Reality of Life
Life is the most difficult exam.many people fail because they try to copy others- not realizing that everyone has a different question paper.
@Nan_Baradha ✅️
Kufaatiin qaama jireenyaati. Yoo hin kufne hin barattu. Yoo hin baranne yoomiyyuu hin jijjiiramtu.
@Nan_Baradha ✅️
⭐️Yeroo tokko tokko jireenya keessatti wanti hundi haala gaariin deema
🔴Yeroo tokko tokko immoo wanta hin beeknetu si mudata.
✅Wanti guddaan rakkoo gara carraatti jijjiiruu beekuudha.
@Nan_Baradha ⭐
KARAALEE MILKAA'INA JIREENYAA NAMA HUNDAAF❗
🔑Milkaa'inni imala malee bakka gahumsaa miti, hunda keenyaaf dhaqqabamaa dha.
📌Jalqaba irratti, milkaa’inni dhuunfaa siif maal jechuu akka ta’e ibsi; milkaa'inni nama dhuunfaa tokko irraa gara nama birootti garaagarummaa guddaa qabaachuu danda’a.
📌Itti aansuudhaan galmoota ifa ta’anii fi galma ga’uu danda’an kanneen mul’ata milkaa’ina keessanii wajjin walsimu kaa’aa.
📌Itti fufiinsi furtuudha; guyyaa tokko tokkoon galma kee galmaan ga’uuf hojjechuu amala godhadhu.
📌Barachuuf qophaaha ta'i; muuxannoon hundi, gaariis ta’e hamaa, barumsa gatii guddaa qabu kenna.
📌Dhiibbaa gaariin of marsi; milkaa'inni ati qabattu yaada kee irratti dhiibbaa guddaa geessisuu danda’a.
📌Dandeettii dandamachuu shaakalu; duubatti deebi’iinsi qaama imala sanaa yoo ta’u, injifannoon irra aanuun immoo amala imala sanaati.
📌Madaallii hojii fi jireenya fayya qabeessa ta’e eeguu; milkaa’ina itti fufiinsa qabuuf fayyaa kee kunuunsuun murteessaadha.
📌Yaada barbaaduu fi qeeqa ijaarsaaf banaa ta’uu; guddachuu fi fooyya’uuf si gargaaruu danda’a.
📌Dhumarratti, bu’aa ba’ii kee hammam xiqqaa ta’us milkaa'ina kee kabaji; guddina kee beekuun kaka’umsa guddaadha. kan itti aanufis humna siif ta'a.
📌Milkaaʼinni fiigicha akka hin taane yaadadhu; yeroo keessan fudhadhaa adeemsa keessa itti gammadaa itti fufaa.
👉Qajeeltoowwan kana hordofuudhaan jireenya kee keessatti daandii milkaa’inaaf si geessu uumuu dandeessa.
Waan dubbiftanii fi hubattaniif galatoomaa, hubannoowwan kun imala keessan irratti akka isin kakaasan abdiin qaba.
Yeroo Gaarii qabaadha🙏
@Nan_Baradha
If you want a better life
You have to be willing to pay the “true cost” of a better life
. Late nights
. Waking up early
. Investing money
. Being sore from the gym
. Learning new information
. Leaving behind old friends
. Being turned down & rejected
. Dropping bad habits, Learning new ones
@Nan_Baradha
🎉BAGA GAMMANNE🏆
Olompikii Paaris 33ffaa irratti Itoophiyaan meedaaliyaa warqee jalqabaa argatteetti
👉🏼 Waggoota 24 booda Itoophiyaan dorgommii maaraatoonii dhiiraan Olompikii irratti warqee injifatte .Maraatoonii dhiiraa har'aa irratti atileet Taammiraat Tolaa dursee biyya isaaf meedaaliyaa warqee injifate.
Irra Deebiin Baga Gammaddan Baga Gammanne.
Hiriyaan dhugaa kan gaafa rakkinaati❗
Namicha tokkotu "namni maaliif gar-malee na jaalata?" "Anoo waansaa hin beeku?" Jedhee jaarsa beekaa tokkotti himata.
Jaarsichis akkas jedhee gaafate.
✔️Iyyitee birmannaa argattee
✔️Hidhamtee namni si gaafatee?
✔️Dhabdee nama irraa waa argattee?
Namichis guyyaa tokko iyyee ,nama Afur qofatu birmateef.
Ammas guyyaa lammaffaa akka nama dhukkubsatee maramee ciisee, nama lama qofatu dhaqee gaafate.
Ahaa jedhee of bare! sana booda jecha Jaarsichaa erga mirkaneeffateen booda, ani nama Jaha qofan qaba jedhee abdii kutate.
Elaamee Obboloota koo Har'a
📌Fayyummaa kee,
📌Maallaqa kee,
📌Beekamtii kee fi
📌Miidhagina kee ilaalee namni waan si marseef fira hedduu waan qabdu sitti fakkaachuu danda'a. Garuu akkas miti namoota 50 si marsanii jiraatan keessa namni dhugaatti si jaallatu fi gaarii siif yaadu namoota 5 hin caalan kanas bari.
Yeroo Gaarii Qabaadha🙏
@Nan_Baradha
@Nan_Baradha
It’s a new day.
You woke up today, you are infinitely blessed. Try again today, you were granted another opportunity, push yourself. Leave yesterday’s troubles behind, start over today. The only limits and barriers you have, are the ones you placed in your mind release them.
Good Day🙂❤️
Join
Filannoon keenya harka keenya jira!
>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>>
"Jalqaba dadhabinaafi cimina kee adda baasi beeki; sana booda of jaalladhu; dhumarratti, yeroo hunda gara fuulduraatti tarkaanfadhu! Balali'uu yoo barbaadde, waan gadi si harkisu hunda ofirraa hanbisuu qabda," jedha barreessaan Roy T. Bennett.
Addunyaa kana irratti wanti baay'ee nama hawwatu hiree keenya ofii keenyaa murteessuu dandeenya. Uumaan bifa isaatiin nu uumee fedhii bilisaa uumama biraatiif hin kennine nuuf kenne. Filannoon keenya harka keenya jira!
Yeroo Gaarii Qabaadha🙏
@Nan_Baradha
@Nan_Baradha
MORNING AFFIRMATIONS
1. TODAY IS MY DAY.
2. I HAVE AN ABUNDANCE OF ENERGY.
3. I AM FREE OF PAIN.
4.TODAY I WILL CHANGE MY LIFE.
5. I AM STRONG.
6. I AM BEAUTIFUL.
7. I AM LOVED.
8. UNLIMITED ENERGY WILL FIND ME TODAY.
9. TODAY I AM A MAGNET FOR IDEAS.
10. I WILL BE A GIVER OF LOVE TODAY.
11.THE SUNRISE FILLS ME WITH CONFIDENCE.
12. WHATEVER CHALLENGES COME MY WAY, I CAN OVERCOME THEM.
13. TODAY, I WILL LEARN AND GROW.
14. I WILL BE A BETTER PERSON TODAY.
15. I WILL HELP SOMEONE TODAY.
16. I LOVE WHO I SEE IN THE MIRROR.
17. SUCCESS WILL FIND ME TODAY.
18. I AM GRATEFUL FOR ANOTHER DAY TO SHINE.
19. TODAY IS FULL OF POSSIBILITIES.
20. I WILL BE FEARLESS TODAY.
Jireenyi Barsiisee Waraqaa Ragaa siif hin kennu, Garuu beekumsa dhugaa siif kenna.
Jireenya kee guyyaa guyyaa irraa baradhu.
@Nan_Baradha
Ilaalcha Gaarii‼️
📌Jireenya keessatti of jibbiinsi kan eegalu, gaafa nuti Ilaalcha gaarii hin taane ofiif qabaannudha.
🧠Sammuun kee waan ati itti fufiinsaan ofiin jettutti amana.Kanaafuu akka ati nama cimaa taate, ogeessa taate, hawwii guddaa qabdu, sodaa hin qabne, fi waan barbaachisu hunda akka qabdu ofitti himi.
Ilaacha gaarii ofiif qabaadha. 🙏
Yeroon Maallaqa Caalaa Gatii Qaba!
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
Yeroo qisaasessuun maallaqa arganna, tasuma yeroo hin argannu.
💰Maallaqa dhuma hin qabne argachuu fi hoogganuun kan danda’amu ta’us, ⏱️Yeroon garuu qabeenya keenya isa dhuma qabu, isa hunda caalaa qaaliidha.
💵Qabeenya addunyaa kanarra jiru hundaan yeroon bitamuu hin danda'u.
Yeroof maallaqa caalaa iddoo guddaa kennuun waan barbaachiseef keessaa – fayyaa, maatii fi fedhii keenya irratti akka xiyyeeffachuu dandeenyu nu taasisa.
⏰ Sa’aatii fi guyyoota kee akkamitti akka dabarsitu adda baasi beeki. Yeroo kee jireenya gaabbii hin qabneef itti fayyadamuuf of-eeggannoon murtoo kenni.
⚖️Isa malee homaa gochuu kan hin dandeenye qarshii argachaa ykn Nama jaallattanii fi fayyaa keessaniif yeroo kennaa. Sa'aatii dabalataaf hojjedhu. Isa Lammaffaa ofuma filadhaa❗
Yoo isinitti tole #React 👍
@Nan_Baradha
@Nan_Baradha
Yeroo abjuu kee irratti cimtee hojjechuu eegaltu❗
☄️Kophaa ta'uuf qophaa'aa ta'i.
☄️Shakkiidhaaf qophaa'aa ta'i.
☄️Qeeqamuuf qophaa'aa ta'i.
☄️Kolfuuf qophaa'aa ta'i.
☄️Waan hunda hubachuuf qophaa'aa ta'i.
☄️Namoota baay'ee dhabuuf qophaa'aa ta'i.
React👍
Kana Beektuu Laata?
👅Namni kamuu Ashaaraa arraba adda addaa qaba.
Eeyyee, saayintistoonni akka qoratanitti, Arrabni akkuma Ashaaraa Quba harkaa Ashaaraa arrabaas adda akka ta'e hubataniiru. Wow, kana jechuun kun gara fuulduraatti eenyummaa nama tokkoo Ashaaraa Arrabaatin adda baasun akka danda'amu qorannoon mirkanaa'e jira.
"Beekumsa jechuun kan yoo gaafatamte dubbattu utuu hin taane, kan rakkoo ittiin furuudha"
@Nan_Baradha✅️
🐶Dogs $50+ ol naaf kafalee jira .kan itti aanu immoo 📱Cats Airdrop dha yoo hin eegalin ammuma eegala na galateeffattu🙏
Start here 👇👇
t.me/catsgang_bot/join?startapp=WC1BTqYUB0N_dRschFvQP
Meow, 🐈⬛
THE BEST ADVICE⏩
➡️Save money every week! It doesn't matter how much. Just save!
➡️Live within your means. It's one of the most difficult things to master.
➡️Choose your friends wisely as you are the product of your environment.
➡️Learn to be alone and independent, without being lonely. It's a skill few master.
➡️Educate yourself - read, read, read.
➡️Be healthy & look after your body. Cook & eat your own food, and exercise your body.
➡️Don't wait for someone to love you; learn to love YOURSELF first.
Have a good time🙂
@Nan_Baradha ✅
From Nothing to Something
🏆Ati kan yaaddu caalaa jabaadha!
Qormaanni si mudatu hundi carraa dandamachuu kee kan mirkaneessuudha.
📌Yaadadhaa, mo’attoonni hin dhalatan – ciminaa fi kutannoodhaan kan uumamanidha.
🤔Mee kana yaadi: Fiigicha Maraatoonii atileetiin fiigu tokko Miilli isaanii utuu gubachaa jiruu, afuurri isaanii ciccitaa osoo jiruu. Garuu harka kennachuu diduun, tarkaanfii tokko tokkoon gara fuulduraatti dhiibu. Sun hafuura mo'ataa dhugaati.✊
🏅Atis humna wal fakkaatu sana of keessaa qabda. Gufuun har'a si mudate maal iyyuu yoo ta'e, humna kana mo'uuf akka qabdu beeki.🏆
❓Of gaafadhu: Yeroo ammaa kana galma keetti dhihaachuuf tarkaanfii xinnoo akkamii fudhachuu dandeessa?
Yeroo Gaarii Qabaadha🙏
@Nan_Baradha
@Nan_Baradha
TIPS✔️
Akkaataa fi Haalli itti adeemaa jirtu kun dhuma kee hin Ibsu. Wanti boru ta'u kan biroodha. Waa'een kee haa odeeffamu ati garuu isa odeeffamuu miti. isa odeessanis miti . Namoonni Waan si gorsan hunda osoo hin taane waan naaf ta'a jettu fudhadhu!
Isa kaleessa turte irraa jijjiiiramtee ,gara jireenya fooyya'aatti geeddaramtee jirta taanan beekumsa argatte of keessaa baasi namoota biroos barsiisi.
➡️Jireenya Moo'achuu Yoo Barbaadde?⏩
1️⃣ Namoota dureeyyii waliin hin taphatin,tapha qofa si waliin taphatu, akkamitti akka hojjettu si hin barsiisan.
2️⃣ Namoota abdii kutatan waliin hin taphatin, fedhii hojii kee hir'isu.
3️⃣ Fira ykn hiriyoota keessan bira deemu hin baay'isin ,manni namaa mana namaa ta'uu beeki.
4️⃣ Komii hojii irrati si muudatu hiriyoota kee ykn namoota wajjin hojjettu kamittuu hin himin.
5️⃣ Namni gad-aantummaan itti dhaga'amu yeroo hunda hojii kee qeeqa , akka si qeequuf bakka hin kenniniif.
Yeroo Gaarii isiniif Hawwina👍❤️
📱 @Nan_Baradha
BARADHU!
✔️Dogoggora kee irraa baradhu,
✔️Karaa kee irraa baradhu,
✔️Injifannoo kee irraa baradhu,
✔️Rakkinoota fi bu'aa bahii jireenya si muudatan irraa baradhu,
✔️Hawaasa fi Naannawa kee irraa baradhu,
📌Daandiin jireenyaa hundi kennaa mataa isaa qaba.
Hundumti keenya Gaafa Gaadamessa haadha keenya keessa baanu waan hunduma isaa hin beeknu yeroodha gara yerootti waa beekutti guddataa dhufneeti malee!
Guyyaa guyyaan waan haaraa barachuuf carraaqqii!
Haa Jijjiiramnu!
Eenyummaan nuti kaleessa qabnu seenaa nuti keessa darbineedha. Har'a wanti hundinuu guutumatti jijjiiramee seenaa biraa eegalla.Yeroo tokko tokko itti baruun hanga nutti ulfaatutti, maal qaba akka durii utuu ta'ee, gara duriitti utuu deebi'ee nu jechisiisa. Garuu filannoon biraa hin jiru Yeroo hundumaa kan haaraaf qophaa'uu qabna.
Hanga jijjiiramuu qabnu haa jijjiiramnu!
Yeroo Gaarii qabaadha🙏
@Nan_Baradha
@Nan_Baradha
Yeroo tokko tokko jireenya keenya keessatti maaltu akka uumamu hin beeknu, waan baay'ee salphaadha jennee tuffanne yeroo bu'a-qabeessa ta'u ykn immoo miidhaa guddaa nutti fidutu jira. Akkasumas kan bu'aa guddaa qaba jennee eegnu yeroo itti gatii dhabutu jira. Kanaaf
"Waan hundumaa irratti of eeggannoo gochuu fi xiyyeeffannoodhaan hojjechuu haa barannu."
Yoo isinitti tole👍❤️
@Nan_Baradha
@Nan_Baradha
DHANGAA JIREENYAA ❤️
➖➖➖➖➖➖➖➖
✔Jireenya kee keessati nama kamiyyuu gad buustee hin ilaalin tarii cimaa ta'uu dandeessa garuu ,yeroon si caalaa jabina akka qabu beekii !
Nama hunduma akkataata mul'ata isaattin hubadhuu kabajii sababni isaa yeroon yeroo fida wan ta'eef.
✔ Jireenya kee keessatti gara itti tarkaafanttu ka'umsaa kee hin dagatin karaa dheera tokko yoo deemtu cal dhisteetuma hin tarkaanfatiin al tokko tokko of duubas ilaali garuu hin dhaabatii.
✔ Barbaadama ta'uudhaf barbaachisummaan kee baramuu qaba.
Maala naan jedhu utuu hin taane maalan jedhe jechuu irratti xiyyeeffadhu.
✔ Caallissuu kee keessatti wantoonnii ati hin dubbannee baay'ee akkuma jiran kolfuu kee keessa dhukkubni ati dhokfattu baay'eetu jiru.
✔ waan hunduma amanuudhaf hin ariifatin sababni isaas sobni dhugaa irraa ariifatee gurra si lixaati.
✔ Namni balbala onnee kee rurrukutu hundumaaf ariifatee hin banin sababni isaas namni tokko tokko akka ijoollee balbala rurrukutee fiiguu jaallata waan ta'eef.
✔ namoonni yeroo si miidhan hammeenyi sittii hin dhaga'amin sababni isaas seera uumama keessatti mukaa firii mi'aawaa ofiirra qabutii dhagaan itti darbatamu ni hedduummaata waan ta'eef .
✔Addunyaa kan irratti karaa milkaa'aina kee irratti dhagaa sitti ni darbatama, garuu dhagaa san irra riqicha ykn gamoo ijaarrachuun filannoo fi ga'ee keeti!
✔ Yoo tulluuti ol bu'uu hin dandeenye lafa diriira arguu hin dandeessu , waan gaarii arguuf obsaan tulluu, rakkoo dhibdee bahuu dirqama.
Yeroo Gaarii qabaadha🙏
@Nan_Baradha
@Nan_Baradha
Hiyyeessaa fi Dureessaa
"Paradox"
Hiyyeessi yeroo hunda dureesssi qabeenya kan horatu carraadhaan jedhee yaada.
Dureessi immoo hiyyeessi kan hiyyoomeef dadhabaa waan ta’eef jedhee amana.
💫Jireenyi kee Fuulduraa nama tokko irratti hundaa'a, Innis suma mataa keeti.Hojiin ati har'a irra jirtu waggoota dhufaniif eessa akka gahuu dandeessu riqicha jireenyaa keeti. Yoo galma fi abjuu qabaattee akkasumas utuu addaan hin kutin yeroo hunda fooyya'uuf yaaltu ykn abjuu sana galmaan ga'uuf hojjettu, Iddoo siif malutti argamta.
Hojii ati har'a hojjettu egeree keetif akka si boonsuu danda'u mirkaneeffadhu.
#Share
#React👍
#Join
@Nan_Baradha
@Nan_Baradha
Telegram irratti AI(Artificial Intelligence) Fayyadamuu yoo barbaaddan Bot kanneen Yaala.
@ai_modern_bot
@ActionAIBot
@chatgpt_karfly_bot
@chat_gpt_robot
@Plasma_GPT_AI_Bot
@CopilotOfficialBot
@AbhikritiBot
@Hector_TheParrot_Bot
@capgen_bot
@aigrilbot
@pdf_insight_bot
@LOVE_AI1_BOT
@JWGPT3_bot
@TheB_AI_Bot
@GPT4Tbot
@GPTMain_AI_Bot
@AI_apps_bot
🕊 Telegram irraa🔈
⚠️Bot kun 🕊Akkaawuntiin Telegram keessan (yeroo dheeraaf itti fayyadamaa turtan) hamma Umrii Telegram keessani irratti hundaa'uun qarshii isiniif kenna.
⚠️Akkaawuntii waggaa Tokkoof hanga $10, fi Akkaawuntii waggaa Kudhaniif hanga $100✔️ isiniif kenna.
⚠️ Hubachiisa: @username yoo hin qabaanne ✔️ argachuu hin dandeessan.
🤖Bot seenuun galmaa'uun qofa akkaawuntii keessan umriin yeroo dabalaa deemu cryptocurrency isiniif kenna.
🕊Bot kun Telegram Verify kan ta'eedha.
🤖Bot kanan👇
/channel/dogshouse_bot/join?startapp=15-jHO0sRDiNpQ-KFQ0ZKw
irratti hirmaachuu dandeessu.
@Yona_Tech 🚀