#Sibuu Siree
Baha Wallaggaa aanaa Sibuu Siree mana barumsaa Sadarkaa 2ffaa keessatti barattootni sagalee uummata isaaniif ta'anii jiru.
Galatoomaa 🙏
#Beddellee
Barattootni Mana Barumsaa Wayyeessaa Sad 2ffaa sagalee uummata keessaniif taataniif galatoomaa🙏
Ka'i Qeerroo❗
ONM-ABO Sadaasa 22-2024 itti dhiyaadhaa!
Haasaan Abiy Ahimed fi Biraanuu Juulaa kun Faannoon mootummaa Bilxiginnaan deggeramanii miidhaa Oromoo irratti raawwachaa akka jiran kan agarsiisuudha.Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
#Amboo
Manni Barumsaa Sadarkaa 2ffaa magaalaa Amboo sagalee uummata isaaniif ta'uu itti fufaniiru.
Galatoomaa🙏
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Lixa Shaggar aanaa Sayyoo keessatti waraana faashistii PP adabaa jira.
Читать полностью…#Xiyyeeffannoo Dirooniin Abiy Ahimed fi Yilmaa Mardaasaa Bishooftuu irraa kaatee jirti. Jaallan Lixa Shaggar quba qabaadha❗
Читать полностью…Namoota miliyoona 3.4 buqqa’an keessaa gara %40 daa'imman jedha Dhaabbanni Mootummoota Addunyaa
ONM-ABO Sadaasa 22,2024 Miyanmaar keessatti namoota miliyoona 3.4 ol ta’an kanneen waraana biyya keessaa fi jijjiirama qilleensaa hamaadhaan buqqa’an keessaa gara dhibbeentaa 40 ta’uu jedha Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Kamisa kaleessa ibsa baaseen.
Miyanmaaritti erga qaamni waraanaa mootummaa filatame Ayung San Suu Kiyi bara 2021 aangoo irraa kaasee fi tarkaanfii fudhachuun bulchiinsa mootummaa irratti fincila hidhannoo kaase jalqabee jeequmsa keessa jirti.
Biyyi Kibba Baha Eeshiyaa kun baatii Fulbaanaa keessas obomboleettii Yaagiin rukutamtee lolaa gurguddaa kan kaase yoo ta’u, lubbuu namoota 400 ol galaafachuun, kuma dhibbaan kan lakkaa’aman qe’ee isaanii akka ba’an dirqisiiseera.
“Guutummaa biyyattiitti namoonni miliyoona 3.4 ol buqqa’aniiru, isaan keessaa gara dhibbeentaa 40 daa’imman.”
Juntaan fonqolcha mootummaa bara 2021 raawwate irratti mormii hidhannoo bal’aa waliin wal’aansoo qabaa kan jiru yoo ta’u, loltoonni isaas jeequmsa dhiigaa fi haleellaa qilleensaa fi meeshaa waraanaa fayyadamuun hawaasa nagaa adabuun himatamaa jiru.
Biyyattii keessatti bara kana hookkara uumameen yoo xiqqaate daa’imman 650 ajjeefamaniiru ykn madaa’aniiru.
“Haleellaa qilleensaa fi boombii lafaa mana, hospitaalotaa fi manneen barnootaa rukutuu dabalatee, naannoo siiviilii keessatti meeshaalee waraanaa lubbuu namaa galaafatan fayyadamuun dabalaa dhufuun, bakkeewwan nageenya daa’immaniif duraanuu daangeffaman akka malee daangeessee, mirga nageenyaa fi tasgabbii isaanii saamaa jira,” jedhan.
Torban darbe Miyanmaar keessatti manni shaayii tokko irratti haleellaa qilleensa waraanaatiin kaaba bulchiinsa Shaan magaalaa Naungicho keessatti raawwatameen lubbuun namoota 11 du’uu gareen saba naannoo sanatti hidhate beeksiseera jechuun Arab News gabaaseera.
Maatiin qabsaa'otaa godina Walloo Aanaa Harxummaa Fursee, Dawwee Harawaa fi Daawaa Caffaa keessatti murnoota Bilxiginnaan gabaa akka hin baane dhorkamuun doorsifamaa jiraachuun dhagaa'ame.
ONM-ABO Sadaasa 22,2024 Seenaa riphee loltoota addunyaa kanaa warreen bilisummaa saba isaaniif qabsaa'aa turanii fi akkasumas duula abbootiin irree riphee loltoota dhabamsiisuuf taasisaa turan keessatti mul'atee kan hin beekne bara bulchiinsa murna Bilxiginnaa keessa maatii qabsaa'otaa haala suukkaneessaan ajjeesuu fi ukkaamsanii hidhuu irra darbee, gabaa hawaasummaa illee akka isaan hin baane hidhattoota Koloneel Abiy Ahimediin dhorkamuun rakkoo keessa akka jiran ONM jiraattota irraa qulqulleeffateera.
Akkuma beekamu gabaan jiraattotaaf bu'uura waan hundaa yoo ta'u, gabaan jiraattota malee, jiraattotnis gabaa malee jiraachuun kan hin danda'amne ta'us, lukkeeleen Bilxiginnaa baatii darbe Onkoloolessa 6,2024 waltajjii torbee tokkoo oliif taa'aniin maatiin qabsaa'otaa gabaa akka hin baane, yoo ba'an ammoo akka namoota biroofis jiila ta'utti reebamanii hidhamuu akka qabanii fi adabbii maallaqa guddaa gaafatamuu qabu jechuun maree isaanii xumuruun yoo adda ba'an, yeroo ammaa ammoo waan dubbachaa turan sana hojiitti hiikuun hawaasa rakkisaa jiru.
Aanoonni maatiin qabsaa'otaa hidhattoota sirnichaan gabaa akka hin baane keessatti dhorkamaa jiran kunneenis aanaa Harxummaa Fursee, Dawwee Harawaa fi Daawaa Caffaa yoo ta'an, jiraattotni kunneenis akka jedhanitti, nuti ofii gabaa dhorkamneerra waan ta'eef ba'uu hin dandeenyu, garuu hawaasuma dur gaddaa fi gammachuu waliin qooddannee wal faana jiraachaa turreen nuuf fidaa yoo jenne isaanis waan reebamaniif ni sodaatu, nuti ammoo baabura midhaanii deemnee daakkachuufuu danqamaa jirra kan jedhan jiraattota aanota armaan olitti caqafaman irraa ONM dubbiseedha.
Murni Bilxiginnaa hawaasuma bulchaan jira ofiin jedhu maqaa maatii qabsaa'otaati jedhuun gargar qoqqoodee rakkisaa kan jiru yoo ta'u, gama biraan ammoo karaa dabballootaa fi miidiyaa of harkaa qabaniin holola biifaa jiraniin, akka waan Bilxiginnaan nagaa waaraa buusuuf fedha qabaateetti, WBO ammoo qaama nagaa booressuu fi nagaa hin barbaanne fakkeessaa jiraachuun ni beekama.
Hiriirri Sagalee Hawaasa Oromoof ta'uu akka itti fufu Qeerroon Bilisummaa Oromoo ibsa baaseen beeksise
ONM-ABO Sadaasa 22,2024 Erga murni bilxiginnaa qabsoo Qeerroo fi Qarree butuun gara aangootti dhufee kaasee nagaan biyyattii keessaa dhabamuun sirnoota abbaa irree darban caalaatti dhiitamiinsi mirgoota namoomaa daangaa darbe raawwachuun, misoomni dhabamee namni daldalatee fi qotatee jiraachuu dadhabuu, qe'ee isaa irratti rasaasaa fi xiyyaara waraanaa gosa garaa garaan boombii gubbaa itti roobuu fi finxaaleeyyii Amaaraa barcuma aangoo PP tiksuuf bobbaafamaniin qe'een Oromoo qe'ee guyyuu dhiigni keessaa dhangala'u ta'ee jira.
Hiriira roorroon hawaasa Oromoo irratti hammaachuun miidhaa fi ciisanii qalamuu uummata Oromoo godina Kaaba Shaggar aanaa Dharraan wal qabatee sagalee ta'uuf guyyaa kaleessaa Sadaasa 21,2024 eegale akka guyyaa har'aa Sadaasa 22,2024 irraa ka'ee bifa hunda haammateen itti fufuuf Qeerroon Bilisummaa Oromoo waamicha taasisee jira.
Hiriirri geggeeffamu kunis naamusa isaa eeggatee gocha Oromoo irratti raawwachaa jiruu fi Bilxiginnaa miidhaa uummata Oromoof sababa ta'e kana balaaleffachuun akka aantummaa saba isaanii agarsiisaniif kallattiin kaa'ameera.
Ilmaan Oromoo kallattii adda addaan waamicha kana dhageessan wal kakaasuun akka itti hirmaattan jechuun keessaa fi alatti waamichi iyyii iyya dabarsii ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoon kaleessa ba'e ni mul'isa.
PP forces and Fano terrorists are on killing spree in Oromia
ONM-ABO November 22, 2024
As in many zones of Oromia that borders Amhara region, the killing spree by Abiy Ahmed forces in collaboration with Amhara local Fano that government has armed appears to be escalating in Horo Guduru Wallaga and Western Wallaga.
ONM-ABO October 28, 2024. The prosperity party regime led by Abiy Ahmed has intensified the campaign of terror and massacres against innocent civilians across Oromia. While on one hand they preach the necessity of peace and stability, on the other hand, Abiy Ahmed government has heavily deployed its security forces across Oromia and explicitly ordered them to carry out mass detentions, extrajudicial killings, extortion, torture, and eviction against citizens of Oromia.
On October 22, 2024 in a district of Horo Buluq in a village called Abile Iggu the prosperity party regime’s military has mercilessly killed a young man whose name is Magarsa Tamiru in a place called Aboo. The young man was brutally murdered by regime forces while on his way to visit family members who reside in district of Horo Buluq by alleging that he has been the informant of Oromo liberation army which is according to people who knows him is totally untrue and baseless.
Additionally, in Western Wallaga zone district of Gudaya Bilat ethnically Amhara militias who were settled in Wallaga zone by the federal government, and armed to the teeth are committing massacres, looting, and displacement against Oromo civilians in collaboration with the government troops.
In a village called Abayi Dalle this local Amhara militias that were armed by the federal authorities have embarked on systematic destruction of local Oromo properties and widespread violence, and looting against Oromo farmers. As the intention of the government and their accomplice the local Amhara Fano armed by federal government is to evict Oromos from their ancestral land, many Oromo farmers who could not withstand the persistent violence and mayhem directed against them by those evil forces are fleeing the area in mass in order to escape certain death and destruction.
According to the locals who spoke to ONM on condition of anonymity, few weeks ago the local prosperity party were pretending to have political differences with the local Amhara fano that they themselves armed and deployed against Oromo farmers simply to mislead the locals. The residents also revealed that on October 26, 2024 the prosperity party leaders had held a meeting with local fano pretending to resolve their differences while in reality there were no differences of political and military opinions between the two parties. There’s no differences between the two they were simply trying to hoodwink the public into believing that there’s disagreement between them. The Amhara Fano that are currently wreaking havoc both in central Oromia and Wallaga zone are trained, armed, financed, and deployed against innocent citizens of Oromia by none other than the current Abiy Ahmed regime.
According to the locals, many members of federal defense forces who are ethnically Amhara are joining this Oromia Fano who were organized, trained, and armed by federal government in collaboration with Oromia regional government in an effort to suppress and evict Oromo from their ancestral homeland. This ethnically Amhara defectors are joining local Amhara Fano with their full military gear and additional weaponry to bolster the capabilities of Amhara Fano.
The local prosperity party leaders in collaboration with local militias and Amhara Fano if Oromia are preparing to undertake joint operations against local Oromos especially young men and women. They openly declared genocide against those Oromos whom they categorize as patriots or nationalists. This campaign of cleansing Oromo nationalists from the area appears to be already underway as massacres and forced evictions are on the rise in this locality.
ONM-ABO Sadaasa 22-2024 Mormii Barattoota itti dhiyaadhaa!
Mormii Barattoota Yuuniversitii Dambii Doolloo Uummata Oromoo Salaleef sagalee Ta'aan!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Oduu Ganama ONM-ABO Sadaasa 22-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Qophii Oobdii yaadaa ONM-ABO Sadaasa 21-2024 itti dhiyaadhaa!
Sarbamiinsaa Mirga Namoomaa Oromiyaa , Gocha sukkanneessaa oromoota salaale Dharraa irraatti rawwatama jiru, Tarkaanfii WBO, Ukkaamsaa Dargagoota humnan mooraa waraanatti guuraa jiran, Rakkoo Impaayiraatti keessa, Haala Ganfa Afrikaa irraatti maree Jaal Nimoonaa Sabaa waliin taasifna!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
ህዳር 21-2024 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
#Yaaballootti Barattootni Sagalee Uummataa ta'uu yoo itti fufan, waraanni faashistii PP ammoo uummata waliin akka wal hin dhuunfanne gidduu seenan.
Uummata ofii rakkisanii akka inni sagalee hin dhageessifanne gochuun abbaa irrummaadha!
Barattootni magaalaa Yaaballoo sagalee saba keessaniif taataniif galatoomaa🙏
Oduu Waaree ONM-ABO Sadaasa 22-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Gincii bara 2015 Sadaasa keessa abidda warraaqsaa qabsiistee Oromiyaa waliin geesse, har'as isin faanan jira jetti.
Galatoomaa🙏
#Naqamtee
Manni Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Magaalaa Naqamtee sagalee uummataaf ta'uutti dabalameera.
Galatoomaa🙏
Gincii madda Fincila Diddaa Garbummaa har'as Oromoo jalaa awwaatteetti.
Mana Barumsaa Sad 2ffaa fi Sad 1ffaan Sagalee Uummata Isaaniif Ta'uu Ba'aniiru👇
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaalee Sulula Finca'aa fi Abbaay Coomman keessaa barattoota dabalatee namoonni hedduun gara leenjii waraanaatti guuramaa jiraachuun himame
ONM-ABO Sadaasa 22,2024 Tibba kana akkuma guutuu Oromiyaatti ergamtoonni Bilxiginnaa hawaasa nagaa fedhii isaanii malee barataa fi barsiisaa, qonnaan bulaa fi daldalaa osoo hin jenne akkasumas, saalaa fi umuriin osoo adda hin baasin namuma argan ukkaamsuun gara mooraa leenjii waraanaatti guuraa jiraachuu irra deddeebiin isiniif gabaasaa jiraachuun keenya kan yaadatamuudha.
Aanaa Sulula Finca'aa irraa ergamtoonni sirnichaa hawaasa nagaa gara leenjii waraanaatti guuruu itti fufuun, Sadaasa 19,2024 ganda Agamsaa mana barnootaa sadarkaa 1'ffaa Agamsaa irraa barattoota maqaan isaanii:
• Galataa Mangashaa,
• Jireenyaa Badhaasaa,
• Abbittii Darajjee fi kanneen ammaaf maqaan isaanii adda hin baane hedduu barnoota isaanii irraa ukkaamsuun gara leenjii waraanaatti geessanii kan jiran ta'uu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Haaluma walfakkaatuun aanaa Abbaay Coomman ganda Hoomaa Kulkulaa fi Sandaaboo Dongoroo jedhaman keessaa namoota nagaa kanneen maqaan isaanii;
• Fayyoo Garramuu,
• Booree Gaaromaa,
• Taarikuu Toluu,
• Habtee Zallaqaa jedhamanii fi kanneen biroo hedduu ta'an waraanni Abiy Ahimed mana jireenyaa isaaniitii leenjii waraanaaf ukkaamsanii jiraachuu maddeen itti dabaluun addeesaniiru.
Akka maddeen himanitti, aanota kanneen keessatti waraanni sirnichaa gochoota farra namoomaa uummata nagaa irratti raawwatan jabeessanii jiraachuu himuun, qonnaan bultoota irratti saamicha hamaa raawwachaa jiraachuu fi kanneen daldaltoota ta'an ammoo dukkaana isaanii jalaa saamsaa jiraachuus dubbataniiru.
Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Mana-Sibuu keessatti hidhattoonni PP shamarran tokko rasaasaan rukutanii madeessuun dhagaa'ame
ONM-ABO Sadaasa 22,2024 Murni nama nyaataan maqaa Oromootiin aangoo impaayerattii dhuunfatee Oromoo lafa irraa duguuguuf murteeffatee waggaa 6 oliif itti jiru, badii tokko malee uummata qe'ee isaa irratti qaama hir'isuu qabee hanga ajjeesuutti jabeessee itti fufee jira.
Haaluma kanaan godina Lixa Wallaggaa Ona Mana-Sibuu ganda Waamaa Toobbaraatti Sadaasa 20,2024 shamarree Dingatee Nagarii jedhamtu mana namaa kireeffattee bunaa fi shaayee daldaluun kan jiraattu rasaasa itti dhukaasuudhaan madoo cimaa irraan ga'anii jiraachuun beekamee jira.
Shamarreen kunis dhalattuu ona Mana Sibuu ganda Alaalaa Fardaa yoo taatu balleessaa tokkollee kan hin qabnee fi madoon isheellee cimaa ta'uu fi ammaaf yaalaaf hospitaala magaalaa Mandiitti yaalamaa akka jirtu ibsaniiru.
Sirni Oromummaa qofaan ilma namaatti xiyyeeffatee ajjeesu kun maqaa Oromoo himataa erga Oromoo ajjeesuu eegalee waggaan 6 darbus dhumaatiin hawaasa nagaa kanaa hanga ammaatti furmaata dhabuun gareen akka feeteen naamusa waraanummaa hin qabne kun gocha badii isaanii jabeessanii itti fufanii jiru.
Haasaa Garaa Nama Nyaatuu fi Onnee Namatti Horu
Barattoota Yuuniversitii Dambii Doolloo irraa 👇
Qe'een angaftichaa #Boorana Yuuniversitii Booraanaa keessattis barattootni mormii isaanii dhageessifachaa jiru 👇
Читать полностью…#Yuuniversitii Dambii Doolloo
Suuraa hiriiraa, lagannaa nyaataa fi yeroo Bilxiginnaa ariitu👇
#Yuuniversitii Dambii Doolloo
Barattootni Oromoo Yuuniversitii Dambii Doolloo gocha uummata Oromoo irratti finxaaleyyiin Amaaraa fi waraanni Bilxiginnaa Kaaba Shaggar Dharraa fi Oromiyaa bakka cufatti gochaa jiran balaaleffachuun geggeessaa jira.
Barattootni keenya galatoomaa❗
Itti Fufa Qabsoon❗
Godina Kibba Lixa Shaggar aanaa Qarsaa Maalimaa keessatti WBOn tarkaanfii laalessaa fudhachuu beeksise
ONM-ABO Sadaasa 21,2024 Waraanni Bilisummaa Oromoo goleewwan Oromiyaa hundaa keessatti diina Oromoo Oromummaa isaa qofaan yakkee ajjeechaa sukkanneessaa ajaja koloneel Abiy Ahimediin raawwachaa jiran irratti tarkaanfii jiilchaa fi sodaachisaa fudhachuu itti fufee jira.
Bifuma kanaan irree fi gaachanni uummata Oromoo Zoonii Harsadee waraana faashistii PP maqaa caasaa haaraa ijaarraa jedhuun guyyaa har'a Sadaasa 21,2024 Kibba Lixa Shaggar aanaa Tolee keessaa gara aanaa Qarsaa Maallimaa ganda Watootti bobbaate iddoo adda Jimaata jedhamtutti haxxee itii hidhuun baarudaan macheessee rasaasaan akaa'uun konkolaataa lama daaraa godhee jira.
Hanga gabaasni kun qindaa'etti konkolaattota 2n irraa loltoota 30 ajjeesuun 18 madeessee jira.
Gabaasa guutuu akkaataa nu quqqabeen isin biraan geenya.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
14 ጓደኞቿን በመርዝ ገድላለች የተባለችው ታይላንዳዊት በሞት እንድትቀጣ ተወሰነ።
ህዳር 21 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
14 ጓደኞቿኝ ሲያናይድ በተባለ መርዝ ገድላለች ተብላ የተጠረጠረችው ታይላንዳዊት በመጀመሪያው ክስ ጥፋተኛ ሆና በመገኘቷ በሞት እንድትቀጣ ተወሰነ።
በዋና ከተማዋ ባንግኮክ የሚገኘው ፍርድ ቤት ሳራራት ራንግሲዉታፖርን የተባለችው የ36 ዓመት ተከሳሽ ባለፈው ዓመት ከሀብታም ጓደኛዋ ጋር ሽርሽር ወጥተው ሳለ ምግብ እና መጠጥ በመመረዝ ገድላታለች ተብላ ጥፋተኛ ሆናለች።
የሟች ዘመዶች እና ጓደኞች ግለሰቧ በተፈጥሯዊ መንገድ አይደለም የሞተችው በማለት ያቀረቡትን ቅሬታ ተከትሎ የሬሳ ምርመራ ተደርጓል። ምርመራው የሟች ሰውነት ውስጥ ሲያናይድ የተባለው መርዝ መገኘቱን አሳይቷል።
ፖሊስ ይህን ተከትሎ ሳራራትን በቁጥጥር ሥር ባዋለበት ወቅት ሌሎች ግድያዎች መፈፀማቸውን ማጣራት የቻለው።
ጉዳዩ እስከ አውሮፓውያኑ 2015 ድረስ የሚጓዝ ሲሆን ጥፋተኛዋ ዒላማ ካደረገቻቸው ሰዎች መካከል አንዷ መትረፏ ተነግሯል።
ፖሊስ እንደሚለው በታይላንድ መገናኛ ብዙኃን 'አም ሲያናይድ' የተሰኘ ቅፅል ስም የተሰጣት ሳራራት የቁማር ሱስ ያለባት ሲሆን ብድር የወሰደችባቸውን ጓደኞቿን በመግደል ጌጣጌጥ እና ጥሩ ገንዘብ የሚያወጡ ንብረቶቻቸውን ትዘርፋለች።
ባለፈው ዓመት ሚያዚያ ነው ሳራራት እና ጓደኛዋ ሲሪፖርን ኻንዎንግ ወደ ምዕራብ ባንግኮክ ለሽርሽር ያቀኑት።
ኻንዎንግ ከሲራራት ጋር ምግብ ከበላች በኋላ ተዘልፈልፋ ትወድቃለች። ጓደኛዋ ራሷን ስታ ስትወድቅ ሳራራት ልታድናት ምንም ሙከራ አላደረገችም ይላሉ መርማሪዎች።
ምርመራው ሲጠናከር ሲያናይድ የተባለው መርዝ ቅሪት የኻንዎንግ ሰውነት እና ስልኳ ላይ የተገኘ ሲሆን ገንዘብ እና ቦርሳዎቿ ጠፍተው ነበር ይላል ፖሊስ።
“ልጄ ፍርድ አገኘሽ ዛሬ። ዛሬ በዓለም ፍትሕ ወርዷል” ሲሉ የልጃቸውን ፎቶ ከፍ አድርገው ይዘው የነበሩት የካንዎንግ እናት ለፍርድ ቤቱ ተናግረዋል።
እናት እንደሚሉት ውስጣቸው ካለው ንዴት የተነሳ ሳራራት ቀና ብለው ማየት ተስኗቸው ነበር። አልፎም ብይኑ ሲነበብ ሳራራት ፈገግ ብላ ነበር ይላሉ።
ሳራራት የቀረቡባትን ክሶች ታስተባብላለች።
የፖሊስ አባል የነበረው የተከሳሿ የቀድሞ ባል እና ጠበቃዋ ማስረጃ ሸሽገዋል በሚል የአንድ ዓመት ከአራት ወር እና የሁለት ዓመት እስራት ተፈርዶባቸዋል።
የቀድሞው ባሏ ቪቱን ባለፈው ዓመት ነው እጁን ለፖሊስ የሰጠው። ፖሊስ እንደሚለው ግለሰቡ ሳራራት የቀድሞ የፍቅር ጓደኛዋን መርዛ ስትገድለው ተባባሪ ሳይሆን አይቀርም።
ሳራራት ለኻንዎንግ ቤተሰቦች ሁለት ሚሊዮን የታይላንድ ባት ካሳ እንድትከፍል ተወስኖባታል። ገንዘቡ ወደ ዶላር ሲመነዘር 57 ሺህ ገደማ ይሆናል።
ሲያናይድ የተባለው ኬሚካል የኦክሲጅን ሴሎችን የሚጎዳ ሲሆን የልብ ድካም ሊያስከትል ይችላል። መደንዘዝ፣ ትንፋሽ ማጠር እና ማስመለስ ምልክቶቹ ናቸው።
ይህ ኬሚካል በዛ ተደርጎ ከተወሰደ ሳንባን የሚጎዳ እና ኮማ አስከትሎ በሰከንዶች ውስጥ ሊገድል የሚችል ሲሆን አነስተኛ መጠን ያለውም ቢሆን እጅግ አደገኛ ነው።
ታይላንድ ውስጥ ያለመንግሥት ፈቃድ ይህን ኬሚካል ይዞ መገኘት እስከ ሁለት ዓመት እስር ሊያስቀጣ ይችላል።