deenstars | Unsorted

Telegram-канал deenstars - Deen Stars📿

291

You Will Gate :- 💐 #Islamic_Videos🎥 💐 #Qur'an_recitation🗣 💐 #Isamic_photos🌃 💐 #Vocal_Nasheeds🌝 💐 #Isamic_Articles✍ And another more... For any comment @Deen_Stars_bot We post by 2 Languages English & oromic JOIN US !!! Powered by @Heis0ne

Subscribe to a channel

Deen Stars📿

Sagalee Qur’aanaa, gorsa gaggaarii, Zikriilee, raabsii Sadaqaa, gammachuu yeroo furaa, Salaata Taraawihaa, boohartii i’tikaafaa, araarama Kee!
Wallaahi Ramadaana qunnamuu hawwine. Yaa Rabbi Ramadaanaan nu gahi.

Читать полностью…

Deen Stars📿

الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام، وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله صلى الله عليه وسلم: إن من أفضل أيامكم يوم الجمعة فأكثروا علي من الصلاة فيه.

-Rasuula (Sallallaahu aleeyhi wasallam) irratti nagayaa fi rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Halkan isii (Halkan kamisaa) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan:"Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati; isii keessa nagayaa fi rahmatarraa narratti buusuu heddummeessaa."
   -Sheikh Abdul Aziiz At-Tarifii.
.
@Sano_Haji1

Читать полностью…

Deen Stars📿

"(Osoo humaa Iimaanni isaanii hin daballe) warra akka Aanan dhugutti Qur'aana dhuguutu ummata kiyyarraa baha."
Nabi Muhammadﷺ
[Sahiihul-Jaami' 3653]

- Zamana boodaa warra Qur'aana beeku ka itti hin daleyneetu mul'ata. Yeroo Qur'aana dubbisnu hiikaafi Ahkaama qalbisuun, itti dalaguunis barbaachisaadha. Qara'uu qofa osoo hin taane, akka ittiin bulluuf Qur'aanni buufame.

*سيخرُجُ أقوامٌ من أُمَّتِي يَشربُونَ القرآنَ كشُربِهِمْ اللَّبَنَ.*
الراوي : عقبة بن عامر.

Читать полностью…

Deen Stars📿

-Ajrii ykn Galata Guyyaan Jumu'aa qabu:
.
عن أوس بن أوس عن النبي صلى الله عليه وسلم قال: من غسل واغتسل وغدا وابتكر ودنا من الإمام و لم يلغ كان له بكل خطوة عمل سنة صيامها وقيامها.
.
Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Inni dhiqachiise (maatii isaa), ka dhiqate (ofiifis), kan ganamfate (ganamaan/yeroon masjiida kan dhaqe), kan gorsa ykn khuxbaa dhaqqabate, kan imaamatti dhihaatee taa'e (saffaa jalqabaa argatee taa'e), kan hin haasawin (dubbatin) cufa tarkaanfiitiin ni taati isaaf (jumu'aan) dalagaa waggaa soomana isaatii fi salaata isaa. {Sunan An-Nasa'ii: 1392}
.
Follow Us | @Sano_Haji1

Читать полностью…

Deen Stars📿

أكثروا الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة وليلة الجمعة.
Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam irratti salawaata guyyaa jumu'aa fi halkan jumu'aa buusuu baay'isaa!
اللهم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه وسلم.
.
@Sano_Haji1

Читать полностью…

Deen Stars📿

ღ" Qalbiileen hedduu garagaggaltee jijijjiiramti. Rabbiin ﷻ qalbiilee teeysan akka haqarratti gad dhaabu sabaata kadhadhaa!. Tolinaa fii istiqaamaa isii kan yeroo muraasaa kanaan hin dagaminaa. Irra hedduun duaaii Rasuulaa ﷺ " Yaa isa qalbiilee garagaggalchitu qalbii tiyya diin keetirra naaf gad dhaabi ||  "يا مقلب القلوب ثبت قلبي على دينك ""* jechuu turte.

۞  Nagaya bahuu fii Sabaata Rabbi ﷻ kadhadhaa! "يا مقلب القلوب ثبت قلبي على دينك "

.
Follow us: t.me/Sano_Haji1

Читать полностью…

Deen Stars📿

Nagayaa fi Rahmatni Rabbii Ergamaa Isaa Nabi Muhammad Irra Haa Jiraatu!
.
Follow Us | @Sano_Haji1

Читать полностью…

Deen Stars📿

https://chat.whatsapp.com/FJt3XQtRKt362np6FEhCxN

Читать полностью…

Deen Stars📿

Xiinxalaa dhugaa

     Ni'imaa Tawhiidaa

// \\  Baharri ilmii Sheekhul Islaam Ibnu Teymiyaan rt ni jedhe:

" Akkaataa Aalama duniyaa namni qu'ate tolina lafarratti arkame hunda duuba isaa yoo qorate Rabbi tokkichoomsuu, ibaadaa Isaaf godhuufi ajaja Ergamaa Isaa godhuu akka tahe arga.

Faallaa isaa:
Sharrii, fitnaa, balaa, hoongee, diinaan injifatamuufi waan biraa kan Aalama keeysatti arkamu hunda sababni isaa Ergamaa(saw) faallessuu fi waan Rabbiin achitti gabbaramuutti wal waamuu akka tahe hubata."

      Fatwaa waliigalaarraa

Читать полностью…

Deen Stars📿

★. Rabbi ﷻ guddisuun TOWHIIDA irraayi. Namni tokko hanguma Rabbi ﷻ guddisuun isaa guddaa ta'uun TOWHIIDNI isa biratti bakka guddaa qabaata. Namni tokko hanguma Rabbi ﷻ guddisuun isaa guddaa ta'uun hedduminaan baay'inaan ajajoota Rabbiiﷻ Raawwata. Namni tokko hanguma Rabbi ﷻ guddisuun isaa guddaa ta'uun Rabbi ﷻ Jaalachuun isaatilleen guddaa ta'a.]|*

🎙Sheikh Abdulaziz Al-Rayis Hafizahullah

.
t.me/Sano_Haji1

Читать полностью…

Deen Stars📿

📓🖌 Dalagaalee kheeyrii wanti Nama jalaa balleeysu akkaan hedduudha. Dubbiin Hojjechuu qofaa miti, Inumaa Dubbiin jabduun Kheeyrii hojjettan wanta isii balleessu irraa eeguudha🌿.
📓🖌 العلامة بن القيم رحمه الله
📜🖌وابل الصيب ٢٠.

Читать полностью…

Deen Stars📿

https://chat.whatsapp.com/FJt3XQtRKt362np6FEhCxN

Читать полностью…

Deen Stars📿

"صَلُّوا عَلَىٰ الهَادِي البَشِيرِْ وَأَبْشِرُوا
‏قَدْ فازَ مَن صَلَّى عَلَيهِ وَأكْثََرَا"ﷺ
🌻🕊

Читать полностью…

Deen Stars📿

-Jumu'aa: Guyyaa Jumu'aa malaa'ikaan fuuldura balbala Masjidaatti si eegu.

-عن أبي هريرة رضى الله عنه قال قال رسول الله صلى الله عليه وسلم: إذا كان يوم الجمعة كان على كل باب من أبواب المسجد الملائكة يكتبون الأول فالأول، فإذا جلس الإمام طووا الصحف وجاءوا يستمعون الذكر.
Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: Guyyaa Jumu'aa yoo ta'e cufa balbala masjidaa irraa ta'e irratti malaa'ikaan ni ta'u ka galmeessan namoota akkaataa walduraa duubaan Masjiida seenaniin, Yoo Imaamni taa'e (gorsaaf teessorra) barreessuu dhiisuun (kitaata walitti cufuun) gorsa dhageeffatuuf dhufu. {Al Bukhaari: 3211}

Читать полностью…

Deen Stars📿

“Irra caalaan Mahrii, irraa laafaa isaati.”
Nabi Muhammadﷺ
[Sahiihul-Jaami’ 3279]

- Akka Shari’aatti Mahriin dubartiif kennamu hin daangeeffamne. Gurbaan intala jaalatee fuudhuuf deemuuf hanga barbaade kennuu dandaha. Garuu fuudhaa-heerumni gaariin ka Mahrii xiqqaan jaarame. Intalti gurbaa isii fuudhuu barbaaduuf Mahrii haa laaffiftu. Bultiin Mahrii laafaan gad dhaabbatte Barakaa qabdi. Gaafa baasiin cidhaa laafte badiin ni hafti, lafti nagaya.

‎* خيرُ الصَّداقِ أيسَرُه*
‎الراوي : عُقبةَ بنِ عامرٍ.

Читать полностью…

Deen Stars📿

Duuti balbala namni hundi seenuudha. maal qaba silaan gandaan ergaan balbalicha seenee keessa qubadhu san beekee!. yoo waan Rabbiﷻ jaalachiisaa ture dalagaa turte gandi erga balbala saniin seentee qubattu jannata. yoo waan Rabbiﷻ jaalachiisu dalaguurraa boodatti harkifataa turte immoo ibidda.
المَوتُ بابٌ وَكُلُّ الناسِ داخِلُهُ
فَلَيتَ شِعرِيَ بَعدَ البابِ ما الدارُ

الدارُ جَنَّةُ خُلدٍ إِن عَمِلتَ بِما
يُرضي الإِلَهَ وَإِن قَصَّرتَ فَالنارُ


Yaa Rabbi TOWHIDAA fii SUNNAA irratti sabaata nuuf kenni, kheeyrii,araarama,nurraa jaalachuu keetii fii jannata keetiin nuuf goolabi!".


Jumadal-Ula 5.1446H

Читать полностью…

Deen Stars📿

◽Maallaqa, Bareedina, Uffannaa gaarii ykn Beekkumsa qabaatee kan mataa isaa gadi of hin xiqqeessin gaafa qiyaamaa kennaawwan kunniin qormaata isa irratti ta'u.
                        -Qataadaa.
@Sano_Haji1

Читать полностью…

Deen Stars📿

أكثروا الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة وليلة الجمعة.
Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam irratti salawaata guyyaa jumu'aa fi halkan jumu'aa buusuu baay'isaa!
اللهم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه وسلم.
.
@Sano_Haji1

Читать полностью…

Deen Stars📿

Barnoota Kitaabaa Barachuuf carraa kanatti fayyadamaa; Hiriyyoota keessanis itti affeeraa yeroo gabaabatti ni eegalama, In Shaa Allaah!
.
H.B: Dhummarratti certify ni taatu; certificate ni qaba waan ta'eef.
.
https://chat.whatsapp.com/FJt3XQtRKt362np6FEhCxN

Читать полностью…

Deen Stars📿

Barnoota Kitaabaa Barachuuf carraa kanatti fayyadamaa; Hiriyyoota keessanis itti affeeraa yeroo gabaabatti ni eegalama, In Shaa Allaah!
.
H.B: Dhummarratti certify ni taatu; certificate ni qaba waan ta'eef.
.
https://chat.whatsapp.com/FJt3XQtRKt362np6FEhCxN

Читать полностью…

Deen Stars📿

Barnoota Kitaabaa Barachuuf carraa kanatti fayyadamaa; Hiriyyoota keessanis itti affeeraa yeroo gabaabatti ni eegalama, In Shaa Allaah!
.
H.B: Dhummarratti certify ni taatu; certificate ni qaba waan ta'eef. Hundaafuu, Halli Barnootni itti kennamu garerratti kan ibsamu ta'a.
.
https://chat.whatsapp.com/FJt3XQtRKt362np6FEhCxN

Читать полностью…

Deen Stars📿

👆👆Koottaa haa barannu!!🌹❤️

Читать полностью…

Deen Stars📿

#Ibaadaa
Ibaadaa jechuun: "Waan Rabbiin Gammachiisu Kan Inni Akka Dalagnu Ajaje Hundaa Ofkeessatti Hammata."
Namni Tokko Rabbii Isaa Wanti Gabbaruuf Jaalala Isaa Qaburraa Kan Ka'e, Sodaa Adabbii/Qixaaxa Isaatii (Azaaba) fi Kajeellaa Badhaasa Rabbii (Jannata) Irraa Qaburraahi.
Jaalala, Sodaa fi Kajeellaan; Utubaa Ibaadaa ykn Bu'uura Ibaadaa ykn Humna Dalagaa Dalagutti Nama Kakaaftu Jedhaman.

Читать полностью…

Deen Stars📿

https://chat.whatsapp.com/FJt3XQtRKt362np6FEhCxN

Читать полностью…

Deen Stars📿

https://chat.whatsapp.com/FJt3XQtRKt362np6FEhCxN

Читать полностью…

Deen Stars📿

" aakhiraadhatti Saffisni garbichi siraaxirratti qabu; hanga saffisa inni duniyaarratti gara hojiilee gaggaariitti qabuutiini. Rasuulli ﷺ haala siraax irraa San yeroo ibsu " Dalagaa isaaniitu isaaniin Deema" jedhan.

رواه مسلم

Читать полностью…

Deen Stars📿

"لَنْ تَستَقِيمَ حَيَاتُنَا إِلَّا بِالقُرآنِ."

"Our lives will not be established except with the Qur'an."

Читать полностью…

Deen Stars📿

Seenaa yaada kee sirraa ooftuu...!!
#Urwaa ibnu Zubeeyri sababa dhukkubni “gargariinaa “ jedhamu itti dhufeef miila isaa irraa muran. Guyyuma San keessa ilmaan saa torbanirraa mucaan isaa kan akkaan qalbii isaatin jaalatu fardi isa dhiitee du'e!!
#Urwaan: yaa Rabbi galanni keeti innaa lillaahi waa innaa ileeyhi raaji'uun jedhe!! Ilmaan torba naaf kannite tokko fudhatte, humna afur naaf kennite tokko narraa fudhatte, yoo hardha na mokkore yeroo hedduu nagaya na godhe, yoo fudhate yeroo hedduu naaf kenne, Rabbiin akka jannatatti walitti nu qabuun kajeela jedhe!!
#Guyyaan ni deeme; Guyyaa tokko Urwaan kaliifaa Islaamaa #Waliid ibnu Abdil Malik irratti ol seenee gurbaa dullacha ijji isaa ballaa tokko kaliifaa biratti arge.
#Kaliifaan: yaa Urwaa dullacha kana seenaa isaa gaafadhu jedheen?
#Urwaan: seenaan tee maali jedheen?
#Gurbaan: yaa Urwaa wlhi galgala tokko ganda lagaa tokko keessaan qubadhe kan ganda San keessa namni tokkolleen horii fi ilmaanillee narra hin qabne.. Halkan keessa galaanni nutti dhufeeti horii kiyyaa fi ilmaan kiyyas fuudhee kute, ganama aduun hoggaa baatu mucaa xiqqaa tokko fi gaala tokko qofaatu naaf hafe!
#Gaalli na jalaa baqate itti dhaqqabuufin cahe hedduu hin fagaanne if duubatti iyyeensa mucaa kiyyaatin dhagahe oggaan milladhu mataa mucaa kiyyaa afaan yayyii keessattin arge, irraa baasuufin cahe garuu hin dandeenye, ammas gaalatti dhaqqabuufin cahe kotteesaatin fuula keessa na dhiiteeti ija tiyya ballaa na godhe!!!
#Urwaan: kana booda maal jetta Duuba jedheen?
#Gurbaan: "Rabbi galanni keeti, qalbii si beeytuu fi arraba si zakkaru ka naaf kanniteehin jedha" jedheen!!!
#Rabbiif jacha obsuun akkana!!
"Namni tokko kennaa bal’aa fi caalaa obsarra hin kannamne" jedha Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam!!

Читать полностью…

Deen Stars📿

الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام، وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله صلى الله عليه وسلم: إن من أفضل أيامكم يوم الجمعة فأكثروا علي من الصلاة فيه.

-Rasuula (Sallallaahu aleeyhi wasallam) irratti nagayaa fi rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Halkan isii (Halkan kamisaa) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan:"Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati; isii keessa nagayaa fi rahmatarraa narratti buusuu heddummeessaa."
   -Sheikh Abdul Aziiz At-Tarifii.

Читать полностью…

Deen Stars📿

"I will surely remove from them their misdeeds, and I will surely admit them to gardens beneath which rivers flow as reward from Allāh, and Allāh has with Him the best reward."

Читать полностью…
Subscribe to a channel