Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, miidiyaa Agartuu Oromoo!
በምዕራብ ሸገር ዞን ዳኖ ወረዳ የብልፅግና ወታደሮች ሰላማዊ ዜጎችን ማሰሩን ቀጥለዋል።
ታህሳስ 4 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የፋሽስቱ ወታደር ኢ-ህገ-መንግስታዊ እና ህግ-አልባ ወኪሎች የሲቪል ማህበረሰቡን እያሰቃዩ እና የህብረተሰቡን ህይወት እስር ቤት አድርገውታል።
በታህሳስ 1 ቀን 2024 ዓ.ም ሰው በላ የፒ.ፒ. ስርዓት ሰራዊት ልጆቻቸውን ወደ ሚሊሻ ስልጠና ለመውሰድ ፈቃደኛ ባለመሆናቸው የሚከተሉትን ሰዎች በቁጥጥር ስር አውለዋል።
- አለሙ ከቢቶ
- ስንታየው ነመራ
- አለሙ በቀለ
- ዝርፊያ አየለ
- ከተማ መንገሻ
- ፍቃዱ ጌታችው እና ሌሎችም በርካቶች እየታሰሩ እና እየተሰቃዩ መሆናቸውን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
በተጨማሪም በዚሁ ወረዳ የካራ ገርጂዳ መንደር ነዋሪዎች በእስር ቤት እየተሰቃዩ ይገኛል።
የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት መካከል:-
- በቀለ ከቤ
- አሶ ሸንተማ
- ታደሰ ተሾመ እና ሌሎች ብዙዎች ያለምንም ጥፋት በእስር ቤት እየተሰቃዩ ነው ሲሉ ምንጮቻችን ገልጸዋል።
እነዚህ ሰዎች ያለምንም ጥፋት በእስር ቤት እየተሰቃዩ የሚገኙት በኦሮሞነታቸው ብቻ ነው ሲሉም አክለዋል።
Godina Baha Wallaggaa Aanaa Guutoo Giddaa keessaa loltoonni Bilxiginnaa hawaasa nagaa hidhaatti darbachuu fi manneen jalaa gubuu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 4,2024 Uummata Oromoo qe'eef qabeenya isaa irratti hadheeffachuun badii tokko malee sobaan yakkanii ajjeesuu, saamuu, hidhuu fi qabeenyaa isaa ibiddaan barbadeessuu hojii idilee isaa kan godhate waraanni maafiyaan impaayerattii goleewwan Oromiyaa mara keessatti ilmaan Oromoo sababa Oromummaa isaanii qofaaf yakkuun dararaa hamaa irraan gahuu cimsee itti fufee jira.
Haaluma kanaan, godina Baha Wallaggaa aanaa Guutoo Giddaa keessaa loltoonni Bilxiginnaa hawaasa nagaa hidhaatti darbachuu fi manneen jalaa gubuu cimsanii itti fufuun eeramee jira.
Aanaa Guutoo Giddaa ganda Fayisaa jedhamu keessaa maqaa "hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabdu" jedhuun namoota maqaan isaanii:
- Aadde Kamisee Olqabaa,
- Aadde Kumee Giddiisaa,
- Aadde Ilfinesh Gammachuu,
- Aadde Biraanee Olaanaa,
- Aadde Mastee Margaa,
- Obbo Addunyaa Gammadaa,
- Obbo Asfawuu Akkumaa,
- Aadde Asteree Addunyaa fi kanneen biroo hedduu badii tokko malee Oromummaa isaanii qofaaf yakkuun Muddee 03,2024 hidhaatti darbachuu jiraattonni gandichaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.
Aanichatti yakkoonni gara jabinaa tilmaama hin qabne uummata irratti raawwachaa kan jiru yoo ta'u, ganda Jireenyaa jedhamu irraa immoo nama maqaan isaa Obbo Iddoosaa Kidaanuu jedhamu jalaa badii tokko malee Muddee 01,2024 maqaa "hidhata Waraana Bilisummaa Oromoo qabda" jedhuun mana isaa meeshaalee manaa hunda waliin gubuun barbadeessanii jiraachuu jiraattonni itti dabaluun ibsanii jiru.
Abbaa irrummaan waraana faashistii PP fi lukkeelee isaan guutuu Oromiyaatti raawwachaa jiru daran jabaachuu ONM odeeffate
ONM-ABO Muddee 4,2024 Gara jabummaan impaayerri Itiyoophiyaa taasisaa jiru kan baroota sirna mootii gonfoo bulchiinsa Minilik, Hayilee Sillaasee fi dargiin olitti jabaatee ba'aa ulfaataa ta'uun ajjeechaa fi dararaan uummata Oromoo irraa dhaabbachuu hanqachuun qe'een Oromoo fi qonnaan bultoonni Oromoo lukkeelee harka dhiigaa Bilxiginnaan faalamuu irratti argamu.
Dhibbentaan ajjeefamuu ilmaan Oromoos kan baroota darbanii fi kan sirna Bilxiginnaa wal bira qabamee yoo ilaalamu guyyaatti uummanni Oromoo dhibbootaan ajjeefamuu fi kumootaanis manneen hiraarsaatti darbatamaa jiraachuunis seenaa ifa galaafii fi mul'achaa jiruudha.
Tarsimoon haaraanis yeroo ammaa aanga'oota PP'n tolfamee uummataaf dhihaachaa jiru uummanni Oromoo paartii Bilxiginnaa deggaruu akka qabuu fi filannoon sabichaas paartii Bilxiginnaa ta'uudhaa baannaan ajjeefamuu ykn hidhamuutu eeggata kan jedhuun adeemsa eegalanii jiraachuus maddeen keessoo murna Bilxiginnaa ONM'tti himaniiru.
Agarsiistuun hojiilee hammeenyaa kunis torbanoota kana keessa aanoliin bajata sekterootaaf ramadamerraa qooduun meeshaa waraanaa hanga bireeniitti bitachuuf caasmaleeyyiin Bilxiginnaa marii tolfachaa turuun beekameera.
Gabaasa Tarkaanfii ONM-ABO Muddee 4-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Oduu Galgala ONM-ABO Muddee 4-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Sudaan waldhabdee gidduutti Hagayya irraa eegalee namoonni 1,205 dhukkuba koleeraan du'an jette
ONM-ABO Muddee 4,2024 Sudaan Kibxata kaleessaa guutuu biyya waraanaan miidhamte kana keessatti Hagayya irraa eegalee namoota 44,729 qabaman keessaa namootni 1,205 dhukkuba koleeraan du’aniiru.
Ibsa Ministeerri Fayyaa Sudaan baaseen, naannolee hedduu keessatti namoonni haaraan 43 dhukkuba koleeraan qabamaniiru.
Namoonni koleeraan qabaman kunneen Kaartuum, Al-Jazira, Al-Qadarif, Kassala, Nile River, Northern State, White Nile, fi Sennar dabalatee kutaalee 18 keessaa 11 keessatti galmaa’uu ministeerichi beeksiseera.
Jalqaba ji'a Hagayyaa keessa Sudaan dhukkuba koleeraa biyyattii keessatti weerara ta'uu labsite.
Dhukkubni koleeraa, dhukkubni baakteeriyaa yeroo baayyee bishaan faalameen kan babal’atu yoo ta’u, garaachaa cimaa fi bishaan qaama keessaa hir’achuu kan fiduudha. Yoo hin yaalamne sa’aatii muraasa keessatti lubbuu namaa galaafachuu danda’a.
Sudaan Ebla bara 2023 irraa eegalee lola waraanaa fi garee humna deeggarsa ariifataa (RSF) gidduutti taasifamaa tureen manca’aa jirti.
Lola kanaan lubbuun namoota 20, 000 ol darbuu fi namoonni miliyoona 14 ol qe’ee isaanii irraa buqqa’uu isaanii tilmaama Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi aangawoota naannoo irraa argame ni mul’isa jechuun Rooyiters gabaaseera.
Godina Baha Harargee aanaa Baddannootti waraanni Abiy Ahimed hawaasa nagaa irratti reebichaa fi saamicha raawwachuu cimsanii itti fufan
Duula duguuggaa sanyii uummata Oromoo irratti sababa tokko malee geggeessaa kan jiru waraanni faashistii Bilxiginnaa dinagdee Oromoo quucarsuuf jecha sababoota garaa garaa itti tarreessuun qabeenya uummata nagaa saamuu, barbadeessuu, reebichaa fi gochoota gara jabinaa tilmaama hin qabne irratti raawwachaa jiru.
Milishaa maqaan isaa Ziyaad Ahimed jedhamu jiraattota aanaa Baddannoo araddaa Gooroo Wadoo irratti badii tokko malee sababa Oromummaa isaanii qofaaf reebicha hamaa irraan gahuun yeroo ammaa mana yaalaatti namoonni hedduun yaalamaa jiraachuu maddeen itti dhiyeenyaan beekan Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf addeessan.
Akka maddeen himanitti, milishonni araddichaa maqaa barbaadan hawaasatti dhahuun saamichaa fi reebicha raawwataa jiraachuu himuun, jiraattota siyaasa kam keessaayyuu qooda kan hin qabne ergamtoota sirnichaan yakkamuun garmalee reebamuu fi qarshii hanga fedhan saamamaa jiraachuu jiraattonni itti dabaluun himaniiru.
Murni Bilxiginnaa WBO'n Zooniilee cufa irraa galaa jira jechuun gantootaa fi hidhamtoota siyaasaan diraamaa hojjechaa jiraachuun barame
ONM-ABO Muddee 4,2024 Murni faashistii PP kaayyoo fi akeekni Qabsoo Bilisummaa Oromoo ganamaa akka gatatuuf hojii diigumsaa fi harka kennachiisuu maqaa araaraa, abbootii gadaa, jaarsolii biyyaa fi koree teekinikaa jedhuun diraamaa hojjetu guyyaa aangootti dhufee kaasee cimsee hojjetus Waraana Bilisummaa Oromoo dhabamsiisuu hin dandeenye.
Har'as hojii isaa itti fufuun Sanyii Nagaasaa waliin walii galtee burjaajii mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo fi uummata Oromoo gidduutti uumuuf Waraana Bilisummaa Oromootu Zooniilee cufa keessaa galaa jira jechuun hololaa jira.
Namootni galaa jiran warreen WBO keessaa yakka hojjetanii ganan, warreen Bilxiginnaan ijaarratee ergee fi namoota nagaa maqaa WBO waliin hidhata qabdu jedhuun yeroo dheeraaf hidhamaa turan ta'uun barameera.
Diraamaan Bilxiginnaa kun qabsoo bilisummaa Oromoo ABO-WBO'n taasisaa jiru irraa miseensotni waraanaa, sabboontotni fi uummatni Oromoo abdii akka kutataniif yoo ta'u, gochi isaanii garuu faallaa isaa mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo qulqulleessaa akka jiru ni beekama.
Keessumaa maqaa hooggansa WBO'n kanneen dura bu'anii hojii diraamaa Bilxiginnaaf 'actor' ta'an kanneen mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti hidhata Jeneraal Haayiluu Gonfaa qaban ta'uu dubbii Biraanuun Juulaa guyyaa sana dubbate irraa beekuun ni danda'ama.
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo fi uummatni gocha gantootaa kana hubachuun waraana keessan dirree irratti hafe cinaa dhaabbachuun diraamaa Bilxiginnaa kana harkatti akka fashaleessitan jechuun dhaamsi sabboontota ilmaan Oromoo irraa yoo ba'u xiinxaltoonni siyaasaa ammoo gama isaaniin nageenyi waaraan kallattii hanna siyaasaa Bilxiginnaan hojjechaa jiruun dhufu akka hin jirre dubbachaa jiru.
ONM-ABO Muddee 4-2024 itti dhiyaadhaa!
Dhaamsa Miseensa Waraana Bilisummaa Oromoo Zooni Kibbaa Jaal Bulee Boruu!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
WBO zoonii Bahaa Godina Lixa Harargee aaaa Daaroo Labuutti tarkaanfii fudhate
ONM-ABO Muddee 4,2024 Gootichi Waraanaa Bilisummaa Oromoo WBOn zoonii bahaa Cibraan Calii Calanqoo Lixa Harargee aanaa Daaroo Labuu magaalaa aanaa rraa bakka daqiiqaa 10 caalaa hin fagaannetti diinarratti tarkaanfii fudhachuun mana hidhaa cabsee jira.
Tarkaanfii kaleessa Muddee 3,2024 galgala naannoo sa'aatii 8:00tti murna shiftaa ilmaan Oromoo namoota nagaa lakkofsaan 14 ta'an yakka tokko malee mana hidhaatti aanaa Daaroo Labuu ganda Mata-Guddeessaatti guurtee hiraarsaa turterratti tarkaanfii fudhachuun humna diinaa irraa 2 ajjeesee 1 madeessee qawwee 3 yoo hiikkatu ilmaan Oromoo mana hidhachaa keessa turanis hidhaarraa yaasee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
Gidirfamni ilmaan Oromoo Godina Baha Wallaggaa irratti geggeeffamu jabaatee itti fufe.
ONM-ABO Muddee 4,2024 Koloneel Abiy Ahimed qilee seenuu dinagdee impaayerattii hoggaa baru Lukkeelee isaaf ajaja kennuun qe'ee Uummata Oromootti bobbaasuun saamicha qabeenyaa fi yakkoota gara jabinaa hangana hin jedhamne hawaasa nagaa irratti raawwachiisaa jira.
Aanaa Jimmaa Arjoo ganda Abootee Dhidheessaa keessaa loltoonni sirnichaa Sadaasa 30,2024 jiraattota maqaan isaanii:
- Obbo Barakoo Fayisaa fi
- Dargaggoo Abarraa Kaffaalaa jedhaman badii tokko malee hidhaatti darbatanii garmalee dararaa jiraachuu jiraattonni gandichaa ONM'f ifoomsanii jiru.
Akka jiraattonni jedhanitti, namoonni kunneen hirmaannaa siyaasa paartii kamiiyyuu kan hin qabne ta'uu ibsuun, ergamtoonni sirnichaa ammoo sababa sobaa maqaa "Waraana Bilisummaa Oromoo deggertu" jedhu itti maxxansuun hidhaatti darbachuu himu.
Kana malees godinuma kana aanaa Waayyuu Tuqaa ganda Kichii jedhamtu keessaa Mudde 01,2024 nama maqaan isaa Obbo Habtaamuu Shurshuraa jedhamu ilma keetu miseensa WBO'ti jechuun qotiyyoo cimdii tokko jalaa saamanii deemuu maddeen himan.
Ergamtoonni Bilxiginnaa kunneen gocha badii isaanii kana ittuma fufuun, aanichuma ganda Haroo Caalchis keessaa ammoo Sadaasa 26,2024 nama maqaan isaa Obbo Faqqadaa Baayisaa jedhamu jalaa qabeenya WBO'ti jechuun qarshii kuma shantama (50,000) saamuun akkasumas jiraataa maqaan isaa Obbo Waggaarii Bookaa jedhamu ammoo "ilma keetu bosona jira" jechuun qarshii 4,500 jalaa saamuun, qabeenya mana keessaas mancaasanii deemuun ibsameera.
Dabalataan, Geetaachoo Mulaatuu jalaa qarshii 2,000 saamuun qabeenya mana keessaas yoo mancaasan, Bakaree Jiraataa jalaas qarshii 4,700 saamuun qabeenya mana keessaas mancaasanii deemuu maddeen itti dabaluun eeraniiru.
Aanaa Guutoo Giddaa ganda Eebbaa jedhamu keessaas Muddee 01,2024 loltoonni Bilxiginnaa badii tokko malee namoota maqaan isaanii:
- Aadde Obsee Olaanii mucaa isaanii Asteer Taaddasee waliin,
- Saamu'eel Adimaasuu fi
- Asires Beekumaa kanneen jedhaman hidhaatti darbatanii hiraarsaa jiraachuu jiraattonni Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Kana malees aanichuma ganda Fayisaa jedhamu irraa guyyuma kana nama maqaan isaa Yaadataa Nuurfataa jedhamu ammoo dukkaana isaa cabsanii seenuun qabeenya keessa jiru tokko osoo hin hambisin saamanii deemuu maddeen itti dabaluun eeraniiru.
Godina Lixa Shaggar Aanaa Daannootti loltoonni Bilxiginnaa hawaasa nagaa hidhaatti guuruu jabeessanii itti fufan.
ONM-ABO Muddee 4,2024 Loltoonni Bilxiginnaa heeraa fi seera hin qabne akkuma argan bobbaafamuun hawaasa nagaa gidirsuun jiruuf jireenya hawaasaa mana hidhaa taasisuu itti fufanii jiru.
Aanaa Daannoo ganda Daannoo Roggee jedhamu keessaa Mudde 01,2024 waraanni sirna nama nyaataan PP ilmaan keessan leenjii milishummaatti erguu diddan jechuun namoota maqaan isaanii:
- Alamuu Kabittoo,
- Sintaayyoo Namarraa,
- Alamuu Baqqalaa,
- Zarraafuu Ayyalaa,
- Katamaa Mangashaa,
- Fiqaaduu Geetaachoo fi kanneen biroo hedduu ta'an hidhanii dararaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Kana malees aanichuma ganda Kaarra Garjeedaa jedhamu keessaa ammoo jiraattotni maqaan isaanii:
- Baqqalaa Kabbee,
- Asoo Shantamaa,
- Taaddasaa Tashoomaa fi kanneen biroo hedduun badii tokko malee hidhamanii hiraarfamaa jiraachuu maddeen itti dabaluun eeraniiru.
Namoonni hidhaatti dararamaa jiran kunneen badii tokko malee sababa Oromumummaa isaanii qofaaf ta'uu itti dabaluun ibsaniiru.
Qophii Addaa ONM-ABO Muddee 3-2024 itti dhiyaadhaa!
Diraamaa maqaa WBOtu galaa jira jedhuun hojjetamaa jiruu fi duula miidiyaa dabballoota Bilxiginnaa irratti turtii Jaal Niimoonaa Sabaa fi Daandii Elemoo waliin taasisan!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
የብሪክስ አገራት ዶላርን ለመተካት ቢሞክሩ 100 ፐርሰንት ታሪፍ እንደሚጣልባቸው ትራምፕ አስጠነቀቁ።
ታህሳስ 3 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ኢትዮጵያን ጨምሮ ዘጠኝ አባላትን የያዘው የብሪክስ ጥምረት አገራት ከአሜሪካው ዶላር ጋር ተፎካካሪ መገበያያ ገንዘብ መጠቀም ቢጀምሩ 100 ፐርሰንት ታሪፍ እንደሚጥሉ ተመራጩ ፕሬዚዳንት ዶናልድ ትራምፕ አስጠነቀቁ።
“የብሪክስ አባል አገራት እኛ ቆመን እየተመለከትን ዶላርን መጠቀም ያቆማሉ ማለት ዘበት ነው” ሲሉ ትራምፕ ቅዳሜ እለት በማህበራዊ ሚዲያ ጽፈዋል።
ብሪክስ የዓለም ኃያላን አገራት የሆኑት ቻይና እና ሩሲያን እንዲሁም በዕድገት ላይ ያሉትን ብራዚል፣ ህንድ፣ ደቡብ አፍሪካ፣ ኢራን፣ ግብጽ ፣የተባባሩት ኤምሬቶችን እና ኢትዮጵያን በአባልነት ይዟል።
የምዕራቡ ዓለምን የበላይነት የሚገዳደር እንደሆነ የሚቆጠረው ፍትሃዊ ዓለም አቀፍ የኃይል አሰላለፍ እንዲኖር በማለት የተመሰረተ እንደሆነ ይነገራል።
ትራምፕ በምርጫ ቅስቀሳ ዘመቻቸው ወቅት በዋነኝነት ሲናገሩ የነበሩ መጠነ ሰፊ ታሪፎችን እንደሚጥሉ ቃል ሲገቡ ነበር። ከቅርብ ቀናት ወዲህ በተለያዩ አገራት ላይ ታሪፍ እንደሚጥሉ ሲዝቱ ተሰምተዋል።
ጥር 21/ 2024 ዓ.ም ስልጣን የሚረከቡት ትራምፕ የቅርብ ዛቻቸው ኢላማ ያደረገው በአብዛኛው ታዳጊ ኢኮኖሚ ያላቸው አገራትን በያዘው ብሪክስ ላይ ነው።
በብራዚል እና ሩሲያ ያሉ ታዋቂ ፖለቲከኞች የአሜሪካ ዶላር በዓለም አቀፍ ንግድ ላይ ያለውን የበላይነት ለመቀነስ የብሪክስ የጋራ መገበያያ ገንዘብ ለመፍጠር ኃሳብ አቅርበዋል። ሆኖም በጥምረቱ አባል አገራት ያለው ውስጣዊ አለመግባባት ምንም አይነት እመርታ እንዳይኖረው አድርጎታል።
እነዚህ አገራት ኃያሉን የአሜሪካ ዶላር ለመተካት ወይም አዲስ የብሪክስ መገበያያ እንደማይፈጥሩ ቁርጠኝነታቸውን ሊያሳዪን ይገባል። ካለበለዚያ 100 በመቶ ታሪፍ እንደሚጠብቃቸው እና በአስደናቂው የአሜሪካ ምጣኔ ኃብት ምርቶቻቸውን ከመሸጥ እንደሚሰናበቱ ማወቅ አለባቸው” ሲሉ ነው ትራምፕ ትሩዝ በተሰኘ ማህበራዊ ሚዲያቸው የዛቱት።
“ሞኛቸውን ሌላ ቦታ ሄደው መፈለግ ይችላሉ” ሲሉ አክለዋል።
የትራምፕ በአገራት ታሪፍ እጥላለሁ የሚለው ዛቻቸው የመደራደሪያ ስልቶች እንደሆኑ አንዳንድ አጋሮቻቸው ጠቁመዋል።
ታሪፍ እጥላለሁ የሚለውን የትራምፕን ማስፈራሪያዎች በተመለከተ የተጠየቁት የሪፐብሊካኑ ሴናተር ቴድ ክሩዝ “የመደራደሪያ መያዣን አስፈላጊነት” ጠቅሰዋል።
“በሜክሲኮ እና ካናዳ ላይ ታሪፍ እጥላለሁ ዛቻ ምን ያህል በአስቸኳይ እርምጃ እንዲወስዱ እንዳደረጋቸው መመልከት ይቻላል” ሲሉ ነው ፖለቲከኛው ለሲቢኤስ የተናገሩት።
ትራምፕ በካናዳ ላይ ታሪፍ እጥላለሁ ማለታቸውን ተከትሎ የአገሪቱ ፕሬዚዳንት ጀስቲን ትሩዶ ያልታቀደ ጉብኝት በአሜሪካ አድርገዋል። ወደ አሜሪካ በሚገቡ የካናዳ ምርቶች ላይ 25 በመቶ ታሪፍ እጥላለሁ ማለታቸውን ተከትሎ ነው ፕሬዚዳንት ትሩዶ ወደ ትራምፕ መኖሪያ ቤት ያቀኑት።
ትራምፕ በግምጃ ቤት ጸሐፊነት ስኮት ቤሴንትን መምረጣቸው ተመራጩ ፕሬዚዳንት እየተናገሩ ያሉት የታሪፍ ጭማሪ ዛቻቸው የመደራደሪያ ስልታቸው አካል እንደሆነ ጠቁሟል።
“የእኔ አጠቃላይ እይታ ትራምፕ ነጻ ነጋዴ ነው” ሲሉ ቤሰንት በጸሐፊነት ከመሾማቸው በፊት ለፋይናንሺያል ታይምስ በሰጡት ቃለ ምልልስ ተናግረዋል።
“ነገሮችን ለማርገብ፣ መጀመሪያ ያጋግሉታል” ብለዋል ሲል ሲቢኤስ ኒውስ አስነብቦዋል።
በምስራቅ ሸገር ዞን ዱከም አውራጃ የኦሮሞ ልጆች በእስር ቤቶች እየተንገላቱ ይገኛሉ።
ታህሳስ 3 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ዘላቂ ሰላም ለማስፈንና ዲሞክራሲያዊ ለውጥ ለማምጣት ፍላጎት የሌለው የብልፅግና ቡድን የብሔር ግጭት ለመፍጠር፣ ሁከትና አመጽ የመቀስቀስ እኩይ ተግባሩን አጠናክሮ ቀጥሏል።
በዚህ ረገድ በምስራቅ ሸገር ዞን ዱከም አውራጃ ውስጥ የምትሰራ አርፋሴ አዱንኛ የምትባል ወጣት ከወር በፊት በፒፒ የማፍያ ጦር ከኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ጋር ግንኙነት አለሽ በሚል ሰበብ ተይዛ ይህ ዘገባ እስከተጠናከረወት ድረስ በእስር ቤት እየተሰቃየች ትገኛለች።
አርፋሴ የሰሜን ሸገር ተወላጅ እና ከየትኛውም የፖለቲካ ወገንተኝነት ነፃ መሆኗ ተገልፆዋል።
በተጨማሪም ከተለያዩ የኦሮሚያ አካባቢዎች በግዳጅ የጉልበት ሥራ የሚሠሩ፣በቢሮ ውስጥ የሚሳተፉ እና ሌሎች ተግባራትን የሚያከናውኑ የዱከም ከተማ ነዋሪዎች በጅምላ ታስረዋል ተብሎል።
Humnoonni nageenyaa Somaaliyaa ji'oota 2 darban keessatti shororkeessitoota al-Shabaab 300 ol ajjeesan
ONM-ABO Muddee 4,2024 Humnoonni nageenyaa Somaaliyaa ji’oota lamaan darban keessatti garee al-Qaayidaa waliin hidhata qabu irratti duula bananiin shororkeessitoota al-Shabaab 304 ol ajjeesuu isaanii qondaaltonni Kibxata kaleessaa ibsaniiru.
Hojiin kun irra caalaa Ejensii Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa (NISA)n kan gaggeeffame yoo ta’u, raayyaa ittisa biyyaa fi michoota nageenya idil-addunyaatiin kan deggarameedha. Tarkaanfii kunis bulchiinsa kibbaa fi giddu galeessaa keessatti kan raawwatame ta’uu ibsameera.
Dhaabbanni basaasaa kun akka jedhetti naannoo Shabellee Giddugaleessaa naannoo Yaaqleetti raayyaa ittisa biyyaa waliin duula miseensota garee shororkeessummaa irratti xiyyeeffachuun yoo xiqqaate shororkeessitoota 27 ajjeesuu fi 30 ol madeesse.
“Opereeshiniin hojii qulqulleessuu shororkeessitootaa keessaa tokko ta’e kun ammallee naannoo sanatti kan adeemsifamaa jiru yoo ta’u, haftee miseensota kanneenii ummata Somaalee rakkisuu irraa abdii hin kutanne irratti xiyyeeffatee hojjechaa jira” jechuun ibsa baaseera.
Ejensichi akka jedhetti, namoonni nagaa bakkeewwan gareen kun naannoo sanatti socho’u irraa akka fagaatan beeksisaa jira.
Jalqaba baatii Onkoloolesa keessa magaalaa Galmudud magaalaa Eeldheer haarawa bilisa baate jalatti Bida Isse fi Geriile keessatti shororkeessitoonni al-Shabaab 100 ol ajjeefamuu fi hedduun isaanii madaa’uu isaanii hogganaan ittisa Somaaliyaa himaniiru. Ji’uma tokkotti shororkeessitoonni 95 ol ajjeefamanii gandoonni torba bilisoomaniiru.
Onkoloolessa keessa Somaaliyaa keessatti duula waraanaa lama irratti shororkeessitoonni 59 ol fi loltoonni afur kan ajjeefaman yoo ta’u, Sadaasa 12 hanga Mudde 3 gidduutti al-Shabaab 50 kan ajjeefamaniiru. walumaagalatti shororkeessitoonni 304 ajjeefamaniiru jechuun Arabs news gabaaseera.
Lixa Wallaggaa Aanaa Lataa Sibuutti waraanni garboomfataan PP jiraattota baay'inni isaanii 150 ol ta'an ukkaamsuun dhagaa'ame
ONM-ABO Muddee 4,2024 Kaleessa Sadaasa 3,2024'tti bari'u naannoo halkan keessaa sa'a 10:00 irraa eegalee weerarri abbootii warraa irratti godina Lixa Wallaggaa aanaa Lataa Sibuu bulchiinsa magaalaa Gooriitti raawwachuu jiraattonni ONM'tti himan.
Akka Jiraattonni jedhanitti waraanni garboomfataan Bilxiginnaa humnoota milishootaa waliin wal tumsuun manneen jiraattotaa ganda 01 fi 02 irra deemuun sakatta’iinsa taasisaa kan turan yoo ta'u, abbootii warraa gandoota kanneen keessa jiraatan dirqiin kanneen baay'inni isaanii 150 ol ta'an ukkaamsuun bulchiinsa magaalaa Warra Jirruutti geessanii leenjii milishummaaf qopheessaa jiraachuun ibsameera.
Maatii isaanii irraa kanneen dirqamaan butaman kunneen, namoota hojiilee dhuunfaa isaanii irratti bobba'anii jiraatanii fi namoota fayyaa guutuu hin qabne dabalatees keessatti kan argaman ta'uun kan himamu yoo ta'u, osoo haati warraa fi daa'imman duukkaa bo'aniis akka ukkaamsantu dubbatama.
Adda durummaadhaan namoonni abboota warraa kanneen lukkeelee Bilxiginnaa biroo waliin ukkaamsan bulchaa ganda 01 Dabalaa fi kan ganda 02 Taayyee Kitilaa kanneen jedhaman akka ta'anis ibsameera.
Kana malees guyyuma kaleessaa dubartoota bulchiinsa magaalaa Goorii dirqamaan waltajjii yaasuun buusii miseensummaa jechuun tokko tokkoo isaanii irraa qarshii 60 fuudhaa kan turan yoo ta'u, namoonni yeroo gaafatamanitti kaffaluu dadhaban ammoo adabbii qarshii 200 akka kaffalan akeekkachiisuun beekameera.
Godina Walloo Magaalaa Kamisee keessatti lukkeelee Bilxiginnaan dukkaanonni jiraattotaa 48 ol saamsamuun, banuufis maallaqa guddaa gaafachaa jiraachuun dhagaa'ame
ONM-ABO Muddee 4,2024 Ergamtootni fi dabballootni PP karoora saamichaa guyyuu bocachaa ooluun, tooftaalee ittiin uummata Oromoo saamanii dinagdee walitti qabatan baafachuun sababoota ga'aa hin taane namootatti tarreessanii uummanni hojii isaa nagaan hojjetetee akka hin jiraanne gochaa jiru.
Kaaba Oromiyaa godina Walloo magaalaa Kamisee keessatti baatii darbe Sadaasa 1,2024 irraa eegaluun lukkeeleen Bilxiginnaa namoota dukkaana qaban irra deemuun wantoota sababa ta'uu hin dandeenye garaa garaa maqaa dukkaana keessan namootatti kireessaa jirtu, kanaaf kun ammoo yakka ittiin jechuun dukkaana namootaa saamsanii harka lafa jalaan abbootii dukkaanaa kana qofa qofaatti waamuun qarshii 5000-10,000 harkaa fudhachuun banaafii akka jiran maddeen magaalichaa ONM'f eeran.
Akka abbootiin dukkaanaa magaalaa Kamisee jedhanitti, magaalaa Kamisee ganda 02 qofa irraa dukkaanni 42 ol kan saamsamee jiru ta'uu himuun, ganda 01 Keellaa Safar jedhamu irraa ammoo dukkaana 6, garuu akka magaalichaatti dukkaanonni saamsaman hangana jedhanii tilmaamuuf nama rakkisa jechuun ibse. Ani kanuma koo, hiriyootaa fi firoottan kiyyaa qofan fakkeenya isaniif kaases jechuun dukkaanotni samsaman hedduu ta'uu ibse. Itti dabaluunis akka ibsutti jiraattotni magaalichaa keessattuu abbootiin dukkaanaa dararaa hangana jedhanii ibsuuf namatti ulfaatu argaa jiru jedhe.
Magaalichuma ganda 01 Keellaa Safar jedhamu keessatti hattootni murna Bilxiginnaa kun nama maqaan isaa Anuwaar Indiris jedhamu mana shaayee fi dukkaanota kan qabu, dukkaanaa fi mana shaayee kee siif banna garuu qarshii 5000 kaffali ittiin jedhanii harkaa saamuun dukkaanaa fi mana shaayee isaa banachuu fi namoonni qarshii ittiin banamu kana hin qabne ammoo nuuf banaa yoo jedhan akkasumas qarshii hin qabnu yoo jedhanis ni reebamu waan ta'eef gaafachuufuu sodaatanii callisanii jiraachuu namni magaalicha irraa dubbisne maqaan isaa akka dha'amu hin barbaanne tokko ibseera.
ታህሳስ 4-2024 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
In the Eastern Shagar zone district of Adami Tulu, the government forces have killed one individual and prevented the family from collecting the dead body from the street.
ONM-ABO December 4, 2024. The evil regime of the Prosperity Party has continued its barbaric extrajudicial executions of innocent civilians across Oromia, leaving families without the head of household and in destitution.
On November 3, 2024 in the districts of Adami Tulu in a town called Qarxafa in a locality of Kombolcha the callous regime forces have brutally murdered an innocent man whose name is Haji Galgalo Hubata without any evidence of wrongdoing. According to the source that ONM has spoken to with conditions of anonymity, Mr Haji Galgalo is hard working man who has no affiliation with any political parties or groups.
The killing of this man is highly barbaric and inhumane where the regime forces have prevented the appropriate burial of Mr Galgalo, and in many occasions the security forces extort money from families in exchange for dead to appropriate burial. The current regime of Abiy Ahmed has turned Oromia into blood soaked killing fields where massacres and mayhem are becoming daily occurrence.
Ajjeechaan lammiilee nagaa irratti loltoota Bilxiginnaan raawwatu godina Lixa Wallaggaa Aanaa Qondaalaa keessatti cimee itti fufe
ONM-ABO Muddee 4,2024 Ergamtoonni naasuu tokko illee dhala namaaf hin qabne loltoonni Bilxiginnaa goleewwan Oromiyaa cufa keessaa ilmaan Oromoo adamsanii ajjeesuun soora bineensaa taasisuu itti fufanii jiru.
Aanaa Qondaalaa ganda Shuuraa Maaramoo keessaa Sadaasa 30,2024 loltoonni Abiy Ahimed dargaggoo maqaan isaa Gandashii Yadaasaa Dheeressaa jedhamu badii tokko malee rasaasa itti roobsuun haala rifaasisaa ta'een ajjeesanii gatuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Akka maddeen himanitti, dargaggoon kun siyaasa kam irraa bilisa kan ta'ee fi hojii dhuunfaa isaa qofa irratti bobba'ee kan jiraatu ta'uu himuun, ergamtoonni Bilxiginnaa ammoo sababa Oromummaa isaa qofaaf ajjeechaa suukkanneessaa irratti raawwachuu dubbataniiru.
Aanichatti saamicha qabeenyaa qabee ajjeechaan gara jabinaa uummata nagaa irratti taasifamu yeroo irraa gara yerootti jabaachaa deemuun egeree sabichaatti yaaddoo jabaa ta'uun beekamee jira.
Godina Arsii Bahaa Aanaa Siraarootti waraanni garboomfataan PP hawaasa nagaa irratti saamicha raawwachuu itti fufan
ONM-ABO Muddee 4,2024 Murni garboomfataan PP afaaniin nagaa labsaa uummata Oromoo irratti duula duguuggaa sanyii (genocide) labsuun loltoota isaa bobbaasee hawaasa nagaa rasaasaan tumsiisaa kan jiru kutaalee Oromiyaa cufa keessaa jiraattota adamsee ukkaamsuun hidhaatti guuraa, saamaa, ajjeesaa, qe'ee fi qabeenya irraa buqqisaa jiraachuun ibsamee jira.
Aanaa Siraaroo ganda Torban Asawwee jedhamu irraa torban darbe keessa ergamtoonni sirnichaa karaatti ba'uun saamicha ulfaataa raawwachaa kan turan yoo ta'u, namoota maqaan isaanii Baatii Gammadii fi Shunnee Faantaa jedhaman irraa qarshii hedduu gaafatanii irraa fudhachuun hidhanii gadi dhiisuu jiraattonni gandichaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.
Kana duras, gandoota aanichaa hunda irraa maqaa gosa kaffaltii adda addaa uummatatti dhahuun saamaa kan turanii fi yeroo ammaa kanas haaluma duraa sanaan itti fufuun kanneen qarshii jedhame kaffaluu didan immoo reebichaa fi hidhaan dararaa kan jiran ta'uu itti dabaluun ibsaniiru.
Qophii Eebba WBO ONM-ABO Muddee 4-2024 itti dhiyaadhaa!
Eebba Miseensota Haaraa Waraana Bilisummaa Oromoo WBO zoonii Kaabaa
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Oduu Waaree ONM-ABO Muddee 4-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Pirezidaantiin Iraan seera hijaabaa haaraa qeeqan
ONM-ABO Muddee 4,2024 Pirezidaantiin Iraan Masuud Pezeshkiyaan seera haaraa dubartoota dambii dirqama hijaabaa cabsan irratti adabbii cimaa kaa’u irratti shakkii qaban ibsaniiru.
Warraaqsa Islaamaa bara 1979 irraa eegalee dubartoonni Iraan bakka namoonni baay'atanitti rifeensa isaanii akka haguugatan dirqama ta'aa ture. Haa ta’u malee, lakkoofsi dabalaa dhufe hijaaba malee mul’achaa jira, keessumaa erga mormiin dhoohe booda Mahisa Amini’n baatii Fulbaana bara 2022 mana hidhaa keessatti du’uu ishee hordofee ture. Isheen seera uffannaa cabsite jedhamtee to’annoo jala ooltee turte.
Paarlaamaan labsii haaraa “hijaabaa fi qulqullummaa” jedhu raggaasise, garuu hojiirra ooluuf mallattoon pirezidaantichaa Muddee 13n akka ta’u gaafata.
“Akka nama seera kana labsuuf itti gaafatamummaa qabuutti, waa’ee kanaa ejjennoo hedduu qaba,” jechuun Pezeshkiyaan Wiixata galgala televijiinii mootummaatti himeera.
Barreeffamni kun ifatti kan hin maxxanfamne ta’us, gabaasaaleen miidiyaalee Iraan akka jedhanitti, seera kanaan dubartoota hijaaba sirnaan hin uffanne ykn guutummaatti ummata duratti ykn miidiyaa hawaasaa irratti hijaaba dhiisaniif mindaa giddu galeessaa hanga ji’a 20 waliin wal gitu akka adabamu taasisa.
Namoonni seera cabsan guyyoota 10 keessatti kaffaluu qabu yookaan ammoo uggura imalaa fi daangaa tajaajila mootummaa, kan akka hayyama konkolaachisummaa argachuu isaan mudachuu qaba.
“Sababa seera kanaan hawaasa keessatti waan baay’ee balleessuuf saaxilamna,” kan jedhan pirezidaantiin Iraan, hoggantoonni gocha ummata irraa fagaachuu danda’u irraa fagaachuu qabu jedhan.
Poolisiin safuu mormii kanaan dura Amini to'annoo jala oolche, ergasii kutaan kun ifatti haqamuu baatus baay'inaan daandii irraa badeera.
Poolisiin safuu irraa kaasuuf duula erga geggeessanii booda baatii Adoolessaa keessa pirezidaantii kan ta’an Pezeshkiyaan, seera kana mallatteessuu fi dhiisuu isaanii hanga ammaatti hin ibsine AFPn gabaaseera.
Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Gidaamii fi Sadan Canqaa keessatti waraanni maafi'aan PP hawaasa nagaa saamuu cimsanii itti fufan.
ONM-ABO Muddee 4,2024 Afaan qawwee Uummata nagaatti naanneffachuun sababa tokko malee hawaasa nagaa dararaa kan oolan waraanni maafiyaan PP, yeroo ammaa kanas godinaalee Oromiyaa cufa keessaa saamicha daangaa darbe raawwachuu jabeessanii itti fufanii jiru.
Aanaa Gidaamii ganda Baataa Mukarbaa jedhamu keessaa Mudde 02,2024 ergamtoonni sirnichaa dargaggoo maqaan isaa Shamsuu Muusaa jedhamu jalaa qabeenya inni qabu kanneen akka: madaala hangaa, Jenereetara humna ibsaa maddisiisu yoo saaman, Obbo Gurmuu Masaadii jalaas madaala hangaa buna ittiin bitan saamanii deemuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Kana malees torban darbe keessa ganduma kana keessaa dargaggoo Bilisummaa Fiqaaduu jedhamu jalaa doqdoqqee tokko, Jenereetaraa fi qabeenya hedduu saamuun, obboleeyyan isaa:
- Dachaasaa Fiqaaduu,
- Amaanu'eel Fiqaaduu,
- Saamu'eel Fiqaaduu fi
- Yoseef Fiqaaduu kanneen jedhaman ammoo badii tokko malee hidhaatti darbatanii dararaa turuu maddeen itti dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeranii jiru.
Dabalataan aanaa Sadan Canqaa magaalaa Canqaa ganda 01 fi 02 keessatti jalqaba ji'a Fulbaanaa irraa eegaluun maqaa kaffaltii gosa adda addaa naga'ee hin qabneen saamichi daangaa hin qabne kaabinootaa fi loltoota sirnichaan raawwatamu yeroo ammaa kanas bifa haaraa ta'een jabaatee itti fufee jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Hawaasni harka qalleessi ofiifuu jireenya harkaa gara afaanii jiraatu waan kaffalu dhabuun dararaa hamaa argaa jiraachuus itti dabaluun ibsaniiru.
Oduu Ganama ONM-ABO Muddee 4-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
የኦሮሞ ጋሻ እና ጥላ የሆነው የኦሮሞ ነጻነት በተለያዩ የኦሮሚያ አካባቢዎች ጠላት ላይ የሚሰነዘረው ጥቃት ተጠናክሮ ቀጥሎል።
ታህሳስ 3 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ፍርጣማው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ንፁሀንን ለማሰቃየትና ለመዝረፍ በተሰማሩት የብልፅግና ጦር ላይ የማያዳግም እርምጃ እየወሰደ ነው።
በዚህም መሰረት በሰሜን ሽገር ዞን ውስጥ በደገም ወረዳ በያያ ሀሮ ቀበሌ ውስጥ ታህሳስ 1 ፥ 2024 ዓ.ም ላይ በጠላት ሀይላት ላይ በወሰደው እርምጃ በጥይቶች ወላፍን ጠላትን እንደልነበረ አርጎታል።
በዚህ ጥቃት ላይ 23 የጠላት ሀይላት ሲገደሉ ፥ 18 ቆስሎል።
እንድዚሁም በወረ ጃርሶ ወረዳ በDhahee ስላሴ ቀበሌ ውስጥ በወሰደው ጥቃት የጠላት ሀይላትን ሽባ አርጎታል።
በዚህ ጥቃት ላይ 28 የጠላት ሀይላት ሲገደሉ ፥ 25 ቆስሎል።
አክሎም በሰሜን ኦሮሚያ ወሎ ዞን በዳዌ ሀረዋ ወረዳ አዳሎ በሚባልበት ልዩ ስፍራ ጭብራ ሀሰን ጉሌ ማለዳ 12 ስዓት ላይ አይደክሜው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ለዘረፋ በተሰማሩት የፋሽስቱ ጦር ላይ በወሰደው ጥቃት በጥይቶች ውርጅብኝ ጠላትን ድባቅ አርጎታል።
በዚህ ጥቃት ላይ ከ6 በላይ የጠላት ሀይላት ሲገደሉ ፥ በርካቶች ቆስሎል። እናም የተለያዩ የጦር መሣሪያዎችን ከጠላት ጀርባ ላይ በመፍታት ለኦሮሞ ህዝብ ትግል ገቢ አርጎዋል።
በሌላ በኩል በምዕራብ ጉጂ ዞን መልካ ሶዳ ወረዳ አንድ የፒፒ ወታደር ለጀግናው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት እጅ ሰጠ።
በኦሮሞ ህዝብ ላይ እየደረሰ ያለው ያለፍላጎት እስር፣ ጭቆና እና ማሰቃየት፣ የአገዛዙ ወታደሮች በሀገሪቱ ላይ ያለ ህጋዊ ምርመራ ሰላማዊ ዜጎችን ማሰር እና መገደል ለስርአቱ የሚያገለግሉ የኦሮሞ ልጆች ተሰምቷቸዋል እና አዝነዋል።
ይህን በማስመልከት በምዕራብ ጉጂ ዞን መልካ ሶዳ አውራጃ ከHaadha ካምፒ መንደር በዲቲቻ ከተማ የፋሺስቱ ቡድን ፒፒን ሲያገለግል የነበረ ወታደር ከነሙሉ ትጥቁ አገዛዙን ውድቅ በማድረግ የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን ተቀላቅሎል።
ወታደሩ በአካባቢው ለሚንቀሳቀሰው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት 1የኤኬም ክላሽ ፥ 222 የኤኬም ጥይቶች እና 6 ካዝናን ለኦሮሞ ነጻነት ትግል አበርክቶዋል።
አባሉ አክሎም ካምፓችው በከፍተኛ መናወጥ ውስጥ እንደሚገኝና ለስርዓቱ አገልጋይ በሆኑ ብሄር ብሄረሰቦች መካከል ተደጋጋሚ ግጭቶች እንደሚፈጠሩም አክሎዋል።
በመጨረሻም በኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በተደረገለት ደማቅ አቀባበል ተደስቶ በማይመለከታቸው ጦርነቶች ውስጥ የሚሳተፉ የኦሮሞ ተወላጆች ተግባራቸውን አቁመው የህዝባችውን ትግል እንዲቀላቀሉ ሲል መልክቱን አስተላልፎዋል።
በምዕራብ ሸገር ዞን አቡነ ግንደበረት ወረዳ የብአዴን የማፍያ ሰራዊት ነዋሪዎችን ማቃጠል፣ መዝረፍ እና ማሰሩን ቀጥሏል።
ታህሳስ 3 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የኦሮሞን ህዝብ ወደ ጥፋት የመምራት አላማ ያላቸው የፒፒ የማፍያ ቡድን ታጣቂዎች ያለምክንያት የሰውን ንብረት እያወደሙ በሰው ህይወት እየተጫወቱ ነው።
ህዳር 24 ቀን 2024 ዓ.ም በአቡነ ወረዳ ድሬ ቀኚ መንደር የገዥው አካል ወኪሎች የሚከተሉትን ሰዎች አሰሩ።
- አቶ ደንበሉ ጋሹል፣
- ለታ ደንበሉ እና
-ከነ ቱፋ ፉፋ ቤታቸውን ከነሙሉ ንብረታቸው አቃጥለዋል፣ ንብረታቸውንና ከብቶቻቸውን ዘርፈው ቤተሰባቸውን በሙሉ ወስደው ወደ እስር ቤት መወርወራቸውን ነዋሪዎች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ገልፆዋል።
ነዋሪዎቹ ሰዎቹ ከየትኛውም ፖለቲካ ነፃ መሆናቸውን የገለፁ ሲሆን የብልፅግና ወታደሮች “የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትን ይደግፋሉ” በማለት በቁጥጥር ስር በማዋል በእነሱ ላይ አሰቃቂ ወንጀል ፈጽመዋል።
በሆሮ ጉዱሩ ወለጋ ዞን አሙሩ ወረዳ በአጋምሳ ከተማ 6 ሰላማዊ ሰዎች በአማራ ፋኖ ታጣቂዎች ተገድለዋል።
ታህሳስ 3 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የፒፒ አምባገነን አገዛዝ በዲሞክራሲያዊ አስተዳደር ላይ እምነት አጥቷል እና የዲሞክራሲ ህልውና ለኦሮሞ ህዝብ ስልጣን ይሰጣል የሚል ጥርጣሬ አድሮበታል።
በተመሳሳይ ሁኔታ ከቅርብ ጊዜ ወዲህ የአማራ ታጣቂዎች ቡድን እንቅስቃሴ በመላው ኦሮሞ ህዝብ ላይ ዘምተው የኦሮሞ ዜጎች ህይወት እየጠፋ ነው።
የነዚህ ታጣቂዎች እንቅስቃሴ ከቅርብ ጊዜ ወዲህ እየጨመረ መምጣቱን እና በአጋምሳ ከተማ አስተዳደር በአንድ ቦታ 6 ሰዎች መገደላቸውን ነዋሪዎቹ ተናግረዋል።
የአካባቢው ነዋሪዎች እንደገለጹት ብአዴን ለኦሮሞ ህዝብ ዘላቂ ሰላም የማይመኝ፣የኦሮሚያን እጣ ፈንታ አስቦ እንደማያውቅ ተናግረዋል።