Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, miidiyaa Agartuu Oromoo!
ታህሳስ 17-2024 ONM-ABO እለታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊትና የኦሮሚያ ውሎ!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Oduu Galgala ONM-ABO Muddee 17-2024 itti dhiyaadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
በምስራቅ ወለጋ ዞን በሲቡ ሲሬ ወረዳ አንድ ሰው በአሰቃቂ ሁኔታ ተገድሎ መጣሉ ተገለፀ።
ታህሳስ 17 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የወያኔ ተላላኪዎች በኦሮሞ ህዝብ ላይ የጀመሩትን የተደራጀ የዘር ማጥፋት ዘመቻ አጠናክረው ቀጥለዋል።
ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ እንደገለፁት በታህሳስ 15 ቀን 2024 ዓ.ም በኦሮሞ ህዝብ ደም የሚኖሩ ተላላኪዎች አቶ ደፍተራ ጉተማ የተባሉ ንፁህ ሰውን በአሰቃቂ ሁኔታ ገድለው ጥለውታል።
ግለሰቡ ከየትኛውም ፖለቲካ የፀዳ እና የግል ስራውን እየሰራ የሚኖር መሆኑን የገለጹት ምንጮቻችን ከቀኑ 8፡00 ሰዓት ላይ ምንም አይነት ጥፋት ሳይኖርበት የፋሽስቱ ጦር በአሰቃቂ ሁኔታ ገድለው ግአስከሬኑን ለቤተሰቦቹ እንደከለከሉ ተገልፆዋል።
በምስራቅ አርሲ ዞን በሲርካ ወረዳ የፋሺስቱ ጦር የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን ስም ለማጠልሸት ወንጀል እየፈፀመ ነው።
ታህሳስ 17 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በጎቤሳ ከተማ እና በምስራቅ አርሲ ዞን ሲርካ ወረዳ ወደ ቦቆጂ ጎቤሳ የሚወስደው መንገድ ታህሳስ 14 ቀን 2024 ዓ.ም በህዝቡ ላይ ፕሮፓጋንዳ ለመስራት በዝግጅት ላይ ነበሩ።
ቅዳሜ ምሽት በጎቤሳ ከተማ ከሚገኝ ቤተክርስቲያን 18 ሰዎችን ወስደው 12 ሰላማዊ ሰዎችን ደግሞ ከጎቤሳ ወደ ቦቆጂ ከሚውስደው መኪና ላይ ወስዷቸዋል።
የታሰሩትን ሰዎች በቁጥጥር ስር በማዋል የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት እንደተቆጣጠራችው በማስመሰል ይሄን ያህል ገንዘብ ክፍሉ በማለት ድምፃችውን በመቅዳት ህብረተሰቡን እያስፈራሩበት ይገኛል።
የፋሽስቱ ፒፒ አገዛዝ ጀግናው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን በጦርነት ማሸነፍ እንደማይችል ስለሚያውቅ በኦሮሞ ህዝብ ዘንድ ያለውን ተቀባይነት ለማጠልሸት እየሰራ ነው።
በምዕራብ ወለጋ ዞን ቦጂ ቢርማጂ እና ነጆ ወረዳዎች በ PP ወታደሮች 3 ሰዎች ተገድለዋል።
ታህሳስ 17 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በሁሉም የኦሮሚያ ማዕዘናት የሰው በላ የፒ.ፒ. አገዛዝ ወኪሎች በየቀኑ የኦሮሞ ልጆችን ደም እያፈሰሱ ይገኛሉ።
ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ እንደገለፁት ታህሣሥ 10 ቀን 2024 ዓ.ም የኦሮሞን ሕዝብ ደም ማፍሰስ የለመዱ ወኪሎች በቦጂ ቢርመጂ ወረዳ ኢኒማዪ ቦሊ መንደር ውስጥ መርጋ ኢንዳሉ የተባለውን ንፁህ ሰው ተኩሰው ገድለዋል።
እንደ ምንጮቻችን ገለጻ ግለሰቡ ምንም አይነት የፖለቲካ ግንኙነት የሌለው ሲቪል ሲሆን የአገዛዙ ተወካዮች ከገደሉት በኋላ 60,000 ብር እና 10 ግራም ብር ወስደዋል።
የአገዛዙ ወታደሮች በጊዳ ቡሩሶ መንደር ዳዊት ባሩ እና ለሚ ኢንዳሉ በተመሳሳይ ቀን በፋሽስቱ ጦር መገደላችውን ገልፆዋል።
Godina Baha Wallaggaa Aanaa Jimmaa Arjoo fi Guutoo Giddaa keessatti ergamtoonni Bilxiginnaa jiraattota hidhuu fi saamuu cimsanii itti fufan
ONM-ABO Muddee 17,2024 Ergamtoonni kaayyoo fi akeeka hin qabne loltoonni Abiy Ahimed garaa isaanii qofa guuttachuuf jecha uummata Oromoo sobaan yakkuun miidhaa hangana hin jedhamne irraan gahaa kan jiran ta'uun ni beekama.
Muddee 13,2024 aanaa Jimmaa Arjoo ganda Abootee Dhidheessaa keessaa sababa "obboleessa keessantu bosona jira" jedhuun obboleeyyan lama kanneen maqaan isaanii:
- Tamasgeen Cheeruu fi
- Jininaar Cheeruu jedhaman mana hidhaatti darbachuun hiraarsaa jiraachuu maddeen ONM'tti himan.
Oduu saamichaan ammoo aanuma kana ganda Saqaa iddoo addaa Inbaatuu jedhamu keessaa guyyuma kana namoota maqaan isaanii:
- Badhaasaa Moosisaa jalaa loon 2,
- Waaqumaa Miidhagsaa jalaa 1 akkasumas,
- Fiqaaduu Akkomaa jalaas loon 1 saamanii deemuu maddeen himan.
Kana malees godinuma kana aanaa Guutoo Giddaa ganda Gaarii jedhamu keessaa Muddee 13,2024 loltoonni sirnichaa badii tokko malee namoota maqaan isaanii:
- Iyyaasuu Tashoomaa fi
- Galmeessaa Ittafaa jedhaman badii tokko malee hidhanii hiraarsaa jiraachuu maddeen itti dabaluun ONM'f eeraniiru.
Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sadan Caanqaatti murni Bilxiginnaa qonnaan bultoota leenjisuun basaasummaaf bobbaasuun himame
ONM-ABO Muddee 17,2024 Murni Bilxiginnaa Waraana Bilisummaa Oromoo lolaan injifachuu hoggaa dadhabu namoota isaaf amanamoo ta'anii fi garaa isaanii qofaaf jiraatan yeroo adda addaatti walitti qabee leenjisee gara hawaasa nagaatti bobbaasuun miidhaa ulfaataa geessisaa kan jiru ta'uun ni beekama.
Aanaa Sadan Caanqaatti ergamtoonni maafiyaan impaayerattii waan qabanii gadi lakkisan wallaalan gandoota baadiyyaa aanichaa bakkeewwan adda addaa keessaa qonnaan bultoota leenjisuun bakka qubattoonni jiran akkasumas gandoota akka: Dooganoo Adaamii, Dooganoo Billee fi Caanqa Buruurii bakka addaa buufata 8'ffaa, 11'ffaa, 12'ffaa fi Miidhagaa Birbir jedhamutti dhiyeessii WBO'n barbaadu hunda dhiyeessaafii nuuf basaasaa jechuun basaastota hedduu bobbaasanii jiraachuu maddeen ONM'tti himan.
Murni faashistii PP diraamaan WBO'tu galaa jira jedhu harkatti erga fashalaa'ee booda, basaastota bobbaasanii miidhaa geessisuu fi karaa maatiin dhiibbaa godhanii akka galchaniif irratti hojjechaa jiraachuun ni beekama.
WBOn Kaaba Shaggar Aanaa Warra Jaarsoo Keessatti Diina Du'aa fi Madoon Adabe
ONM-ABO Muddee 17,2024 WBOn Zoonii Giddu Gala Oromiyaa godina Kaaba Shaggar aanaa Warra Jaarsoo ganda Bobee Liiban keessatti kaleessa Muddee 16,2024 tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhateen tiksitoota barcuma Abiy irraa 34 ajjeesuun 42 madeessee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
UN bara dhufu Somaaliyaa keessatti gargaarsa namoomaa guddisuuf doolaara biiliyoona 1.42 akka barbaadu ibseera
ONM-ABO Muddee 17,2024 Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Somaaliyaa keessatti gargaarsa namoomaa dabaluudhaaf doolaara biiliyoona 1.42 akka barbaadu ibseera.
bara 2025'tti namoonni miiliyoona 5.98 gargaarsa namoomaa akka barbaadan ibseera.
OCHA'n karoorri kun misoomaa fi faayinaansii haala qilleensaa guddisuudhaafi kan jedhu yoo ta’u, kunis sochoostoota caasaa fedhii furuu, dandamachuu ijaaruu, balaa gara fuula duraa hir’isuu fi jijjiirama qilleensaa wajjin walsimsiisuuf kan gargaarudha.
Gogiinsi fi walitti bu’iinsi bara 2025'tti balaawwan ijoo keessaa tokko ta’uu akka danda’u hubachuun, haalli goggogaa ta’e dorgommii qabeenya irratti akka dabalu, akkasumas balaa weerara dhukkubaa akka olkaasu dabalee ibseera.
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii kun akka jedhetti, waliigalatti namoota haaraa buqqa’an 455, 000 biyya gaanfa Afrikaa keessaa %53 walitti bu’iinsa kan qabu yoo ta’u, bara 2022 fi 2023'tti buqqa’iinsa irra caalaan isaanii rifannoota qilleensaa ta’uu ibseera.
Bara 2024'tti haalli namoomaa Somaaliyaa waggoota darbanii wajjin wal bira qabamee yoo ilaalamu fooyya’iinsa xiqqoo kan argisiisu yoo ta’u, bara 2020-23tti gogiinsa hamaa fi dhuma bara darbee lolaa hamaa mudachuu isaa ibseera jechuun Anaadooluun gabaaseera.
Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Makkoo keessaa loltoonni PP "WBO ittiin simanna" jechuun hawaasa saamaa jiraachuun himame
ONM-ABO Muddee 17,2024 Ergamtoonni Bilxiginnaa yeroo adda addaatti maqaa kaffaltii gosa garaa garaa itti dhahuun kan isaan hawaasa saamaa oolan hanqannaan, wayita ammaa kana ammoo waan nama qaanessu maqaa simannaa WBO jedhuun saamicha daangaa darbe raawwachuu cimsanii itti fufanii jiru.
Muddee 13,2024 ergamtoonni Bilxiginnaa "walga'ii nageenyaa" jechuun hawaasa aanaa Makkoo hunda erga waamanii booda "WBO karaa nagaa gale mootummaan waan nyaachisu waan dhabeef godinni keenya ammoo aanaa keenyatti sangoota 7 akka dhiyeessinuuf nutti murteessee jira" jechuun abbootiin qabeenyaa qarshii 3,000 fi isaa ol akkasumas, namoonni kaan ammoo qarshii 200 fi isaa ol dirqamaan kaffaluu akka qaban doorsisuun "namni kana hin goone immoo mana hidhaatti darbatama" jechuun saamaa kan jiran ta'uu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himaniiru.
Lixa Shaggar Aanaa Abuunaa Gindabarat keessatti tarkaanfii gootichi waraana Bilisummaa Oromoo irratti fudhateen baaraaguun aarii isaa uummata meesha maleessa jumlaan ajjeesuun barame
ONM-ABO Muddee 17,2024 Guyyaa dhufee darbuun dhiiga ilmaan Oromoo bineensa sooruu kan adeeffatan eegdonni bututtuu impaayerattii duguugiinsi wal irraa hin cinnee fi hojiin faashistummaa waraana PP'n raawwatu cimee itti fufee jira.
Waraaanni imphaayerattii lola Oromiyaa cufa keessatti gooticha Waraana Bilisummaa Oromoon irratti geggeeffamaa oolu irraa hafuu dadhabuun faallaa kanaa qe'ee uummataatti gala galuun meeshaalee waraanaa diroonii dabalatee uummata irratti dhukaasuun guyyuu lubbuu Oromoota maraa balleessaa oola.
Haaluma kanaan lola guyyaa dheengaddaa jajjabeewwan Waraana Bilisummaa Oromoo Lixa Shaggar aanaa Abuunaa Gindabarat keessatti fudhachuun loltoota Bilxiginnaa ajjeessee gariin fayyaatti booji'ee gariin ammoo madeessuun gugsee ari'ee meeshaalee waraanaa garaa garaa irraa hiike rifachuun murni PP gandoota akka Gooroo Dhoqonuu fi Gooxii Maambaasaa keessatti diroonii fi waraana lafoon ajjeechaa jumlaa Muddee 15 fi 16,2024 raawwachuun ibsameera.
Dubartii Shiibirree jedhamtu maatii ishee guutuu waliin dirooniin mana keessatti kan guban ogguu ta'u, namni maqaan isaa Xibabaa Katamaa jedhamus balaa sanaan lubbuun darbuu maddeen himan.
Kana malees namoota shan kan maqaan isaanii adda hin baane bakka tokkotti waraanni lafoon ajjeesuu maddeen dabaluun ONM'tti ibsaniiru.
Oduu Waaree ONM-ABO Muddee 17-2024 itti dhiyaadhaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
/channel/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
በቦረና ዞን ኤል-ዋዬ ወረዳ አንዲት ሴት እና አንድ ወንድ ልጅ በጥይት ተመተው መገደላችው ተገለፀ።
ታህሳስ 17፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የልጆቿ ህይወት ሊኖሩባት ያልቻለች ምድር ኦሮሚያ አሁንም ደማቸውና አጥንታቸው በአምባገነኑ የኢምፓየር አንጃዎች እየተቃጠለ ነው።
በቀደሙት አባቶች ላይ የከፋ የዘር ማጥፋት ወንጀል እየፈጸሙ ያሉት የኮሎኔል አብይ አህመድ የነፍጠኛ ልጆች ያለ ምንም ምክንያት የዜጎችን ህይወት እንደ ቅጠል በመበተን ኦሮሞነታቸውን በመወንጀል ላይ ይገኛሉ።
በዚህም መሰረት በታህሳስ 14 ቀን 2024 ዓ.ም የፒፒ ጦር በቦራና ግዛት ኤል-ዋዬ ወረዳ ሳባ መንደር ውስጥ በሰላማዊ ሰዎች ላይ ተኩሶ የአንድ እናት ልጆች፣ ወንድም እና እህት ዴባኖ ቦናያ ዋቆ እና ጡኔ ቦነያ ዋቆ የተባሉት በአገዛዙ ጦር መገደላችውን ምንጮቻችን ለኦኤንኤም ተናግረዋል።
በቡኖ በደሌ ዞን በጨዋቃ ወረዳ የአብይ አህመድ ወታደሮች በነዋሪዎች ላይ እስራት አጠናክረው ቀጥሏል።
ታህሳስ 17 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በሁሉም የኦሮሚያ አካባቢዎች ውስጥ የብልፅግና ተላላኪዎች ከቀድሞ በተለየ ሁኔታ የኦሮሞ ልጆችን በማደን ወደ እስር ቤት መወርወራችውን አጠናክረው ቀጥሎል።
ወታደሮቹ ምንም አይነት ወታደራዊ ዲሲፕሊን የሌላቸው በታህሳስ 12, 2024 ዓ.ም በጎጎ ዳበና መንደር በጨዋቃ አውራጃ ውስጥ ተይዘዋል።
የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት መካከል:-
- አህመድ ሰይድ
- መሐመድ ሁሴን
- አብዲ ጂሃድ
- ያሲን አደሜ እና
- አቶ ኢብሳ የተባሉት ግለሰቦች በወረዳው ፖሊስ ጣቢያ ታስረው እየተሰቃዩ መሆኑን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ገልጸዋል።
ነዋሪዎቹ ንፁሀን ሲሆኑ ምንም አይነት ፖለቲካ አይከተሉም ሲሉ ምንጮቻችን አክለዋል።
በወሎ ዞን ባቴ ወረዳ የኮሎኔል አብይ አህመድ ታጣቂዎች በታጋዮች ቤተሰቦች ላይ እያደረሱት ያለው እስር እና ድብደባ ተባብሷል።
ታህሳስ 17፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ከኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ጋር መፋለም የተሳናችው የብልፅግና ጦር አሁንም በእድሜና በፆታ ሳይለያዩ የታጋዮቹን ቤተሰቦች በእስር ቤት እየወረወሩ ይገኛል።
ታህሳስ 14 ፥ 2024 ዓ.ም በርካታ ንፁሀን ሰዎች በቁጥጥር ስር ውለዋል።
የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት መካከል:-
-ወይዘሮ ዘናቡ ዓሊ የ80 አመት ከባቲ ከተማ
-ዘቡሬ እይ
- ጡሬ አዴ የ8 ልጆች እናት ከመልካ ሉጎ ፈጫ
- አህመድ አወል አህመድ
-አህመድ ሰይድ አብዱ
-አንሻ ሼክ ሙሄ እና አሚኑ አብዱ በወረዳው እርስ ቤት እየተሰቃዩ መሆናችውን ምንጮቻችን አክለው ገልጸዋል ።
እንደ ነዋሪዎቹ ገለጻ በባቴ ከተማ በአገዛዙ ታጣቂዎች ክፉኛ የተደበደቡት እናቶችና ባሎች አርሷ አደሮች ቢሆኑም ታጣቂዎቹ በልጃቸው ስም የደበደቡት ጫካ ውስጥ እና እንደ ወረዳው በነዋሪዎች ላይ እየደረሰ ያለው የሰብአዊ መብት ጥሰት እየተካሄደ መሆኑን ነዋሪዎች አክለው ገልጸዋል።
WBOn Baha Shaggar Aanaa Fantaallee Keessatti Waraana Faashistii PP Adabe
ONM-ABO Muddee 17,2024 Abdii fi gaachanni saba Oromoo WBO Zoonii Harsadee godina Baha Shaggar aanaa Fantaallee ganda Kaniifaa iddoo addaa Kaampii Federalaa Cooree jedhamtu irratti kaleessa Muddee 16,2024 ergamtoota waraana faashiistii PP irratti halkan sa'a 8:00tiin cabsee itti seenuun tarkaanfii laaleessa irratti fudhatee jiraachuun barameera.
Tarkaanfii fudhatame kanaan dargagoota dirqamaan iddoolee adda addaa irraa maqaa leenjiitiin ukkaamfamanii jiran namoota 5 moonaa keessaa baasuun, loltoota isaanii irraas lama ajjeessuun tokko ammoo madeessee jiraachuu ibsaniiru.
Tarkaanfii WBOn fudhatu jabaatee itti fufa❗
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
ቲክቶክ የሚታገድበት ቀን መቅረቡን ተከትሎ ትራምፕ ዋና ሥራ አስኪያጁን ሊያናግሩት ነው።
ታህሳስ 17 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ተመራጩ የዩናይትድ ስቴትስ ፕሬዝደንት ዶናልድ ትራምፕ ከቲክቶክ ዋን ሥራ አስኪያጅ ጋር ንግግር ሊያደርጉ እንደሆነ ተሰምቷል።
ግዙፉ ማኅበራዊ ሚድያ ቲክቶክ በቅርቡ አሜሪካ ውስጥ መሥራት ያቆማል ተብሎ ይጠበቃል።
ሥራ አስኪያጁ ሹ ዚ ቺው ሰኞ ዕለት ትራምፕን በማራላጎ ያገኛቸዋል ተብሎ ተጠብቆ እንደነበር የቢቢሲ የአሜሪካ አጋር የሆነው ሲቢኤስ ምንጮቹን ዋቢ አድርጎ ዘግቧል።
እየተገባደደ ባለው የአውሮፓውያኑ መባቻ የወጣው ሕግ ቲክቶክ ካልተሸጠ በሚመጣው ጥር አሜሪካ ውስጥ ጥቅም እንዳይውል ይታገዳል ይላል።
የቲክቶክ ባለቤት ቻይናዊው ባይትዳንስ የተባለ ኩባንያ ነው።
ኩባንያው ለአሜሪካ ጠቅላይ ፍርድ ቤት ባስገባው ይግባኝ ዕገዳው እንዲዘገይ ጠይቋል።
አሜሪካ ቲክቶክን ለማገድ የወሰነችው ባይትዳንስ ከቻይና መንግሥት ጋር ግንኙነት አለው በሚል ምክንያት ነው። ቲክቶክም ሆነ ባይትዳንስ ግን ይህንን ውንጀላ ያስተባብሉታል።
በአሜሪካ ሕግ መወሰኛ ምክር ቤት የፀደቀው ሕግ "የዩናይትድ ስቴትስን ብሔራዊ ደኅንነት በውጭ ኃይሎች ቁጥጥር ሥር ካሉ መተግበሪያዎች ለመጠበቅ" የወጣ ነው ይላል።
ትራምፕ በመጀመሪያው የሥልጣን ዘመናቸው ቲክቶክ መታገድ አለበት ሲሉ ነበር። ነገር ግን አሁን እገዳውን እየተቃወሙት ይገኛሉ።
ቲክቶክ ከታገደ ፌስቡክ ይበለፅጋል ይላሉ። ፌስቡክ በ2020 ምርጫ ለመሸነፋቸው አንዱ ምክንያት እንደሆነ ነው ትራምፕ የሚያምኑት።
ቲክቶክ የሚታገደው በአውሮፓውያኑ ጥር 19 ነው። ትራምፕ ደግሞ ሥልጣናቸው የሚጀምረው ጥር 20 ነው።
ለጠቅላይ ፍርድ ቤት ይግባኝ ያስገባው ቲክቶክ ዕገዳው "የተወሰነ እንዲዘገይ" እና አዲሱ አስተዳደር "ጉዳዩን እንዲመረምረው" ጠይቋል።
ኩባንያው ቲክቶክን አሜሪካ ውስጥ ካሉ "እጅግ አስፈላጊ የንግግር መድረኮች" አንዱ ነው ያለው ሲሆን ይህንን ማገድ ለኩባንያውም ሆነ ለተጠቃሚዎቹ "ትልቅ ጉዳት" መሆኑን ተናግሯል።
ትራምፕ ሰኞ ዕለት በነበራቸው አንድ ጋዜጣዊ መግለጫ አስተዳደራቸው "ቲክቶክ እንደሚያጤነው" ተናግረዋል።
"እኔ ለቲክቶክ የተሻለ ቦታ አለኝ። ምክንያቱ 34 በመቶ ወጣቶች ድምፃቸውን ለኔ ሰጥተዋል" ብለዋል።
"አንዳንድ ሰዎች [ለማሸነፌ] ቲክቶክ ትልቅ አስተዋፅፆ ነበረው ይላሉ። ቲክቶክ ትልቅ ተፅዕኖ አለው።"
ዕድሜያቸው ከ18-29 ያሉ አብዛኛዎቹ አሜሪካዊያን ባለፈው ኅዳር ለዲሞክራቷ ዕጩ ካማላ ሀሪስ ያላቸውን ድጋፍ ቢያሳዩም ከ2020 ምርጫ ጋር ሲነፃፀር በርካታ ወጣቶች ለትራምፕ ድምፃቸውን ሰጥተዋል።
ትራምፕ ባለፈው ሰኔ ነው የቲክቶክ አካውንት የከፈቱት። በምርጫ ዘመቻቸው ወቅት በርካታ ሚሊዮን የቲክቶክ ተከታዮች ማፍራት ችለዋል ሲል ዘ ጋርዲያን አስነብቦዋል።
የብልፅግና አንጃ ቡድን በምዕራብ ሸገር ዞን አቡነ ግንዳበረት ወረዳ የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በወሰደው የጀግንነት እርምጃ ቁጣውን ባልታጠቁ ሰዎች ላይ የጅምላ ግድያ እየፈፀመ ነው።
ታህሳስ 17 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የፒፒ ሰራዊት በንፁሀን ዜጎች ላይ ቀጣይነት ያለው እልቂት እና ፋሽስታዊ እንቅስቃሴን መፈፀሙን አጠናክሮ ቀጥሏል።
በኦሮሚያ በሚደረጉ ጦርነቶች ሁሉ ከጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት ማምለጥ ባለመቻላቸው በተቃራኒው ወደ ህዝቡ ቤት በመግባት ሰው አልባ አውሮፕላኖችን ጨምሮ የጦር መሳሪያ በመተኮስ የመላው ኦሮሞ ህዝብ ህይወትን እየቀጠፉ ይገኛል። .
በምዕራብ ሸገር ዞን አቡነ ጊንዳበረት ወረዳ በተካሄደው ጦርነት የብልፅግና ቡድን የተወሰኑ የብልፅግና ወታደሮች ሲገደሉ ሌሎች ደግሞ ቆስለዋል።እናም በጎሮ Dhooqonuu እና በጎጢ ማምባሳ መንደር ውስጥ በታህሳስ 15 እና 16,2024 ዓ.ም ላይ በድሮን እና በእግረኛ ጦር የጅምላ ግድያ መፈፀማችው ተገልፆዋል።
ሺብሬ የምትባል ሴት በቤቱ ውስጥ ከሚገኙት ቤተሰቧ ጋር በአንድ ሰው አልባ አውሮፕላን ተቃጥላ ህይወቷ ማለፉን የገለፁት ምንጮቻችን በአደጋው ጥበባ ከተማ የተባለ ግለሰብም መሞታቸውን ምንጮቻችን ገልጸዋል።
በተጨማሪም በተመሳሳይ ቦታ አምስት ስማቸው ያልታወቁ ሰዎች በወታደሩ መገደላቸውን ምንጮቻችን ለኦኤንኤም አክሎል።
የፒፒ ተላላኪዎች በሆሮ ጉዱሩ ወለጋ ዞን በአባቦ ጉዱሩ አውራጃ ነዋሪዎችን መዝረፍ እና ማሰር ቀጥለዋል።
ታህሳስ 17 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የኮሎኔል አብይ አህመድን ትዕዛዝ ተከትሎ ወኪሎቻቸው በኦሮሚያ በሁሉም ማዕዘናት በሰላማዊ ዜጎች ላይ ከመጠን ያለፈ ዘረፋ እና እስራት እየፈጸሙ ይገኛሉ።
በታህሳስ 13፣ 2024 ዓ.ም የአገዛዙ ወታደሮች ተመስጌን በቀለ የተባለውን ሰው ልጅህ ጫካ ውስጥ ነው ያለው በሚል ስም የቀንድ ከብቶቹን እና የቤት እቃዎችን በሙሉ ዘርፈዋል ሲሉ ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል። እናም ቢያንሳ ተመስጌን የተባለው ልጃችውን ከስራ ገበታው በመውሰድ በእስር ቤት እያሰቃዩት እንደሚገኝ ተገልፆዋል።
የብልፅግና ወኪሎች ዘረፋቸውን የቀጠሉ ሲሆን በዚያው ቀን በዚያው አውራጃ ውስጥ በሚገኘው ሎያ መሎሌ መንደር በነዋሪዎች ላይ ዘረፋ ፈፅሞዋል።
የጥቃቱ ሰለባ ከሆኑት መካከል:-
- ከተሾመ ነገሮ ስር 30 የቀንድ ከብቶች እና
- ከታዬ ጉተማ 7 ላም ከነ 7 ጥጆች መዝረፋችውን ምንጮቻችን አክለዋል።
እነዚህ ሰዎች ከየትኛውም ፖለቲካ የፀዱ እና የሚሰቃዩት በኦሮሞነታቸው ምክንያት ብቻ ነው ሲል አክሎል።
በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን በበቾ አውራጃ የሚኖሩ ነዋሪዎች በፋሽስት ፒ.ፒ. ጦር መታፈናችው ቀጥሎል።
ታህሳስ 17 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
በኢትዮጵያ ኢምፓየር የብልፅግና መንግስት በኦሮሞ ህዝብ ላይ እየፈጸመ ያለው የሰብአዊ መብት ረገጣ እና ሰቆቃ አሁንም ተባብሶ ቀጥሏል። ሰዎች በወንዛቸውና በክፍላቸው እንዲሁም በብልፅግና ፓርቲ ላይ ያላቸውን አመለካከት መሰረት በማድረግ እየተገደሉ፣ እየተዘረፉ እና እየተሰደዱ ይገኛል።
በመሆኑም በአሥራዎቹ ዕድሜ ውስጥ የሚገኘው እና በሙያው ተማሪ የሆነው ተሾመ በታህሳስ 13 ቀን 2024 ዓ.ም ከምሽቱ 3፡00 ሰዓት ላይ በቱሉ ቡሎ ከተማ በበቾ ወረዳ ከቤቱ እና ከቤተሰቡ በፖሊስ ቁጥጥር ስር መዋሉ ተሰማ።
ተማሪ ተሾመ በምንም አይነት ፖለቲካ ውስጥ አልተሳተፈም እና ምንም እንኳን በትምህርቱ ላይ ብቻ ያተኮረ ቢሆንም ከኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት ጋር ግንኙነት አለህ በሚል ስም ደብዛው መጥፋቱን ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
Godinaalee Baalee lamaanitti saamichaa fi doorsisni waraana maafi'aa PP'n jabaachuun himame
ONM-ABO Muddee 17,2024 Baalee Lixaa fi Baalee Bahaatti qaamoleen Mootummaa garboomfataa sirna moofaa utubuuf bifa garaa garaan ifaajan jiraattota irratti saamichaa fi sarbamiinsa mirgoota namoomaa raawwachuu cimsanii itti fufaniiru.
Akka jiraattonni jedhanitti aanaaleen godinaalee kanneenii keessatti gandoota irraa qarshii 100,000 dirqamaan dhiyyeessuun WBO karaa nagaa harka kennateef deggersa taasisuu qabduun saamichaa fi hiraarfamuun jabaatee itti fufeera jechuun dubbatu.
Bifuma walfakkaatuun godinaalee lamaan kana keessatti uummata saamuun cimee itti fufuun kaffaltii qarshii gibiraa jechuun qarshii xiqqaa jedhamu 6000 irraa eegalee hanga 50,000'tti namoota irraa guuraa jiraachuun ibsameera
Kana malees ijaarsa piroojektiiwwan kanneen akka waajjiraalee Mootummaa fi ijaarsa daandii jechuun qarshii 14,000 abbootii qabeenyaa irraas dirqamaan saamaa akka jiran jiraattonni itti dabaluun ONM'f eeraniiru.
Godina Walloo Aanaa Dawwee Harawaa keessaa ergamtoota sirnichaan jaarsi biyyaa tokko achi buutee yoo dhabamsiifaman, jiraattotni qe'ee irraa buqqifamuu fi qabeenyaan namootaa saamamuun jabaatee itti fufe
ONM-ABO Muddee 17,2024 Hidhattootni murna Bilxiginnaa abbaa fi haadha irraa dhalataniif illee kabaja hin qabne qaama isaanii olii gammachiisuu fi faayidaa dabaan argatan qofa ilaalanii deeman hawaasa nagaa reebuu, saamuu fi qe'ee irraa buqqisuu bira darbanii gaafatama ilmaan isaanii itti deebisuun ilmaan Oromoo qabanii achi buutee dhabamsiisaa jiru.
Obbo Usmaan Mahaammad Maammoo jiraataa aanaa Dawwee Harawaa ganda Jajjabaa maanguddoo ganna 70 yoo ta'an, Muddee 15,2024 caasaaleen murna Bilxiginnaa hulaa jiraattotaa irra deemuun walga'ii iddoo Makaabee jedhamutti akka baatan namoonni hin baane ammoo deggartoota WBO'ti qarshii adabamtu jedhanii akeekkachiisuun yeroo jiraattotni cufti ba'anitti Obbo Usmaan Mahaammad garmalee reebuun konkolaataa keessa buusanii deemuun achi buutee dhabamsiisaniiru.
Muddee 16,2024 hidhattootni murna Bilxiginnaa kun aanichuma ganda Manduuboo keessatti jiraataa gandichaa kan ta'an nama maqaan isaa Obbo Mahaammad Umar jedhaman jalaa midhaan ardaba 12 saamuun konkolaataatti fe'atanii magaalaa Harawaatti galfataniiru.
Ganduma Manduuboo fi Jajjabaa keessaa ammoo abbootii warraa 10 ol ta'an maatii isaanii waliin qe'ee irraa buqqisuun bosonatti baqatan daa'imman isaanii harkatti beela, dheebuu, aduu fi qorraan waadamaa jiraachuu ONM jiraattota irraa qulqulleeffateera.
WBOn Lixa Shaggar aanaa Jalduu keessatti diina adabe
ONM-ABO Muddee 17,2024 WBOn zoonii Giddu Gala Oromiyaa godina Lixa Shaggar aanaa Jalduu ganda Gooroo keessatti tarkaanfii waraana impayeera Itoophiyaa irratti Dilbata Muddee 15,2024 fudhateen loltoota 13 irraa ajjeesuun 19 madeessee 4 jiraa harkaan qabee jira.
Gama meeshaan qawwee AKM 6 hidhannoo guutuun waliin irraa hiikee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Begii keessatti waraanni Bilxiginnaa uummata nagaa hidhuu fi saamuu yoo jabeessan, Aanaa Gimbiitti ammoo maatii qabsaa'otaa doorsisan
ONM-ABO Muddee 17,2024 Impaayera Itiyoophiyaa keessatti Oromoo ta'anii dhalachuu isaanii qofaaf ilmaan Oromoo guyyuun akka bineensa bosonaatti adamfamuun har'allee badii isaanii malee yakkoonni garaa garaa irratti raawwatamaa jira.
Muddee 13,2024 waraanni sirna dhableessi impaayerattii aanaa Begii ganda Abshaala Diinqaa fi Foongoo Waabaraa keessaa namoota maqaan isaanii:
- Ramadaan Tarreessaa,
- Abdurumaan Abdullaay,
- Tawakkal Alkanoo,
- Nagaasaa Mikaa'elii fi
- Jaabir Mikaa'el jedhaman badii tokko malee mana hidhaatti darbachuun hiraarsaa jiraachuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.
Akka maddeen himanitti, namoonni kunneen hirmaannaa siyaasa dhaaba kamiiyyuu kan hin qabnee fi waraanni sirnichaa garuu sababa "Waraana Bilisummaa Oromoo nyaachistu" jedhu itti maxxansuun hidhuu himuun, isaan keessaa Tawakkal Alkanoo kan jedhamu ammoo mana barnootaa keessaa ukkaamsuun isas hidhaatti darbachuu dubbatu.
Kana malees nama maqaan isaa Zaakir Tafarii jedhamu ammoo maqaa "Waraana Bilisummaa Oromoo waliin hariiroo qabda" jedhuun qarshii 20,000 saamuu maddeen himan.
Godinuma kana aanaa Gimbii bulchiinsa magaalaa Gimbii keessatti ammoo Muddee 15,2024 waaree booda sa'a 8:00'tti maatii qabsaa'otaa magaalaa Gimbii keessa jiraatan ganda 03'tti waltajjii waamuun yeroo murtaa'e gidduutti dafaatii haala isiniif dandaa'ameen ijoollee keessan galfadhaa jechuun doorsisaa kan turan ta'uu maddeen itti dabaluun Arraata Biyyoolessa Oromiyaaf eeraniiru.
Godina Baha Wallaggaa Aanaa Sibuu Sireetti loltoonni Bilxiginnaa nama tokko haala suukkanneessaa ta'een ajjeesanii gatan.
ONM-ABO Muddee 17,2024 Ergamtoonni Bilxiginnaa duula qindaa'aa duguuggaa sanyii uummata Oromoo irratti raawwatan jabeessuun, godina Baha Wallaggaa aanaa Sibuu Sireetti nama tokko irratti ajjeechaa suukkanneessaa raawwatanii jiraachuun ibsameera.
Aanaa Sibuu Siree ganda Dichoo Abbaa Garmaamaa jedhamu keessaa Muddee 15,2024 ergamtoonni dhiiga ilmaan Oromoo soorachuun jiraatan nama maqaan isaa Obbo Daftaraa Guutamaa jedhamu badii tokko malee haala suukkanneessaa ta'een ajjeesanii gatuu maddeen Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himanii jiru.
Akka maddeen himanitti, namni kun siyaasa kam irraa bilisa kan ta'ee fi hojii dhuunfaa isaa sibiila tumuun kan jiraatu ta'uu himuun, ergamtoonni sirnichaa ammoo badii tokko malee halkan keessaa sa'a 8:00'tti mana isaatii gadi baasanii naasuu tokko malee ajjeesuun, reeffa isaa illee maatii dhowwachuu dubbatu.
Waraanni faashistii PP G0odina Arsii Bahaa Aanaa Sirkaa keessatti maqaa WBO xureessuuf ofii isaanii badii dalagaa jiraachuun barame
ONM-ABO Muddee 17,2024 Godina Arsii Bahaa Aanaa Sirkaa magaalaa Gobeessaa fi karaa Boqqojjii Gobeessaa geessu irratti Muddee 14,2024 uummata konkolaataa keessaa ukkaamsuun akka Waraanni Bilisummaa Oromoo ukkamse fakkeessitee holola irtatti hojjechuuf qopha'aa jiraachuun barame.
Sanbata halkan magaalaa Gobeessaa mana amantaa kiristaanaa keessaa nama 18 kan fuudhan yoo ta'u, konkolaataa Gobeessaa gara Boqqojjii deemu keessaa ammoo namoota nagaa 12 qabanii jiru.
Namoota qabaman kana of bira kaa'anii akka waanta WBO'n isaan to'ateetti maallaqa hangana finna jechuun maatii fakkaatanii dubbachaa kan jiran yoo ta'u, kanas sagalee miseensota WBO waraabanii ittiin uummata burjaajessuuf akka ta'e barameera.
Namoota kana erga qabanii maatiitti bilbiluun maallaqa ittiin gaafachaa fi doorsisaa jiraachuun ifoomeera.
Murni faashistii PP lolaan gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo akka mo'achuu hin dandeenye waan beekuuf fudhatama WBO'n uummata Oromoo biratti qabu xureessuuf hojii maqa balleessii bakka cufattuu hojjechaa jiraachuun ni beekama.
ፍርጣማው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በተለያዩ የኦሮሚያ ስፍራዎች ጠላት ላይ የማያዳግም እርምጃ መውሰዱን ቀጥሎል።
ታህሳስ 17 ፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO)
የኦሮሞ ጋሻ እና ጥላ የሆነው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በደቡብ ምስራቅ ዞን ውስጥ ጠላት ላይ ጥቃት ፈፅሞዋል።
በዚህም መሰረት የነፃነት ሞተር የሆነው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በምስራቅ አርሲ ዞን በመርቲ ወረዳ በዋተሮ ዲኖ ቀበሌ ኢቲሳ በሚባልበት ልዩ ስፍራ ታህሳስ 14 ፥ 2024 ዓ.ም ጭብራ ሀምባ አኖሌ በፍተሻ ስም በተሰማሩት የብልፅግና ጦር ላይ በወሰደው እርምጃ በጥይቶች መዕበል ጠላትን እንዳልነበረ አርጎታል።
በዚህ ጥቃት ላይ 68 የጠላት ሀይላት ሲገደሉ ፥ 84 ደግሞ ቆስሎል።
የኦሮሞ ተስፋ የሆነው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት የኦሮሞ የነፃነት ትግልን አላማ ግብ ለማድረግ ሂወቱን ከአላንዳች ማንገራግር እየሰጠ ከጠላት ጋር እየተዋደቀና ድልን እየተጎናፀፈ ይገኛል።
እንድዚሁም በምስራቅ ሸገር ሀርስዴ ዞን በሊበን ጩቃላ እና በፈንታሌ ወረዳ ውስጥ ጀግናው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በፋሽስቱ ጦር ላይ ደፈጣ በማድረግ በጥይቶች ወላፈን ጠላትን ድባቅ አርጎታል።
በዚህ ጥቃት ላይ 10 የጠላት ሀይላት ሲገደሉ ፥ 11 ቆስሎል ።
በመሳሪያ በኩል 3 ክላሽ ፥ 1 እስናይፐር ፥ 4 ቦንቦችና 300 ጥይቶችን ከጠላት ጀርባ ላይ በመፍታት ለኦሮሞ ህዝብ ትግል ገቢ አርጎዋል።
በጅማ ወረዳ የአገዛዙ ወታደሮች በነዋሪዎች ላይ እየፈጸሙት ያለው ዘረፋ ቀጥሏል።
ታህሳስ 17፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የብልፅግና አምባገነን መንግስት ወታደሮቹን በተለያዩ የኦሮሚያ አካባቢዎች እያሰማራ የኦሮሞን ህዝብ እየዘረፈና እያሰቃየ ነው።
ነዋሪዎቹ ለኦኤንኤም እንደተናገሩት ካለፈው ሳምንት ጀምሮ የብልፅግና ወኪሎች “ለብልጽግና ፓርቲ ድጋፍ” በሚል ስም ከእያንዳንዱ ነዋሪዎች 1,000ሺ ብር እየሰበሰቡ ይገኛል።
በገበያ ላይ ባለው የዋጋ ንረት ህብረተሰቡ ለከፍተኛ ችግር እየተዳረገ መሆኑን ነዋሪዎቹ ተናግረዋል።
በምዕራብ ጉጂ ዞን ውስጥ ሱሮ በርጉዳ አውራጃ ውስጥ የፋሺስቱ ፒፒ ጦር አስገድዶ መድፈርን አጠናክረው ቀጥሎል።
ታህሳስ 17፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
የፋሽስቱ አንጃ በድን በተለያዩ የኦሮሚያ አካባቢዎች ላይ በርካታ ሰዎች ላይ ግድያ፥ እስራት ፥ ዘረፋና አስገድዶ እየደፈሩ ይገኛል።
በዚህም መሰረት በምዕራብ ጉጂ ዞን ሱሮ በርጉዳ ወረዳ መከላ Hidhaa ኮርማ መንደር ኡዶ ባርዛፊ በሚባልበት ልዩ ስፍራ ውስጥ የፒፒ የማፍያ ወታደሮች በታህሳስ 15፣2024 ዓ.ም እንስቶች ላይ ፆታዊ ጥቃት ፈፅሞዋል።
በፒፒ የማፍያ ወታደሮች የተደፈሩት ሴቶች ዱኮ ጂኦ እና ጋሪ ሚኢሳ ይባላሉ።
የተደፈሩት እንስቶች ሲጮሁ የመከላ Hidhaa ኮርማ ቀበሌ ነዋሪዎች የተወሰኑት ሰዎች ወድ ስፍራው ሲሄዱ የጦር አዛዥ የሆነው ስማችንን አታጥፉት በማለት ለእያንዳንዱ ሰው 200 ብር እንደሰጠችው የአከባቢው ነዋሪዎች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ገልፆዋል።
የብልፅግና ቡድን ጦር በማህበረሰቡ ላይ ብቻ ሳይሆን በቤት እንስሳት ላይም የኃይል እርምጃ እየወሰደ ይገኛል።
ታህሣሥ 12 ፣ 2024 ዓ.ም ወታደሮቹ ሰክረው የአከባቢ ሴቶችን መድፈራችውን ከዚህ ቀደም ስንዘግብ መቆየታችን ይታወሳል።
በምዕራብ ወለጋ ዞን በለተ ሲቡ ወረዳ የፋሺስቱ ፒ.ፒ.ፒ. ጦር አንድ ህፃን በጥይት መግደላችው ተገለፀ።
ታህሳስ 17፥ 2024 ዓ.ም አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM - ABO).
ስለ ሚተኩሱት መሳሪያ አላማ ምንም የማያውቁት የአብይ አህመድ ወታደሮች በመላው ኦሮሚያ ለበርካታ ጊዚያት የጥይት እራት እያደረጉ ይገኛሉ።
በታህሳስ 14 ቀን 2024 ዓ.ም የንጉሠ ነገሥቱ የማፍያ ወታደሮች በለተ ሲቡ አውራጃ ቱሉ ኢንጪኒ መንደር ውስጥ ማቲዎስ ቦካ የተባለ ንፁህ ሕፃን በጥይት ተኩሰው ገድለውታል ሲሉ ምንጮቻችን ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል።
የ13 አመት የ2ኛ ክፍል ተማሪ የሆነው ህጻን በአሰሳ ስም በተሰማሩት የብልፅግና ጦር በጥይት ተመትቶ ከፍተኛ ጉዳት እንደደረሰበት ቤተሰቦቹ ተናግረዋል።