ehsan_tube | Unsorted

Telegram-канал ehsan_tube - AL-IHSAAN

2054

Channel kanarratti ✅Hadiisa sahiiha ✅ Nasiihatul-Yawum ✅jecha salafoota islaamaa ✅wolaloo mi'ooftuu argachuu dandeessuu yaada qabdan @Ibn_Daawud_bot nuun ga'uu dandeessu ✅👉#muslimni_obboleessa_muslimaati

Subscribe to a channel

AL-IHSAAN

☝️☝️☝️☝️Fatwaa Ulamaa'ii dhaggeeffadhaa👌👌👌
INP #Haraama tahuu qubaqabduu???
🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔

📚📚📚📚📚📚📚
✍️Obboleewwaan Iimaanaa bakka jirtanitti nageenyi Rabbii sin irra haa jiraatu🙏
✍️waa'ee INFINITY PAWOR(INP)amma dura beektota gaafannee turre,yeroos dhorkaan qabu jennaan eegallee turre 🙏
✍️Amma immoo hedduun #Ulamaa'ii #haraama jedhanii jiru 😳😳maarree nutis horii #haraam garaatti nyaachuu irrraa rabbitti maganfanna🙏
✍️kanaaf kana booda #nama_affeeruu,#recharge/birrii irraa galchitanii dalaguu akka dhaabdan maqaa Rabbiitiin isin gaafadha👌👌👌👌
ULAMAA INPn #Haraama jedhan irraa muraasa
✅Sheek Muusaa Su'aalaa
✅Dr.Muhammad kamaal
✅Sheek Aliyyii muusaa
✅Sheek Usmaan Durrii fikkn
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Galatoomaa✅
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉
@Library_Islaamaabot1
     ▀▀▀▀▀▀▀▀▀  
 
@Library_Islaamaa        
 
@Library_Islaamaa
█▄▄▄▄▄▄▄▄▄▄▄█
𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Assalaamu alayikum worahmatullaahi wo barakaatuhuu link asii gadii kana tuquudhaan qarshii haala gaariidhaan hojjachuu ni dandeessu
Hubachiisa dhaabbanni Infinite power jedhamu kun dhaabbata obboleewwan keenya muslimaatiin hundeeffamee fi haqa qabeessa kanaafuu link kanaan seenuun hojjadhaa fayyadamaan isiniin jedha rabbiin warra qabeenya halaal irra argamee gara halaalitti bahuun nu haa qanansiisu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://register.infinitypowersvip.com/?invitation=B7Y0D



Yaadaafi qeeqa qabdanuuf @Ibn_Daawud_bot nu qunnamaa

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Yeroo keessi kee qulqulluu taate
Bakka hin beekne irraa Rabbiin ifa siif kenna.
Namoonni bakka ati hin beekne irraa si jaallatu, .
Namni sitti haajomuu fi si barbaadu bakka ati hin beekne irraa sitti dhufa.

🌹 @Ehsan_tube 🌹

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Jireenya kee keessatti akka mukaa namoonnii dhagaadhaan dhahanuu muktimmoo firiidhaan isaan dhahuu tahi.
/channel/Ehsan_tube
/channel/Ehsan_tube

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Gurbaan tokko akkana jedhe: Sufyaan bin Uyaynaan waliin deemaa osoon jiruu kadhataan tokko itti dhuftee waan kennu dhabee booye, kanaaf anis akkana jedhe: Yaa Abuu Muhammad maaltu si boochise? Innis akkana jedhe: Namni waan gaarii sirraa abdatee isa hin arganne caalaa balaan maali? Jedhee.
@Ehsan_tube

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Anas bin Maalik (Ergamaan Rabbii Rabbi isa haa qananiisu, nagaa akka isaaf haa kennu, akkana jedhe: (Jibriil akka daawwitii adii tuqaa gurraacha irra jiru kana natti dhufe. Anis akkana jedheen: Yaa Jibriil, kun maali? Innis akkana jedhe:
Jimaata kana Rabbiin isinis ta'e ummata keessaniif ayyaana haa godhu, isin Yihudootaa fi Kiristaanota dura waan jirtaniif, sa'aatii hojjetaan tokko illee itti walii hin galle keessa jira.)
Rabbiin waan gaarii kadhata, garuu ni kenna isa Jedhe: Qoosaan kun maali?
Guyyaa Al-Mazid? raajotaa fi teessoo wareegamtootaaf luqqisii irraa tolfame, houris bareedoon immoo golee keessaa gadi bu’ee Rabbiin galateeffatee ulfina isaaf kenne akkana jedhe:
Ergasii rabbiin akkana jedha: Gabroota koo uffadhaa, isaanis uffataniiru. isaanis ni soorata. Yaa Gooftaan keenya sitti gammadne akkana jedhe: Ani sitti quufeera. ) [Hadiisa Saahiiha Al-Qudsiya kan Sheek Mustafaa Al-Adawy barreessan].

@Ehsan_tube

Читать полностью…

AL-IHSAAN

እንኳን ለ1445ኛው የኢድ አልፈጥር በዓል አደረሳችሁ፡፡

Baga Ayyaana Iid Alfaxir 1445ffaan Isin Gahe

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Zakaa fixriis hin dagatinaa. Safarri Saa'ii Madiinaa dhufee kan armaan gadiiti:

1. Daakuuu 2.5 KG
2. Xaafii 2.85 KG
3. Ruuza 2.75 KG
4. Qamadii 2.5 KG
5. Garbuu 2 KG
6. Bishingaa 2.63 KG
7. Boqqolloo 2.5 KG
Kanatu hiyyeessaaf kennama.
@Ehsan_tube

Читать полностью…

AL-IHSAAN

⛔️Attention~ ቪዲዮ አለማየት አይቻልም

አንድ ሰው ሲቀበር በአማካይ 28 ብሎኬቶች ያስፈልጋሉ። ጉድጓዱ ውስጥ ለህዱን ለመሸፈን 14፤ ከላይ የቀብሩ ዙሪያ ላይ ደሞ 14 ብሎኬቶች ያስፈልጋሉ። እንግዲህ ይሄን ያህል ብሎኬት ግዥ እየተደረገ ነው እስከዛሬ ድረስ ሥርዓተ ቀብር ይፈፀም የነበረው።

በዚህም የተነሳ አስተዳደሩ ለከፍተኛ ውጭ ተዳርጎ ቆይቷል።ለዚህም መፍትሄ ይህን ዘንድ ዘመናዊ የብሎኬት ማሽን መግዛት አስፈላጊ ሆኖ ተገኝቷል።

ማሽኑን ለመግዛት ወደ 20 ሚሊየን ብር የተጠየቀ ሲሆን፤ ይህንን ገንዘብ ለማሟላት የሁላችንም ርብርብ አስፈላጊ ሆኖ በመገኘቱ ሁላችንም የአቅማችንን ከታች ባሉት አካውንቶች እንድናበረክት ጥሪ አቀርባለው።

📌ንግድ ባንክ 1000615556638
📌ዘምዘም ባንክ 0039579120101
📌አቢሲኒያ ባንክ 182273333
📌ሂጅራ ባንክ 1004444480001
📌አዋሽ ባንክ 014221321497500
🔴አ/አ ቀብር አስተዳደር ኮሚቴ

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Gaddi hin barbaachisu, hin hawwamus, bu'aas hin qabu, Rasuulli rabbiin SAW  Yaaddoo irraa maganfatee akkana jedhe: ((Yaa rabbi yaaddoo fi gadda irraa sitti maganfadha) ) sababni isaas hiriyyaa yaaddoo fi garaagarummaa waan ta’eef, yoo yeroo darbe ta’e gadda namatti fida, lamaan isaanii iyyuu gara fuulduraatti akka hin deemne laaffisu, murtoo sanas maqaa balleessu.

 [من كتاب لا تحزن]

Gorsa gabaaboo fi mimmiidhagoo argachuuf
Filannoon keessan @Ehsan_tube haa ta’u.

Читать полностью…

AL-IHSAAN

#ZAKAATUL_FIXR

🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

Bismillah! Ramadaanni yommuu xumura irra gahuu dhimma barbaachisaa keessaa tokko zakaatul Fixriidha. Barruu tana keessatti haala gabaabaan waa’ee zakaatul fixr ni ilaalla.

Jalqaba Zakaa jechuun maal jechuudhaa?
Akka lugaatti, zakaa jechuun barakaa (daballii, baay’inna), dagaaginsa, qulqullinna, fooyya’iinsa.
Akka shari’aatti zakaa jechuun qabeenya adda baafame irraa, yeroo murtaa’aa keessatti bakka murtaa’etti qooda kennamuudha.

Qoodni qabeenya irraa baafamu kuni zakaa jedhamee kan waamameef qabeenya irraa baafamee kana ni dabala, badii irraa eega. Ammas, nafsee nama zakaa kennuu qulqulleessa.[1] Akkuma Rabbiin olta’aan jedhe:


“ Sadaqaa ittiin isaan qulqulleessituu fi isaaniif dabaltuun qabeenya isaanii irraa fuudhi.” Suuratu At-Tawbah 9:103

Kanaafu zakaan doynummaa, xurii badii fi kkf irraa nama qulqulleessa. Akkasumas, qabeenya ni dabala, barakaa itti godha.

Zakaan nama ulaagaalee zakaa itti kennan guute hunda irratti dirqama (waajiba). Arkaana Islaamaa keessaa arkaana sadaffaadha. Namni “Zakaan dirqamaa miti” jedhee morme akka kafaru beektonni irratti wali galanii jiru. Namni dirqama zakaatti amanuu waliin zakaa kennu dide immoo nama ma’asiyaa (badii) guddaa hojjate ta’a.

Qabeenya irraa zakaa baasun dirqama kan ta’uu ulaagaaleen armaan gadii yoo guuttamaniidha:
1-Qabeenyi gosa zakaan dirqama itti ta’e keessaa ta’uu. Kunis gosa afuri: Gosti 1ffaan: midhaanii fi sanyii lafa keessaa ol bahu. Kan akka qamadii, garbuu, ruuza fi temira.
Lamaffaan: beelladota manaa. Isaan kuni horii, re’ee, hoolaa, gaala. Sadaffaan: warqii fi meeta. (Yoo nisaaba geesse maallaqa waraqaa irrattis zakaan dirqama.)
Afraffaan: meeshaalee daldalaa...

t.me/Ehsan_tube

Читать полностью…

AL-IHSAAN

"Sooma, salaata, sadaqaa caalaa maaltu caala sinitti himuu ? Sahaabaan "Nutti himi: jedhan isaanis 'namoota wal lolan walitti araarsuudha" jedhan.

Rasuul (صلى الله عليه وسلم)

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Maalik bin Dinaar Rabbiin rahmata isaaf haa godhu akkana jedhe: Erga ani namoota beekee galata isaaniitti hin gammadne, ceepha’uu isaaniis hin jibbu, “Maaliif akkas ta’e” jedhame galatni isaanii garmalee, arrabsoon isaaniis garmalee dha.”

Kutaa: 4. Al-Muntaqaa Al-Nafeez

@Ehsan_tube

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Manzuumaa Raayyaa Abbaa maccaa 37ffaa isa haaraa

Namnii bifa sageeln barbaaduu linkii kana gadiin seenaa dhaggeefadhaa👇👇👇👇

T.me/Rayaa_jamaal @Rayaa_Jamaal
@rayaa_jamaal @Rayaa_Jamaal

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Manzuumaa Raayyaa Abbaa Maccaa 37ffaa
Bakkatti Hafaan Rabbuma

Kunoo daawwadhaa Like Share Godhaa Qoodaa.
https://youtu.be/BLR0CA9P9Mo?si=2DGLqM1zcIucJqrQ

Читать полностью…

AL-IHSAAN

إن خير يوم طلعت عليه الشمس هو يوم الجمعة

irra caalaan guyyaa aduun irratti baatuu ykn bariitu guyyaa JUM´AATI
فيه ساعة يستجاب فيها الدعاء،

Ammallee guyyaa san keessa sa´aatii du´aa´iin keessa qeebalamtutu jira

والصدقة فيه خير من الصدقة في غيره من الأيام
Ammallee sadaqaan guyyaa san keessa kennatamtu kan guyyaa biroo irra caaltuudha
.. فأكثر من الدعاء والصدقات في هذا اليوم
Kanaaf guyyattii san keessa du´aa´ii fi sadaqaa kennachuu baay´isuun nurra haa jiraatu


Channel TELEGRAM keenyaa
/channel/Ehsan_tube

👆👆👆👆👆
#JOIN_GODHAA

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Egamaan rabbii nagaa fi rahmanni isarratti haa jiraatu akkana jedhe:

Addunyaan gammachuudha, gammachuun hundarra gaariin dubartii qajeeltuudha.

Sheek Ibnu Uthaymeen Rabbi rahmata haa godhu akkana jedhan:

Namni tokko dubartii amantii fi sammuu isheetiin qajeeltuu yoo argate, addunyaa kanarraa gammachuu hundarra gaarii ta’e kana jechuudha
Iccitii isaa, qarshii isaa fi ijoollee isaa waan eegdufi
Isheenis nama sammuu gaarii yoo taate mana isaa keessattis ta’e ijoollee isaa guddisuu keessatti bulchiinsa gaarii ni kenniti.

🌹🌹 @Ehsan_tube 🌹🌹

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Baga Ayyaana iid al-ad-haa (arafaa) waggaa 1445tiin nagaan isin gahe.
Iida nagahaa kan milkii kan gammachuu siniif haa ta'u

እንኳን ለ1445ኛዉ የኢድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሠላም አደረሰችሁ!
በዓሉ የ ሠላም ደስታና የሰኬት የሁንላቹ

عيدكم مبارك تقبل الله أعمالكم وجعل جميع ذنوبكم مغفورة في عيد الأضحى وكل عام وأنتم بخير.

@Ehsan_tube

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Namichi tokko saalihoota keessaa tokkotti odeessa (namiimaa) qabate dhufe
Saalihtichis akkana jedheen:

Namimaan Yakka cimaa sadii natti fidde:

1- Obboleessa koo irraa na fageessite
2- Qalbii koo duwwaa immoo dhuunfatte
3- Lubbuu koo keessattis bakka lubbuu keetii balleessite

Yahya Ibnu Kathir Rabbi rahmata haa godhu akkana jedhe:

“Namni maqaa waan saahireen ji’a tokko keessatti hin balleessin sa'aatii tokko keessatti balleessa.”jedhan yaa obboleeyyan of haa yaadannu bakka kaane,bakka jirruufi bakka itti deemnu.
@Ehsan_tube

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Aliin bin Abii Xaalib Rabbiin irraa haa jaalatuu akkana jedhe: “Addunyaan dhumtee aakhira dhufte, kanaaf ijoollee aakhiraa keessa ta’i ijoollee adunyaa keessa hin ta’iin.”

@Ehsan_tube

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Omar Ibnu Al-Khattab, Rabbiin irraa haa jaalatu, akkana jedhe: (Sooma ykn Salaata nama kamiiyyuu hin laalin, garuu yeroo inni odeesse dhugaa dubbii isaa, yeroo imaanaa itti kenname amanamummaa isaa, yeroo inni quuqama isaa ilaalaa malee ni fayya) [((Hilyat Al-Awliya') Abuu Nu'aym (3/27) tiin.]
@Ehsan_tube

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Baatiin Ramadaanaa 1445 guyyaa boruu 30 kan xumuramu yoo ta'u, shawwaal 1ffaa ykn Eid Alfaxr 1445 Roobii Ebla, 10 Ebla 2024 dha

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Omar bin Al-Khattab Rabbiin irraa haa jaallatu akkana jedhe: Gabrichaa fi rizqii isaa jidduu golgaatu jira yoo quufe fi itti gammade rizqiin gara isaatti dhufti, yoo tuffate immoo rizqiin isaa kan duraa hin caalu.

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Rabbiin fayyaa kee guutuu godhee umrii dheertuu siif kennee kan ummata kee tajaajiltu si haa godhu

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Guyyaa Juma'aa kalaandariin cufaa ta'uu qaba >
~~~
Waamicha Ustaaz Ahmedin Jebel
Itoophiyaatti guyyaan juma'aa guyyaa boqonnaa akka ta'u; akkasuma salaanni juma'aa bu'uuraa fi qaama amantichaa keessaa tokko waan ta'eef, guyyaa kanatti dhaabbileen mootummaa fi manneen barnootaa akka cufamuu fi lakkoofsi Hijraa sirna kalaandarii biyyattii keessatti akka hammatamuuf Ustaaz Ahmedin Jebel waamicha dhiheessaniiru!!❤️
@Ehsan_tube

Читать полностью…

AL-IHSAAN

🔴 Hubachiisa!

Hardha halkan Ramadaanaa 23ffa dha. Halkan kun immoo halkan laylatal qadri itti kajeelamu kessaa tokko dha. Ibaadaan laylatal qadrii keessatti dalagamu immoo ibaadaa waggaa 83n dalagnu caala. Halkan kana keessatti Qur'aanaan, salawaataan, salaataanifi sadaqaan jajjabaachuu qabna.

Ustaaz Ahmedin jebel

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Miskiinaaf sadaqaa kennuun kee sadaqaa dha. Firaaf yoo ta'u garuu sadaqaa fi firummaa itti fufsiisuu/jabeessuu dha.”

Ergamaa Rabbii(ﷺ)

Читать полностью…

AL-IHSAAN

Manzuumaa Raayyaa Abbaa maccaa 37ffaa "Bakkatti hafaan Rabbii"

@Abu_Amaar12

Читать полностью…

AL-IHSAAN

𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
༆Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa barattan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀@gibeeMedia
@gibeeMedia
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
💐💐💐💐💐💐💐@rayaa_jamaal
@rayaa_jamaal
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
@Nashiidaa_Islaamaa_channel
❤❤❤❤❤❤❤
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
@IQRAA_ISLAMIC_MEDIA
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
@DAARU_SALAAM
@DAARU_SALAAM
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
@Ehsan_tube
@Ehsan_tube
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
📚📚📚📚📚📚📚📚

Читать полностью…

AL-IHSAAN

✅Oduu gammachiisaa😁😁😁😁😁😘😘
✍Nashiidaan ustaaz Raayyaa A/maccaa 37ffaan boru gadi dhiifama akkasaan jedhanitti🙏🙏🙏
👇
Hojii kiyya 37ffaa xumuradheera yoo Rabbi jedhe boru Galgala isin bira gaha Inshaa Allah
#Ustaaz_Raayyaa_Abbaa_maccaa

#Akka_gadi_dhiifameen_argachuuf channel kana seenaa amma👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍👍👍👍👍👍👍👍

Читать полностью…
Subscribe to a channel