👁🗨#New Case Spread in china HMPV Virus, Kuniis hojii egalee jedhaa jiruu.!
@Haakimotaoromo
👁🗨#Sirreeffama skeelii miindaa Geggeesditoota Hospitaala Jalqabaa fi walii galaa.!
@Haakimotaoromo
👁🗨#Oduu gaddaa
👤#Konkolaachisaa Hospitaala Muka Xurrii obbo Salamoon Gizawu gaafa guyyaa mudde 14/2017 ganama haardha deessuu hospitaala irraa refer taatee fe'atee gara finfinnee osoo deemuu konkolaataan duuban ambulaansii irra bahuun lubbuun, konkolaachisaa Ambulaansii, kan Deessuu refer taate, Abbaa warraa deessuu fi harmeen deessuu du'aan boqotanii jiru. maatii, firoottan, ogeeyyii fayyaa hospitaalichaa fi hawaasa naannoo sanaa jiraanif jajjabina hawwiina. biyyoon itti haa salphatu.!
@Haakimotaoromo
👁🗨#Hayyama Qacarrii Ogeeyyii Fayyaa Godinaalee ilaalatuf.!
Galmee qacarrii Ogeeyyii haaraa hayyama ogummaallee hospitaalaa fi godinaaf hayyamamee wan ta'eef sadarkaa godinaatti akka galma'aan yaa ta'u.
👤#Qacarri duraattin xalayaa ramaddii ogeessi fudhatee amma akka haaraatti ogeessii galmaa'ee bira gahaame galmeen ammas ta'ee Ramaddiin darbees ni haqama.
@Haakimotaoromo
Ogeeyyiin Professional license dhaaf apply gootanii ‘Application Status’ keessan Rejected irraa jirtan Procedure armaan gadii fayyadamudhaan Application Status gara NEW’‘ti jijjiradha.
Читать полностью…👁🗨#Sirreeffama Ulaagaa simannaa Ogummaa ''Health Information Administration (HIA)''
@Haakimotaoromo
👁🗨#Oggeyii fayyaa isiin ilaalatu hundaaf.!
1. Ogeesotni kanaan dura 'Professional license/letter of Designation 'Moosaajii HRMIS tiin eraga fudhatanii booda barumsa foyyefattan ('upgrade') gootan hundi 'User fi password' kanaan dura Professional license ittiin fudhatan fayyadamuun 'Upgrade application' dhaan iyyannoo keessan akka dhiyeefatanifi ragaa ogummaa (Professional license) moosaajii Kanaan dura fudhatan gara Waajira Fayyaa Godina, Bul/Magaala fi Shaggar cityti deebisuun kan hin barbaachifne ta’uu akka beektan.
2. Ogeesotni moosaajii Kanaan erga ‘Apply’ gootanii booda ‘Application’ irratti suuraan jirachuufi maqaan keessan Engiliffa fi Amariffaan akkataa raga barnoota keessa irratti barraheen ta’u isaa mirkaneefadha.
3. Ogeesotni kanaan dura ragaa Ogummaa('professional license' ) Moosaajiin kun osoo hojiirra hin oolin fudhatan hundi akkuma kanaan duraa gara Waajira Fayyaa Godina, Bul/Magaalaa fi Shaggarti akka deebistan cimsinee isiin beeksifna.
4. Ogeesotni 'user fi password moosaajii Kanaan create’ gootanii sababa gara garaan maqaa, user, password, email fi lakk. bilbilaa jijjiruun kan biraa ‘create’ gochuuf yaaltan yakka ta'uu beektanii akka irraa of qusattan.
5. Kanfaltii ‘profeessional license’ tiif maqaa keessanin alatti rawwachuun hin danda'amuu.
6. 'Application status' keessan 'Pending' yookin ‘Reject ‘yoo ta’e ‘Application History’ irratti dub-deebii siniif kenname ilaaluun erga sirrefatanii booda 'Browse' gochuun ''Sign and Update''gochuun Application status keessan gara 'New' jijjiramu isaa mirkaneefadha.
7. Ogeesotni dhaabata dhuunfa (Private health facility) keessa hojjecha raga Ogummaa (Professional License) fudhachuuf iyyannoo keessan dhiyeefatan muuxxanno(Work experience ) keessan Waajira Fayyaa Godina,Bul/magaala yookiin Shaggar city irraa fudhachuu akka qabdan sin beeksifna
@Haakimotaoromo
👁🗨#Guyyaa Qormaataa Qacarrii
Oggeyii fayyaa Godinalee 10f.
👉 09/03/2017
@Haakimotaoromo
👁🗨#Beeksisa qaxarrii ogeeyyii Fayyaa Waajjira Eegumsa Fayyaa G/W/Bahaa
@Haakimotaoromo
👁🗨#Baga Ayyaana Qillee kan baraa 2017 isiinin gahee Ayyaana Garii.!!
@Haakimotaoromo
👁🗨#Hayyama jijjiirraa Hojjataa Seektara fayyaa kan Bara 2017 Marsaa 1ffaa kenname.
👤Qindeessitoonnii HR sadarkaan jirtan akkaataa qaj.lakk 20/2015 tiin ofeeggannoon unka jijjiirraa hojjataa fayyaa akka guuchiiftan hubachiisaa,unki jijjiirraa hojjataa bulchiinsaa yeroo guutamu muuxxannoon hojii gita irratti dorgoman sanaan koreen FF ragaan dhiyaatuuf waan ilaaluuf unka jijjiirraan dabalata (ulaagaa xiqqaa dorgommiif barbaachisuu dhiyeessuu waan qabaniif addatti ragaan qindaa'ee dhiyaachuu qaba.
👤 2ffaa Ragaan Specialist ,GP fi IESO lakk.0916365708,0966884365 dhaan EXCel fi PDF doc. dhaan biiroof yaa ergamu.
🗣#dhumarratti akkaataa walharkaa fuudhiinsa sanada jijjiirraa erga unki guutamee booda kallattii biiroo irraa kennamuun kan beeksifamu ta'a.
@Haakimotaoromo
👁🗨#Waajjira Fayyaa Bul/Magaala 22 tiif. Carraa barnootaa Ekisteshinii Fayyaa.
@Haakimotaoromo
👁🗨#Waajjira Fayyaa Godinaalee fi Bulchiinsa Mag/Shaggariif
Qoodinsa Carraa Barnootaa fi Ulaagaa Simannaa 2017.
@Haakimotaoromo
👁🗨#EFDA Safety Alert.!
የኢትዮጵያ የምግብና መድኃኒት ባለሥልጣን RELIEF የሚባል ሕገወጥ መድኃኒት (በውስጡ ዲክሎፌናክ፣ ፓራሲታሞል፣ ክሎረፊኒራሚን እና
ማግኒዥየም ትራይሲሊኬት እንዳለው ይገመታል) በኢትዮጵያ ገበያ እየተዘዋወሩ መሆኑን ተደርሶበታል።
ይህ መድኃኒት በሕጋዊ መንገድ በባለስልጣን መስሪያ ቤታችን ያልተመዘገበ በመሆኑ ጥራቱ፣ ደህንነቱና ውጤታማነቱ አይታወቅም።በተጨማሪም ፣ የዚህ መድኃኒት የጎንዮሽ ጉዳቶች የምግብ ፍላጎት ማጣት ፣ ተቅማጥ ፣ የሆድ ህመም ፣ ማቅለሽለሽ ፣ ማስታወክ ፣ እንቅልፍ ማጣት ፣ ድካም፤ የእይታ መዛባት፤ መፍዘዝ ፣ ራስ ምታት ፣ የቆዳ ሽፍታ ፣ የጉበት ኢንዛይሞች መጨመርና ለረጅም ጊዜ ጥቅም ላይ ሲውል የኩላሊት ጉዳትን ያጠቃልላል። ጥናቶች እንደሚያሳዩት ይህንን መድኃኒት ለረጅም ጊዜ መጠቀም ከባድ የጉበት፣ የኩላሊት ጉዳት፣ የልብ ድካም እና ስትሮክ የመያዝ እድልን ከፍ ሊያደርግ ይችላል።
በመሆኑም ህብረተሰቡ ይህንን መድኃኒት ከመጠቀም እንዲቆጠብ እያሳሰብን መድኃኒቱን በአካባቢዎት ካገኙ በነጻ ስልክ ቁጥር 8482 ደውለው ለኢትዮጵያ የምግብና የመድኃኒት ባለስልጣን ወይም ለክልል ጤና ተቆጣጣሪ አካላት እንዲጠቁሙ በአክብሮት እንጠይቃለን።
@Haakimotaoromo
👤#Hayyamnii Godinaalee kunneen hayyamni qacarrii isinii kenname hundi jijjiirraa godina keessaanii xumurtan ulaagaa qacarrii baasuun ogeessota hayyamaman kan ulaagaa guutan akka galmeessitanii fi jijjiirraa keessoo kan hin xumurre immoo isa xumurun qacarrii akka raawwaattan kan hayyamame ta'u beeksiifna.hayyamni keennamees kan dhaabbilee fayyaa godina keessan keessatti argamanii biiroof yaamaman kan dabalatudha. kanaaf ramaddii kennuun dura bu'aan qormaata qacarrii biiroof kan ergamu ta'a.
Godinaaleen qacarrii ammaaf kanarratti isiniif hin hayyamamne dursa jijjiiirraan guuttachuu waan qabdaniif godinaalee fi dhaabbileen fayyaa hanga ammaa fedhii gita banaa baajata qabu hin ergine torbe dhuftu keessa akka biiroof ergitani hayyamni jijjiirraa kennamu akka gootan yaa ta'u.