Taphaa Premier league ingilaandi torbee 15ffaa
6'
Manchester United 0⃣ - 1⃣ Nottingham
@Manchester_United_fan2
✅Maan Yunaayitid yeroo jalqabaaf bara dorgommii Piriimeer Liigii tokkotti tapha 14 injifatameera.
👉Arsenaal waggaa 10n booda Maan Yunaayitid dhaqaa galaan injifateera.
👉Arsenaal bara dorgommii kana kilaboota top six jedhamuun beekaman waliin tapha taasise tokkollee hin injifatamne.
@Manchester_United_fan2
✅Tapha eeggamaa Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa
⏱60
Maan Yunaayitid 0-1 Arsenaal
⚽️Troosaard 20'
✅Tapha eeggamaa Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa
⏱boqonaa
Maan Yunaayitid 0-1 Arsenaal
⚽️Troosaard 20'
📊 | Bu'aan taphoota 16 darban Maanchistar Yunaayitid Arsenaal waliin Ooldiraafoorditti taphate:
✅ 10 Injifatee
🫱🏻 🫲🏻 5 qixa bahee
❌ 1 injifatamee
@Manchester_United_fan2
Dubartooni man United har'aa taphaa FA CUP xumuraa Tottenham Hotspur waliin isteediyeemii Wembley kan taphataan ta'aa.
Carraa gaarii
@Manchester_United_fan2
Taphoota Maanchistar Yunaayitid fi Arsenaal gidduutti taphataman keessaa isa kamtu caalatti yaadatta?
🗣 Raasmoos Hooyiluund:
"Tapha Yunaayitid 8-2n injifate... Filannoo gaarii natti fakkaata. Tarii kan ani hunda caalaa yaadadhu isa ta'uu danda'a, taphaa bara darbe 3-1n xumuramee Antooniin goolii jalqabaa galchees nan yaadadha." jedhe.
@Manchester_United_fan2
Abbaan Qabeenya man United Sir Jim Ratcliffe amma taphaa #mufc vs Arsenalif dursee Old Trafford keessa jira.
📥@Manchester_United_fan2 irraa argattu
Erik ten Hag: "Kun kilabii guddaa waan ta'eef yeroo jalqabaaf galtu, wantoota si mudachuu qaban qofa hubatta. Garuu qormaata kana fudhachuu waanan barbaadeef yeroon murtoo sanatti gaabbi sekondii tokkollee hin qabuu. Anis asiin jira." dhuguma as jiraachuu kootti gammadeera..."
📥@Manchester_United_fan2
Xiinxala_Tapha_Booda
Tapha Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee 37ffaa
Maanchistar Yunaayitid Arsenaal 0-1n injifatamee
🏟 || Ooldiraafoordi
Har'a kilabni keenya tapha baayyee qabbanaawaa ta'een Arsenaaliin mo'amee, daqiiqaa 15 jalqabaa kilabni keenya ol'aantummaa qaba.
Kaaseemiroo dafee sarara ittisaa keessa bahuu dhabuu isaatiin goolii baayyee salphaan nuutti gallee.
Erga gooliin galfamee boodas taphattoonni kilabii keenyaa taphicha jeequmsa tokko malee taphachuun irra deddeebiin yaalii gochuu danda'aniiru, haa ta'u malee hin dandeenye
@Manchester_United_fan2
✅Tapha eeggamaa Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa
⏱taphaa guutuu
Maan Yunaayitid 0-1 Arsenaal
⚽️Troosaard 20'
✅Tapha eeggamaa Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa
⏱38'
Maan Yunaayitid 0-1 Arsenaal
⚽️Troosaard 20'
✅Tapha eeggamaa Piriimeer Liigii Inglaand torbee 37ffaa
⏱25'
Maan Yunaayitid 0-1 Arsenaal
⚽️Troosaard 20'
@Manchester_United_fan2
🏴 Tapha Pirimer Ligii Ingilaand torbee 37ffaa.
⏰ 10'
Maan Yunaayitid 0⃣-0⃣ Arsenal
🏟 olditiraaforditti
@MANCHESTER_UNITED_FAN2
🏴 Tapha Pirimer Ligii Ingilaand torbee 37ffaa.
⏰ TAPHNI JALQABEE JIRAA
Maan Yunaayitid 0⃣-0⃣ Arsenal
🏟 olditiraaforditti
@MANCHESTER_UNITED_FAN2
Firaankifart kontiraata Dooni Vaandebeek dhaabbataa taasisuu waan hin barbaanneef Dooniin ganna kana gara Maanchistar Yunaayitid ni deebi'a.
[Faabriiziyoo Roomaanoo].
@Manchester_United_fan2
- Hiriira Walitti Makamaa Maanchistar Yunaayitid fi Arsenaal bara kana ejjennoo liigicha keessatti qabaniifi sadarkaa isaanii irratti hundaa'uun akkas fakkaata.
- Taphattoonni Maanchistar Yunaayitid irraa 3 hammatamuu kan danda'an yoo ta'u, Arsenaal irraa taphattoonni 8 dabalamaniiru.😏
[Who score].
@Manchester_United_fan2
#hariiroo kilaabi lamaani
👉 Kilaboonni lamaan dorgommii hundaan taphoota 239 taphataniiru. Maanchistar Yunaayitid yeroo 99 yoo injifate Arsenaal ammoo yeroo 87 injifachuun taphoota 53 qixaan xumuramaniiru.
👉 Kana beektu, Maanchistar Yunaayitid taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz 16 Arsenaal waliin taasisan keessaa tokko qofa mo'amaniiru...
👉 Arsenaal Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti taphoota 9 Ooldiraafoorditti taphatan keessatti goolii tokko osoo hin galchine bahanii.
👉 Yeroo jalqabaaf walitti aansuun Yunaayitid injifachuu abdachuun dirree seenu.
@Manchester_United_fan2
Erik ten Hag: "Garee gaarii qabnu [Arsenal waliin] ni baasna, taphattoonni koo akka falmataan mirkanaa'aa dha, deeggartoonnis ammas akka nu deeggaran abdiin qaba."
📥@Manchester_United_fan2
Erik ten Hag namoota hojii irraa akka ari'amuu barbadan irratti:
"Yaada tokko tokko nan arga, yookaan beekumsa kubbaa miilaa hin qaban yookaan ammoo waa'ee garee kubbaa miilaa bulchuu beekumsa hin qaban. Namoonni rakkoo jiru arganii obsa qaban baay'eedha jedheen yaada."
📥 @Manchester_United_fan2