonii Lixaa 🎶Galmaan Geenya

Читать полностью…
Subscribe to a channel