deenstars | Unsorted

Telegram-канал deenstars - Deen Stars📿

291

You Will Gate :- 💐 #Islamic_Videos🎥 💐 #Qur'an_recitation🗣 💐 #Isamic_photos🌃 💐 #Vocal_Nasheeds🌝 💐 #Isamic_Articles✍ And another more... For any comment @Deen_Stars_bot We post by 2 Languages English & oromic JOIN US !!! Powered by @Heis0ne

Subscribe to a channel

Deen Stars📿

أكثروا الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة وليلة الجمعة.
Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam irratti salawaata guyyaa jumu'aa fi halkan jumu'aa buusuu baay'isaa!
اللهم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه وسلم.

Читать полностью…

Deen Stars📿

Guyyaa muraasatu hafe, warri hin jalqabne eegalaa; warri hojjataa jirtan profit per hour guddifadhaa!
👇👇👇
/channel/Hamster_kombat_bot/start?startapp=kentId657544788
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
💸 2k Coins as a first-time gift
🔥 25k Coins if you have Telegram Premium

Читать полностью…

Deen Stars📿

#Iccitii_Udhiyyaa_qaluu....

1) Ajajaa Rabbiin nurra kaahe galmaan gahuu...
2) Sunnaa Nabiyyallaahi Ibraahim Aleyhissalaam deebisnee jiraachisuu,
3) Qananii hedduu Rabbiin keenya tola nutti oole yaadannee... Rabbiif galata galchuu... sana keessaa qananii hoolaa fi re'ee, Beeyladoota nuuf kennuu...
4) Warri biyya jirus,  dalagaa takka takka keessatti hirmaachuudhaan... warra Hajjii deemeen wajjiin keeyrii saamachuu...
5) Lubbuu teenyarraa kaasee, Maatii fi ollaa, akkasuma firoottan keenya gammachiisuun, akkasuma hiyyeessa irratti sadaqachuun dirqama waan taheef....!


Irra deebiidhaaf Baga geessan jechuun barbaada.

Читать полностью…

Deen Stars📿

★ Hadiisa akkam seeta! Subhaanallaah.

*|[ Anas ibn Maalik Radiyallaahu irraa himamee Rasuulli ﷺ Muka goggoyduu tokko bira dhufeeti ulee isaatiin isii rukute. Yeroo kana baalli Muka kanaa isarraa harca'e. Rasuullis ﷺ " Alhamdulillah,Subhaanallaah,Laa ilaaha illallaahu fii Wallaahu akbariin akkaa baalli Muka kanaa irraa gad harca'etti garbicha irraa Dilii isaa harcaasti. ]|*
رواه الترمذي وحسنه الألباني

★Yaa Allaah! 💜🌺

Читать полностью…

Deen Stars📿

Hamster Kombat yeroo dhiyootti List akka ta'u eeggamaa jira; warri hin jalqabne jalqaba.

Warri hojjataa jirtan profit per hour keessan dabaluu irratti xiyyeeffadhaa.

Liinkiin kunooti👇👇👇
/channel/hamster_kombat_boT/start?startapp=kentId657544788

Читать полностью…

Deen Stars📿

Guyyaa muraasatu hafe itti fayyadamaa!
.
Tapswap Kanas asumaan seenaa: 👇👇👇
/channel/tapswap_mirror_1_bot?start=r_657544788 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift

Читать полностью…

Deen Stars📿

🚨 TapSwap xumuramuuf guyyaa 4 qofatu hafee jira!

Ammallee carraa kanatti fayyadamuun coin sassaabbadhaa. Amma yoo jalqabdanis guyyaa hafe kana keessatti COIN miiliyoona keessa galuu dandeessu.

Warreen jalqabuu barbaaddan liinkii armaan gadiin eegalaa! Namoonni hedduun akkuma kana NOTCOIN osoo hin hojjetin darbeeraan Ammas carraa 2ffaa kanatti osoo isin hin darbin fayyadamaa.
👇👇👇
/channel/tapswap_mirror_1_bot?start=r_657544788

Читать полностью…

Deen Stars📿

Guyyaa muraasatu hafe itti fayyadamaa!
.
Tapswap Kanas asumaan seenaa: 👇👇👇
/channel/tapswap_mirror_1_bot?start=r_657544788 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift

Читать полностью…

Deen Stars📿

Liinkii gadii seenuun step gubbaa/suuraan/ jiru hordofuun galmaahaa; hiriyyoota keessanis affeeraa: Wanti guddaan hiriyyoota keessan itti affeeruudha; nama 25 yoo affeertan gahaadha.

🔸️ Share referral link below with your friends to earn 300Birr for every invite you make.

Referral link:
/channel/KiraFxTradingBot?start=r0796536665

Читать полностью…

Deen Stars📿

Tapswap Kanas asumaan seenaa: 👇👇👇
/channel/tapswap_mirror_1_bot?start=r_657544788 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift

Читать полностью…

Deen Stars📿

🔸Guyyaa Jumu'aa/Jimaataa

قال النبي ﷺ : "خيرُ يومٍ طلعت عليه الشمس يوم الجمعة فيه خُلق آدم وفيه أدخل الجنة وفيه أخرج منها ولا تقوم الساعة إلا في يوم الجمعة"
رواه مسلم
Ergaman rabbii ﷺ akkana jedhan «Irra caalaan guyyaan aduun keessatti baate guyya jum'aati, guyyan jum'aa guyyaa Abbaan kenya Aadam uumame, guyya jum'aa guyya abban kenya Aadam jannata seensifame, akkasuma guyya jum'aa jannata kessa baafame, ammas guyyuma jum'aa qiyaaman dhaabbatti ja'e»


📜 Sunnaaleen guyya kana kessa dalaguun barbaachisa.

●Qaama dhiqachu
●Waan urgaawu dibachuu dhiira qofaaf
●Uffata baareedaa uffachuu
●Ilkaan suwaakachuu
●Masjiidatti Gananfachuu
●Suratul-khahfi qara'u
●Du'aa'ii heddumessu
●Nabi Muhammed ﷺ
irratti Salawaata baay'inaan buusu

Sunaaleen Kunniin Hunduu Ragaa Hadiisaa Qabu Itti Dalaguun Ajrii Isaa Goonfachuu Qabna.

ٱللَّـﮬـُمَّ صـَلِِّے وَسَلِّـمْ وبارك ؏َـلَے نَبِيِّنَا مُحَمـَّدْ

t.me/al_bayyinah7

Читать полностью…

Deen Stars📿

Barnoota 1ffaa: Nagaya walgaafatuu/Greeting's.
-مرحبا- Marhaban
-مرحبا بك/بك-Marhaban bika/biki
-أهلا وسهلا-Ahlan wasahlan
-أهلا بك/بك-Ahlan bika/biki
-صباح الخير-Sabaahul keeyr
-صباح النور-Sabaahun-nuur
-مساء الخير-Masaa'ul keeyr
-مساء النور-Masaa'un-nuur
-كيف الحال؟-Kayfal-haal
-كيف حالك/حالك؟-Kayfa haalika/ki
-كيف الصحة؟-kayfas-sihhah
Barnootni keenna hardhaa kana fakkaata. Sagaleedhaanis isinii gadi dhiifama!
.
Seentanii baratuuf asiin koottaa!👇👇👇
/channel/+fVh0QVZip6Y2YTA0

Читать полностью…

Deen Stars📿

Stop looking at life from your smartphone screen alone. Learn to zoom out. Have meaningful conversations, make real friends, speak to people and you’ll have a different perspective on life.
.
t.me/al_bayyinah7

Читать полностью…

Deen Stars📿

“ JANNATA keessatti lallaba tokkotu baha;” Yaa warra JANNATAA. Fayyaa malee dhukkubni isin hin tuquu muramte! Dargagummaa malee dulloomuun hin jiruu muramte! Jiraachuu malee duuti hin jirtuu muramte! Bashannanuu malee rakkoon hin jirtuu isiniif muramte “ jechuun lallabni baha jedhan Abbaan Qaasim Nabi Muhammad
صلى الله عليك وسلم !

Yaa fooqii jannataa kan biyyee fi dhakaan tokko keessa hin jirre warqii malee! Kan dhukkeen shittoo,kan biyyeen warqii!
Yaa bareeduma dubartii ganda sanii,kan xuriin gosa gosaa irratti hin argamne. Tan dubrummaan irraa hin dhumne!

Yaa Dhugaatii fi nyaata biyya sanii,kan fincaanii fi hagatti hin jijiiramne. Dafqa shittoo caala urgaa’u tahee fiilu.
Yaa Firaashaa fi afaa ganda sanii,kan kirriin keessa isaa faaya Istabraq jedhamuun hodhame,kan gubbaan maal hayya!?

“ Waan gurri hin dhagahin,waan ijji hin argin,waan sammuun namaa hin tilmaamin,Jannata keessatti walitti qabame “ jedhan Abbaan Faaximaa صلوات ربي وسلامه عليه

Har’i carraa dalagaati, bor ammoo badhaasa galataati!

Yaa RAHMAAN tola keetiin Firdowsiin nu fidi.
.
t.me/al_bayyinah7

Читать полностью…

Deen Stars📿

Diiniin beekumsatti haajama. Rabbiin Aayaan Jalqaba Rasuula sallallaahu aleeyhi wasallam irratti buuse" إقرا/Dubbisi" jecha jedhudha. Dubbisuu haa aadeffannu; chaanaaliin kunniin beekumsa diinii irratti horachuuf isin gargaaru; join gochuun hordofaa.

Читать полностью…

Deen Stars📿

Rabbiin waan ati jaalattu akka siif tursiisu yoo feete, waan Rabbiin jaalaturra Isaaf turi atis.
-Imaamu Ahmad bin Hanbal.

Читать полностью…

Deen Stars📿

Dhaamsa jabaa ergamaan Rabbii guyyaa #Arafaa kana dhaame keessaa..

“Yaa ilmaan namaa. Dhagahaa! Dhugatti Rabbiin keessan tokko. Abbaan keessanis tokko. Sodaa Rabbiitin (malee) Arabni Ajama(gosa biroo) hin caalu, Ajamnis Araba hin caalu. Diimaanis gurraacha hin caalu, gurraachinis diimaa hin caalu."
Nabi Muhammadﷺ
[Sahiihul-Masnad 1536]

- Sodaa Rabbii qabaatuun namni tokko nama kaan caala. Sadarkaan sadarkaa caaltu sodaa Rabbii qabaatuudha.

*يا أيُّها النَّاسُ ألا إنَّ ربَّكم واحدٌ وإنَّ أباكم واحدٌ ألا لا فضلَ لِعَربيٍّ على أعجميٍّ ولا لعَجميٍّ على عربِيٍّ ولا لِأحمرَ على أسودَ ولا لِأسودَ على أحمرَ إلاَّ بالتَّقوى.*
الراوي : من سمع النبي صلى الله عليه وسلم.

#JirraYaaErgamaaRabbii.

t.me/al_bayyinah7

Читать полностью…

Deen Stars📿

Baga geessan!
Kan baranaa kan bara hedduu nuu haa taasisu!
.
Dalagaa gaggaarii nuti dalagne Rabbi nurraa haa fuudhu!
.
t.me/al_bayyinah7

Читать полностью…

Deen Stars📿

Pre-market'n Harmster Kombat guyyaa har'aa baha. Kana jechuun gara qarshiitti jijjiirrachuu dandeessu jechuudha. Kanaaf Wallet waliin connect gochuu hin dagatinaa. Warreen hin jalqabin ammoo daddafaa liinkii gadiitiin seena.

/channel/hamster_kombat_boT/start?startapp=kentId657544788

Читать полностью…

Deen Stars📿

Hamster Kombat yeroo dhiyootti List akka ta'u eeggamaa jira; warri hin jalqabne jalqaba.

Warri hojjataa jirtan profit per hour keessan dabaluu irratti xiyyeeffadhaa.

Liinkiin kunooti👇👇👇
/channel/hamster_kombat_boT/start?startapp=kentId657544788

Читать полностью…

Deen Stars📿

In your eyes, we see your pain, and it's hard not to be there to comfort you. But know, Allah will never leave you. In either case, you're the victorious.
~~~
@Mhmd_San1

Читать полностью…

Deen Stars📿

Liinkii gadii seenuun step gubbaa/suuraan/ jiru hordofuun galmaahaa; hiriyyoota keessanis affeeraa: Wanti guddaan hiriyyoota keessan itti affeeruudha; nama 25 yoo affeertan gahaadha.

🔸️ Share referral link below with your friends to earn 300Birr for every invite you make.

Referral link:
/channel/KiraFxTradingBot?start=r0796536665

Читать полностью…

Deen Stars📿

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته.
Galgala live stream sa'aatii 2:30 irraa seenuun barnoota hordofaa:
👇👇👇
/channel/+fVh0QVZip6Y2YTA0

Читать полностью…

Deen Stars📿

Did you know 1400 years ago somebody loved you ?
You weren't born yet but our beloved Prophet Muhammad (ﷺ) cried for you asking Allah for your forgiveness, repeating Ummati .. Ummati
We can proudly say:
We love our Prophet Muhammad Sallallaahu aleeyhi wasallam.
.
/channel/al_bayyinah7

Читать полностью…

Deen Stars📿

-Ajrii ykn Galata Guyyaan Jumu'aa qabu:
.
عن أوس بن أوس عن النبي صلى الله عليه وسلم قال: من غسل واغتسل وغدا وابتكر ودنا من الإمام و لم يلغ كان له بكل خطوة عمل سنة صيامها وقيامها.
.
Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Inni dhiqachiise (maatii isaa), ka dhiqate (ofiifis), kan ganamfate (ganamaan/yeroon masjiida kan dhaqe), kan gorsa ykn khuxbaa dhaqqabate, kan imaamatti dhihaatee taa'e (saffaa jalqabaa argatee taa'e), kan hin haasawin (dubbatin) cufa tarkaanfiitiin ni taati isaaf (jumu'aan) dalagaa waggaa soomana isaatii fi salaata isaa. {Sunan An-Nasa'ii: 1392}
.
Follow Us | @al_bayyinah7

Читать полностью…

Deen Stars📿

Koottaa Afaan Arabiffaa asirraan baradhaa!
👇👇👇👇
/channel/+fVh0QVZip6Y2YTA0

Читать полностью…

Deen Stars📿

Yaadachiisa:
Ergamaan Rabbii (sallallaahu aleeyhi wasallam) akkana jedhan:
يقول عليه الصلاة والسلام: اقرؤوا القرآنَ'
Qur'aana qara'aa
فإنه يأتي يوم القيامة شفيعًا لأصحابه،
Ni dhufa{Qur'aanni} guyyaa qiyaamaa manguddoo ykn magantaa dhaabbachuuf warra isa Qara'eeef🥲🥲
شفيعًا لأصحابه الذين يعملون به، كما في حديث النَّواس: فإنَّ القرآن حُجَّةٌ لك أو عليك، كما في حديث مالكٍ الأشعري، حُجَّة لك إن عملتَ به واستقَمْتَ عليه، وحُجَّة عليك إن أضعتَه ولم تستقم عليه.
.
@al_bayyinah7

Читать полностью…

Deen Stars📿

“ Nama waan RABBI dhoorgerraa of tiksuuf fuudhu; RABBIIN isa gargaaruuf of qabeera “
Nabi Muhammad
صلوات الله وسلامه عليه

📚حديث حسن

Bultii gammachuun dallayamte isinitti haa ijaaru RABBIIN.

Читать полностью…

Deen Stars📿

When you can't face your teacher without doing your
homework for 1 day... How will you face Allah with this
empty bag of good deeds and a pile of sins?
[ share if u care ]
Join this channel👇
@Mhmd_San1

Читать полностью…

Deen Stars📿

Namootni chaanaalii telegramaa bituu barbaaddan asiin (👉 @Mhmds1 )na qunnamaa. Gatii xinnaan abbaa chaanaalii ta'aa.

Читать полностью…
Subscribe to a channel