JECHA SIIN JAALADHA JEDHUTTI OSOO HIN FAYYADAMNE TOOFTAA BIRAATIIN ERGAA SIIN
JAALADHAA DABARFACHUUN AKKA DANDAHAMU BEEKTUU??
1. Ija keessa kallattiin laaluu:-
Ija keessaa qajeelatti nama jaalatan yoo ilaaltan onneen nidhahatti, namni isii laalu kan isii jaalatu ta’uu hubatti. Kuni yeroo tokko
tokko itti yaadamee osoo hintaane, osuma hin
beekne kan ta’uudha. Suduudaan ija keessa nama ilaaluun humna guddaa qaba. Ergaa
'siinjaaladha' ja'uus ciminaan dabarsuu dandaha.
2. Wal-akkeessuu:-
Waan wolfakkaatu al tokko wal faana
raawwachuu. Waan inni tokko godhu kan biraas
yeruma sanitti godhuu. Kana jechuun yoo inni
tokko buna habbuuquu eegale faanaa habbuuquu ta’uun nidanda’a.
3. Kennaan wal badhaasuu:-
Horiifi meeshaa addaddaa namaaf kennuun mallattoo jaalalaafi kabajaa nama tokkoof qabnu,
jecha tokko osoo hindubbanne, ittiin ibsannu keessaa tokko waan taheef itti dhimma bahuun ni
dandahama.
4. Ceekuu sochoosuufi naannessuu:-
Ceekuu keenya sochoosuu, waa’ee roqomsuu
mitikan dubbataarru, ergaa onneefi yaada sammuu keenna dhiphisu daandii nama jaalannu biraan ittiin gayannu keessaa isa tokko.
5. Walitti siiqanii taa’uu:-
Fageenya jidduu namootaa jiru dhiphisuun humna
cimaa onneefi sammuu namootaa walitti harkisuu.. dhiheessuu qaba. Namni jaalalaan
qabame, isa kaan irra fagatee hinjiraatu. Fagoo
ta’uun isaaf hin mijaatu. Kanaaf itti siqanii sagalee dhahannaa onnee dhageessifachuun
jaalala ibsachuun ni dandahama.
6. Qubbeen walii qaqabuu:-
Harka, keessattuu qubbeen, qaqqabuun mallattoo
jaalalaati. Akka hedduu qaqqabdeen irra deddeebitee sijaaladha jechaa akka jirtu hin dagatin.
7. Libsuu ijaa wal faanaa:-
Namni haala nagaa keessatti si’a 20 daqiqaa tokko keessatti ija libsata. Libsuun walirraa hin cinne mallattoo jaalalaan qabamuu ykn gama
nama tokkootti harkifamuu, onneen walitti hidhamuu agarsiisa. Heddu libsannaan ergaan siin jaaladhaa nama si fuldura
dhabbatu gayeeraa ‘sijaaladha’ jechuuf hin cinqamin.
8. Seeqiinsa gaarii:-
Waa malee hin seeqannu, afaan hin bannu. Seqannaan, sesseqannaan waatu jira. Bifa kanaan namni lammataas waa jiraachuu barata.
Ergaa jaalalaa ta’uus onneen hubata.
9. Sagalee nuti baasnu:-
Haasooyni suuta yaa’u, gurratti nama mi’aayu
waa ammata. Ergaa jaalalaa dabarfata. Yeroo
haasoofnu sodaan hudhaanhudhamnee
haasawuu hin qabnu. Keessattuu dhiirti yeroo haasooytu
sodaan battiftu dubartii biratti hin jaalatamtu. Kanaaf ifitti amantummaan guutamani sagalee
ya'a mi'aawa qabduun suuta ja'ii haasawi.
Maddi:- Saaykooloojii qorannoo Jaalalaa
irraa.
Yaada qabdan karaa
@ImalaJaalalaabot
Join channel
>>>> @imala_jaalalaa
>>>> @imala_jaalalaa
Nuun gahuu ni dandeessan!
Horaa bulaa!
nuun gahuu dandeessu
Horaa bulaa!!!
Daqiiqaa muraasa booda live waan seennuuf dhimma jaalalaa gara garaa qabannee dhufaa jirraa daqiiqaa 5 f share godhi
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
#Jalalaa Dhugaa jechuun maalin??
=========================
Jaalalli ilma namaatiif gammachuu qofa osoo hin taane qoormaata cimaafii hiraara hangana hin jedhamne jaalala keessa nama muudata kun Ulaagalee jaalalaa keessaa isa tokko ..
Addunyaa tana irratti kan wal jaalatee wal argatu namoota muraasa innii kuun osoo wal jaalatee imimmaan waliif booyu jiruudhaan addaan fagaata
Kuun immoo jaalala dhugadhaan qabamee jaalalli isaas gatii dhabee akkuma onneen isaa madoofteetti hafa ...
Addunyaa tana irratti Wanti akka jaalalaa nama miidhuu danda'u jira jedhee hin yaadu
Osoo akka yaada kiyyaatii kan wal jaalate hundi wal argata garuu hireen jaalalaa qooda rabbiiti
Akkuma nuti nama tokko jaalannutti
Kan nu jaalatus hedduudha garuu irra caalaan keenna kan jaalanne malee kan nu jaalateef bakkee hin qabnu nama jaalalaan miidhamne saniif yaadaan hiraaruu malee kan jaalala keennaan hiraaraa jiruuf even carraa yaada isaa ibsachuunii danda'u hin laannuuf yaada saa dhageennus deebii gahaa hin laannuuf tuffannee bira tarra haasofni nama saniis qoosa nutti fakkaata .........maaliif garuu???
Jaalalli immoo cubbuudha akkuma ati nama siif miidhame san irratti qoosaa turte hunda dabareen kee ta'ee gaafa sirrattis qoosantu dhufa
Yeroo san waan jaalalti nama gootu siif gala namoota duraan jaalalaan miidhaa turte hundaaf gaafa sirras gahee agarte hubattaaf maa'anaan jaalalaa guyyaa san siif gala
Nuti namoota yoo jedhamnu yeroo bayyee dantaa keennaf malee dantaa namaatif jennee daqiiqaa takkaaf hin dhiphannu mee kan jaalanne qofaaf osoo hin taane kan nu jaalatuufis carraa of tahee jiraachuunii danda'u haa laannuuf kan nama sanii ta'uu dandeenna taanaan jaalalaaf kabajaan nama san simachuu
Kan nama sanii ta'uu hin dandeennu taanaan akka sirraa abdii kutatee of tahee jiraatuuf yaada kee ifaaf bilisaan an kee ta'uu hin danda'u jettee kabajaaf jaalalaan ofirraa geggeessuu
itti dabbaramuuf jennee itti kokkolfinee miira addaa keessa galchinee ta dur caalaa jaalalaan nama san miidhuun keenna bor nuufis miidhama taati yeroo san seenaa keessaa bayuu hin dandeenne keessa seenna
Soo jaalalaan hin qoosin jaalalli salphaa miti ..!!!!
#xalayaa_jaalalaa_isinirraa_ergifannedha
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
Waan qabdan asiin nuuf ergaa
@ImalaJaalalaabot
. Dubara biraa waliin akka ati hariiroo jalqabdu haala siif mijeessiti.Dubara biraa bira si fuutee deemti. Kophaatti sin dhiiftee qajeelti. Kana kan gootu dubartii hiriyum numaa kee dhabuu hin feene qofa. Ati jaalallee ishii ta'uuf sammuun ishii tole jedhee waan hin fudhanneefi.
/channel/imala_jaalalaa
/channel/imala_jaalalaa
Yaadaaf gaaffii:
@ImalaJaalalaabot
Yeroo bayyee feedhi kee kan hogannu miiraa qaama keeti akka taahe hin dagaattin.fakkeenyaf walitti bu'insaa sammuutiif Onneettin yeroo bayyee namonni filaannoo isaan irraa dubaatti deebi'an ni arginaa.garuu murteen filannoo keeti kani taahu qabuu wali galtee qaama (miira laman irratti kani hundahee taahu qabaa!
/channel/imala_jaalalaa
/channel/imala_jaalalaa
Giiftiikoo
Mi'aan jaalala kee
Waa hunda naaf caalee
Jireenya kiyyaarratti
Gammachuu naaf dabalee
Kabajan ani siif qabutu
Guutee dambali'ee
Utuun waa'ee kee yaaduu
Dhi'ee naaf bari'ee
Waa'ee kee yoon yaade
Qaama kootu hoollataa
Onneen koo na rifatee
Maashaan koo kottonfataa
Narraa fagoo teessee
Naaf taateetta mootittii
Hangan lubbuun jirutti
Situ giiftii kootii
Bulchiinsi kee naaf ta'eera
Hin qabu gaaffii haqaa
Addunyaa kee keessaa ba'ee
Eessa abbaa koon dhaqaa
Erga mootee miira koo
Miira koo alaaf keessaa
Yoo barbaadde na bittee
Na gurguruu dandeessaa
Hin qabu wantan sirreessu
Hiriira sitti ba'ee
Dhugaa waaqaaf lafaati
Bulchiinsi kee naaf ta'ee
Hayyama koo malee
Miira koo to'attee
Jaarraa 21ffaan
Garbicha kee na godhattee
Ergan baachuu eegalee
Dhugaa simboo keetii
Ji'oonni fagaateera
Waggoota ce'uu kootii
Eenyummaa koo itti dhiisee
Eenyummaa kee jiraadhaa
Ba'aa kee sirraa fuudheen
Jilbeeffadhee siif baadhaa
Sidursitee na waraante
Eeboon kan kee halaalaa
Sitti of kenneen jiraadha
Giiftii mootii jaalalaa
Garuu
Na booji'uu kee agartee
Akkan ani humnan qabnee
Utuu bittee gurgurteyyuu
Akkan homaan dubbannee
Hadaraa kee eeggadhu
Miidhama miira jaalalaa
Onnee kan koo naaf tiksi
Yaa mootittii halaalaa!
.
.
Yaadaaf 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Imalajaalalaabot
@Imalajaalalaabot
Join
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
Dhimmoonni jaalalaa waliin wal qabatan baay'ee ta'aniis addatti garuu wanta wal fakkeessuu heddudha. Adeemsi jaalalaa of eeggannoo barbaadaa.
Kana jechuun namni tokko jireenya isaa keessatti jaalallee isa waliin jiraattu/tu argachuuf dhama'a.
Haa ta'uu malee warroonni
Gama kanaan mikaa'an nama murasa. Fallaa kanaatiin garuu warri jaalala qofa wal qabsiisanii wal dhiisanii heddudhaa. Namni tokko jaalatamuufis ta'ee jaalachuuf haalafii yeroo keessa jiruutu murteessa nama jaalatu saniin qoratuun barbaachisaadha
Kana jechuuniis sammuu isaatiin qofa adda baasa .
Fakkeenyaaf namni kun
Umrii jirenya keenyaa keessatti hagam wal bira turuu dandeenyaa haala kam keessattuu yoo jiraanne jaalallii gaariidha haa tahu malee adeemsa qoreen itti heddumaatan heddu arguu dandeenyaa as keessatti obsaafi gara jabina barbaachis namni kamiyyu dirqamaa itti ta'e malee nama jaalatu argachuun kan hin barbaanne nama meeqa?
Nu hordofaa , yaada nuuf kennaa
@Imalajaalalaabot
Join godhaa
@imala_jaalalaa
Akkam bultee shaakkannee?
Xalayaan siif barreessa
Nagaa irraa jalqabee
Jaalalakeen qabamnaan
Si obsuus nan dadhabe
Bilbila siif bilbiluuf
Sararriikee qabamaa
Dhufee akkan sin dubbisne
Sareen keessan gagamaa
Ani asii gubadhee
Si arguus hin dandeenyee
Waanuma ati taates
An homaa hin dhageenye
Ganamaafi galgala
Guyyaa hundaan si yaada
Foolii shittoo qaamakee
Buna caalan araada
Mana kiraattan gala
Shaashee biyya ibsaa
Yoon maaluma siif godhe
Garaa kankee si ciibsaa?
Baajaajii dhabaaf malee
Sila sit na kadhata
Abbaan kees kanumaafu
Guyyuun natti kakata
Teelerraa liqeeffadheen
Siif erga kaardii shanii
Ilma dinquu na seetaa?
Harka qalleessa ani
Ati hidhii dibachuuf
Qalama na gaafatta
Qubeessaa barattootaa
Nyaara faarra dibatta
Ani kaalsiyyuu hodheen
Herbisiisee uffadha
Dhugaayyuu yoon dubbadhu
Qarshiidhaanin kakadha
Ati bargarii yaadda
Piizzaafa filtee nyaatta
Foon dimaas hin hawwita
Maali garaatti baattaa?
Ani daabboonan bula
Bishan itti unadhee
Pizza kanas hin beeku
Dur akaayyiinan guddadhe
Ani duras nan gowwoome
Sooressatu na gitaa?
Boryoo koobiraa jettee
Eessan fidee siif bitaa?
Jaalalli kankoof kankee
Asumatti haa ga‟uu
Nagaatti shaakkanneekoo
Piizzaa bituu hin danda‟u
Erga hawwinkee kunii
Ta‟ee labsii muddamaa
Osuman si jaaladhuu
Si dhiiseera dirqama
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
Yaadaaf 👉 @ImalaJaalalaabot
Amaloota Jaalala Dhugaa
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
◈ Jaalalli dhugaan waan akka salphatti argamu ykn bira ga'amu miti. Namoota baay’ee xiqqoo ta’aniidha kan jaalala dhugaa badhaafaman. Garuu namni hojjatee, carraaqee, dhama'eeti kan jaalala dhugaatiin wal baru. Jaalalli dhugaan walii galuu, kennanii fudhachuufi wal hubachuu gaafata. Jaalalli dhugaan hojii cimaa ykn dadhabbiin waan argamu ykn uumamu malee waanuma gadi ba'anii gabaarraa bitanii ol deebi'an miti.
❶ Gocha irratti hundaa'a. Jaalalli dhugaan waan gochaan agarsiistu malee waan afaaniin odeessituu akka hin taane quba qabaadhu. Jaalalli dhugaan haala kamiyyuu keessatti waan ati namaaf taatu, akkasumas waan namni biraa siif ta’uudha. Jaalala dhugaan nama jaalattuuf qabdu 'sin jaaladhaa' afaanii qofaan osoo hin taane gochaan agarsiifama.
❷ Nama hin hubu. Jaalalli dhugaan nama hin miidhu. Jireenya keessatti walitti aaruun, mufannaa fi wal hubachuu dadhabuun jira. Bakka jaalalli dhugaa jirus kuni inuma jira. Bakka jaalalli dhugaa jirutti rakkooleen ykn hir’inni kunniin waan irra deddeebidhaan mul’atanii miti.
❸ Jaalalli dhugaan haasawaa gaarin madaalama. Lafa jaalalli dhugaa jirutti maqaa wal ballessuufi wal yakkuun hin jiru. Yoo haasoftu jechoota ‘akka natti fakkaatutti’ ykn ‘akka amantaa kootiittii’ ykn ‘akka yaada kootti’ jedhanitti dhimma ba'uu yaali. Waan dhibbaan dhibbatti hinbeekne namatti hin fe’in. Jechaa fi shakkiidhaan wal hadheessuun ganda jaalalli dhugaa jiruttii miti kan heeddumatan.
❹ Jaalalli dhugaan waan jaalannu akka wareegnuuf nu hin gaafatu. Kana jechuun jaalalli dhugaa waan jalannu, maatii, hiriyaa fi fira keenya akka dhabnu ykn gargar baanu hin eeyyamu. Namni wantoota jaalatuun gargar si baasuuf carraaqu jaalala dhugaa siif akka hin qabne hubadhu. Jaalalli kee madaalawaa ta’uu qaba gama hundaanuu. Namni jaalala dhugaa siif qabus utykanarratti si jajjabeessa.
❺ Jaalalli dhugaan nama jaalattuu fi kanneen biroo gargar baasuu irratti hundaa'a. Kana jechuun maatii fi fira jibbi jechuu miti. Nama jaalattu harkatti galfachuuf dursii nama gaarii ta’i. Nama kaayyoo qabu, dhimma isaa too’atuu fi waan barbaadu harkatti galfachuuf carraaqqatu ta’uun jaalala barbaaddu argachuufis ta’ee isa harkaa qabdu cimsachuuf si gargaara. Gufuuleen jireenyaa fi jaalalaa bakka heeddutti si rukutaa jiran taanaan bu’uura rakkoo sanii sakatta’ii gara fuunduratti waan fooyya’iinsa qabu hojjachuu irratti fuulleffadhu.
❻ Jaalalli dhugaan daangaa jireenyaa keessa namaa sochoosa. Waan jaalattuu fi jibbitu ifatti gargar baasi. Nama wajjiin jiraatan waliin walitti iyyaa, mataa waldhukkubsaa jiraachuun jiruu hin ta’u. Jalqabumaa kaaftee yoo rakkoon uumame furmaata dhabe, mormii malee na ga'e ykn deeme jechuun danda’uu qabda. Dogoggorri uumamu tokko tokko kan carraan lamaa sadi kennamuuf ni jira. Hanga barbaachisuu ol obsuun of sobuu ykn nama murtee ta’uu dadhabuu agarsiisa.
❼ Jaalalli dhugaan kaayyoo fi kaka’umsaan guutamuu qaba. Lameen wal jaalatan yaadaa fi karoora isaanii bakkaan ga'uu irratti wal deeggaruun alatti furmaata biroo hin qaban. Waan hiriyaan kee jireenya keessatti fedhu gargar baasii hubadhuu deggarsaan bira dhaabadhu.
❽ Jalalli dhugaa miidhamaa of godhanii of mul'isuu hin fedhu. Waan uumame hundarratti too’annaa hin qabu jechuu dhiisi. Harki caalu waan uumamu eeyyama keetiin alatti hin uumamu. Hir’inaa fi rakkina qabdu hundaaf sababa tarreesuu dhiisii itti gafatamummaa fudhadhu. Akkamitti akka fuunduratti tarkaanfachuu qabdurratti jabaadhuu hojjadhu.
❾ Kaayyoof jiraadhu. Maal akka barbaaddu ifatti beeki. Of-fooyyessuuf maal maal bifa fooyya’iinsa qabuun hojjachuu akka qabdu beeki. Jaalalli dhugaa kan woloo qofa osoo hin taane kan dhuunfaatis ni ilaallata.
❿ Jalalli dhugaan yoo kophummaan si barbaachise siif eeyyama; yoo si barbaachise akka ofitti haasoftuu fi ofiin mari’attuuf haala siif mijeessa malee bifa kamiinuu danqaa sitti hin ta’u. Kanaaf jaalalli dhugaan kophummaa naaf hin kennu jettee of dhokachuurra yeroo fudhuu ofiin mari'adhu.
┄┄┉┉✽̶»̶̥💥✿»💥̶̥✽̶┉┉┄┄
Yaadaaf gaaffii asiin naaf barreessi
👇👇👇👇👇👇👇
@ImalaJaalalaabot
Join @imala_jaalalaa
1.kaayyoo jaalalaa:. Akkuma beekamu namoonni baay'een kaayyoo gara garaatiif jaalatus ta'ee jaalatamuuf Kan barbaadan nus akkasuma kaayyoo gara garaa otuu qabnuu Kan walii galaa kana haa ilaalluu. ➡️ Waliin jireenya yerootiif: namoonni baay'een kaayyoon isaan Wal jaalataniif yeroon dabarsuufi kana jechun jalqaba namoota ijoollummaa irraa Wal jaalatan malee kaan as keessatti ramadamu namni tokko dhiirtis ta'ee dhalaan yeroo umriin dargaggummaa geessu nama tokko ni jaalatu kanas keessi isaa ykn ishii himachuuf ni rakkatan akkanumaan jiraachaa yeroo dheeraa dabarsuu .booda keessa turee gaafa waa'ee jaalalaa baran nama jalqabaa sanan adda bahuu danda'u sababa gara garaatiin. Kanaaf inni (isiin) jalqabumaa jaalalli isaanii hundee hin qabu waan ta'eef gama biraatiin hariiroo adda addaa qabaatu. fkn mana barnootaa keessatti erga waa'ee jaalalaa baran booda walirraa qollifannaan duraanii kun ni hafa. Sammuu isaaniitti akkas jechuun himu:. "Mana barnootaa kana keessa yeroo dheeraaf wajji hin turru hundi keenyayyuu karaa gara gara deemna waan ta'eef jaaladhuus jaalala yeroo ta'uu qaba" jedhanii ifitti himu kun kaayyoo jaalala yerooti. as keessatti garuu lamaan kessaa tokko ni miidhama. Fkn inni saniin dura jaalala hin beeku yoo ta'e ykn ishiin sanaan dura jaalala hin beektu yoo taate. ↪️ Ha ta'uu male jaalalli kayyoon isa yeroof ta'e kun dhiibbaa guddaa qabaata. Innis sanaan dura jaalala hin beektu yoo taate saykolojikaalii ni miidhamta keessattu hojiin kee jireenya kee guutuuf waan hojjatuuf rakkoo cimaa sirriitti geessisuu ni danda'a waan ta'eef hanga danda'ametti otuu irraa of qusanne gaariidha.
#_share
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
YAADAAF
@Imalajaalalaabot
♥ XALAYAA JAALALAA♥
👇👇👇👇👇👇👇
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
Xaalayaa jaalalaa
〰〰〰〰〰〰〰
Si ha ga'u nagaan ko kan akka aannanii qabbana'u kan akka abaaboo birraa urgaa'u kan akka nadhii dammaa minyaa'u kabajamtuuf jaallatamtuu Barattu million Belaayif. Miliyee akkam jirta nagake jirta an dhibamu jaalala keetirran kan hafe nagaa koon jira. What is wrong with you! Miliye maaltu situqe maaf garaa jabaattee? Maaf Obsa dhabdee ? Jireenyi bu'aa ba'ii kan qabudha Life is full of up & down maf kana hin beekne?! Miliyee akkamin jiruun yks jibbi adda nu baasuu dandeesse?! Kun anaaf gaaffidha...kolfa teef ija teetu ijakoo dura deemam akkam godhu..miliye jireenyi akka siree diriira miti Life is not a bed of croses kana beekta laata? Homa miti kun salphadha Take it easy miliyee ni yaadatta laata yemmuu dhukkubsattu akka daa'imaa ofitti si qabeen miliye obsi homa miti ni fayyita jechuun si jajjabeessan ture. Har'a garuu badi kiyya qofa laalun akka wayyaa baafatani darbatan sanitti na darbite safuudha kee!! Lafti abdatan sanyii nyaata, namni abdatan waadaa nyaata jedhama mitire atis akkas na goote...miilito yemmuun sif bilbilus an qabadheen jira naan jetta. qabachuu keetti gaddaa hin jiruum ani jaalala kiyyaf kee yks jaalala dhugaa minyaawa irra ejjette darbuu keettin gadda!Miliye homa miti jabaadhu anis nin jabaadha.. Mile dhugaa sitti himuu? An yoommiyyuu sin jaaladha sin fedha sin mararfadha... Jaalallee kee Duraani Dawit T G/sh/Kaabaa Aanaa W/jaarsoo irraa... jaalatamtu Miliyoon Belaay Godina kanumatti argamtuuf...
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
XALAYAA JAALALAA ERGUUF👇👇👇
@Imalajaalalaabot
@Imalajaalalaabot
NUUN GAHUU DANDEESSU
IDDOO SHARE JEDHU TUQUUN GROUP KEESSATTI SHARE GODHUU HIN DAGATIN 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
Share
# Faayidaa_Dhungoo (Benefits of Kissing)
Saayinsiin maal jedha?
Dhungoon kemikaalootaafi hormoonoota madda gammachuu tahan maddisiisa. Isaan keessaa Dooppaamiinii (dopamine) tokkoofi hangafa.
Kemikaalli kun kutaa sammuu keessaa kan maddu yoo tahu miirri gammachuu guddaan akka nutti dhaga'amu taasisa.
Wal dhungachuu malees kemikaalli kun baaloota sammuu hadoochan fayyadamuufi nyaachuuniis
madduu danda'a. Miira gammachuu kanarraa ka'uun namoonni wal dhungachuu amaleeffatan.
Dhungoon jaalalaafi bultii keessattiis murteessaa dha.
Hariiroo namaa irra caalatti walitti guduunfa.
Hormoonii Indoorfiin (endorphin) jadhamu maddisiisuun guyya guyyaan gammachuu akka arkannu nu taasisa.
Haalota qaama keenyaa yerumatti akka sirraa'u taasisa.
Namoonni lameen haala wal dhungoo kana irratti kan hirmaatan yoo tahe qaamni isaanii Indorfiin (endorphin) kana maddisiisuun daran gammadoo tahanii daran akka walittiis dhihaatan isaan taasisa.
Dabalataaniis, wal dhungachuun hormoonii oksijtoosiin (Oxytocin) jadhamu maddisiisuuniis ni beekkama. Hormooniin kun 'hormoonii jaalalaa' jadhamee yaamamuun baratame. Inniis jaalalleewwan jiddutti qaanqee jaalalaa bobeeysuun akka waliin turan taasisuuf gargaara.
Bara 2009'ti qorannoon waa'ee dhungoo irratti taasifame tokko akka akeekuutti wal dhungachuun dubartoota vaayrasii hancufa namaa keessatti argamu kan 'Cytomegalovirus' jadhamu irraa dandeettii ittisuu kennaaf. Vaayrasichi kun uumamaan kan nama miidhu tahu baatullee garuu yeroo ulfaa daa'ima gadaameessaa keessa jiru ajjeessuufi rakkoolee sammuutiif saaxiluu ni mala. Haatahuu garuu vaayrasichi jalqabarraa dubartii waliin yoo wal bare dandeettii ittisuu (maddiinummaa) waan horattuuf ulfa irratti rakkoo tokkollee hin fidu.
Wal dhungachuun daqiiqaa tokko keessatti kaaloorii 6 gubuu danda'a. Kana jechuun sa'aa tokkoon yoo herreegne kaaloorii fiigicha sa'atii tokkootiin gubamu irra caalaa gubaa jechuudha. Haala kanaan ulfaatina qaamaa hir'isuuf nama gargaara. Kanaafuu warri
qaamni irra dabre dhungoo jabeessaa ergaa jattu
qabaattinaa laata?
Dhungoon dandeettii dhukkuba ifirraa dhoowwuu qaama keenyaa dabalachuu ni dandeenya. Afaan namaa
keessa baakteeriyoonni adda addaa akka argaman beekkamaa dha. Kanaan dhibee fiduu ni danda'ama.
@hararge_lover
Haatahuu malee, dhibee wal dhungachuun shammadannu caalaa harka wal fuudhuudhaan kan oomishannuutu irra hedduu dha. Kanaafuu, qulqullina afaanii gahaa godhuun yoo wal dhunganne rakkoon tokkolleen
uumamuu hin danda'u.
💡 share waliif gochuu hin dagatinaa
@hararge_lover
@hararge_lover
Na keessaa hin foxxoqxu
Nii jiraatta boontee
Jireenyi du'adha
Yoo na dhiistee deemte
~
Onneekoo walakkaa
Mana qabda ijaartee
Ol-naan kaafatteetta
Dhugaan na gargaartee
~
Gaafa qorraaf cabbiin
Darabeen na tume
Humni jaalalakee
Takkaa hin beeku dhumee
~
Gaafa aduun saafaa
Gube mara yaabee
Situ dibaabeekeen
Gaaddisa naaf dhaabe
~
Yeroon abdii kutu
Dhuftee na barbaadda
Maarree akkamitti
Oonneekoorraa baddaa?
~
Sin gatu dhugaadha
Irbuukee rarraasee
Siifan bakka qaba
Kophaattillee baasee
~
Siin alatti boris
Fakkaattiikee hin qabu
Sin mararsiifadha
Jaalladhee sin dhabu
~
Jiraadhu yoomikoo
Sabboonaa sin laala
Kan sitti na hidhe
Soba-miti jaalala
~
Dhugaa Dubbachuudhaf
Ati Kaanin Addaa
Akka Samiif Lafaa
Akka Lafoof Fardaa
~
Daangaa Jaalala Kee
Namuu Biran Ga'uu
Akka Kee Eenyumtuu
Dhala Namaan Ta'uu
~
Sin Ibsa Yoon Jedhuu
Jechi Na Hanqataa
Callisee Taa'udhaaf
Raajii Natti Taataa
~
Dungoo Kooti Ati
Ibsituu Dukkanaa
Ofii Keetif Dhumtee
Anaaf Ifa Kennaa
~
Daawwitii Kooti Atii
Ofan Laala Siinii
Ormi Irra Keessaa
Akka Keen Ta'anii
~
Soora Kooti Ati
Hundee Jireenya Koo
Dawoo Kee Jalattii
Takkaan Argu Rakkoo
~
Onnee Kooti Ati
Calaltuu Kiyya Dhiigaa
Waa'ee Olmaa Keetii
Rabbiyyuu Naaf Ragaa
~
Amman Jechuu Qabu
Kumaatama Keessaa
Jechi Si Madaaluu
Hin Argamu Tasaa
~
Dungoo Kooti Ati
Ibsituu Dukkanaa
Ofii Keetiif Dhumtee
Anaaf Ifa Kennaa
~
Join
@Imala_jaalalaa
@Imala_jaalalaa
@Imala_jaalalaa
Yaadaaf gaaffii xalayaa Jaalalaa ERGUUF:
@Imalajaalalaabot
Lapheen Inni Durii
Inni Hin Qabne Xurii...
Dhiigarraa Hojjatame
Dhiiga Kennaa Waaqaa
Nama Kan Ta'e Hundaaf
Balbala Isaa Saaqa!
--
Lapheen inni ammaa
Gagaan irri dammaa...
Birrii irraa hojjetame
Birrii abbaa dhibbaa
kanaaf sooreessa jaallatee
Hiyyeessammoo Jibba!
--JOIN
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
YAADAAF GAAFFII XALAYAA JAALALAA KKF ERGUUF :
@Imalajaalalaabot
@Imalajaalalaabot
JECHOOTA GORSA OF KEESSAA QABU
===============================
Kennaan guddaan Gorsa
Badhaasani guddaan Jaalala
Aangoon guddaan Of danda'uu
dha.
Maalummaan guddaan
Amanamummaa dha.
Hiyyumaa guddaan Beekumsa
dhaabu
Dadhabinni guddaan
Maallaqaaf bitamuu dha.
Qaroomnni guddaan Wal
hubbachuu
Eenyummaan guddaan
Sobbonummaa
Kufaatin guddaan Garbummaa
Dhibeen guddaan tokkummaa
dhabuu
Qabeeenyi guddaan
Amaanta dha!
Dhiphinni guddaan Maal naan
jedhanii dha.
Gootummaan guddaan Obsa
qabaachuu
yoo irraa barattan, Share gochuun
Nama beeku
yaadachiisuu kan hin beekne barsiisuu
dha!
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
Baraa fi Dhaloota Ammaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤️
Mee gorsa kana dhaga'i
✅ Durbummaa balleessuu caala bilbilli jalaa hatamuutti dhaloota aaru.
✅ Dubartiin HIV caala ulfaa'u kan sodaattu bara fokkisaa.
✅ Baratanii bakka guddaa ga'uurra bilbila I phone qabachuutti dhaloota gammadu.
✅ Jaalalati gatii baasee, sex bilisaan kan argatu dhaloota qaanessaa.
✅ Dhugaan dhokatee sobni fi gantuummaan dhugaa dhaalan bara fokkisaa.
✅ Bara uummaanni Waaqa dhiisee shororkeessitoota, ajjeeftoota fi hattoota sodaatu bara ajaa'ibaa.
✅ Bara maallaqni firaa fi hiriyaa caala qaala'e dhaloota rakasaa.
✅ Jaalallee irratti kan biraa dabalachuu baannan ati 'faaradha' jedhee dhaloota si arrabsu.
✅ Osoo namni guutee jiruu kophaa akka jiraattu kan si dirqisiise bara gaddisiisaa.
☑️Jaalalaaf amanamuun, jaalalaaf miidhamuun akkuma 'mobile game' tti lakkaa'un dhaloota hamilee kee cabsu.
☑️Dhirsaa fi Niitin kan waliif hin amanamne bara dhiitee osoo hin bariine hafe.
☑️Surree hudduu irratti gadi buusee hidhachuu akka qaroominaatti kan lakkaa'e dhaloota qaanessaa.
☑️Bara️Bara jibbisiisaa dubartiin harmaa fi handhuura koo naaf ilaalaa jettee dirreetti uffata malee baate.
☑️Uffatuma ati uffattu ilaalee eenyummaa kee murteessuf dhaloota fiigu.
☑️Mana amantaa yeroo deemu bilbila harkatti earphone gurratti suuqqatee dhaloota Waaqa kadhachuu deemu.
Yaada qabdaa
👇👇👇👇👇
@ImalaJaalalaabot
┄┄┉┉✽»💥✿»💥✽┉┉┄┄
💫 Join
@imala_jaalalaa
💫 Join
@imala_jaalalaa
Gooftaa gaafa dhiphuu
Kan yeroo rakkinaa
Haajaa qabnu mara
Nu sitti erginaa
Yaadaaf muraada namaa
Gooftaan guuttu yoomuu
Garbichi sikadhatu
Takkaa hin iyyoomuu
Ati nurraa cufi
Hulaa rakkoof balaa
Kabajaa dhorkattee
Nun taasisin baala
Nama ati ol fuute
Eenyuun deebisu gadi
Harka nurra qabii
Nun saaxilin badiif.
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
Yaadaaf 👉 @ImalaJaalalaabot
Dhufumoo ni dhuftaa
Jaalala kee ibsuuf
Jechatu na hanqata
Bilbilaan haasa'uuf
Arraba koo hiita,
Maal godhee sii himu
Gar kamiin salphata
Atillee sanuma
Dubbii afaan keerraa
Ifatti mul'ata
Maali kana hunda
Maaf yaadan gubatta
Dhufumoo ni dhufta
Mee kamiin filatta
Cabaa onnee kootiis
Gaafas naa suphita
Ara galfii taate
Na qabbaneessita
Onnee kootti seentee
Dhiiga koos raabsita
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
Yaafaaf: @ImalaJaalalaabot
.
☆☆ JAALLATANII DHABUU (DHIIRAF) ☆☆
.
★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★
.
➲ Dubara onnee keetiraa jaalatte tokko yoo ishiin kan si hin jaalanne ta'e osoo abdi hin kutanne kee godhachuuf ni dhamaata. Garuummoo jijjiiramni homtuu hin jiru. Haala ishiitti ni aarta. Yeroo xummuraatif yeroo si diddu haaloo ba'uuf yaadda. Sanyii Heewwan lafarra jiran hunda jibbita. Wanti akkanaa hin barbaachisu. Sababni isaas sin barbaadun sin barbaadudha!!
.
➲ Filannoon ati qabdu ishii irraanfattee dubaroo biraa ilaalachuudha. Ishiin waan si diddeef dacheen hin baqaqu, nukileerin hin dhodhoo'u. Sirumaayyu kan ishee caalan dacheerra guutan. Abshir! Jalqabuma osoo sadarkaa kanarra hin geenye gaafa intalaan walbartaan mallattoo ishiin sitti agarsiiftu dandeesse dubbisteerta ta'eeti silaa cinqii kana keessa hin seentu ture.
.
➲ Dubartiin mallattoo sin barbaaduu kan agarsiiftu ifa baastee sittumuun olmaan ati ooltef itti ulfaachuu waandanda'ufi hiriyummaa kee dhabuu waan hin barbaannefi. " Nan rakkisin, Ani naman jaalalaf si yaadu miti" jechuurra mallattoon sitti himuun itti salphachuu danda'a. Tokko tokko immoo si qoruuf jecha waan si hin jaalanne of fakkeessuu danda'u. Kadhaa kee halkanii guyyaa barbaaddes ta'uu mala.
.
➲. Bu'a ba'ii tokko malee tole kan jedhan akkuma jiran, warri jilbiibbiin lafarra si foqoqsanii tole jedhanis guutaniiru. Warroonni akkanaa kun tokkichumaan yoon tole jedhe takka turee natti boonuu danda'a jedhanii waan sodaataniifi.
.
★ Dubarri ati jaalalaf maraattef tokko kan si hin barbaanne yoo taate:
.
➲ Hariiroo jaalalaatif qophooftuu akka hin taane sitti himti. Nama heedduu walitti dhiyaattan yoo taatan yeroon itti yaadu naaf laadhu sin jetti. Kanaaf yeroo kenniif. Yeroo kennamte keessatti deebii yoo dhabdes irraa hin dheessin. Jaalallee kee ta'uu baattus hiriyaa gaarii sii ta'uu dandeessi. Daangaa hiriyummaa fi jaalalummaa addaan baasii beeki. Intala hiriyaa kiyya jettee icciitii ishii sitti odeessitu waan biraatif akka ishii barbaaddu gaafa itti himtu rifachuu dandeessi. Jaalala barbaachatti hiriyaas dhabuun jira waan ta'eef.
.
➲ Yeroo hunda sumatu bilbilaaf. Isayyuu sijalaa hin kaastu. Bilbila ishii irratti dhaanuun kee nuffisiisera. Sagalee dhuma kee dhaga'uu hin feetu. Tokkicha bilbiliif. Mee omaa miti lammaaffaas bilbiliif boonuu waan barbaaddef ta'uu danda'a. Amma hin kaastu taanan yoo ati bilbilteef harki kee haa cabu. Akka sin barbaanne sitti himaa osoo jirtuu maalif bilbila dhaantee siqiqsita? Yoo hin agarre ta'e ishiinuu deebistee sii bilbilti. Waan si'a dhibba deebistee bilbiltee fi jeeqxeef koo taati jettee hin yaadin. Amma amma namatti bilbiluurra wanti nuffisiisan biraa hin jiru. Ittuu akka si jibbitu fi si nuffitu hin godhin. Facebook gubbaarrattis ammuma ishii online gubbaarra jiraachuu agartu jecha hi jedhuun iddoo message dhiphisteerta. Ishiin immoo bantee dubbistee hin beektu. Ayiiiii... jedhe Haacaalun.
.
➲. Suma arguu hin feetu. Ijumaan argaa kee jibbiti. Faallaa oolmaa keetii oolti. Tasa osuma karaanuu walitti sin fidee daandii biraa sirraa cabsatti. Ati gowwaan immoo faana fi gaaddidduu ishii hordoftee sochoota. Maali akkuma weellisaa "argaa na jibbitus beenu of ajjeesi dachee gadhiisi" yoo jetteen?
.
➲ Ija ija keessa si hin ilaaltu. Si wajjin tuttuqaa hin uumtu. Dhiironni baay'een kana hin hubatan qaanofteeti se'u. Dubarri yoo si jaalatte ija sirraa hin buqqifattu. Sababa funaantet sitti bubbuuti. Tokko tokko immoo dhokataniituma si ilaalu. Dubarri ija babaastee waan si ilaaltef immoo tilmaama dogongoraa keessa akka hin galle.
.
➲ Dhiirota biraa sitti faarsiti. Abalu bareedadha. Abalu kana qaba sana qaba jette si hinaafsisti. Ija jaalalaa osoo hin taane kan hiriyummaatin si ilaalti. Dubarri ati onee keetirraa jaallattu yeroo dhiira biraa sitti faarsitu caala wanti keessa kee gubu jiraa? Anaan!
Mallattoowwan Dubartiin Dhiira Jaalatte Agarsiiftu
◈ Jaalalaan wal qabatee amala dubartoonni qaban
wal xaxaa ta'uu danda'a. Dubartiin Safuu, sodaa fi
jireenya hawaasa keessa jiru irraan kan ka'e afaanii
baasanii dhiiraatti hin dubbatan. Afaanin
dubbachuurra mallattoon itti agarsiisun itti salphata.
Dubartiin tokko akka si jaalalatte mallattoowwan
armaan gadii hordoftee baruu dandeessa.
.
➊ Dhokattee si ilaalti : Osoo ati hin agarre ija sirra
dhaabdee si ilaalti. Atimmoo akka nama hin agarree
fakkaattee ija cinaatin ishii hubachuu dandeessa. Ijji
keessaan nama hedduu keessa baasee wal
waraannan waatu waatu jira jechuudha. Ijaan wal
rukutuu keessaniin yoo qaanin itti dhaga'ame itti
toltee jirta jechuudha.
.
➋ Ammuma amma maqaa kee waamti : Afaan
isheerra maqaan kee deddeebi’ee dhufa yoo ta’e
garaan ishee si bira jira. Nama biraa waamuuf jettee
maqaa kee fayyadamti yoo ta’e onnee ishee seenaa
jirta.
.
➌ Si waliin ta'uuf sababa uumti : Sababa adda addaa
fayyadamtee si waliin ta’uu ykn turuu feeti yoo ta’e
ammas dhimmichii jabaachaa jira.
.
➍ Bakka ati ooltu oolti : Bakka ati yeroo baayyee itti
dabarsuu feetu isheenis argamuu baayyifti yoo ta’e si
waliin bashannanuu kajeeluu isheeti ykn jara ati achitti
quunnamtu qoraachuuf ta'uu mala.
.
➎ Hundumarrayyuu si filatti : Oduu namootaa keessaa
kee qofa dhaggeeffatti. Haasawaa kee deeggarti.
Hiriyoota ishiirra, warra ishiirra si waliin ta'uu filatti.
.
➏ Waa'ee kee sirritti baruu feeti : Waa'ee jireenya
keetii si qoratti. Waan ati dagatte hunda iyyaafattee si
yaadachifti. Uffata ati uffachuu jaalattu, filannoo
nyaataa keetii, guyyaa dhaloota kee faa baruu
barbaaddi
.
➐ Siif kolfaa oolti : Qoosuma nama hin kofalchiifne
tokko yoo itti himte kolfa hin dandeessu. Qoosaa miti.
haasawaa kee qoftiyyuu ishii gammachiisa.
Mee vedio kana ilaaluun subscribe godhaa.
https://youtu.be/mI8S3Zb0is0
https://youtu.be/mI8S3Zb0is0
💓Jaalalatu jaalala bita malee qarshiin jaalala hin bitu
💓Dhiirumatu dubara fuudha malee dubarri dhiira hin futu
💓Amala gaariitu namaa wajjin nama bulcha male bifa
gaarii miti
💓Akka hire malee akka hiriyaa hin bulani
Jaalala keessaa malee jibba kessaa humaa hin
argatani
💓Jaalalaan jaalalal haaressu malee qabeenyaan miti
Walii galuun yaadaan malee qarshiin miti
Guddinni jalqabaa yaadaan malee qabeenyaan miti
Jijjiramni jalqabaa yaadaan malee qabeenyaan miti
Waan tokko yaalanii milkaa'uu dhabuun kufaatii
miti
Garaagarrummaan yaadaa mariin qofa hiikama
Namni si haa jibbu malee ati nama hin jibbiin
Namni si haa ganu malee ati nama hin ganiin
Namni sittaa hammaatu malee ati namatti hin hammaatiin
Namni si haa miidhu malee ati nama hin miidhiin
Namni si haa sobu malee ati hin sobiin
Jireenya kee keessaa gabbii balleessi
Yeroo hundaa yaada gaggaarii maddisiisi
Carraan kee tokko qofaa seetee hin gaddiin
chance is one isa jedhutti hin amaniin
Waan tokko yaaltee yoo si jalaa kufe ani carraa hin
qabu hin jedhiin sababni waan biraa gaafa yaaltu waan
siif milkaa'uuf
Yeroo hundaa dhiifama baay'isi
Siruma haaloon bafadha hin jedhiin
Yaa waaqayyo Jaalala dhugaa nuuf kenni.
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
Yaadaaf gaaffii 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Imalajaalalaabot
@Imalajaalalaabot
Xalayaa Jaalalaa
maammilaa keenyarra!
BIYYI ORMAA AKKAS SIJIJJIIREE?!!
------------------
Sihaaga'u Jaalalaaf kabajaanko garba bishaani
qaxaamure Awustoraliyaa Melbornitti Jaalalletoo
Yaasmiin Mahammadif.
Nagaa fi Fayyaake sigaafachu baadhus maal akka
arkate sigaa fachuun barbaada.
Yaasmiin, aniif ati walbarree jaalalaan waggaa 2
waliin jiraane garuu akka carraa tasumaa sitti
mufadhee olee bulee hinbeeku jaalalaafi kabajaa
naaf qabduraa kanka'e akkaan mufadhee sirraa turu
hin barbaadu ture. Yeroo mana barumsaa keerra
galtu ijjii kee osoo nan argin turuun akka sitti hin
tolle natti himuu turte. Yeroo mara misaa(irbaata)
kee nyaachun dura bilbilaan essa akkan jiru
nagaafatta.
Garuu gaafa xalayaan firrikee biyya ormaatti
sigalchuuf adeemsi isaa xumura irra jiraa yeroo nan
jettuu. Gaddi guutuu nafakooti akka nama qilleensi
waaqarraa itti bu'eeti ofdadhabee ofirra gadi taa'e.
Ofiti naqabdee imimmaan hanga ufatakoo jiisuti
boosse. Yeroo sanattii booyinsiiko siif haara ta'us
Boyinsikee anaaf haaraa miti. Yeroo waa tokko
namudatu gaddakee imimmaanin wan obbaafatuuf.
Inni har'a kun garuu lamaan keenyatu imimmaan
xurursee. Daran nutti cimee. Maaliif addaan gargar
fagaachuun keenya akka tasaatti gaadidduu
jireenyaa waan nutti ta'eef.
Yaroonsaa baayee hammaatus, garuu demuuketiif
guyootni 15 akka siif hafu sitii yoo himan
oftasgabbessuf yaalullee guyyichi marfee dawaa hin
qabne nutii ta'e. Jaalala keenya isa dur daran nutti
jabaatu. Jechii yeroosan naan jechaa turte amma
amma yoon ilaalu fiixeesa bariisaa isa aduudhan
badu san natii fakkaate.
Gammee koo Gammachuu koo, carraan fedhe haa
dhufuutii bakka maatiin koo nuhin argineti
walfudhanne banna yeroo naan jattu irra deddeebitee
daran akkan jeeqamu nagodhaa turte. Homaa miti
hundumtuu murteen kan Rabbiiti waantureef
deemuunke murtaa'e.
Guyyaa magaalaa Harar iraa gara Finfinnee demuuf
kaatu tikeetii baasii waliin nufmurtee maatikee
waliin hanga ati xiyaara yaabatutti siin gargar
hinbaane nagaa keenya isa xumuraa walittii
dhaamanne gargar baane. Erga siin gargar bahee
maal akka namudate siif ibsuu hin barbaadu.
Walqunnamtiin keenya fuula feesbuukiin waanta'eef
barreefamaan qofa ture ta'uus garuu jechoonni kee
isa duriin bayyee adda natti ta'e. Nasobuu kee
caalaa boonuun kee daran anaan natti dhaga'ama.
Viber, imo, whatsapp fi kkf akka fayadamaa jirtu
qubaan qaba garuu ati akka hin fayyadamne nati
himta. Afaan Abbaa kee irraanfattee enyummaa kee
dhagattee jirta baayee jijjiiramte maal arkkate laata?
Ani Jaalalleeke Gamechuu Jaarraa Baha Oromoyaa
Magaala Harar.
Xalayaakoo kana warii Xalayaa Jaalalaa biraan
naafgayaa
Galatoomaa!!
Yaadaaf:👉 @ImalaJaalalaabot
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
Dhufumoo ni dhuftaa
Jaalala kee ibsuuf
Jechatu na hanqata
Bilbilaan haasa'uuf
Arraba koo hiita,
Maal godhee sii himu
Gar kamiin salphata
Atillee sanuma
Dubbii afaan keerraa
Ifatti mul'ata
Maali kana hunda
Maaf yaadan gubatta
Dhufumoo ni dhufta
Mee kamiin filatta
Cabaa onnee kootiis
Gaafas naa suphita
Ara galfii taate
Na qabbaneessita
Onnee kootti seentee
Dhiiga koos raabsita
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
Yaafaaf: @ImalaJaalalaabot
📗📘📙📚📔📒📑📓
Ashamaa akkam jirtan kabajamtootafi hordoftoota chaanaalii keenyaa . Baga jiraattan
Dhiheenya kana kan isinirraa dhabamneef qormaata intrance ykn qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa irra waanan tureefi.
Amma immoo mata duree gara garaa qabannee dhufaa jirra.
Warri carraa gaarii jechuun dabarfachuu barbaaddan akkasuma nu dubbisuu barbaaddan
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@shaa1heed
@shaa1heed
@shaa1heed
@shaa1heed
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
YEROO GAAFFII
Hirmaadhu deebisi
1. JAALALTI DHUGAA JAALALAA DURAA CAALTI
A. DHUGAA
B. SOBA
deebii kee karaa bootii
IMALA jaalalaa bot jedhu kana tuqii nuuf barressi
A YKN B JEDHII
asiin nuuf deebisi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Imalajaalalaabot
@Imalajaalalaabot
Dhufumoo ni dhuftaa
Jaalala kee ibsuuf
Jechatu na hanqata
Bilbilaan haasa'uuf
Arraba koo hiita,
Maal godhee sii himu
Gar kamiin salphata
Atillee sanuma
Dubbii afaan keerraa
Ifatti mul'ata
Maali kana hunda
Maaf yaadan gubatta
Dhufumoo ni dhufta
Mee kamiin filatta
Cabaa onnee kootiis
Gaafas naa suphita
Ara galfii taate
Na qabbaneessita
Onnee kootti seentee
Dhiiga koos raabsita
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Sgantaa hawwattuu DILBATA torbaanii .
DAMBALII JAALALAA
➡️ Gaaffiif deebii dhimma jaalalaa.
➡️ Seenaa Nama dhunfaa
➡️ Dhungoo jechuun maal jechuudha?
➡️ Sirbaan dabaallee isin biraan gahuuf jirra.
❤️ Like 15 booda isiniif maxxansina like share godhi
Dambalii Jaalalaa.
Coming soon....................
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
Yaadaaf gaaffii xalayaa Jaalalaa erguuf:
@Imalajaalalaabot
Amaloota Yeroo Durbi Tokko Dhiira Jaallattu Agarsiiftu.(psychological)
------------------
1. Yeroo Haasoftu, Kolfitu, Taphattuu Fi Teessu Ija Hattee Hattee Si Ilaalti Taanaan
2. Si Fuulduratti Dhiiraa Wajjin Taphachuu Fi Hasa'uu Baayyifti Taanaan
3. Yeroo Hiriyoota Ishee Waliin Teessu Waa'ee Kee Hammaa Hamma Haasofti Taanaan
4. Lafa Ati Jirtutti Dhiyoo Taahuu Jaallatti Taanaan.
5. Gaafa Sitti Haasoftu Harkishee Fi Qaamni Ishee Ni Hollata Yoo Tahee.
6. Gaafa Si Bira Dabartu Yookin Deemtu Deemsa Jijjiirti Yookan Deemsatu Harkaa Bada Taanaan
7. Yeroo Ati Shamarree Biroo Waliin Haasoftu Ni aarti Taanaan
------------------
Kana Caalaa Maal Eegdare Intalli Si Jaallatteetti Obbole.
Yoo sitti tole #_share GOCHUUn nu jajjabeessaa
Beekumsa Waliigalaa irraa Itti fufnaa!???asiin nu beeksisi
👇👇👇👇👇👇👇👇
@Imalajaalalaabot
@Imala_jaalalaa
@Imala_jaalalaa
@Imala_jaalalaa
@Imala_jaalalaa
Amma waan jalqabnetti has deebinu
Jaalala keessa inni lammaffaa
JAALALA AGARSIIFANNATI
kunus jaalaluma ta'ee jaalalloonni gaafa walitti mufatan nama biraa Waliin jalqabamudha Kunis dhibbaa guddaa qaba keessattuu jaalala jaqabaa San balleessuu keessatti iddoo ol aanaa qaba Gama biraatiin namni nu Waliin jalqabe kun nurraa qabamuu ykn nuti irraa qabamuu waan danda'uuf jaalalti gam lama hin jirre kisaaraa jireenya keenyaa ta'uu danda'a .
Itti fufa...,
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
@imala_jaalalaa
Yaadaaf gaaffii:
@Imalajaalalaabot